cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

FOCUS KITTOO FURDISA

Show more
Finland3 133The language is not specifiedReligion & Spirituality87 033
Advertising posts
653
Subscribers
+224 hours
+67 days
+1030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

💖💖💖💖   MISIRAACHOO   💖💖💖💖 “Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa!”    Mat. 28:6 ♦️Cubbuu keenyaaf aarsaa inni ta'e ♦️Ba'aa yakka keenyaa inni nurraa fuudhe ♦️Hoolaan faasikaa keenya inni nuuf qalame ♦️Angafa warra du'aa kaa'ni ta'ee du'aa ka'eera ♦️Dhugumaan inni akka du'etti hin hafne du'aa ka'eera bartootattis mul'ateera 💖💖MISIRAACHOO YESUUS KIRISTOOS DU'AA KA'EERA💖💖          AYYAANA GAARIII 🔶🔶🔶YOURS FOCUS🔶🔶🔶 @focuskittoo @focuskittoo @focuskittoo Yaadaaf gaaffii akkasumas qeeqa qabdan karaa bot kanaa gadii kanan nun ga'u dandeessuu 👇👇👇👇👇👇👇 @FocusKittoBot @FocusKittoBot @FocusKittoBot
Show all...
5🔥 1
🤝Nagaan Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baay'atu.
"Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera; kottaa iddoo reeffi isaa ka'ame ture iyyuu ilaalaa!" Mat 28:6
🔶Guyyaa borii kabaja yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa keenya Yesuus waliin kabajna. 🔶Qophiin hundi waan xumurameeruuf hundumti keessan irratti argamuun walii wajjin Waaqayyoon in waaqeeffanna. ♦️Qabiyyeen sagantaa keenyaa: 🙏 Kadhannaa 🎵 Yeroo waaqeeffannaa 📝 Sagalee Waaqayyoo 🖌️ Walaloo 🕯️ Dungoo qabsiisuu Note: Guyyaa borii Faarfannaan waliin faarfannu kan Abbabaa Tamasgeen hinbadna seenee kan jedhu waan ta'eef shaakalatanii akka dhuftan isiniin jenna. 📅 May 05/2024 🕑 12:00 LT 📍Waldaa Makaana Yesuus Boosaa Kittoo ❤️💖❤️💖Yours Focus💖❤️💖❤️ @focuskitoo @focuskittoo @focuskittoo 📌Yaadaaf gaaffii qabdan karaa bot focus nu biraan gahaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @focuskittobot @focuskittobot @focuskittobot #irraa_hin_hafamu #Invite_your_friends #share
Show all...
2👍 1🔥 1
Hinbanna seenee garaa kutannee Teenyee boonyeerraa walitti dachaanee Baay'ee dinqiidha goochaan Gooftichaa Du'aa moheeraa guddisaa ililchaa Du'aaf cubbuunii mo'amaniiru Sabni Waaqayyoo hiikamaniiruu Kanaaf gammannaa du'aa ka'usaatti Jireenya argannee jiraachuu keenyatti Philaaxos duratti darbatamuunsaa Eenyuuf jedheetii naaf siif maleesaa Kanaaf gammadiu gammadii ililchii Du'a mooheeraa Gooftaa Yesuusii Faarisoonnillee itti qoosanii Ilma Yooseefii beenna jedhanii Dubbii Gooftaattis qooda hin fudhannee Kanaaf fayyinni isaanii hin taanee Gaafa inni du'ee dinqiin ta'eera Guyyaan halkanitti jijjiirameera Kan ta'ee hin beeknes raawwatamekaa Diinaaf seexanni eessa haa lixxukaa
Show all...
4
“Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame;” Isa. 53:5 💔Yesuus nuuf du'e malee isa hin ajjeefne. 💔Du'uu isaatiin furamne nagaas arganne 💔Madaa'uu isaatiin fayyina arganne ; fayyina keenya mirkaneesse. 💖💜💖💜Yours Focus💜💖💜💖 @focuskittoo @focuskittoo @focuskittoo Yaadaaf gaaffii qabdan karaa bot focus nu biraan gahaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @focuskittobot @focuskittobot @focuskittobot
Show all...
8
“Yesus fannoo isaa ofii baatee, gara iddoo "Lafee mataa" yookiis afaan Ibraayisxiitti "Golgootaa" jedhamutti ba'e.” Yoh. 19:17 💔Dhiphina nuyi dhiphachuun nuuf malu ture nuuf dhiphate 💔 Qooda keenya waraaname , reebame , tuffatame 💔 Yesuus nuuf du'uu isaatiin du'a keenya hambise ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ @focuskittoo @focuskittoo @focuskittoo Yaadaaf gaaffi qabdan karaa bot focus nu biraan gahuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @focuskittobot @focuskittobot @focuskittobot
