en
Feedback
AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official

AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official

Open in Telegram

AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!

Show more
999
Subscribers
No data24 hours
-77 days
-2630 days
Posts Archive
As wr wb akkami ngy qabdanii barattoota keenya kan college adda adda keessa jirtan hunddi keessan barattoonni muslimaa kan college Awash valley baratan  sababa WELCOME barattoota keenya kan batch 2017 f jecha muhaadara qoopheessine yoo rabbiin ja'e Inshaa Allah gaafa muddee 26/4/2017 sanbata tiqqa sa'a 2:00 hanga 6:00 waan qabnuu Afeerra/ waamicha obbolumma islaamumma isiniif godhuu barbaanna hadaraa qooda akka irra fudhattan kabajaan isin gaafanna IDDOON MUHAADARA MASJIIDA IMAAMU AHMED KAN ARATENYATTI

https://www.facebook.com/100076457868520/posts/pfbid02RLv5jhQHNybyVHevUqMZm9Jnxu3dMi5GhiibUGfubPzqEXLEmcSAENA8Wkwba2Myl/?app=fbl linki Fecbooka kana jala seenuun gocha fudhatama hin qabne kan koollajjoota irratti deema jiru kana share godhuun Balaalefadha

Sagantaa muhaadaraa jama'aa Barattoota college Awaash vaalii https://youtube.com/watch?v=Q2nZ1ISKppU&si=vPBZ9SdJpd3g1irS

Kutaa 1ffaa

Sagantaa muhaadaraa jama'aa college Awaash vaalii kutaa 2ffaa https://youtube.com/watch?v=sSNXulxC-38&si=vXPB52eyPAl2KXby

Dhaamsa Bareedduu ~~ Waa afur (4) : jireenya kee kheeysatti hin lakkisin!! ✔️Rabbiif Galata galchuu hin lakkisin, yoo lakkifte ida'amiinsa dhabdaa. Rabbiin (SA) akkana ja'a. ‏"ولئن شكرتم لأزيدنكم" "Yoo waaniin isiniif khannerratti Galata naaf galchitan ta biraatin isiniif itti ida'a." ✔️ Rabbi yaadachuu hin lakkisin Rabbiin si yaadachuudha dhabdaa. Rabbiin (SA) akkana ja'a: ‏"فاذكروني أذكركم" "Na yaadadhaa aniis isiniin yaadadhaa." ✔️Rabbi khadhachuu hin lakkisin qeebaltiidha dhabdaa. Rabbiin (SA) akkana ja'a: " أدعوني أستجب لكم" "Na khadhadhaa waan na kadhattan isiniifiin qeebalaa." ✔️Istikfaara hin lakkisin nagaya bahuudha dhabdaa. Rabbiin (SA) akkana ja'a. "وما كان الله معذبهم وهم يستغفرون" "Rabbiin ummata mu'uminaa osoo isaan istikfaara khadhatanii kha isaan halaakhu hin taane."

As wr wb akkami jirtan Miseensonni JMKAV Nagaa Keessani akkuma beekkamu guyyaa boru jachuun 12/4/2017 Sagantaa qabanee isiin yaamuun keenya ni yaadatama haa ta'uu Garuu Sababa Dhaabbanni Guddina Hawaasa Oromiyaa ja'amu  koolleejji teenya Koolleejjii Awaash vaalii waliin tahuun Sagantaa guyyaa kana irratti qopheesseef waan taheef Sagantaan keenya kan jama'a Guyyaa Alhadaa jachuun 13/4/2017 tti Dabarsinee jira kanaafu Miseensonni keenya Miseensi Jama'aa muslima koolleejji Awaash vaalii dhiifama isin gaafachaa guyyaa Alhadaa kana Sa'aa 3:00 irraatti akka nuuf arkamtan Kabajaafi jaalalan waamicha isiniif goona 👉Hubachiisa jama'aafi dhabbata misooma Oromiya maaltu walitti fide yoo jettan Class hunddarra namni kudhan kudhan hirmaachuun dirqama waan ja'aniif miseensi keenya kan jama'a hunddi ni hirmaata kanaafi ⭐🙏Galatooma

