cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ETHIO MUSLIMS BROADCASTING

@Aaqilmuhammed

Show more
Finland1 977The language is not specifiedReligion & Spirituality79 039
Advertising posts
368
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

🔔Habibi Do U know Who you are?. :::::::: ^^^^^^^ ^^^^^^^ :::::::: Follow it We will tell you?. 🗡Obboleessa koo✅. 📌Ati Nama rabbiin filate. 📌Ati nama Rabbiin kabajedhaam. 📌Ati nama rabbiin Jannata sana qopheesseefiim. 📌Ati bar Kan bakka ergamaa rabbii ﷺ buutee ergaa isaanii baatte jirtu. 📌si'iim Kan Har'a Bakka Umari fii Hamzaa jirtu. 📌Si'iim Silaa kan har'a Akka mus'aab ibnu umeeyrii Biyya da3waadhaan jijjiirtu. 📌Si tureem silaa Kan rakkoo hawaasa muslimaa addunyaa kanaaf furmaata barbaadu. 📌si tureem silaa kan Aduwwii qur'aanaa,aduwwii masjiidaa,aduwwii hijaabaa, kan deebisuu qabu. 📌si tureem kan Adeemsa ittiin bulmaata shar'aatiif kan karaa mijeessuuf si'iim silaa kan shariaan addunyaa bulchuu qabu. 📌Ammallee suma kan ulamaa'ii keenya dhumaa jiran/kan umriin deeman kana irraa beekumsaa isaanii fuudhee dhaloota dhufutti dabarsu. 🔰Sidhaam, yaa akhii, yaa obboleessa Koo dammaqqi ofbari 🔰Simalee kan biraa hin eegin. 👉 Kan maqaa muslimummaa qabdu hundi 💠Muradhuu ka'ii baha Galaana MODERNIZATIONII FII Fashioning keessaa. 💎Galaana Gowwummaa fii Dagamiinsa warra dhihaa keessa bahuuf Yoom deemsa jalqabda?.
Show all...
JOIN
&
SHEAR
Ergaa biraa 👇
Argachuuf
As 👉 Tuquu
☞D‌H‌U‌G‌A‌A‌ Q‌A‌B‌A‌C‌H‌U‌U‌N‌ I‌S‌I‌N‌I‌R‌R‌A‌ H‌A‌A‌ J‌I‌R‌A‌A‌T‌U‌ Rasuulli ﷺ akkana Jedhan: “Dhugaa qabachuun isinirra haa jiraatu, dhugaan gara waan gaariitti nama qajeelcha, wanti gaariin immoo gara Jannataatti nama qajeelcha, namni tokko eeggatee dhugaa dubbachuu hin dhiisu hanga Rabbi biratti (siddiiq) abbaa dhugaa jedhamee maqaan isaa barreeffamutti’’ ⦅Bukharii fi Muslimtu Gabaase⦆ ⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴ ֍ՏᎻᎪᎡᎬ֍ՏᎻᎪᎡᎬ֍ ⊱⊳⊱⊳𝖩♡𝖨Ν⊲⊰⊲
Show all...
👍254
❤️344
👌235
Shear
Eergaa biraaf
QOPHII RAMADAANAA
Photo unavailableShow in Telegram
#Dalagaa teetiin galata akkamii barbaadda? •Nama dalagaa isaatin addunyaa qofa argatuu fedhu, kan isii malee waan biraa hin barbaanne sun akka nama kuffaaratii, waan rabbiin isaa kennuu fedhu, isaa kenna, waan inni argatuu fedhee miti sanuu nama isaa kennuu feedheef, kuffaarri waa haddu hawwaa, garuu muraasa isaa malee hin argatu, inumaa isaaniraa hedduun muraasa sanuu argatuu fedhaa, haa tayuu osoo hin argatin hafa, akkasitti hiyyummaan addunya'aa aakhira'aa isarratti walitti qabamti, eega waan addunya'arraa argateen xiqqo qanani'e aakhira'atti ibidda jahanm seena Isaa jibbama fi rahgmata Rabbirraa darbama ta'e. •Ammoo namni mu'minni durummaa Aakhiraa filatee, yoo addunyarraa waa argate tolte ammoo yoon argatin, wanni inni yaadu akka hiyyummaan inni keessa jiru durummarra isaa caaltu Rabbi biratti. *Namni Aakhiraa maraxatee, Dalagaa aakhiran maltu dalage, amanee waan aakhiraan malu dalage, Dalagaan isaanii waan galata qabaati kan Rabbiin iraa qeebalee, sawaaba isaanii kennu. Yaa rabbi nu milkeessi.
