en
Feedback
KUUSH EJENSII*

KUUSH EJENSII*

Open in Telegram

#PASSPORT & #Biyya_Alaa #Ni_Ergina ✍️ *SAUDI, DUBAI, QATAR, JORDAN,* (Visa Ticket....). 👉 ONLINE PASSPORT NI HOJJANNA ✌️ BIYYOOTA ALAA HAALA NI MIJEESSINA ✌️ SHAMARRAN NI ERGINA, ERGUUS EEGALLE! GAAFII @KKIBAR23

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
1 432
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Bulloo 💔

Namoonni Gaafii Qabdan! Yaadi Kuni Kan Iiniif Hin Galle Yoo Jiraattan! @R2NOBAS1 Irratti Na Dubbisa! Kan Process Jalqabuu Feetan! Keessattuu Shamarran Biyya Arabaa Deemuuf Ulaagaalee guutuu qabdan! (We r Open) @motivation2oro @Hojiif1

Bio c-11 from addis ababa university students! 1)C 2)B 3)C 4)D 5)B 6)B 7)D 8)C 9)A 10)A 11)C 12)D 13)A 14)D 15)C 16)D 17)C 18)D 19) lD 20)B 21)C 22) A23) A24)A 25)A 26D 27)D 28)C 29) B 30)A 31)C 32)A 33)D 34)D 35)A 36 )C 37)B 38)A 39)C 40)C 41)B 42) B 43)C 44) lA 45)A 46)A 47)D 48)A 49)C 50)B 51)D 52)C 53)D 54)B 55) C56)D 57 )B 58)B 59) D 60) B 61) D 62) B 63) C 64) C 65) A 66) C 67) A 68) B 69)B 70) C 71) A 72)B 73) D 74) A 75) C 76) A 77) D 78) D 79 ) B 80) C 81) B 82) B 83) A 84) D 85) A 86) C 87) B 88) C 89) C 90 ) B 91) D 92) B 93) A 94) D 95) B 96) C 97) D 98) C 99) D 100) A @KUUSHJIRRAA @KUUSHJIRRAA

Ragaa Abbaan Alangaa Golgaa duuba dhaabbatanii ragaa haa bahan jedhu Galmee Obbo Jawaarfaa M/Murtii kufaa godhe [SQ- Ebla 6/2021] Galmee Jawaar Mahaammad jalatti himatamtoota siyaasaa 24argaman abbaan alangaa ragoolii baayyinni isaanii 146 tahan akka qabuu fi isaanis eenyummaa isaanii dhoksanii golgaa duuba dhaabbatanii ragaa naaf haa bahan jedhu manni murtii federaalaa Caffee Tumaa oolmaa guyyaa Har’aan kufaa gochuun dhaddacha cufaa irratti akka ragaa bahan murteesseera. Oolmaa Dhaddachaa⚖️ Mana murtii Federaalaa Caffee Tumaa oolmaa isaa har’aan murtii golgaa duuba dhaabbatanii ragaa bahuu kuffisee dhaddacha cufaa irratti mul’atanii akka ragaa bahan ajajee jira. Haaluma kanaan Ebla 05, 2013rraa eegalee namoonni 146n sunniin qaamaan dhiyaatanii, maqaan isaanii beekamee akka ragaa kennan” jechuun manni murtii dhaddacha ooleen beellama kennee jira.

✅️ #PASSPORT #PASSPORT #PASSPORT #ONLINE_PASSPORT ** Paaspoortii Fi Tajaajila Passport Baafatuu Ka Barbaaddan Hundaaf!!** ✅️ Qophhooftuun qofti inbox dhaan @KKIBAR23 irratti nu dubbisaa!👇 1. Haaraa Baafatuu Ka Feetan! 2. Kan Yeroon Irraa dhumatee Haarowmsaa Feetan! 3. Kan Isin Jalaa Bade/Hatame Yookiin Isin Jalaa Ciccitee baafatuu Feetan! 4. kan Ijoollee Umrii 18 Gadii Ka Feetaniif! 5. Umrii Sirreessuuf 6. Maqaa Jijjiiruuf * Tajaajila Passporta Isa Kamiifuu @KKIBAR23 irraan Nu Dubbisaa *

Firdun la☝️, press the button below within 3 Minutes to be able to write in the group👇🏻

👍👍👍✅

Once you lose yourself, you have two choices: find the person you used to be, or lose that person completely. ― H.G. Wells

