cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gadaa oromoo

kaayyoodhaf hojjanna. Ya saba ko

Show more
Finland2 272The language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
267
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
❇️ BAGA GARA SAAFARIKOOM NAGAAN DHUFTAN❇️ Bootii saafarikoom fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu. 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu. Liinkin affeerraa kesssani ⬇️ https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r09747628464 Join | SAFARICOM - AFAAN OROMO
Show all...
Ffbgghhh
Show all...
#Qaalaa'iinsa Jireenyaa Qaalaa'iinsi jireenyaa Baayyee nutti hammaatee Lubbuun jiraachuunuu Dhugaa dadhabamtee Waan biraa dhiisii saabunni Tokkoohuu birrii 50 caalee Nuti erga wayyaa miiccachuu Dhiisne kunoo waggaa caalle Feestaalli tokkolleen Birrii 5 galeeraa Nuti erga Jimaa kiishatti Guurrachuu eegalle bubulleeraa Meeshaan qotee bulaa baayyee Rakastee Meeshaan taan ammoo Baayyeedha qaalooytee Wallaay Billaay Ummanni keenya baayyeedha rakkatee Waanti goonu hin jirtuu Silaas numa obsinaa Furmaataa rakkoo keenyaas Rabbirraa eeggannaa ...✍️by Fu'aad Jawaar 🙏 #Join 👇👇👇👇👇 #BEEKKUSAAFBUHAARTII
Show all...
Show all...
Gadaa oromoo

kaayyoodhaf hojjanna. Ya saba ko

Dubbachuu qofa osoo hin taane callisuunis ergaa guddaa dabarsa jechuu dhageenye Nutis kanaaf callifne😜😁😁😄😜
Show all...
Show all...
Saban bon

Bara bofti hidde lootuu Nama kajela

❤️
Show all...
jawar Maal jadhe Dhaggefadhaa
Show all...
NAMA GAARII TA'UU, YOO BARBAADE!! ..................... 1. Garaa Saree qabaadhuu, kan waan hedduu Nyaatu! 2. Dugda Harree Qabaadhuu, kan waan hedduu Baatu! 3. Jechaa Obsaan Dabarsii! 4. Beela Kolfaan Dabarsii! 5. Rakkoo Taphaan Dabarsii! 6. Yeroo Hojiin Dabarsii! 7. Hamma Bakka Galmaa Kee Geessutti Jaalallee Qabaachuf Hin Ariifatin!!?? 8. Akka Naman Ta'a Osoo Hin Taane Akka Koon Ta'aaf Hojjadhu! 9. Hiriyyaa Hin Baay'isin, Sabaabni Isa Hiriyyan Nyaattu Yerooti! 10. Yaada Hin Baay'issin, Sabaabni Isa Yaadni Nyaattu Sammuti! 11. Galmaa Kee Ga'uuf Waaqayyoon Kadhaadhu! 12. Yeroo Dadhabdee Xiqqoo Boqodhuu! 13. Du'aa Booddee Jireenyi, Akka Jiru Yaadadhu! .................
Show all...
Wadalli Harree Hanga Fadhe Yoo Halaakeyyu Haadha manaa Isaarraa Waraabeessa Dhorku Hin
Show all...