AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official
Open in Telegram
AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!
Show more999
Subscribers
No data24 hours
-77 days
-2630 days
Posts Archive
Repost from AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel
#Odeeffannoo Hatattamaa:
Kabajamtoota Qaadhimamtoota Eeybifamtoota Kollejjii Awaash Vaalii Hundaaf!
👉Odeeffannoo armaan gadii haa fayyadamnu.
1. Gaawuniin eeybaa Kaampaasii Muummee Harar irraa Sadaasa 04/2017 Guyyaa Roobii kaleeysaa irraa jalqabee Gaawuniin/uffanni eeybaa eeybifamtootaaf hiramaa jira.
2. Haa tahuu malee Qaadh/eeybifamtoonni hedduun ammallee osoo hin fudhatin jirtan ni jirtu. Keessattuu Eeybifamtoonni Sagantaa Degree Barnoota Fagoo hordofaa turtan hedduun hin dhufne.
3. Kanaafuu guyyaan Gawuniin itti hiramuuf isiniif hafe Sadaasa 05/2017 Jimmata boruu qofa tahuu hubattanii; Guyyaa boruu barii sa'aa 1:00 irraa hanga sa'aa 11:00 qofatti keeysummeeyfamtu waan taheef kana hubattanii akka itti fayyadamtan.
4. Qabdiin Maallaqaa Gaawunichaaf qabsiifamu Qr. 800 yoo tahu, Qr. 400 kiraa Gaawuniitiif oolee, Qr. 400 immoo barataaf deebi'a.
5. Gaawunii fudhattan of eeggannoo ol'aanaadhaan kunuunsitanii qabuun dirqama tahu hubadhaa!
Fkf: Gaawunicha muruun, dhiphisuun, bal'isuun, kalooytaa isaa cabsuun, haada faachoo isaa muruun, Ribaanii waliin kenname gatuun, walumaagalatti Gaawunii fi jala deemtuu Gaawunichaa mara irratti jijjiirama fiduu fi gatuun Qr. 2000.00 kan nama adabsiisuu tahuu isaa akka hubattan cimsinee dhaamna.
6. Gaawuniin guyyaa wixataa jechuunis Sadaasa 09/2017 hanga sa'aa 11:00tti deebi'uun dirqama yoo tahu, orraafannaan guyyatti Qr.200 nama adabsiisa.
7. Yeroo ibsamee kanaan alatti barataan hin keeysummeeyfamu.
8. Iddoon eeybaa Yunivarsitii Haroomaayaatti Mooraa Haadhoo Baatee, Galma Afran Qal'ootti tahuu beekuudhaan guyyaa 07/03/2017 ganama sa'aa 1:00 irratti moora Yunivarsitichaa duratti hiriiraan galuu qabdu.
9. Eeybifamaan kamiyyuu baasii mataa isaatiin yeroon itti yaadee bakka eeyba isaa mooraa Yunivarsitichaatti argamuu qaba
10. Barattoonni sagantaa Barnoota Fagoo hordofaa turtan karaa Qindeeysitoota keeysaniitiin gargaaramuun dhimma keessan salphifadhaa!
11. Xiyyeeffannoo kennuun daddafaa fixadhaa.
12. Odeeffannoo karaa telegram tiin jala buutanii yeroo kamiyyuu caalaa akka hordoftan cimsinee hubachiifna.
Horaa Bulaa!
Congratulation!

11. Barataan tokko maatii tokkoo ol iddoo eeybaa seensisuu waan hin dandeenyeef ammumaan wal hubachiisaa!
12. Xiyyeeffannoo kennuun daddafaa fixadhaa.
13. Odeeffannoo karaa telegram tiin jala buutanii yeroo kamiyyuu caalaa akka hordoftan cimsinee hubachiifna.
Horaa Bulaa!
Congratulation!
Repost from AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel
🎓 Baga Gammaddan!!
Kabajamtoota Qaadhimamtoota Eeybifamtoota Kollejjii Awaash Vaalii
Hundaaf!
Duraan duursee baga jala bultii eeyba barnoota hordofaa turtanii geessan isiniin jenna.
Itti aansuudhaan imala barnootaa wallaala balleessuuf baroota dheeraa bu'aa bahii hedduu keeysa dabartanii osoo abdii hin muratin xiiqiidhaan tattaafattanii xumura boqonnaa sagantaa barnootaa isa duraa gahuu keeysaniif irra deebinee baga Gammaddan! Ammallee baga Gammaddan!
Horaa Bulaa! Saaraa Dagaagaa!"
