en
Feedback
🍂 AZKAR MEDIA

🍂 AZKAR MEDIA

Open in Telegram

◊ Rabbiin akkana jedha : "Yaadachisi yaadachiisun mu'umintoota fayyada." Suuraa Zaariyat 55 ◊ Kanaaf kana irraatti hunda'udhan Kayyoon Channela kana zikrii Rabbii irratti wal yaadachisudha. Mee asumaanu Rasuula irratti salawaata buusaa ﷺ.. @Tazkirabot

Show more
1 648
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Assalaamualaykum warahmatullahi wabarakatu! Chanala link armaan gadii irratti argamu kun barnoota islaamaa kan isin biran ittiin geessinu dha. Isinis akka JOIN gootanii nu hordoftan affeerraa keenya!

sticker.webp0.64 KB

sticker.webp0.49 KB

sticker.webp0.64 KB

🍂🍂I stigfara haa heddummeessinuu sababa isiitin diliin nurra haqamuu hedduu ta'uu danda'aati Astagfirullahil aziimi wa atuubu ilayhii استغفرالله العظيم وأتوب إليه https://t.me/AZKAAR_MEDIA https://t.me/AZKAAR_MEDIA

Du’aa'ii bareedduu tana qomatti qabannee Rabbiin haa kadhannuu! “‏ اللَّهُمَّ اهْدِنِي فِيمَنْ هَدَيْتَ وَعَافِنِي فِيمَنْ عَافَيْتَ وَتَوَلَّنِي فِيمَنْ تَوَلَّيْتَ وَبَارِكْ لِي فِيمَا أَعْطَيْتَ وَقِنِي شَرَّ مَا قَضَيْتَ إِنَّكَ تَقْضِي وَلاَ يُقْضَى عَلَيْكَ وَإِنَّهُ لاَ يَذِلُّ مَنْ وَالَيْتَ تَبَارَكْتَ رَبَّنَا وَتَعَالَيْتَ ‏”‏ ‏. Allaahumma-hdinii fiiman hadeyta wa’aafinii fiiman aafeyta. Watawallanii fiiman tawalleyta. Wa baariklii fiimaa a’axeyta, wa qinii sharra maa qadeyta, innaka taqdii walaa yuqdaa aleyka. Wa innahuu laa yazillu man waaleyta, tabaarakta Rabbanaa wata’aaleyta.” “Yaa Rabbii! Namoota qajeelchite waliin na qajeelchi, namoota irra darbiteef waliin irra naaf darbii. Namoota tiiksaa taateef waliin anaafis tiiksaa ta’i. wanta naaf kennite keessatti barakaa naaf godhi. Sharrii wanta murteessitee irraa na tiksi. Dhugumatti, Ati ni murteessita, Sirratti hin murteefamu. Namni Ati tiksitee fi jaalallo taateef hin salphatu. Gooftaa keenya tolli Kee baay’ate, Ol’aanaas taate”  Sunan Nisaa’i- 1745    SHARE  SHARE @AZKAAR_MEDIA @AZKAAR_MEDIA‌‌

😔 Ergaa dhiifamaa. ✨💐🌹 Dhiifama qalbii irraa ta'e naaf godhaa... 🌿🌿🌿🌿✨✨✨⤵️      SHARE   SHARE t.me/Alfurqaan_Official t.me/Alfurqaan_Official

Assalaamualaykum warahmatullahi wabarakatu! Chanala link armaan gadii irratti argamu kun barnoota islaamaa kan isin biran ittiin geessinu dha. Isinis akka JOIN gootanii nu hordoftan affeerraa keenya!

