en
Feedback
Oro_Future_Crypto

Oro_Future_Crypto

Open in Telegram

Chaanaalii crypto airdrop AFAAN KEENYAAN!

Show more
1 293
Subscribers
No data24 hours
-67 days
-2130 days
Posts Archive
Dotcoin jedhama. Airdrop gara xumuraatti dhufuuf jala gahedha. Namoota baayyeetin jaallatamummaa fi amanamummaa argatee, guyyaa gara guyyaatti miiliyoonotaan taphatamaa tapha jirutti makamuun irraa qooddadhaa. https://t.me/dotcoin_bot?start=r_391720410

Akkuma suuraa armaan olii irratti argitan, Giraamiin tokkoon isaa doolaara 75.9 tti gurgurama. Erga eegalamees guyyoota muraa
Akkuma suuraa armaan olii irratti argitan, Giraamiin tokkoon isaa doolaara 75.9 tti gurgurama. Erga eegalamees guyyoota muraasatti namoota miliyoona 2 oltu taphataa jira. Isinis addunyaa dijitalawaa jirtu kanarraa gahee keessan qooddadhaa. Liinkiin isaa kunooti: https://t.me/avagoldcoin_bot?start=364171a0bede111b940c

Inni kun immoo CAPYBARA jedhama. Dhiyeenya kan eegale tahus namichi tapha kanaan dursaa jiru hanga ammaatti qabxii/coin 13,830,023,566 walitti qabachuu dandaheera. Akki tapha isaatii, beeylada inni suuraashee isiniif kennu nyaata gosa garaagaraa nyaachisuudha. NYAACHISAA QARSHII ARGADHAA! https://t.me/getcapybot/now?startapp=MzkxNzIwNDEwfGViODA3OWY1LTdlY2QtNGZjNy1hMjg3LWU4OGZjZTFhZjRiNg==

Ofiikootiif sadarkaa ani irratti amma argamudhaa! Taphachaa qarshii aŕgachuu!
Ofiikootiif sadarkaa ani irratti amma argamudhaa! Taphachaa qarshii aŕgachuu!

Geemiin inni kun airdrop guddaan kan irraa ni argama jedhamee eegamu fi akkaataan tapha isaatiis mijataa kan tahedhaan. Yeroo geemii kana taphattan cat/adurree lakkoofsi mataasheerra jiru, kan biraa lakkoofsa walfakkaataa qabduun walitti ida'a. Akkaataan tapha isaatii yoo akka isin rakkisuu barbaade post kana like gootanii akkamitti akka taphattan kessaan isin quunnamee waliin irratti haasofnaan. TAPHACHAA QARSHII ARGADHA! https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=r_1726_3095110 💰Catizen: Unleash, play, and Earn dollars $$$$

TAPSWAP jedhama. Akkuma notcoin kan April 20 irratti sharafamuu jalqabuu iskiriinii bilbila keessanii tap tap gochuudhan 'token' kan ittiin argattan. SOLANA dhan kan deggeramuu fi fandi kan taasifame yoo tahu, pirojektiin kun gara dhumaatti dhiyaataa dhufeera. Irraa fayyadamaa. https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_391720410

Kun Channalii crypto airdrop irraa argachuu dandeenyuudha. Waltaanee, walumaanii!

Welcome onboard 🌼 🌸 🌻 🌹 🏵 ANAA DHUFU... BAGA NAGAAN DHUFTAN! 🌼 🌸 🌻 🌹 🏵 🌼