cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

🎤🎤RADIO MUSLIMAA 📻📻

ODUU MUSLIMAA ADUNIYAA Fi Kan Biyya Kessaa Argachuuf Chanala Kenya Share join Godha Wol biraan Nuuf Ga'a YAADA YKN GAFFI YOO Qabaattan karaa @Yaarahaman13t@Yaarahaman13t↩ Nu QUNNAMUU DANDDESSU

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
2 621Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

"Erdogan garee keenya dabalatee Addunyaa Islaamaa maraaf nama murteessaa dha!!" Mujaahidoota Xaalibaan. Dubbi himaan Mujaahidoota Xaalibaan ibsa guyyaa kaleessaa kenneen gareen isaanii dhimma Afgaanistaan irratti Mooticha Turkii waliin wal quunnamanii marii geggeessuu akka barbaadan himee jira. Dubbi himaan Mujaahidoota Xaalibaan kun akkana jedha:- "Mootii Turkii Erdogan waliin wal quunnamnee mari'achuu barbaadna! Erdogan garee keenya dabalatee Addunyaa Islaamaa maraaf nama murteessaa dha!!" Jechuun ilaalcha Erdogan 'f qaban ibsee jira. Maashaa Allah! #Erdogan #Thaliban #Turkey Toora Telegram 'n na hordofuuf. @RADIOMUSLIMAA
Show all...
👇Hojii mobaayila keessaniin qarshii 75,000 fi isaa ol ji'a 3 fi 4 gidduutti argachuu dandeessan👇 Gramfree kan jedhamudha Dura kana hubadhaa Gram tokko Jechuun $3/doolaara sadii Jechuudha doolaara sadii jechuun immoo qarshii itoophiyaatti qarshii 127 jechuudha Guyyaatti GramFree 100 yoo hojjette 100x3= $300=1300 jechuudha. Akkaataan isin itti galmooftanii hojii kana eegaluu dandeessan salphaadha Jalqaba Kallattumaan link kana cuqaastu: 👇 https://GramFree.cc/?r=15845830 Yeroo kana mobaayila keessanis haatahu komputera keessan E-mail ykn google account ykn facebook qabdu yoo tahe sanumaan isiniif seena filannoo isiniif kenna isinis filannoo keessaniin yoo barbaddan email yoo barbaaddan facebook dhaan seenuu dandeessu jechuudha. Yeroo kana gootan galmooftanii jirtu bonus 10 gram ykn $30 achumaan argattu jechuudha. Kana hubadhaa GramFree Website kana irratti galmaa’uu qofti bu’aa hin buusu qarshii keessan baafachuuf gram 500 gahuun dirqama kana gahuum immoo yoo guyyaa guyyaatti seenuudhaan irratti hojjjetani fakkeenyaaf Guyyaan seentanii 1.“Free” - isa jedhu Cuqaastu Sana booda “Roll” kan jettu gara jalaatti fida. isa cuqaastu isa booda Gram 0.1 hanga Gram 1000 tti Carraa isiniif kenna Kun Saatii Saatiidhaan isinii dhufa 2. “Lotter” kana yoo GramFree qabaattanii fi fedha keessan ta’e qofa bituu dandeessu lottery sana bittanii carraa isaa eeggattu yoo dhabdan isiniif hin deebisu garuu kana dhiisuu dandeessu 3. “Referrals” kan jedhutu jira kun Link keessan fuutanii namni akka irratti galmaa’u gootu yoo namni galmaa’e Gramfree 5 isiniif kenna asirratti waan hubachuu qabnu namni isin link sana afeertan sun hojjetee level 1 irraa gara level 2 yeroo cehutu gramfree sun gara account keessaniitti seena (Gramfree Account) jechuudha. 4. “Viidiyoo”- kan jedhu viidiyoo daqiiqaa tokko (1) qofatu jira inni akkaataa gramfree gara qarshiitti jijjiiran isin barsiisa viidiyoon kun 3tu dhiyaata guyyaa tokko sa’a 24 keessatti yeroo tokko kan kennamuudha. Viidiyoo daqiiqaa tokkoo kana daawwattanii fixuu qabdu walumaa gala daqiiqaa 3 jechuudha Sana booda Gram 0.3 isinii kaffala 5. “Smart-Contract” kan jedhu jira kunis guyyaatti yeroo tokko kenna san erga cuqaastani booda confirm kan jedhutu jira isa confirm jedhu hunda cuqaastu. Kunimmoo gram 1.5 isinii kaffala Kanneen guyyaa guyyaatti seenuudhaan keessumaa link keessan nama affeeruudhaan baay’ee hojjechuu dandeessu yeroo gabaabaa keessatti jechuun ji'a lama sadii keessatti Gram Free 500 ($1,800) ykn qarshii itoophiyaa 75,000 argachuu dandeessu jechuudha. Gaafa gramfree 500 gahe baafachuu dandeessu karaa ittiin gara baankii galfachuu dandeessanis isin barsiifna kana yoo dadhabdanis isinirraa binna dafaa hojjedhaa gram 500 gahuu yaalaa Yoo gaaffii qabaattan @gaaffii_hojii_bot gaafadhaa Link GramFree irratti galmaa'uuf; 👇 https://GramFree.cc/?r=15845830
Show all...