Show all...
11👍 1
TONIGHT 🔶♦️🔶♦️Sagantaa Bultii♦️🔶♦️🔶                        Ayyaana Faasikaa                       🔶  TETELESTAI🔶
“Yesus daadhii dhangaggaa'aa sana erga afaaniin qabee booddee, "Fiixaan ba'eera" jedhe; mataa isaa jal'isee hafuura isaa kenne.”        Yoh. 19:30
♦️Nagaanif Araarrii waaqayyoo hunduma keessaniif haa ta'u maatii FOCUS 🔶Akkuma beeksifamee ture har'a galgala sagantaan bultii kabaja guyyaa yaadannoo du'u fi du'aa ka'u gooftaa keenya yesuus kiristoos waan qophaa'ee jiruuf hundumti keessan akka irratti argamtan isiniin jenna. 📅May 2/2024 🕰 2:00pm LT ⛪️  W.W.W.M.Y.Bossaa kittoo 💖💖💖FOCUS KITTOO💖💖💖                  We are focused                  We preach gospel                  We reach the nation #irraa_hin_hafamu #Invite_your_friends #share                         @focuskittoo                         @focuskittoo                         @focuskittoo
Show all...
2
“Inni garuu dhugumaan dhiphina keenya of irra in kaa'e, muddama keenyas in baate; nuyi garuu akka waan Waaqayyo dha'icha isatti fidee, akka waan inni isa rukutee gad isa deebisettis in lakkoofne.” — Isa. 53:4 💔Kan yakkee nu ture kanaaf dhiphachuun kan maluufis nu ture 💔Garuu kiristoos sababa yakka keenyaaf dhiphate 💔Nuti immoo dha'ichaa waaqayyootu itti dhufe jenne quba itti qabne 🙏Waaqayyoo garuu dhugumaan dhiphina keenya hundumaa isa irra in kaa'e TORBAN GAARII QABAADHA 💖💖💖💖YOURS FOCUS💖💖💖💖 @focuskittoo @focuskittoo @focuskittoo
Show all...
2👍 1
🤝 Nagaaf ayyaanni Waaqayyoo hunduma keenyaaf haa baay'atu. 🔶Akkuma beeksifamee ture bot karaa yaada ittiin kennamu kan FOCUS Kittoo banamee jira. Kanaaf yaada qabdan ciminaas ta'e hanqina akkasuma osoo irratti hojjetamee kan jettan ittin nu biraan gahuu ni dandeessu. 📌Link kana gadi jiru fayyadamaa. @FocusKittoBot @FocusKittoBot @FocusKittoBot 💜💙💜Yours Focus💜💙💜
Show all...
👍 4
1 Day left 🔶♦️🔶♦️Sagantaa Bultii♦️🔶♦️🔶                        Ayyaana Faasikaa                       🔶  TETELESTAI🔶
“Yesus daadhii dhangaggaa'aa sana erga afaaniin qabee booddee, "Fiixaan ba'eera" jedhe; mataa isaa jal'isee hafuura isaa kenne.”        Yoh. 19:30
🔶Kamisa sagantaan bultii kabaja guyyaa yaadannoo fannoo fi du'aa kahuu waan qophaahee jiruuf hundumti keessan akka irratti argamtan isiniin jenna. 📅May 2/2024 🕰 2:00pm LT ⛪️ W.W.W.M.Y.Bossaa kittoo 💖💖💖FOCUS KITTOO💖💖💖                  We are focused                  We preach gospel                  We reach the nation #irraa_hin_hafamu #Invite_your_friends #share                         @focuskittoo                         @focuskittoo                         @focuskittoo
Show all...
5👍 1
“nuyi hundumti keenya akka hoolotaa karaa irraa badnee turre, adduma addaanis kara-karaa in gorre; Waaqayyo garuu yakka hunduma keenyaa isa irra in kaa'e.”   — Isa. 53:6 💔 Nuti sababa cubbuu keenyaaf warra karaa waaqayyoo irraa kaanne turre 💔 Nuti sababa yakka keenyaaf fuula Waaqayyoo dura dhaabachuuf qajeellummaa(righteousness) namoota hin qabne turre 💔sababa cubbuu keenya namoota du'un nuf malu turre 🙏Garuu Waaqayyoo yakka hunduma keenyaa kiristoos irra in kaa'e    TORBAN GAARII QABAADHA 💖💖💖💖YOURS FOCUS 💖💖💖💖 #focuskittoo #focuskittoo #focuskittoo
Show all...
8