1 028
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
1 028
kutaa 2ffaa Fiilmii dheeraa afaan oromoo Haaraa hawwiin eegaa turtan gad dhiifameera link armaan gadii seenaa dawwadhaa 👇 👇 👇 👇 https://youtu.be/PPDnghIiQNU?si=x2NjTawSPotnbNvy
1 028
Fiilmii kun dandeetti ijoollee kana oli dha dhugaa ilaaluu dhaan jajjabeessa. dhalatoota Amboo hojii kana olii isin irraa eegna... jabaadha!
link kanaan seenaa ilaalaafii👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/B_6pIDPGvbg
1 028
video mucaan kun hojjaatee ittiin badhafame guyyaa lama dura faranjootan gara biyya Germanitti fudhatame kana dawwadhaa
https://www.youtube.com/@Lookoomedia1
1 028
Ani Akka kootti Nan barbaachisu naaf maxxansi jennaanin maxxanseef... eenyuyyuu waan barbaade ASI irratti maxxanfachuu danda'a 🙏
Warreen barbaadan immoo bilbilaafi
🍀🍀🍀 መርጌታ መልካሙ የባህል ህክምና 0922723257
ትክክለኛዉን እና የቀደምት ሊቃውንት የአባቶቻችንን ጥበብ ይሻሉ ወይም ይፈልጋሉ ??0922723257
0922723257እንግዲያውስ ከምንሰጣቸው የጥበብ አገልግሎት በትንሹ ከታች ተዘርዝረዋል
1 🍀🍀ለሀበት
2 🍀🍀ለመፈትሄ ስራ
3 🍀ለመስተፋቅር
4 🍀🍀ለስንፈተ ወሲብ
5 🍀🍀ለበረከት
6 🍀🍀 ለገቢያ
7 🍀🍀 ለትዳር እንቢ ላላቹሁ
8 🍀🍀 ለአይነ ጥላ
9 🍀🍀ለስልጣን
10🍀🍀ገንዘብ አልበረክት ላላችሁ
11🍀🍀ለግርማ ሞገስ
12🍀🍀ገንዘባቹሁን የተወሰደባቹሁ እንዲመለስላቹሁ የሚያደርግ
13🍀🍀አፍዝ አደንግዝ
14🍀🍀ለትዳር የሚሆን ኮኮብ ቆጠራ
15🍀ለሁሉ መስተፍቅር
16🍀🍀ለድምፅ
17🍀🍀ለብልት
18🍀🍀ለውጭ እድል
19🍀🍀 ወንድ ልጅ ብቻ እየወለዱ ሴት ልጅ መዉለድ ለተሳናቸዉ
20🍀🍀ለደም ግፊት
21🍀🍀ለመካንነት
22🍀🍀 ለህመም
23🍀🍀ኢቃማ ሳይኖራቹሁ ለምትንቀሳቀሱ እንዳትያዙ የሚያደርግ
24🍀🍀ሴት ልጅ ብቻ እየወለዱ
ወንድ ልጅ መዉለድ ለተሳናቸዉ
25🍀🍀ለጥይት መከላከያ ወይም ጥይት እዳይመታ የሚያደርግ
26🍀እፀ መሰዉር
ከምንሰጣቸዉ
በትንሹ ይህን ይመስላል
🍀 🍀በአካል መምጣት ለማትችሉ ወይም መዳኒቱን ለምትፈልጉ ከአገር ውጭም ሆነ ከአገር ውስጥ መዳኒቱን ባሉበት ቦታ እናደርሳለን
🍀🍀ልብ ይበሉ ትክክለኛዉን የባህል መዳህኒት ለማግኘት እኛጋ ይምጡ
🍀🍀ለጥያቄ ይደውሉልን
09 22723257 የቲሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሎ https://t.me/merigetmlekamo
1 028
🔥ልዩ ቅናሽ ለብሬስ ታካሚዎች🔥
ከ 20% እስከ 30 % ቅናሽ ከረጅም ጊዜ ክፍያ አማራጭ ጋር
ከዚህ በፊት አድርገን የነበረውን የብሬስ ቅናሽ መጪውን ክረምት እና አዲስ ዓመት ምክኒያት በማድረግ ማራዘማችንን ስንገልፅ በደስታ ነው😍😍
ደረጃቸውን በጠበቁ ዘመናዊ መሳሪያዎች እንዲሁም የረጅም ጊዜ እውቀት እና ልምድ ባካበቱ ዶክተሮቻችን ታግዘን ጥራት ያለው ህክምና በመስጠት ላይ እንገኛለን።
🔷 ጥርሴ ፍንጭት ነው
🔷 ጥርሴ ዘርዛራ ነው
🔷 ድርብ ጥርስ አለኝ
🔷 ጥርሴ ወጣ ገባ ያለ ነው ድርድር ያለ አይደለም
🔷 ጥርሴ ወደፊት የወጣ ( ገጣጣ ) ነው
🔷 ጥርሴ በደንብ አይገጥምም ( አይነክስልኝም )
እያሉ እየተጨነቁ እና እየተሳቀቁ ነው? እነዚህን እና ሌሎች የጥርስ ችግርዎትን ለመቅረፍ ዶክተሮቻችን እርሶን እየጠበቁ ይገኛሉ ይምጡ እና ውብ ፈገግታዎን ይመልሱ።
📆 እባክዎ ከመምጣትዎ በፊት ቀጠሮ ማስያዞን አይዘንጉ
ስልክ ፦ 0916868624 / 0964222221
አድራሻ ፦ ጀሞ 2 ሸገር ባስ ማዞርያ ፊትለፊት
በቴሌግራም ቻናል 👇👇👇👇👇 ያገኙናል
🔵 https://t.me/hira_dental
🔵 https://t.me/hira_dental
🔵 https://t.me/hira_dental
#hiradentalclinic #orthodontics #braces #AddisAbaba #jemo #best #Ethiopia #Smile #Health #tooth #wow #DidYouKnow #ethiopianairlines #discount #ቅናሽ #ልጅ #ግን #መረጃ #ውድ #ውብ
1 028
Beeksisa kanaaf itti gafatamaan abbaa beeksisifatuu dha!.
