en
Feedback
Faaruu Afaan Oromoo Ortoodoksi

Faaruu Afaan Oromoo Ortoodoksi

Open in Telegram

Faaru Afaan Oromoo Kan Ortoodoksi Tewaahido Yeedaloo miidhagaa walaloosaa waliin argachuuf linki kana(@fromiorto) Kara youtube keenyaas https://youtube.com/channel/UCAoBPe5iNOpqkdzZnSdzdTQ argachuu dandeessu #follow godha Yaada qabdaniif @Fromiorto_bot

Show more
4 506
Subscribers
+524 hours
+407 days
+12530 days
Posts Archive
KIRISTOOS du'aa ka'ee Humnaaf Aangoo isaatiin Seexana hidhee Addaam Bilisa Ba'e Kana boodas Nagaaf Gammachuutu ta'e Baga gees
KIRISTOOS du'aa ka'ee Humnaaf Aangoo isaatiin Seexana hidhee Addaam Bilisa Ba'e Kana boodas Nagaaf Gammachuutu ta'e Baga geessan

I found tranquility I found tranquility it' is within your home Help me out of chaos i ask you lord of hope Thinking of all my sins my heart beats anxiously Being far from you lord my soul fearfully Return me to your grace I'll find my way back home The one true holy piece I found in your abode For prayer liturgy I could not persevere I stood before the crowd my prieses not sincere My endless temptations have dragged me far from you Save me EMMANUEL with faith that I once knew Let my eyes puor their tears as they cry for my sins May the rest of my days be spent in repentance At the very hour the moment I'm redeemed Thinking of your love lord I have fallen at your feet እዉነተኛ ሰላም ያለዉ ከቤትህ ነዉ እርዳኝ አልናወጥ እለምንሃለሁ @fromiorto @fromiorto @fromiorto @Fromiorto_bot

#Na_Barsiisi_fta_Waldesanbat_#Faaruu_#Afaan_#Oromoo_#Orthodox_#mezmur.mp315.92 MB

Faaruu Cidhaa DN LAMMII TARFAASA fi ftu YEROOM MOKONNIN Faarfannaa haar... https://youtube.com/watch?v=ypeQL2u2zCI&si=UoK7pPOKcnyZmprh

Kan WAAQAYYOO Dn Yohaannis Tashoomaa Faaruu Afaan Oromoo Ortoodoksii #et... https://youtube.com/watch?v=ddXn_Ao56nU&si=fh5T7tvICDgyerp-

●Galanni Amaanu'eeliif Dn Alamaayyo Bakaree Faaruu Afaan Oromoo Ortoodok... https://youtube.com/watch?v=8KmLjDIipYY&si=YZtnx9CZj_E9Wa6L

Gaamachuu Guddaa Faaruu dhaloota Gooftaa Kan Ortoodoksii #ethiopian #Oro... https://youtube.com/watch?v=Y0TH-bz0qO8&si=s5tfKcNszVkeATK8

●Ni Fayyisuu Dn Adaane Asraat Faaruu Afaan Oromoo Ortoodoksii #ethiopian... https://youtube.com/watch?v=g2U-Hy5y0X8&si=yMmnWMI86y5tIlyw

●MAARIYAAM Sin Jaaldha Dn Lammii Tarfaasa Faaruu Afaan Oromoo Ortoodoksi... https://youtube.com/watch?v=T84LKl6BYJ8&si=0HtDzb6A1yEElyBr

#Baga geessan Haati keenya Qulqulleettii Dubroon Maaryaam dhalattee waggaa sadiitti gara mana Qulqullummaatti galtee jirti. G
#Baga geessan Haati keenya Qulqulleettii Dubroon Maaryaam dhalattee waggaa sadiitti gara mana Qulqullummaatti galtee jirti. Gara galma Qulquullinaatti seenuu ishee kana hayyoonni Mana Kiristaanaa Manni Qulqullummaa Mana Qulqullummaatti galte nuun jedhu. Sababni isaas isheen galma kakuu haaraa, Abbaan baddaadhaa laalee, Afuurri Qulqulluu irra golboobee fi Gooftaan garaa Ishee keesaa bule waan taateefiidha. Eebbiifi kadhannaanshee Araarri Ilmashee nufaana haa ta'u Ameen

●DAMMUMAA Ftu_Hawwii Daggafaa Faaruu Afaan Oromoo Orthodox #ethiopian #O... https://youtube.com/watch?v=h28geiG_eYw&si=LU3TCvY8tMPqmkeB

+++ giyorgis kottu abba ko +++.MP34.74 MB

●Dn Silashi Tolasaa Fannoon nuuf Faaruu Haaraa Afaan Oromoo Ortoodoksii ... https://youtube.com/watch?v=HY08eJkL2bo&si=-cagm5tc-l9sFklp