en
Feedback
Ebisa Temesgen Official

Ebisa Temesgen Official

Open in Telegram

Show more
Indonesia89 627The category is not specified
707
Subscribers
-124 hours
-47 days
-930 days
Posts Archive
Group Jechoota Jaalalaa itti dabalamuun yaada keessan share nuf gochuu dandeessu! karaa toora facebook keenyan https://facebook.com/groups/920691408332469/

https://www.facebook.com/100063858034206/posts/514481457357118/?flite=scwspnss&mibextid=jj4577Dmmt1TazHb https://www.facebook
https://www.facebook.com/100063858034206/posts/514481457357118/?flite=scwspnss&mibextid=jj4577Dmmt1TazHb https://www.facebook.com/100063858034206/posts/514481457357118/?flite=scwspnss&mibextid=jj4577Dmmt1TazHb 𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐟𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐬 𝐧𝐮 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐝𝐨𝐟𝐟𝐮 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮

Jaalalaaf Jecha❤️ Naayijeriyaa kun jaalalle isaaf bilbila 'Iphone promax 14' bituuf jecha kalee isaa tokko gurgure.
Jaalalaaf Jecha❤️ Naayijeriyaa kun jaalalle isaaf bilbila 'Iphone promax 14' bituuf jecha kalee isaa tokko gurgure.

https://www.facebook.com/100063858034206/posts/514481457357118/?flite=scwspnss&mibextid=jj4577Dmmt1TazHb 𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐟𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐬 𝐧𝐮 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐝𝐨𝐟𝐟𝐮 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮

photo content

Baga Geessan Qillee Ayyaanna waggaa Ayyaantutu argaa Baga geessan hunduu Yaa ta'u kan nagaa Guyyaa dhalatetti Mootiin samiif
Baga Geessan Qillee Ayyaanna waggaa Ayyaantutu argaa Baga geessan hunduu Yaa ta'u kan nagaa Guyyaa dhalatetti Mootiin samiif lafaa Gaarii qofa argaa Dhippuu irraa afaa Faarsoodha unattuu Daadhidhaaf birillee Maatiin kiristaanaa Baga geessan

Jaalala❤️ Love❤️ Jaallalli ilma namaatiif gammachuu qofa osoo hin taane, qormaata cimaafi rakkoo gurguddootu jaalala keessatti nama mudata! Kunimmoo ulaagaalee jaalala dhugaa keessaa Isa tokkodha! Addunyaa kana irratti namni Wal jaallatee Wal argatu nama muraasa yoo ta'u,inna kaan osoo Wal jaallatee imimmaan waliif lolaasuu,hiree jireenyaan gargar baha! Inni kaan immoo jaalala dhugaatiin qabamee jaalalli isaa sun gatii dhabdee Onneen isaa gogdee hiraarfamaa jiraata! Addunyaa kana irratti yoo sitti jallate kan Akka jaalalaa si miidhuu danda'u hin jiru! Hireen jaalalaa qooda uumaati! Akkuma Nuti nama tokko jaallannutti,kan nu jaallatus hedduudha.garuu baayyeen keenya nama jaallanneef malee nama nu jaallateef gatii hin qabnu! Nama jaalala isaatiin qabamneef yaadaan hiraaruu malee,kan jaalala keenyaan qabameef carraa yaada isaa ittiin ibsachuu danda'u tokkollee hin laannuuf! Yaada isaa yoo dhageenyellee deebii sirrii ta'ee hin kenninuuf Tuffaannee bira darbina,haasaan nama sanaa Dhugaa nutti hin fakkaatu

Beela'eef sin jaaladhuu Yoon buleyyuu Agabuu Buddeenan firoomuudhaaf Laphee tortoraa hin qabu Maal naaf godha gamoon kee? Kan cirrachaaf simmintoo Maal naaf godha biftikee Kan bulee ta'u cittoo.... Bu'aaf fayidaan hunduu Kan lafarra tuulame Gaaf tokko darbuuf jira Harca'ee duguugamee #Eenyummaa keen jaaladha Kan si waliin uumame! https://t.me/miiltoo_jaalalaa

Watch "Asoosama Dheeraa Jaalalaaf jechaa Kutaa 2ffaa" on YouTube https://youtu.be/45o1r8Ro-3E

Watch "Asoosama Dheeraa Jaalalaaf Jecha Kutaa 1ffaa" on YouTube https://youtu.be/ruYcMaMiXqY

Yeroo dhihoottii Miltoo jaalalaan video hojanee jechootaa babaredooo qabanee yeroo dhihoottii jalqabuuf jenaa marree subscribe gochuun nu cinaa dhabadhaa jenaa 👇👇👇👇👇 https://youtube.com/channel/UCiZ3nxJa9p8vVOb9fx-WM1Q

Aduun argen sehe Aduu arge seheen Aduu anaaf bahe Utaalee gammadeen Lafaan ofiin dhahe Ifashee ilaaluuf Yeroo itti siqu Ifa na dhorkatte Na jalaa miliquuf ilmako wareegee Ofii itti cabee Baay'ee itti rakkadhee Ifa argun dhabe Naaf kenni ×3 ifakoo Yoo na didde immoo Kaheen sitti duula akka amalakoo Duumessa hin barbaadu Na gaha inni durii Ifakoo naaf laadhu Hidhaa ijakoo furi

Jechootaaf Gorsa Jaalalaa ~~~~~~~~~~~~~~~~~~~ _Kan jaallateef kan maraate tokko _Jaalala kan uumu hundi mana hin dhaabu _Jaalalli onneerraa, ogumman isa dhugaadha _Jaalalaafi marqaa o'aa o'aasa _Jireenyi jaalala hin qabne akka muka firi hin qabneeti _Onneekee guutu hin jaallattiin dhabuu waan dandeessuuf _Jaalalleen yeroo rakkoo yoomiyyu jaalalledha _Jaalalle sobaa irra diina dhugaa wayya _Jaalalle gadhee irra kophaa ta'uu wayya _Jaalatan dulloomu jaalalli hin dulloomu _Namni jaalala sobaa waliin adeemu duumessa bokkaa of keessa hin qabne isa ofumaan oofamudha # GORSA _Jaalalleke irratti hin ilaaliin,hin fedhiin garaan kee hiriyyumma! biraa _Osoo sin jaalladha jettu nama hin ajjeesiin! _Eenyumma kee keessa suuqxe sin jaalladha hin jedhiin! _Qarshi ilaaltee hin jaallatiin boru dhumti! _Jaalallekeef amanami shakkamtuyyu amanamummaan kee bor dhugaa siif ba'a! _Jaalalle kee hin tuffattin barri gaggaragaltoodha _Argachuuf dhabuun jaalalle kee irraa adda sin baasiin! _Jaalala dhugaa isa sobni hin dhugne wal jaalladha!