Show all...
👍254
❤️344
👌235
Shear
Gaaffiif Yaada qabdanuf
📜🖌. Ji'a Ramadaanaa keessa Carraa 1350 ol kan Diliilee Dabarte irraa Araarama Namaaf argamsiisuutu jira. ✍🏻. Ramadaanni Ji'a Kheeyriilee ji'a barakaaleeti. Yeroo itti isa keessatti duaaiin namaaf qeebalamtu kan ji'oota biraa hunda irra caaltuudha. Sababni ittiin ajriin dacha dachaa namaaf godhamtu ji'oota biraatirra kan ji'a ramadaanaa ni caalti. Barakaa jiini kun qabu irraa Carraa diliileen dabarte namaaf dhiifamuu kan isa keessa jiru yeroo 1350 caala. Wallaahi kuni tola guddaadha. Mu'umintootaa fii qalbiin isaanii kanaan akka malee gammaddi. 📜🖌. Carraallee kanneen Dubbachuun Dura Ragaalee shari'aa isaan irratti nama qajeelchitu dubbachuun dirqama. 1. " Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een soommane Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araarame, Namni ji'a ramadaanaa haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'ee Dhaabbate Dilii isaatirraa wanti darbe isaaf araarame, Namni halkan leeylatul qadrii haala amanaa fii rabbirratti hisaabbataa ta'een Dhaabbate ,Dilii isaatirraa wanti dabarte isaaf araaramni godhame" Bukhaarii fii Muslimtu Gabaase. 2. " yeroo imaamni Aamiin jedhe isiniis Aamiin jedhaa; Namni aamiiniin isaa aammiinii malaa'ikaatii wajjiin walsimate ; Ma'siyaa isaatirraa kan dabarte Araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim. 3. " Yeroo imaamni " Sami'allaahu liman hamidahu" jedhe " Allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" jedhaa, Namni jechi isaa jecha Malaa'ikaatiin wal simate; Dilii isaatirraa wanta dabre araaramni isaaf godhame". Bukhaarii fii Muslim. 📜🖌. Hadiisoota kanarratti hundooynee Carraalee Ramadaana keessa lakkaawuuf yeroo kaanu inumaa carraa 1350 ol taati. Suniis akka armaan gadiiti. 📓. Soomanuun, Halkan hunda dhaabbachuu fii Halkan leeylatul qadrii dhaabbachuun walitti carraa=3. 📓. Salaanni Shanan isii keessaa:-. 🪷Guyyatti Raka'aa olfuudhanii qara'an 6 tu jira. Akkana Jechuun Namni tokko imaamatti hidhachuun yeroo 6 aamiin jedha jechuudha. 6*30=180. 🪷Guyyatti Raka'aa 17 kan Namni tokko eega imaamni " Sami'allaahu limanhamidah" jedhe inni immoo " allaahumma Rabbanaa walakal hamdu" keessatti jedhuutu jira. Kana jechuun 17*30=510. 📓. Salaata taraawiihaa keessa :-. Osoo Namni tokko imaamaa wajjiin Raka'aa 11 salaata jennee fudhannee; Isii keessatti yeroo 11 aamiin jedha, yeroo 11 " Allaahumma rabbanaa walakal hamdu" jedha. Walitti kan halkan tokko 22 jechuudha. Kana jechuun carraan Diliin isaa dabarte isaaf araaramuu salaata taraawiihaa keessati hedduu deddebiti jechuudha. Kuniis 22*30=660 ta'a. 📜. Waliigalli Carraa kanaa = 3+180+510+660=1353 ta'a jechuudha. 📜🖌. Carraan guddaan kun Tahajjuda kurnan boodaa maleedha. Inumaa Sababoonni biraa kan Namni Muslimaa dalaguu qabu kan Ji'a kana keessa Diliilee isarraa argamtee dabarte akka isaaf araaramni godhamu taasistu hedduudha. Tolli rabbiin akkaan bal'aadha. Kennaan isaa ji'a kana keessa hedduu guddoodha. ✍🏻. الشيخ الدكتور سلطان العميري أستاذ العقيدة بجامعة أمّ القرى ⚠Yaadachiisa Jecha tokkoonii miti kan Hiikame, Akka hubachuuf Mijatuttiidha malee.
