cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

BBC NEWS AFAAN OROMOO

Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi ....

Show more
Finland658The language is not specifiedNews & Media13 460
Advertising posts
10 344
Subscribers
+2024 hours
+1757 days
+52230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Ingilaandi Isloovaakiyaa sa'a dabalataatti mo'achuun nuusa xumuraaf darbite. Ispeen tapha hanga ammaatti taasifte %100 mo'atte. Joorjiyaa 4-1 mo'achuun nuusa xumuraaf geesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/g1JkPwd
Show all...
Ispeen salphaatti Joorjiyaa yoo mo'attu, Beelingihaam Ingilaandiin salphinarraa oolche

Ingilaandi Isloovaakiyaa sa'a dabalataatti mo'achuun nuusa xumuraaf darbite. Ispeen tapha hanga ammaatti taasifte %100 mo'atte. Joorjiyaa 4-1 mo'achuun nuusa xumuraaf geesse.

Muddama Itoophiyaa fi Somalaiyaa gidduutti mudate mariin tasgabbeessuuf ministirootni dhimma alaa biyyoota lameenii Tarkii galan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AhwpOkd
Show all...
Itoophiyaa fi Somaaliyaan muddama gidduu isaaniitti dhalate tasgabbeessuuf Tarkiitti mari'achuuf

Muddama Itoophiyaa fi Somalaiyaa gidduutti mudate mariin tasgabbeessuuf ministirootni dhimma alaa biyyoota lameenii Tarkii galan.

Filannoon yaada uummataa CBS News/YouGov gaggeesse akka mul'isutti namoota yaada kennan keessaa dhibbeentaa 72 kan ta'an Baayiden rakkoo fayyaa sammuu fi rakkoo sirriitti yaaduu waan qabuuf kana booda akka pirezidantiitti tajaajiluuf ga'umsa hin qabu jedhan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4FafniG
Show all...
Filattoonni %72 Baayiden rakkoo sammuu waan qabuuf ga'umsa pirezidantummaa hin qabu jedhan

Filannoon yaada uummataa CBS News/YouGov gaggeesse akka mul'isutti namoota yaada kennan keessaa dhibbeentaa 72 kan ta'an Baayiden rakkoo fayyaa sammuu fi rakkoo sirriitti yaaduu waan qabuuf kana booda akka pirezidantiitti tajaajiluuf ga'umsa hin qabu jedhan.

Haleellaan misaa’elaa Raashiyaa daa’imman lama dabalatee waliigalatti lubbuu namoota torba dabarse hordofee Pirezedantiin Yukireen Volodmiir Zelenskiinmeeshaa waraanaa fageenya dheeraa qabaniif fi ittisa haleellaa qilleensaa dabalataa irra deebiin gaafatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KB0hx23
Show all...
Haleellaa Raashiyaa hordofuun Zeleniskiin misaayila fageenya dheeraa furguggifaman hidhachuuf iyyatan

Haleellaan misaa’elaa Raashiyaa daa’imman lama dabalatee waliigalatti lubbuu namoota torba dabarse hordofee Pirezedantiin Yukireen Volodmiir Zelenskiin meeshaa waraanaa fageenya dheeraa qabaniif fi ittisa haleellaa qilleensaa dabalataa irra deebiin gaafatan.

Waraannifi humni nageenya Israa’el akkasuams gareen hidhattoota Hamaafi Palistiiniyaan Islaamik Jihaad “tarree galmee qaanii'' UNtti akka makaman godhaman. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TgRLbZo
Show all...
Israa’elifi Hamaas ‘tarree galmee qaanii’ UNtti maaf dabalaman?

Waraannifi humni nageenya Israa’el akkasuams gareen hidhattoota Hamaafi Palistiiniyaan Islaamik Jihaad “tarree galmee qaanii'' UNtti akka makaman godhaman.