👋 ሰላም🇪🇹 A̷B̷D̷U̷R̷̷A̷H̷II̷M̷ R̷A̷S̷H̷I̷D̷  🇪🇹 እንኳን ወደ Telebirr bot በሰላም መጡ፡፡ በዚህ ቦት 1ሰው ሲጋብዙ 5 Birr የሚያገኙ ሲሆን ብሩንም የ Telebirr account ከፍተው ወጪ ሲያደርጉ 500MB ነፃ የ Internet package bonus ያገኛሉ:: የእርሶ መጋበዣ ሊንክ https://t.me/Telebirr_officialbot?start=r0520017753 ነው::
Show all...
👋 ሰላም🇪🇹 ↘Ⓜmuni ማነⓂ 🇪🇹 እንኳን ወደ Telebirr bot በሰላም መጡ፡፡ በዚህ ቦት 1 ሰው ሲጋብዙ 5 Birr የሚያገኙ ሲሆን ብሩንም የ Telebirr account ከፍተው ወጪ ሲያደርጉ 500MB ነፃ የ Internet package bonus ያገኛሉ:: የእርሶ መጋበዣ ሊንክ https://t.me/Telebirr_officialbot?start=r0635236728 ነው
Show all...
“Majlisni dhaaba kiyya kan ani aarsaa itti kafaleedha” 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Bor ganama sa’aa 3:00 irraa jalqabee “Majlisni dhaaba kiyya ani aarsaa itti kafaleedha” dhaadannoo jedhuun Muslimoonni Finfinnee baay’een mooraa majlisa federaalaa kan Xoorhayloochii gara olii Imbaasii Hoolaand biratti argamutti argamuudhaan hoggantoonni majlisaa amaanaa ummataa isaanitti kenname ilaalchisee gaaffii dhiheessuuf qophaa’uun beekameera. Gaafileefi yaadotii isaan kaasan keessaa muraasni: 1) “Amaanaa keessan ji’a ja’a keessatti akka ba’attaniif isinitti kennamee waggaa lamaa oliif ba’achuu dhabuudhaan sababa ummata Muslimaa miitaniif ifaan ifatti nutti himaa.” 2) “Filannoon majlisaa guyyaan isaa jala muramee nutti haa himamu.” 3) “Majlisni kan ummata Muslimaati malee kan namoota dhuunfaatii miti.” 4) “Hoggantoonni majlisaa ummata Muslimaa miidhan ariitiin murtiif haa dhihaatan.” 5) “Qaamoleen murtii yaa’ii walii galaa gufachiisan ariitiin seeraaf haa dhihaatan.” 6) “Majlisni federaalaa bakka bu’aa majlisootii federaalaa ta’ee osoo jiruu maaliif faallaa isaanii adeema?” 7) “Gochi Dhaabbata Awwaliyaa kan bara 2004tti akka ummanni Muslimaa mirga isaa falmatuuf bu’uura ta’e amma majlisni dadhabsiisuudhaan jijjigsuu jalqabe ariitiin haa dhaabbatu.” 8) “Nuti Muslimoota; taphni Suufii-Salafii jedhu nu hin ilaallatu. Qaamni kana taphachuu barbaade dhaaba nuti aarsaa itti kafalle keessatti osoo hin taane mana isaatti dhaqee haa taphatu.” 9) “Shira ummata Muslimaa irra ga’aa jiru ilaalchisee majlisni federaalaa ga’ee isaa ba’achuu dhabuu bira darbee deeggaraa shirichaati hanga jennu tokko waan nu miidhaa jiruuf itti gaafatamummaa jalaa hin miliqu.” 10) “Miseensa majlisa duraanii kan kutaa Hajjiifi faayinaansii keessa taa’ee bara dheeraaf ummata Muslimaa saamaa ture seeraan gaafatamaa gochuun osoo isin irra jiruu erga ari’amanii akkamitti deebiftanii muuddan?” 11) “Kan nuti aarsaa guddaa kafallee mootummaa wayyaaneetti qabsoofne majlisni tapha akka isiniif ta’uu miti.” 12) “Isin ulamaa taatanii waadaa guuttanii amaanaa eeeguudhaan ummataaf fakkeenya ta’uun osoo isin irra jiruu akkamitti waan maqaa ulamootaa arrabsiisu raawwattu?” 13) Wiirtuu Islaamawaa Najaashii kan Ahlal khayroonni baay’een ni ijaarra jechuun kadachaa jiran akka inni hin ijaaramne gochuudhaan akka fudhatamuu godhaa jirtan dhaabaatii akka ijaaramu godhaa. 