Show all...
👍
👌
Comment ✍
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna. 🚸Barnoota Aqiidaa 🚸 🚸Barnoota Toohidaa 🚸 🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸 🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸 🚸Barnoota Toowbaa 🚸
Show all...
📚BARNOOTA AQIIDAA📚
📚BARNOOTA TOOHIDAA📚
📚BARNOOTA SEENAA📚
📚BARNOOTA IIMAANAA📚
📚BARNOOTA TOOWBAA📚
♻️BOQONNAA SAMMUU🧠 〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️ Gorsa Hayyootaa Irraa ❝Yoo dandeette beekaa ta'i, yoo kana godhuu dadhabde beekuuf xaarii, kana illee godhuu yoo dadhabde beekaa jaaladhu, sana yoo dhabde illee beekaa (Aalima) hin jibbini❞. [Umar Ibn Abdul-Aziiz). Abuu Bakris-Siddiiq (R.A) yoo dubbatan ❝Wantootni saddeeti (8) bareedinna❞ jedhanii jiran Isaanis:- ⓵Bareedinna hiyyummaa nama kadhachuu dhabuu dha. ⓶Bareedinni jireenyaa qananii (jireenya badhaadhinaa) Allaahaa (S.W) galatonfachuu dha. ⓷Bareedinni rakkoo Obsa. ⓸Bareedinni beekusmaa namaa ibsuu danda'uu dha. ⓹Bareedinni beekumsaa namaa ibsuu danda'uu dha. ⓺Bareedinni beekaa of xiqqeessuu dha. ⓻Bareedinni Allaahaa (S.W) Sodaachuu booyuu dha. ⓼Bareedinni Salaata xiyyeeffannaan onnee sassaabuu (khushuu'i qabaachuu) dha.
Show all...
👍250
❤️233
👌234
JOIN
Ergaa birootif
♻️BOQONNAA SAMMUU🧠 〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️ Gosoota Jihaadaa keessaa Muraasa Jihaadin akkuma Mujaahidaa (Nama qabsoo godhuu) hunda sadarkaa fi akaakuun isaa adda adda. ➧Nafsee isaa irratti Jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Shayxaana irratti Jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Diinii isaa nan balleessa kan jedhu irratti jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Munaafiqoota irratti Jihaada (qabsoo) godhuu. ➧Qalamaan Jihaada (qabsoo) godhuu.
Show all...
👍250
❤️233
👌234
JOIN
Ergaa birootif
Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna. 🚸Barnoota Aqiidaa 🚸 🚸Barnoota Toohidaa 🚸 🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸 🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸 🚸Barnoota Toowbaa 🚸
Show all...
📚BARNOOTA AQIIDAA📚
📚BARNOOTA TOOHIDAA📚
📚BARNOOTA SEENAA📚
📚BARNOOTA IIMAANAA📚
📚BARNOOTA TOOWBAA📚
Chaaneeloota bebbeekamoo armaan gadii kana namni hin qabne jira jedhee hin yaadu hin qabdan yoo ta'e baayyee isin fayyada waan ta'eef ammuma kan isinitti tole join godhaa👇
Show all...
👌Jechoota hayyootaa👌
Oro meme
😁Oromo comedy😜
🌅Suuraa profile ta'an🌠
✍Barnootaa bifa nama bashannansiisuun
🤌Jechoota gamnaa🤏
👂Ajaa'iba addunyaa🫵
❤️Waa'ee jaalalaa❤️
❤Akkamitti nama jaalatte of jaalachiifta?
Kana hunda bakka tokkotti argachuuf👇
🪐JOIN JOIN JOIN🌏
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.