Kufaatii mootummaa Dargiif wantoota sababa ta’an keessaa tokko Dargiin keessoosaa qulqulleessuu dadhabuu akka ta’etu himama. Dargiin bara biyya bulche harka guddeessa waraanarratti kan dabarse ta’uunsaa yeroo argatee keessoosaa sirreessuu hin dandeenyes ni jedhama. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aJSw4xp
Show all...
Koloneel Takkaa Tulluu: Itti gaafatamaa Tika Dargii ABO waliin hojjataa ture

Kufaatii mootummaa Dargiif wantoota sababa ta’an keessaa tokko Dargiin keessoosaa qulqulleessuu dadhabuu akka ta’etu himama. Dargiin bara biyya bulche harka guddeessa waraanarratti kan dabarse ta’uunsaa yeroo argatee keessoosaa sirreessuu hin dandeenyes ni jedhama.

Qormaanni yuunivarsiitii barattoonni sobaa artifishaal intelligensii fayyadamuun fudhatan kan barattoota dhugaatiin fudhataman moo’uu fi tasuma osoo namoota qormaata soroorsaniin hin baramin darbuu qorannoon argisiise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cpboFTz
Show all...
AI barattoota yunivarsiitii mo'uu akka danda'u qorannoon ni mul'isa

Qormaanni yuunivarsiitii barattoonni sobaa artifishaal intelligensii fayyadamuun fudhatan kan barattoota dhugaatiin fudhataman moo’uu fi tasuma osoo namoota qormaata soroorsaniin hin baramin darbuu qorannoon argisiise.

Neezarlaandis keessatti bara 2023 qofaatti namoonni 9,068 "euthanasia" ykn deeggarsa ogeessa fayyaan du'aniiru. Du'a biyyattii keessatti mudate keessaa 5% jechuudha. Kanneen fedhiidhan ogeessa fayyaan du'an keessaa "duo-euthanasia" ykn abbaan warraafi haati warraa kan wal-faana du'an 33 galmaa'era. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aqKDuEH
Show all...
Abbaa warraafi haadha warraa walgannee hin duunu jechuun hakimaan du'uu filatan

Neezarlaandis keessatti bara 2023 qofaatti namoonni 9,068 "euthanasia" ykn deeggarsa ogeessa fayyaan du'aniiru. Du'a biyyattii keessatti mudate keessaa 5% jechuudha. Kanneen fedhiidhan ogeessa fayyaan du'an keessaa "duo-euthanasia" ykn abbaan warraafi haati warraa kan wal-faana du'an 33 galmaa'era.

Dorgommii waancaa Awurooppaa 17ffaa Euro 2024 qopheessituun sagantichaa Jarmaniin akkasumas Siwiizarlaand nuusa xumuraaf yoo darban Xaaliyaanii fi Deenmaark gaggeeffamaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GtR5Wl3
Show all...
Euro 2024: Jarmanii fi Siwiizarlaand nuusa xumuraaf darban, Xaaliyaanii fi Deenmaark gaggeeffaman

Dorgommii waancaa Awurooppaa 17ffaa Euro 2024 qopheessituun sagantichaa Jarmaniin akkasumas Siwiizarlaand nuusa xumuraaf yoo darban Xaaliyaanii fi Deenmaark gaggeeffamaniiru.

Pirezidantiin US Joo Baayiden falmii jalqabaa irratti hanqina mudate fooyyessuun morkataasaa Doonaald Tiraampirratti olaantummaa argatee, filannochas akka mo'atu kanneen maallaqaan isa deeggaraniif mirkaneesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZnDU915
Show all...
Baayiden hanqina mudate fooyyessuun filannoo akka mo'atu sagantaa galii walitti qabuurratti dubbate

Pirezidantiin US Joo Baayiden falmii jalqabaa irratti hanqina mudate fooyyessuun morkataasaa Doonaald Tiraampirratti olaantummaa argatee, filannochas akka mo'atu kanneen maallaqaan isa deeggaraniif mirkaneesse.

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.