Faashinii Nus Lammiif
Tajaajiloonni nu'ii kenninu
👉Uffata guutuu dhiiraa
👉Uffata Aadaa
-cidhaaf
-Eebbaaf
sagantaa garagaraaf ajajaan ni qopheessina
👉Teessoon; Furii gamoo #Muddin Darbii 2ffaa
lakk bilb; 09-14-67-87-91
09-49-11-32-11
Nuuf Bilbilaa🙏🙏🙏🙏🙏
1 028
Bilbiloota Haaraa, Qulqullina qaban, Orginaala ta'an. Wabi waggaa tokkoo waliin qabanne dhihaaneerra.
Sam A03 core32/2=10,800 (5000mah)
Sam A13 64gb /4=16,800 (6000mah)
Sam A13,128/6=19,500 (6000mah)
Sam A23=128/6=24,500 (6000mah)
Sam m32=128/6=21,500 (6000mah)
Samsung A03 32GB=10,800 (5000mah)
Itel S18 Model 64/4GB=10,000 ( Moodeela haaraa) 6000mah
Tecno pop 7 pro 64/GB=9800 (6000mah)
Infinix Smart 6 4G 32/2GB=9500 (6000mah)
Infinix HOT 20 Play 64/4GB=14,500 (6000mah)
Infinix Smart 7 64/4GB=10,500 (5000mah)
Samsung M13 128/6GB=18,800 (6000mah)
Samsung m13 64/4GB=15000 (6000mah)
Itel A18 32/2GB=6500 (5000mah)
Itel A60 32/2GB=7500 (5000mah)
Samsung A04e 32/3GB=11500 (5000mah)
Moodeela feetanis ajajachu/gaafachu dandeessu.
Akkasumas Charjeroota Originaala isa dhugaa ta'an kan Laptoppi fii Bilbilootaa ni qabna. Baatirii Laptoppi fii Bilbilootaas numa biratti argattu.
Bakki Argama keenya Magaalaa Shaggar Kutaa magaalaa Keenteri.0910448000
1 028
camera gurguramuu dha you tube kanaas subscribe godhaa!
https://youtube.com/shorts/HVFu2I8HqV8?feature=share
1 028
Ameerikaatti Shakkamaan Waggoota 40'f Yakka Ajjeechaan Barbaadamaa ture, To'atame.
Namichi Biyya Ameerikaa keessatti yakka ajjeechaatiin shakkamee waggoota 40'f Poolisiin barbaddamaa ture, qabuun to'annoo jala oolee.
Shakkamaan kun ajjeechaa dubartii Abbaa warraa ishee waliin wal hiikaa jirtu kan, maqaan ishee Siintiiyaa Wuud jedhamtuun wal qabatee ture, kan barbaadamaa ture.
Shaklamaan waggoota 40'f Poolisii jalaa dhokachaa ture kun, maqaa isaa si'a 13 jijjiirrachuun Poolisii jalaa miliquuf yaalii taasisaa turuutu himame.
Shakkamaan umurii 65 kun, Bulchiinsa Kaalifoorniyaa keessatti Wajjira Abbaa Taayitaa Bishaanii keessatti walitti qabaa dhaabbatichaa ta’uun tajaajilaa osoo jiruu, to'annoo jala oole...
LOOKOO MEDIA
1 028
Keeniyaatti balaa konkolaataa mudateen yoo xiqqaate namoonni 49 du'uu dhaga'ame
Keeniyaatti balaa konkolaataa bakka namoonni heddummatanitti mudateen yoo xiqqaate namoonni 49 du'uu pooliisiin biyyatti beeksise.
Balaan kun kan mudate konkolaatan fe'umsaa 'konteenarii' baatee deemu konkolaachisaaf ajajamu diduun karaarraa maqee bakka namoonni baayyeen itti argamaniitti kufuun lubbuu namoota hedduu galaaffachuu ibsameera.
Balichi kan mudate naannoo magaala Kerichoo jedhamutti ta'uu eerameera.
Namoonni 30 ta'an ammoo miidhaa qaamaa cimaaf saaxilamuu miidiyaaleen biyyattii gabaasaniiru.
LOOKOO MEDIA
1 028
https://www.facebook.com/100066024049609/posts/571957671681696/?mibextid=R1qvczR0htUL5aAJ
link kanaan seenaa 👆👆👆👆
Beeksisa dhuunfaa
1 028
Kaameeraan yeroo muraasa kan itti fayydamaa turame yemmuu ta'u Gatii gadi bu'aadhan nii gurgurra carraa kanatti fayyadamaa bitadhaa__ Canon 5D mark 3
Qarshii 125k Qofaadha Full HD Waraaba yoo baarbaaddan 📞0965278460 ykn 0919849129 nu quunnamaa