✅️ #PASSPORT #PASSPORT #PASSPORT #ONLINE_PASSPORT ** Paaspoortii Fi Tajaajila Passport Baafatuu Ka Barbaaddan Hundaaf!!** ✅️ Qophhooftuun qofti inbox dhaan @R2NOBAS1 irratti nu dubbisaa!👇 ✅️ ❶. Paaspoortii haaraa baasuuf - ❖ waraqaa Eenyummaa Haaromfame - ❖ Kaardii guyyaa dhalootaa - ❖ Lakkoofsa bilbilaa ✅️ ❷. #HAAROMSUUF -❖ Suuraa Gurd -❖ Koppii paaspoortii -❖ Lakkoofsa bilbilaa! ✅️ ❸ kan Bade/hatame deebisuuf -❖ waraqaa Eenyummaa Gandaa -❖ Suuraa Gurd -❖ Xalayaa ragaa poolisii -❖ Lakkoofsa bilbilaa ✅️ ❹. Waggaa 18 gadii -❖ Eenyummaa Gandaa kan maatii -❖ Kaardii guyyaa dhaloota daa'imaa -❖ Lakkoofsa bilbilaa! ✅️ ❺ Umurii sirreessuuf -❖ Kaardii guyyaa dhalootaa -❖ Suuraa Gurd -❖ Koppii paaspoortii -❖ Lakkoofsa bilbilaa ✅️ ❻ Maqaa jijjiiruuf ykn sirreessuuf -❖ Suuraa Gurd -❖ Koppii paaspoortii -❖ Waraqaa mana murtii -❖ Lakkoofsa bilbilaa ✅ Dabalataaf:- ▫️0954529835 ▫️0910915348 keessaan 👉 @R2NOBAS1

Akkana Tokkummaan! ABO fi KFOn har’a ibsa baasaniin hiriira nagayaa boru (Sanbata Xiqqaa) waamame deeggaran. Mootummaan Hiriirtota irratti miidhaa akka hin geessine akeekkachiisan. Hidhamtoota lagannaa irra jiran rakkoo isaan mudattuuf itti gaafatamni kan mootummaa tahuu himan. @KUUSHJIRRAA

Gaafa Soddaan Isaanii waa tahe dafqa buusanii Nutti gadoodu, Gaafa Namni Keenya dhumu dafqa buusanii maalif Akka duune nu amansiisuf yaalu. Duuti Keenya jaraaf boqonnaadha. Jireenyi Keenya isaanif dhukkuba. Eec

Dv guutuuf mana internet siif dhihaatuu hin jiru moo??

OMN! #OMN Ujumoo Qabsoo fi Sagaleen Haqaa Ummata Keenyaa Keessa dabree Addunyaa Dhaqqabuudha. OMN Miidiyaa Qofa osoon taane Mallattoo qabsoo Saba Keenyati. Wirtuu Sagaleen Oromoo kallattii Hundarraan dhufu Tokkummaan keessaa dhagahamuudha. Miidiyaa Qabsoon dhalchitee Qabsaahonni utubanii Sabboontotni Irratti cichanii har'aan gahiidha. Kana males, Fooddaa Sabni Sagaleen Isaanii Ukkaamfame Sagalee olqabanii ittiin dhageessifataniidha. OMN Jechuun Oromoodha. Oromoonis OMN. Addaan hin bahan. Osuma Hinaaftu fi gadheen mudhii hidhattee dhabamsiisuf ijaajjuu Baga jiraattee Har'a Geesse! Kunoo Waggaa Torba. Oromia Media Network IJAAF GURRA UMMATAA Bal'aa!

Joorji_Abbu_Dr_Ali_Birra_Remix_“Awaash_Naman_Ceesisuu”_New_Ethiopian.mp36.34 MB

Kutaa #12 #Barattoota Hardha qabxiin dabriinsaa gad lakkifamuu mala shakkiin jedhu hedduu dha, haga ammaas eegaatin jirra ammas numa eegana! @KUUSHJIRRAA

WABII MOOSISAA har'a ganama Finfinnee Aqaaqiitti humna tikaan butame. Ijolleen Oromoo Finfinnee keessa of eeggannoon socho'aa . Mootummaan bara haaraa jedhee dhiichisuu malee bara haaraatti waan hojjetamu hin beeku.

@RBcode3 ykn @R2NOBAS1 irraan Nu Dubbisaa...!! Namoonni 1. Passport Haaraa Feetan" 2. Haarowmsa Passport 3. Ijoollee Keessaniif 4. Kan Dogongora Maqaa 5. Kan isin jalaa badeef Inbox koottaa nu dubbisaa!!

Fallannoo 2013: Paartileen siyaasaa miseensoonni jalaa hidhaman waa'ee filannoo maal jedhu?

Hi A., Welcome to HAMBAA AANOLEE group 🗓 Today : Thursday 15 September 2022 ⏰ Hour : 15:05 This message will be deleted after 3 minutes