Zikrii Yeroo Irribaa Ka'an jedhamu Amantiin Islaamaa Jiruu fi Jireenya Ilma Namaa Hunda Keessa Seenee Faayidaa Barbaadamu Hunda Kan Fiduudha. Isa Keessaa Inni Tokko Zikrii Yeroolee Garagaraatti Jedhamaniidha. Yeroo Irribaa Ka'an Nabiyyiin Keenya Zikrii Armaan Gadii Jedhaa Turan : "Alhamdulillah Allazii Ahyaanaa Ba'da Maa Amaatanaa Wa Ileyhin-nuShuur" الحمد لله الذي أحيانا بعد ما أماتنا وإليه النشور Hiikkaan Isaas "Faaruun Kan Allahti. Isa Erga Nu Ajjeese Booda Nu Jiraachise" Zikrii Kana Jechuu Hin Dagatinaa. Hiriyyoota Keessaniifis Erguudhaan Ajrii Nama Keyrii Qoodee Argadhaa. ✍️ Abdurahman Mujahid Fillah https://t.me/AbduIslamApologist

اللّهـمَّ أَنْتَ رَبِّـي لا إلهَ إلاّ أَنْتَ ، خَلَقْتَنـي وَأَنا عَبْـدُك ، وَأَنا عَلـى عَهْـدِكَ وَوَعْـدِكَ ما اسْتَـطَعْـت ، أَعـوذُبِكَ مِنْ شَـرِّ ما صَنَـعْت ، أَبـوءُ لَـكَ بِنِعْـمَتِـكَ عَلَـيَّ وَأَبـوءُ بِذَنْـبي فَاغْفـِرْ لي فَإِنَّـهُ لا يَغْـفِرُ الذُّنـوبَ إِلاّ أَنْتَ . Yaa Rabbi ati gooftaa kiyya, Situ na uumee ani gabricha keeti, Ani hangan danda’een baallamaafi waadaa keerran jira, Hamtun hojjadhe irraa Rabbittin maganfadha, Qananii ati natti oolte nan mirkaneessa, Yakka kiyyas nan amana, Kan yakka araaramu si qofa waan ta’eef naa araarami.

🌿 Boqonnaa ni barbaaddanii? Salaata keessa malee bakka biraa irraa hin argattanii! 🌿 Arabaafachuu barbaaddanii? Zikriin malee waan biraatiin hin argattan! 🌿 Gammachuu ni feetu? Waan allaahiin isinii jaallatee jaalachuudhaan malee essarrayyu hin argattani! 🌿 Jiruu dhugaa ni feetu? Allahaaf jiraachudhaan malee karaa biraatin hin argattani! 🌿🌿🌿🌿✨✨✨⤵️     SHARE SHARE @Alfurqaan_Official @Alfurqaan_Official

Seenaa bareedduu fi barnoota irraa argattan kana dubbisaa‼️ ▬ ▬ ▬ ▬ ▬ ▬ ▬ ▬ ✍ Hiriyyoota lamatuu turee. Gaaf tokko imala waliin bahanii jidduu kanatti hooteela tokko goranii kutaa qabatanii bulan. Bariisaa irratti gara dhimma isaanitti yeroo deemuuf ka'an jara lamaan keessaa tokko qarshii harkaa qabu irraa diinara 100 jalaa badee..... Guutuu dubbisuuf

✨🌿Assalamualaykum warahmatullahi wabarakaatu ..... 🔊Harra miidiyaa bareeda tokko isin beeysisuufi. . . ✅ Miidiyaan kunis tafsiira Sheikh Jeylaan Aadam jalqabaa hanga dhumaatti kan of keessa qabuu dha. Link isaa yoo barbaaddan ⤵️⤵️⤵️ ✨✨ https://t.me/+J8myUKJ9h8g0MzFk https://t.me/+J8myUKJ9h8g0MzFk

sticker.webp0.22 KB

sticker.webp0.22 KB

sticker.webp0.22 KB

Miidiyaalee babbareedoo qabannee isinii dhufneerra itti dabalamuun irraa fayyadamaa! 🔹 Warri beeysisa keennatti makamuu feet
Miidiyaalee babbareedoo qabannee isinii dhufneerra itti dabalamuun irraa fayyadamaa! 🔹 Warri beeysisa keennatti makamuu feetan 〰 @UMH3465 ykn @Alfurqaan1_bot dhaan na dubbisaa.