en
Feedback
Faarfannaa Haaraa 🎶

Faarfannaa Haaraa 🎶

Open in Telegram
2 306
Subscribers
No data24 hours
+137 days
+5430 days
Posts Archive
#Guta_Teklu 🔥🔥🔥 Si Waaqeffanna Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna

Ulfina Isaa Mullisuuf 🔥🔥🔥 #Guta_Teklu Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaannaa

#Guta_Teklu 🔥🔥🔥 Yesuus Ati Kiristoos Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna

Yesus immoo deebisee, "Inni cubbuu hojjeteef yookiis abbaan isaatii fi haati isaa cubbuu hojjetaniif miti, isa fayyisuudhaan
Yesus immoo deebisee, "Inni cubbuu hojjeteef yookiis abbaan isaatii fi haati isaa cubbuu hojjetaniif miti, isa fayyisuudhaan hojiin Waaqayyoo akka mul'atuuf jaamaa ta'ee dhalate malee. Wangeela Yohannis 9:3 Ergaa mata duree “Ulfina Isaa Mul’isuuf” jedhuun Video faaruu ja’a(6) kallattiin waraabame(live recording EP album)qabadhee dhufeera. Ittiin eebbifamaa, maatii fi hiriyaa waliin channel koo 👇👇👇 https://www.youtube.com/@gutateklu3129 akka nama heeddu qaqqabuuf ☝️☝️☝️subscribe fi share godhaa.

#Sababa Hotela Iskaylight tti Eebba Album Faarfaanna koo qopheessef namoota baay'eettu na arbase jedhe Faar. Dagim  Tilahun . #Sababa Eebba CD Faarfaanna isaa Holeta tti qopheessef dubbate jira.  #Linki kana tuqaadha YouTube jalaa dhageeffadha 👇👇👇 https://youtube.com/watch?v=ChcajTE_6vc&si=hsxJm9ggYehqKFef 🔴 Hotela Iskaylight tti🤔 Faarfaanna Eebbisisun Kristaanota Ni Madalaa je... https://youtube.com/watch?v=ChcajTE_6vc&si=hsxJm9ggYehqKFef

#YESUUSIIN 🔥🔥🔥 TIRFE ABERA || New 2026 Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna

#Inni 🔥🔥🔥 Merga Abera Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna

#Haa_Turamu 🔥🔥🔥 Solomon Alemu Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna

Fayyisaa Biyyaa Lafaa 🔥🔥🔥 #Ebba_Diriba Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna

Bikila Kebede 🔥🔥🔥 #CALLISUUKEE Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna

Gidduu kana #Raajii Henook Saalalee Arrabsera Jechun dulli irraatti baname jira. #Abbaan Alangee raajii Henookin  seeratti dhiheessuuf ''...qaama federaalaa waliin mari'atamaa jira,'' Raajii Henook immoo Dhiifama  gaafate jiraa.  #Dhima kana irraatti video hojettame kunotti linki isaa 👇👇 https://youtube.com/watch?v=-yIZuNFaQTQ&si=MIGbb7aQr74U6Vdc https://youtube.com/watch?v=-yIZuNFaQTQ&si=MIGbb7aQr74U6Vdc 🔴 Abbaan Alangee Raaajii Henookin Seeratti Dhiheessuuf🤔 '' Salaale Arrab... https://youtube.com/watch?v=-yIZuNFaQTQ&si=MIGbb7aQr74U6Vdc