14) Waan boordonni dirqama keenya ariitiin haa ba’annu jedhaniif aangoo hin qabneen isaan ugguruu keessaniif ifaan dhiifama gaafachuu qabdu. Qaama akka isaan mooraa hin seenne daangesse irratti ariitiin tarkaanfiin haa fudhatamu. 15) “Majlisni kaadireewwaniifi ergamtoota wayyaaneen bobbaase irraa ariitiidhaan bilisa ba’ee dhaaba ummataa akka ta’u ni gaafanna.” Kan jedhu of jalatti hammata. Guyyaa borii manni marii ulamootaa waajjira akka galan beekameera. Yoo bor biiroo hin seenne immoo guyyaa Wixataatii jalqabee majlisaafi mana jireenyaa isaaniitti deddeebi’uudhaan gaaffii dhiheessuuf qophaa’uun ni beekama. Muslimoonni Finfinnee kanneen “Dhimmi majlisaa na ilaallata. Dhaaba kiyya dabarsee hin kennu” jedhan yeroo bakkichatti argaman gaaffilee isaanii naamuusa Islaamaatiin karaa nageenyaa qofaan dhiheessuu akka qaban yaadachiisaniiru. Fuula Facebook Ustaaz Ahmedin Jebal irraa kan fudhatame dha. Odeeffannoo addunyaa Islaamaa saffisaan argachuuf Peejii keenya Like Share gochuun hordofaa. Join @RADIOMUSLIMAA @RADIOMUSLIMAA
Show all...
"Sagaleen Qur'aanaa hanga guyyaa Qiyaamaa 'tti Masjiida Taqsiim keessaa nii dhaga'ama!" Baba Erdogan guyyaa har'aa. Sirna Salaata Jumu'aa guyyaa har'aa irratti Masjiida guddicha Turkii Istaanbul Adda-baba'ii Taqsiim 'tti ijaarsise eebbisiisuuf garasitti kan imale Pirezidaantii n Turkii Rajab Xayyib Erdogan haasaa dinqisiisaa taasise keessatti "Bara 1996 keessa bakka kanatti Masjiidi Qaasim akka hundeeffamu namoota gaaffii dhiheessaa turan keessaa ani nama tokko dha!! Akkuma kana bakka kanatti Masjiida Jaami'aa guddicha nan ijaara jedhee waadaa seeneen ture, Eeyyeen waadaan kiyya har'a hojii irra oolee jira!! Masjiida guddicha kana lafa Meetir Iskuwerii 16,500 irratti ijaarree jirra!!" jechuun hawaasa isaa oonnachiisee jira. Kana booda jedha Erdogan... "Kana booda Biyya Turkii 'tti Abbaan fedhe Azaana akka dhaabsisu hin eeyyamnu! Azaanni dhaadannoo keenya dha!! Masjiidi kun guyyaa injifannoo Istaanbul kan bor kabajamu sababeeffachuun kennaa arjoomame dha!!" jedhee jira. Hoogganaan dhimmoota Islaamaa Turkii Pirofeesar Aalii Erbash sirna eebba Masjiida kanaa irratti seenaa waliin wal-qabsiisanii yeroo dubbatan akkana jedhan:- "Iddoo Masjiidi Taqsiim kun itti ijaarame kun Muhammad Al-Faatih magaalaa Istaanbul 'n injifannoo cabsee yeroo seenu Loltoota isaa kan fe'atti Bidiruun isaa daandii isheen irra qaxxaamurte dha!" jechuun yaadachiisanii jiru. #Erdogan #Turkey #Istanbul Odeeffannoo addunyaa Islaamaa saffisaan argachuuf Peejii keenya Like Share gochuun hordofaa. Join @RADIOMUSLIMAA @RADIOMUSLIMAA
Show all...
Filisxeenonni guyyaa har'aa kumaatamaa'n hiriiranii sirna Salaata Jumu'aa mooraa Masjiida kabajamaa Al-Aqsaa keessatti geggeessanii jiru. Maashaa Allah! Toora Telegram 'n na hordofuuf. T.me/RADIOMUSLIMA
Show all...