cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Dhugoo_Dhugoomsa

๐Ÿ‡จ ๐Ÿ‡ญ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡ณ ๐Ÿ‡ณ ๐Ÿ‡ช ๐Ÿ‡ฑ ๐Ÿ‡ฐ ๐Ÿ‡ช ๐Ÿ‡ช ๐Ÿ‡ณ ๐Ÿ‡พ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡ฏ ๐Ÿ‡ด ๐Ÿ‡ฎ ๐Ÿ‡ณ ๐Ÿ‡ฌ ๐Ÿ‡ด ๐Ÿ‡ฉ ๐Ÿ‡ญ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Youtube kenyas Asuman subscribe godha https://youtube.com/channel/UC4R4B2jJsEjtCZZ5foj6lzQ Yaada fi Gaafiif or cross promotion yoo barbaaddan ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @Dhugoobot

Show more
Finland2 150The language is not specifiedEducation69 170
Advertising posts
297
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-1230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Yaamicha Sagantaa Eebba kitaaba #Biiftuu_Bahaa Kabajamtoota Obboloowwan koo Ilmaan Oromoo kan Biyya keessatti argamtanii fi Biyyoota Alaa Iddoolee garagaraa jiraattan, akkasumaas jaalattootaa fi Dinqisiifattoota Aartii fi Og-barruu Oromoo taatan hundi keessanuu, Nageenyi koo kan kabajaa fi jaalalaa gaaraaf laga cahee, qilleensaasย  yaabbatee, iddoo isin jirtan maratti isin haa dhaqqabuun isiniin jedha. Itti Aansuudhaan akkuma kanaan dura wa'ada isiniif galee ture kunootuu arra wa'ada koo guutee Gumaata Og-barruufi guddinna Aartii Oromoo, kan dhaloota barsiisu #Kitaaba koo isa jalqabaa #Biiftuu_Bahaa kan jedhuย  #Qaammee 4/2015 tti Sagantaalee mimmiidhagoo, booharsoo, barsiisoo fi bashannansiisoodhaan dabaalamee harka keessaniin gahuuf qophiin hundi xumuramee jira! Kabajamtoota Qaqqaalii ijoollee Oromoo fi Dinqisiifattoonni Aartii Oromoo kan biyya keesaatii fi biyya Alaatti argamtan, kanneen sagantaa teenyarratti argamuu dandeessan marti keessanuu Sagantaa kanarratti hirmaattanii dhalotaaf seenaa gaarii gumaachuudhaan qooda akka irraa fudhattan Afeerraa kabajaa fi obbolummaatiin isin Afeereera! Nurraa hin hafinaa! #Guyyaa_Eebbaa Qaammee 4/2015 ALIย  Sa'aa 2:30 irraa eegala. #Iddoo_Eebbaa M/Qobboo M/Barumsa Sadarkaa 2ffaatti. Namoonni seenaa hojjetanii dhalootaaf waan gaarii dabarsan yeroo hunda jiraatoodha. Waliin taanee hojii gaarii galaa dhalootaaf haa goonuu! Aartii ofiitiif tumsuun ofiif tumsuudha! Galatoomaa! Obboleessa keessan Baharuddiin Aliyyii ( Bahar A Haji)irraaโœ๏ธ
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
BAGA GAMMADDAANII BAGA GAMMADDANNE hiriyoota koo kan Jema'a hundii keessanuu!!!! Yaadachiisa #hubachiisa Obboleessa kiyya obboleetti tiyya jireenyi bu'aa bahii baayyaata haalli ati hin eegin si mudachuu mala garuu #gaaffii 100n Jireenya kee hin maadalin ati gaaffii dhibbaa ol akka taatee hin dagatin. #Dhugaadha waan gaarii qofa hawwuun ilma namaatiif waan harayaa miti tahuus garuu yoo wannii ati eegde tahuu dhabe hin dagatiin waan hawwan dhabuun sirraan hin eegallee. Guyyaan kun akka dabru yaadadhu waa hunda yeroo yeroof dhiisi haalli kun ni dabraa. #Risqiin ilma namaa gaafa dhalate muramteefi dabruu fi dhiisun risqii siif hin tahu Obboleeyyan kiyya Isin dadhabdanii miti kan dabruu dhabdan murtii rabbii waan taheef Obsaa #Kheeyrumaafi Inshaa Allah Exit Exam แŒฅแˆฉ แ‹แŒคแ‰ต แ‹ซแˆ˜แŒฃแ‰ฝแˆ แŠฅแˆ…แ‰ต แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆžแ‰ปแ‰ฝแŠ• แŠฅแŠ•แŠณแŠ•แˆ แ‹ฐแˆต แŠ แˆ‹แ‰ฝแˆ : แ‹ฐแˆต แŠ แˆˆแŠ• !! แ‹แŒคแ‰ฑแŠ• แˆˆแ‹ˆแ‹ฐแŠแ‰ต แŒ‰แ‹Ÿแ‰ฝแˆ แˆ˜แŠแ‰ƒแ‰ƒแ‰ตแŠ• แ‹จแˆšแˆแŒฅแˆญ แ‹ซแ‹ฐแˆญแŒแˆ‹แ‰ฝแˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แˆแŠžแ‰ด แŠแ‹ :: แ‹จแ‹ˆแ‹ฐแ‰ƒแ‰ฝแˆแˆ แŠฅแˆ…แ‰ต แ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆžแ‰ปแ‰ฝแŠ• แŠ แˆ‹แˆ… แ‰ฅแˆญแ‰ณแ‰ฑแŠ• แ‹ญแˆˆแŒแˆณแ‰ฝแˆ :: แˆˆแŠ แ‹ฒแˆต แˆแ‰ฐแŠ“ แŠ แ‹ฒแˆต แˆžแˆซแˆ แ‹จแˆแ‰ตแˆฐแŠ•แ‰แ‰ แ‰ต แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‹˜แŒ‹แŒ แ‹จแˆšแ‹ซแŠแˆณแˆณ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ†แŠ• แ‹ฑแ‹“แ‹ฌ แŠแ‹ :: แˆˆแˆแˆ‹แ‰ฝแˆแˆ แˆ˜แˆแŠซแˆ™แŠ• แ‹ญแŒแŒ แˆ›แ‰ฝแˆ !!
Show all...
alahmdillah for every things ! injjiiffaanne jiraa qormaata bahumsa kayyoon birahanu hin milkoofne !
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Barataan hunduu ni #eebbifama. Barattoonni bara kana eebbifamanu kan qormaata bahuumsaa fudhaataa jiran, kan fudhaauuf deemanus, Walumaagalatti barataan qormaata bahuumsaa milkaa'ees, barataan hin milkoofnes ni eebbifama.
Show all...
Show all...
Gamtaa Barattoota Baddannoo Dhaabbilee Barnoota Olaanoo

Kaayyoon keenya:odeeffannoo haqa qabeessa miseensa gamtaa Kenyaaf tamsaasuudha. Odeeffannoo hin barbaachifne group kana irratti tamsaasuu irraa haa of qusannuu.

Photo unavailableShow in Telegram
๐™…๐™ช๐™ข๐™ข๐™–๐™– ๐™‚๐™–๐™ง๐™ง๐™ž ๐™Œ๐™–๐™—๐™–๐™™๐™๐™–๐™– ๐™๐™ข๐™–๐™ฉ๐™ฉ๐™– ๐™Œ๐™–๐™จ๐™๐™ญ๐™žโ™ฅiโ™ฅ
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.