#MAGAALAATOLOOTAA Waggaa 10n dura ''Guyyaan gaafasii sun anaaf addadha,yemmuun yaadu baayyeen raajeffadhaa'' ''Kana Fiiziksii
#MAGAALAATOLOOTAA Waggaa 10n dura ''Guyyaan gaafasii sun anaaf addadha,yemmuun yaadu baayyeen raajeffadhaa'' ''Kana Fiiziksiin maaljedheree?'',''Miira Miti gocha rifuu liphii'' jedhee faarfannaa dinqiidhaan laphee hunduma keenya keessa seene, Waaqayyo karaa isaa baayyee nu eebbise. Kunoo ammammoo albama 2ffaa #MAGAALAATOLOOTAA baayyee nama eebbisu nuuf qabatee dhufeera, farfannoota muraasa dhaggeeffadheera baayyee dinqiidha, Mudde 19/2018,dilbata ganama sa'a 2:00 irratti WKWW MY Burqaa Gafarsaa (Burraayyuu Kellaa)tti wal geenyee eebbisna. Hangasittuu link armaan gadiitiin https://www.youtube.com/@turadamuofficial seenaa youtube isaa subscribe gochuun maatiisaa ta'aa. Far.Turaa Dammuu

Karaa kee 🔥🔥🔥 #Ebba_Diriba Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna

#Faarfannaa kanatti Eebbifama 👇 Yaa YESUUS Maqaa Gaarii _ Abebe Temesgen https://youtube.com/watch?v=w2Z4dj8Vq68&si=bIIGLRFEBj4lnt-S

#Qesoota fi Daqonoota  Amanta #Ortodoksii Mataa Dhukkubse Sagantan  #Raajii Zakkaariyaas dhaadanoo kabaa itoophiya Yesuusif jedhu Gondaritti Geggesssa turee. Video dhima kana irraatti hojettame ilaalluuf linki kanan YouTube jalaa argaachu ni dandeessu. 👇👇 https://youtube.com/watch?v=2qOo_Ctpd7s&si=JMWG3R_9W9G2ULAV https://youtube.com/watch?v=2qOo_Ctpd7s&si=JMWG3R_9W9G2ULAV 🔴Hordofota Amanta Ortodoksii Mataa Dhukkubse🤔 Sagantan Prophet Zakkaariy... https://youtube.com/watch?v=2qOo_Ctpd7s&si=JMWG3R_9W9G2ULAV

#Faarfannaa kanatti Eebbifama 👇👇 Filannoon Koo Si'i _ Tirfe Abera #faarfannaa_afaan_oromoo https://youtube.com/watch?v=PXw8UL1WQkE&si=w4VJdqO5Kv53ni4N

#Yoom Duutaa? #Dafii Du'ii ! 🙆‍♂🤔 Maaliif nu ariifachiiftaa du'aaf ? Sababni isaa: ~ #Du'ii gadheen du'aa osoo waan jallaa dalagaani kabajamaniidha. ~ #Du'ii gadheen du'aa osoo nama miidhanii Ulfinna argataniidha. ~ #Du'ii gadheen ofii saamee nyaatee dhaloota qulquullu suumii nyaachiisuudha... #Kanaafuu, Jireenya akkasii keessa dafii du'ii 😇.  Namoonni akkasii biyya tokkoof #Vaayirasii daddarbaadha . Amalli isaanii dhaloota baay'ee balleessa. Kanaafuu dafanii du'uu qabu. (Professor Miratuu Shaanqoo)

#Gidduu kana dhimmi faar. #Befiqadu ijoo dubbii fulaa Media Hawasaa ta'ee jira.  #Dhimma kana irraatti far. Befiqadu Deebii qubsaa Kenne jiraa.  Linki kana tuqaadha video isaa dhageeffadha 👇 https://youtube.com/watch?v=IJWPhofUMZ8&si=rWjAtcG1yC-ratne https://youtube.com/watch?v=IJWPhofUMZ8&si=rWjAtcG1yC-ratne 🔴 Maqaa Ballessiin Far. Befiqaduu Irraatti Geggeeffame Maali 🤔 Deebii k... https://youtube.com/watch?v=IJWPhofUMZ8&si=rWjAtcG1yC-ratne

Gadan siif jedha 🔥🔥🔥 #Natnael_Tamene Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna

Eenyu Jira? 🔥🔥🔥 #Natnael_Tamene Faarfannaa haaraa argachuuf👇" Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna