en
Feedback
Mole bilaal mesgid

Mole bilaal mesgid

Open in Telegram

Masjiidni bilal kan magaala mole Ijaarsa irraattii waan argamuuf deggara 1000556929991

Show more
438
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-1230 days
Posts Archive
photo content

photo content

+1

Baga Gammaddan Jiraattota magaalaa Jimmaa fi magaalaa fi baadiyyaa Godina jimmaa fi Naannawa isheetti argamtan hundi keessan Oduu Gammachiisaa Namoota Simintoo fi Jiipsamii Barbaaddan Hundaaf magaala Jimmaa naannoo addaa Jimmaanaa fi Firee jedhamuun beekamu masjiida sheek Alii Jimmaa Fuuldura Raabsa Boba'aa Yetabaabaruutii (sheelii Maamadamiin A/Olii ) jedhamuun beekamu fuulduratti argama Najiib Haqiil Sheyasiin biraa argattu carraa gaarii hunda keessaniif Amma booda maaliinan mana midhagfadhaa maaliinan ijaaradhaa yaaddoon Tokko hin jiru Lakkoofsa Bilbilaa kanaan nuu bilbilaa 0932472273 0979314100 Namoota mana midhaginaan isiiniif hojjechiisaanis isiiniif qophessinee jirraa Diyazayina barbaadaniin 0979314100 Bilbila

Jum'aa har'aa galgala yoo Rabbiin jedhe, sa'aa 2:30 irratti Sheekha keenyatti haa birmannu. https://s.imoim.net/JC2PM @@@@@@@@@@ Sheekhni dhukkuba ulfaataa dhukkubsatanii hospitaala hedduutti ilaalamanii amma Finfinnee Lancet Hospital keessatti operation godhamanii jiru. Waan muramee keessaa ba'e asitti gadhiisuu mitii ofiifuu ilaaluu nin sodaadhe. Miidhama guddaatu irra ga'e. Nama waggaa 23 ol kitaabolee akka Sahiiha Bukhaarii, Muslim, Abuu Daawud, Nasaa'ii, Tirmizii, Ibn Maajaah qaraasisaa turan. Darasoota kumaatamatu bira turan. Ummata ballaas ijaaranii diinii barsiisaa turan. Amma lubbuu isaanii hambisuun dirqama keenya. Kanaafuu Liinkii kanaan seenaatii galgala bakka sheekholeen akka Sheik Alii Jimmaa, Sheik Nasir Abdurrahmaan, Sheyk Awwal Abbaaboor,.... jiranitti du'aa'ii godhaa gargaarsa haa goonuuf.

''Tarii harka kee irratti sa'atii hidhachuu dandeessa, kan sirraa hiiku garuu nama si dhaalu ta'uu danda'a, balbala konkolaataa keetii cufachuu dandeessa, kan banu garuu hojjattoota yeroo balaa tasaa ta'uu danda'u, qulfii shaamizii keetii cufachuu dandeessa, namni jana*azaa dhiqu sirraa hiikuu danda'a, yeroo raftu agartuu kee gara ija manaa keessa erga ol ilaaltee cufachuu dandeessa, sana booda erga gara mootii dacheefi samii deemtee banachuu dandeessa'' Dr. Mohammad al-Arefe Yaa Allaah khaatimaa keenya nuuf tolchi.

Video from Najiib Haqiil

Karoora Mataa kee Qopheeffadhu ================== Namoonni yeroo hedduu 'Business' yeroo eegalan kan namoonni caalmaan ittiin milkaa’aan nuttis akkas milkoofna jedhanii eegalu. Namoonni kunneen milkaa’uu yookiin milkaa’uu dhiisuu danda'u. Yeroo hedduu wanti namoonni hedduun waliin fiigan gatii qabachuu dhiisuu mala. Kanaaf Business tokko yeroo eegaltu kan irraan fayyadamaa ta'a jettee ofii keef murteeffatte irraatti xiyyeeffadhu. Waan hojjattu kam irraatti murtoo fi karoora mataa kee qabachuu qabda.❤️🖤💙

As wr wb Garee ulamaa rabbii nuu woliin dhabbatanii kabaja sheekh kenyaaf gotan Gargarsaa fi kidiimaa sheekh kenyaa baatii tokkoo oliif woliin turattan Akkaa ummataa biyyaa keessaa bakkaa bunee Isiin galatteeffan . Ittii Ansuu hojii jalqabamee kun ittii fufiinsaa jamma,aa biyyaa keesssaaf Alaa ttii hajii wajiib ttiis akkaa wamanuu Abdii gutuu rabbii irraa qabna hojii hojjataniif rabbiin jeeza keessan isiiniif haa kafaluu Dhalattonii oroomiyyaa Molee,jimmaa ,finfinnee,jiddah,makkaa,madina fi rihaad jirttanii bagaa jiraattan sheekni kenyaa iddoo deman hunda mana ofii godhatanii keesssaa kan jirtaa turaniifii simanaa ho,aa godhafii turttan ammaas maqaa ummata magaalaa moleettii isiin galtefannera galtooma. Ammas gaggeesaadhaf magaalaa jidaah irraa kan sheekh woliin dhamahaa gaggeessaa gaarii akkasii gottan galtooma kaneen akkaa hafiiz Aba digga, wudaad Aba bor,ummu ansar ,naziif Aba naga hundii kessaan galtooma Ammas nammonii dhunfan magaalaa finfinnee ttii nyataa qophessitanii simanaa sheekh ttiif eggaa jirattan Hafiiz kadiir Ummatnii magaalaa molee qophattanii sheekh kessaan egga jirttan baga gammaddan Guyyaa kamiisaa iftanii isiin bira nii gahuu jedhamee egamaa Baga gammaddan baga gammanee Jabaa ofii Abbatu jabbefaata Ulamaan dhaltu Abiiyaatii. Koree masjiida bilaal

Amma jirtutti Abdiidhaan of-jabeessuun jiraadhu. Rakkoo kamiif harka hin kennin, jalaa sosocho'i.💙❤💙

Yeroo hundumaa dubbii araba keessaniif of eeggannoo godhaa. Maatii ykn hiriyoota keessan gidduutti of eeggannoo malee yoo dubbatan ittin midhamuu danda'u. Ilaalchi namaa akkuma bifa keenyaa gargari. Waliin qoosuuf illee amala nama tokkoo dursitanii beekuu qabdu. ‎https://t.me/BilalDawaCenter

 Gufuulee Milkaa'inaa...  1. Ofittummaa. 2. Sodaa kufaatii. 3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu. 4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu. 5. Jijjiirama haala jireenyaa. 6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu. 7. Hanqina karoora/qarshii. 8. Ittigaafatamummaa maatii. 9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu. 10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu. 11. Qofaa keenya hedduu hojjachuu. 12. Humna ofii ol yaaduu. 13. Kutannoo qabaachuu dhabuu. 14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu. 15. Sabrii dhabuu.  16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu.

 Gufuulee Milkaa'inaa...  1. Ofittummaa. 2. Sodaa kufaatii. 3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu. 4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu. 5. Jijjiirama haala jireenyaa. 6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu. 7. Hanqina karoora/qarshii. 8. Ittigaafatamummaa maatii. 9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu. 10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu. 11. Qofaa keenya hedduu hojjachuu. 12. Humna ofii ol yaaduu. 13. Kutannoo qabaachuu dhabuu. 14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu. 15. Sabrii dhabuu.  16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu. ‎❤Gatii shaayii hidha dhuma irra jiruun yaalaa.👇 @naf37fspainbv

Wanti hunduu ni darba Garuu... Wanti hundi hin dagatamu.❤

AUD-20250326-WA0002_26-03-25_00-19-32-868.mp312.55 MB