Kolleejjii keeysan Kollejjii Awaash Vaalii"Ashamaa akkam jirtan Barattoota keenya
Baga geeysan Baga waliin Geenye (Congratulations)
Bu'aa bahii hedduu dabarsuudhaan baga guyyaa kana geeysan
Dhaamsa 📣
Iddoon Eeybaa Haromaayaa Yuniversitii galma Afran Qallootti.🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓
Sagantaa muhaadaraa jama'aa Barattoota college Awaash vaalii
https://youtube.com/watch?v=Q2nZ1ISKppU&si=vPBZ9SdJpd3g1irS
AS WR WB👇👇👇👇👇
✅️✅️Oduu Dinqisiissaa❣️❣️❣️❣️ Jama'aan Barattoota Muslimaa Koolleejjii Awaash vaalii Guyyaa arraa waan dinqii hojjatteerra inniis Maali yoo jattan akkumma beekkamu Barattoonni koolleejjoota N/Harari keessa jiran hundi jama'aa Muslimaa jaarrattanii qabachuun isaani ni beekkama haa ta'uu garuu akka Yuniversitiitti jama'aan koolleejjootta kun qindaawwee Sagantaallee garagaraa qopheessu irratti hanqinaa qaba kanaaf akka koolleejjootta N/Harari keessa jiranitti hanqina jiru kana yaroo jalqabaattiif Sadarkaa koolleejjiitti koolleejjiin Awaash vaalii daara botor godhuudhan guyyaa arraa haala Ajaa'iba taheen Barattoota Muslimaa akka koolleejjiitti guyyaa 7/3/2017 Eebbissiisuf deemu guyyaa arra akka jama'aatti ammoo Jama'aan Barattoota Muslimaa koolleejjii Awaash vaalii Sirna miidhagaa taheen Barattoota Muslimaattiif sagantaa Eebba gaggeessa jira haaluma kanaan Sagantaa Eebbaa Barattoota Muslimaa koolleejjii Awaash vaalii irratti ulamaa'oonnii keenyaa babbeekkamoon hedduun hirmaataniiru
1 Sheikh Usmaan Durrii
2 Sheikh Taaju Aratenyaa
3.Ustaaza keenya kabajjamaa fi jaalatamaa Ustaaz #Hakim_Hassen
4.Bakka bu'aa Majiliisa muftii keenya Sheikh Aadam Tuula kan tahan Sheikh Dawee Tuula
5.akkasumaas itti Gaafatama majilliisa A/Haakim Sheikh Mohammed Amiin faa hirmaachisuudhan guyyaa arra haala adda taheen Nammoota hedduu Ajab jachisiiseerra kana malees Barsiisoottaa daballattee Diiniin koolleejji Awash Vaalii Kabajjammoo #Obboo_Yusuf_Ababe_Hunbena argamiinru Kanaaf Koollejjiin keenyaa koollejjiin Awaash vaalii Sagantaa kana isponsera godhudhan nu Cinaa dhabataniiru
Akkasumaas bankii ZAMZAM isponsera Sagantaa tenyaa ta'uun nu cinaa dhabataniiru akka jama'aattis tahe akka Barattoota Muslimaa koollejjichaatti Galatooma isaaniin janaa 🙏🙏
Kanaafu Barattoonni Koolleejjootta N/Harari keessa jiran Fakkeenyuma kana fudhachuudhan
👉Diin keenyaa haa Babballiifnu✅️✅️
👉Diin keenyaa haa Miidhagsinu✅️✅️
General Amiir
ANAS ABDI YUYA
#JBMKAV
@AVCSMJ
AS WR WB👇👇👇👇👇
✅️✅️Oduu Dinqisiissaa❣️❣️❣️❣️ Jama'aan Barattoota Muslimaa Koolleejjii Awaash vaalii Guyyaa arraa waan dinqii hojjatteerra inniis Maali yoo jattan akkumma beekkamu Barattoonni koolleejjoota N/Harari keessa jiran hundi jama'aa Muslimaa jaarrattanii qabachuun isaani ni beekkama haa ta'uu garuu akka Yuniversitiitti jama'aan koolleejjootta kun qindaawwee Sagantaallee garagaraa qopheessu irratti hanqinaa qaba kanaaf akka koolleejjootta N/Harari keessa jiranitti hanqina jiru kana yaroo jalqabaattiif Sadarkaa koolleejjiitti koolleejjiin Awaash vaalii daara botor godhuudhan guyyaa arraa haala Ajaa'iba taheen Barattoota Muslimaa akka koolleejjiitti guyyaa 7/3/2017 Eebbissiisuf deemu guyyaa arra akka jama'aatti ammoo Jama'aan Barattoota Muslimaa koolleejjii Awaash vaalii Sirna miidhagaa taheen Barattoota Muslimaattiif sagantaa Eebba gaggeessa jira haaluma kanaan Sagantaa Eebbaa Barattoota Muslimaa koolleejjii Awaash vaalii irratti ulamaa'oonnii keenyaa babbeekkamoon hedduun hirmaataniiru
1 Sheikh Usmaan Durrii
2 Sheikh Taaju Aratenyaa
3.Ustaaza keenya kabajjamaa fi jaalatamaa Ustaaz #Hakim_Hassen
4.Bakka bu'aa Majiliisa muftii keenya Sheikh Aadam Tuula kan tahan Sheikh Dawee Tuula
5.akkasumaas itti Gaafatama majilliisa A/Haakim Sheikh Mohammed Amiin faa hirmaachisuudhan guyyaa arra haala adda taheen Nammoota hedduu Ajab jachisiiseerra kana malees Barsiisoottaa daballattee Diiniin koolleejji Awash Vaalii Kabajjammoo #Obboo_Yusuf_Ababe_Hunbena argamiinru Kanaaf Koollejjiin keenyaa koollejjiin Awaash vaalii Sagantaa kana isponsera godhudhan nu Cinaa dhabataniiru nuttis akka jama'aattis tahe akka Barattoota Muslimaa koollejjichaatti Galatooma isaaniin janaa 🙏🙏