cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

JESUS CHRIST IS COMING

Ilmi namaa ulfina abbaa isaatiin ergamoota isaa wajjin dhufuuf jira; yommus adduma addaan akka hojii isaatiitti gatii isaa in kennaaf*. Mat:16:27 Chaanaalii Keessaan! Subscribe our youtube channel๐Ÿ‘‡ https://youtu.be/9_zR-11-rpA

Show more
Advertising posts
17 640Subscribers
-524 hours
+5807 days
+2 15730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Sagantaan keenya guyyaa harraa kana fakkaata ture. Torban jimaata sagantaa kana fakkaatuun hamma walitti deebinutti nagaan waaqayyoo siniif haa baayyatuโ—๏ธ
Show all...
โค 1
Deebii keessaniif deebii nuti gadhiifne kana wal bira qabuun dogogora keessan baruu dandeessuโ—๏ธ
Show all...
Dhugaa Ykn Soba 1) Yoseef inni Yesuusin Fannno irraa Buusee awwaale bartuu yesuus ture. Deebii: Dhugaa (yoh 19:38) 2) Maariyaam isheen Magdalaa Akka Yesuus Du'aa Ka'ee yemmuu Bartotatti Dubbatte Bartoota Keessaa Jalqaba simoon Pheexirostu Iddoo awwaalaatti Fiige. Deebii : Dhugaa (yoh 20:4) Deebii sirrii filadhu! 3) Barabbaa Inni bakka yesuus mana Hidhaatii Gadhiifame hojiin isaa maal ture? A) Eegduu ture B) loltuu ture C) saamtuu ture D) Deebii hin qabu Deebii:C ( yoh 18:40) 4) Philaaxoos Gaafa inni Yesuusitti Firdii Isa Dhumaa Kenne sa'atii meeqatti ture? A) 10 B)6 C) 12 D) 4 Deebii: B (yoh 19:14) 5) Philaaxos yommus waan ittiin beeksisu tokko caafee, mataa fannoo isaatiitti maxxanse; caaffatichis, โ€œYesus nama biyya Naazireet, mooticha Yihudootaaโ€ kan jedhu ture. Caaffatichis Afaan Meeqaan Barreeffame? A) 3 B) 5 C) 1 D)2 Deebii: A (Yohannis 19:20) Deebii gabaabaa kenni! 6) Yesuus jalqaba akka Du'aa Ka'een Enyutti of mullise? Deebii :Maariyaam Ishee Magdalaatti (yoh 20:14) 7) Yesuus Erga Du'aa Ka'ee Guyyaa meqaffa isaatti Toomaas Akka Amanu Godhe? Deebii : Guyyaa 8ffaa (yoh 20:26) 8) Yesuus Qabamu Jalqaba enyuttii Geessanii 2ffaa irrattis Enyutti Geessani? Deebii: hanaaniyaas achiitii qayyaafaatti geessan (yoh 18:13) 9) Warri loltuu Yesuusitti Uffata Akkamii itti Uffisani? Deebii: Uffata dhilgee yoh 19:2 10) Golgootaa Jechii Jedhuu Afaan maliiti? Deebii: Ibraayisxitti Yoh 19:17
Show all...
โค 1
Namoonni badhaasa guyyaa harraa gaaafii olaanaa deebisuu dhan dorgommii kana moo'atan beekamee jira. Namoonni kunis๐Ÿ‘‡ ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ 1,Sadarkaa tokkoffaan gaaffii 10 keessaa 8.5 deebisuu dhaan #Ragaa_Saamu'el 2,Sadarkaa lammaffaan gaaffii 10 keessa 8 deebisuudhaan #Daaniel_Eebbisaa 3,Sadarkaa sadaffaan gaaffii 10 keessaa 7 deebisuun #Damee_Tufaa Dorgommii kana mo'atanii jiru!! ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ Baga Gammaddan!!!!! Badhaasa keessan fudhachuu ni dandeessu. Share๐Ÿ’ฅshare๐Ÿ’ฅShare    @jesuschristiscomingforus          ๐Ÿ“ŒJOIN๐Ÿ“Œ Commentโœ๏ธ @Jesusisonroadbot
Show all...
โค 4
Namoonni dorgommi kana moo'atan adda baafamanii jiru. Guyyaa harraas namoonni hirmaatan baayyee waan tahaniif sin jalaa turre.
Show all...
๐Ÿ‘ 6๐Ÿ‘ 1
Namoota dorgommii moo'atan adda baasaa jirra obsaan nu eeggadhaaโ—๏ธ
Show all...
โค 8
Daqiiqa 5 qabdu
Show all...
โค 6
Gaaffiiwwan hundi kana fakkaatu. Gaaffiiwwan hunda deebii isaanii bakka tokkotti karaa kana nuuf ergaaโ—๏ธ๐Ÿ‘‡ @Jesusisonroadbot Daqiiqa 15 siniif kennineโ—๏ธ
Show all...
โค 1
1) Yoseef inni Yesuusin Fannno irraa Buusee awwaale bartuu yesuus ture. 2) Maariyaam isheen Magdalaa Akka Yesuus Du'aa Ka'ee yemmuu Bartotatti Dubbatte Bartoota Keessaa Jalqaba simoon Pheexirostu Iddoo awwaalaatti Fiige. Deebii sirrii filadhu! 3) Barabbaa Inni bakka yesuus mana Hidhaatii Gadhiifame hojiin isaa maal ture? A) Eegduu ture B) loltuu ture C) saamtuu ture D) Deebii hin qabu 4) Philaaxoos Gaafa inni Yesuusitti Firdii Isa Dhumaa Kenne sa'atii meeqatti ture? A) 10 B)6 C) 12 D) 4 5) Philaaxos yommus waan ittiin beeksisu tokko caafee, mataa fannoo isaatiitti maxxanse; caaffatichis, โ€œYesus nama biyya Naazireet, mooticha Yihudootaaโ€ kan jedhu ture. Caaffatichis Afaan Meeqaan Barreeffame? A) 3 B) 5 C) 1 D)2 Deebii gabaabaa kenni! 6) Yesuus jalqaba akka Du'aa Ka'een Enyutti of mullise? 7) Yesuus Erga Du'aa Ka'ee Guyyaa meqaffa isaatti Toomaas Akka Amanu Godhe? 8) Yesuus Qabamu Jalqaba enyuttii Geessanii 2ffaa irrattis Enyutti Geessani? 9) Warri loltuu Yesuusitti Uffata Akkamii itti Uffisani? 10) Golgootaa Jechii Jedhuu Afaan maliiti?
Show all...
๐Ÿ‘ 4โค 2
2) Maariyaam isheen Magdalaa Akka Yesuus Du'aa Ka'ee yemmuu Bartotatti Dubbatte Bartoota Keessaa Jalqaba simoon Pheexirostu Iddoo awwaalaatti Fiige.Anonymous voting
  • Dhugaa
  • Soba
0 votes