1 028
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
1 028
Argitanii hojii Saba bira
Dorgommii wayii company wayii baasee ture si'a lama jaratu nyaate kalleessa Akka carraa dargaggoon social media kana irratti maxxansa bareeda maxxansuun beekamu kan maqaan Isa Alex Taye jedhamu dorgomnaan isaan immoo garee telegram ትዝብት jedhu irratti garee ijaraanii nama waliif waama jiru
Kanaaf nu'iis tokkummaa dhaan Akka Jara caallu itti agarsisuu qabna kana gochuuf immoo link armaan gadii kanaan seene comment ((Alex Taye)) like gochuuf nama itti waamun tokkumma keenya ha agarsiisnu..link gadi kanaan seena comment Isa like godhaatii badhafamaa qarshii 100k godhanii
https://www.facebook.com/100002028524680/posts/6994017047342510/?mibextid=nb1MFm3jZYALyyMy
1 028
Hojii naaf barbaada accounting dhaanin eebbifame
kana irratti yoo bilbiltan na argattu
090 577 9821
1 028
sirbicha link kanaan seenaa daawwadha gad dhiifameera sirba pastor kafalewyu👇👇
https://www.facebook.com/100064482320320/posts/716955697130501/?mibextid=nb1MFm3jZYALyyMy
1 028
wayyooo uuuu lammii Koo gara jabina daangaa darbe kana daawwadha mee maaloo👇👇👇👇
https://fb.watch/o4bP0xAug0/?mibextid=K8Wfd2
1 028
Irreechi ga'eera kophee irreecha qulqullina addaa qabu barbaadduu? eeyyeen eega maarree lakkoofsa Armaan gadiin bilbiluun ajejadhaa!
0915880800
1 028
Teeknooloojii Waataa
Teeknooloojiin WAATAA gosawwan/leenjjiiwwan barnoota kompuuteraa fi kanneen biroo barsiisuuf galmee eegalee jira. Barnoonni kun gama “Online” ta’eenis ni kennama.
1. Programming Languages/Coding
2. Full Stack Website Development
3. Basic Computer Training
4. Advanced Computer Training
5. Graphic Design
6. CCTV Survillience Camera Installation Training
7. Short Term Training
Teessoon Keenya: Magaalaa Naqamtee
Lakkoobsa Bilbilaa: +251930300252
WAATAA
HUMNA MUL’ATAA
