Waajjira PSMQN Aanaa Roobeetti Garee BG(Good Governance Issues...
Open in Telegram
1 224
Subscribers
+924 hours
+717 days
+24530 days
Posts Archive
Baga milkooftan Irreechii bara kana milkiin kajabamee xummurame. Kan barana kan bara eegere nu haa taasisu. Irrecha 2023@hora arsade
Baga irreechaa Hora Finfinnee naga kabajan. Imalli gara Hora Harsadee eegalamerra. Baay'ee miidhaga. Waaqayyoo nu faana haa ta'u!!!. Ayyaana Gaarii!!!.
Oroomonni hundi baga jala bulti Ayyaana Irreechaa nagan geesan. Ayyaana Gaarii!!!.
Hordoftoonni Amantaa Ortodooxii hundi baga guyyaa kabaja ayyaana Masqalaa nagaan geessan. Ayyaani kun kan nagaa, jaalalaa fi gammachuu isiniif haa ta'u. AYYAANA GAARII!!!.
Hordoftoonni Amantaa Islaamaa hundi baga guyyaa kabaja ayyaana Mawulidaa 1498ffaan nagaan geessan. Ayyaani kun kan nagaa, jaalalaa fi gammachuu isiniif haa ta'u. AYYAANA GAARII!!!.
Irreecha – The colors, the identity and the pride of Oromo nation.
Irrecha thanksgiving festival loading....
Do you know this? this is the typical symptoms of RWA (Aphids) attack at tillaring stage do to prolonged drought periods at tillaring stage. No recommendation to spray insecticide in this stage because the wheat head already damaged by insects no seed is found because of sterility happen. If you spray Karta at tillaring stage you can controll it. From Daniel Kasa
Ethiopian NEW YEAR Coming soon...
Irreechi iccitii humna tokkummaa ummataa Oromoo hundatti .
Irecha loading ....
Ergaa Ariifachiisaa
Manneen hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa sadarkaa Naannoo, godinaa, Bulchiinsa Magaalotaafi Aanaalee hundaaf
============
Qaammeen 1/2015 "Guyyaa Tajaajiltummaa" jedhamee manneen hojii sadarkaa naannoo kaasee hanga aanaatti maamila bifa addaatiin simachuudhaan keessummeessuun kabajamee ni oola.
Xalayaan "Guyyaa Tajaajiltummaa" Qaammee 1/2015 kabajuu ilaallatuufi karoorri gabaabaan fuula 6 qabu fuula telegiraamii armaan gadii irratti fe'ameera:-
1.Oromia PS DMS Group 2
2. ICSMIS Oromia
3.Istaat Qabeenya Namaa BPSMQNO Bara 2015.
Haaluma kanaan ergaa kana waliif dabarsaa!
Madda: Toora fb Diimaa lataati
Itoophiyaan injifatte‼️
#Itoophiyaa #Buudaapesti-Hangaarii‼️
Atileetiksii Shampiyoonaa Addunyaa 19ffaa Itoophiyaan dorgommii fiigicha dhiiraa meetira 3000 atileet Lammeechaa Girmaatiin meedaaliyaa Meetii argatteetti!!