🫴Yaa Lafee koo/too...!💝 🤏SOCIAL MEDIA n Kuni nama Hedduu Salphisaa jiraa uf Eeggadhu..! ✍Jecha kee madaali... ✍Gocha keetis Gulaali. ✍haala kee Eeggadhu..! 🫵Keessattuu dubartoonni keenya Isin Hayaa'atu Isiniin malaa kabajaa keessan if irratti hayyifadhaa.! 🫵Jecha HAMTUU takka Ummata Jaarraa kanaa(8bil) Iddoo tokkotti walitti qabdee jechuutu SOCIAL MEDIA kana irratti jecha badii takka jechuu irra laaftuudha.... Sababbiin isaas ODUUN warra jaarraa kanaa dhalootuma kanaan irraanfatamuu dandeessi ......Garuu Jechi Takkattiin ati as irra kaayatte suni Hamma guyyaa qiyaamaa ykn Xumura SOCIAL MEDIA tti Asuma irra siif teessi.... 🤙KANAAF,Qoree osoo hin taane Biqilaa Firii gaari buusu dhaabadhuutii deemi...!Ashaaraa Yaadannoo keetii ammuma tolfadhu.hadaraa ke.!

Repost from N/a
Hi Barattoota keenya Akkam jirtan isiniin jechaa Akkuma beekkamuu yeroo Ammaan tanaa kanatti kollejjiileen muraasni sababoota hayyamaa fi Ulaagaalee takka hin guuttatiniif jecha cufamaa jiraachuun isii niyaadatama haa ta'uu garuu barattoonni keenyaas sababa kana irra dhaabbachuudhaan shakkiilee garagaraa qabaachuun keessan waan hin oolleef jecha akkuma armaan olitti argitanii Maqaalee kollejjii gara garaa 84 akka Biyyaalessaatti kan olitti argitan kanneen cufamtee jiŕti waan taheef isiniis sirritti ilaaltanii check gootanii shakkii akka baatan cimsinee hubachiifna HUB : Barattoota dursitanii otoo addaan hin baafannetti haasawaa fi olola garagaraatiin akka hin bujaajooyne cimsinee isin yaadachiifna ARIF M AVCAFDH

Repost from N/a
photo content

Simaana obboleewwan kenyaa Waliin haa  Qoodanuu. " Hundi keenyaawuu Diin kana tiksuu, itti Dalaguu fii itti Nama Waamuu Dirqama qabna"* الشّيخ الْعلامة صَالح الفَوزان حَفظه الله وسطية الإسلام 02-03-1438هـ Bakka; Galma Juniorii Manaa Baranoota sadarkaa lamaf magalaa Harar. Mee isaa jaate hin Rakkaatin siifan himaa, Saajj garaajja gad Rowad Hotel cinnaa karaa achii goruu achii seentu. Sa'aa; 2:00irratti⁸

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾 🚾🚾🚾🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗📒📕📔📕📕📗📕📕📗📗📘📘📘📚📰📰📰📰👫🏃‍♂‍➡️🚴‍♀🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️👭👬👯‍♀👯👯‍♂ "Oduu Gammaachisa "💪✍🫂🗣🗣🗣🗣 Kabajamtoota fi jalaatamaatota,miseensotaa RVUHC  Muslimaa Jama'aa tataan hundumaan keessaanu,akkasumas Kolleejjii fi Hawwaasa muslimaa Magalaa Harar Hundaaf " Wamiichaa obbolummaa Islaamaa obboleewwan keenya irraa Afeeraamatani jirtuu " woow woow woow woow woow Anaa Dhufuu isiin jennaa " RIFT VALLEY UNIVERSITY HARAR CAMPUS MUSLIM JEMEA halaa duree Barachiisuu hunda Xumree isiin Egaa jira maree dhufaatii Kessaan Egaa Jiraa isiin Jennaa woow Woow Maraabbaan Maraabbaan Bikkaa yaa ikawaan musliminaa. Baga Nagayaan dhuftan gaa Anna dhufuu Baga Nagayaan dhuftan anaa dhufuu Baga dhuftan gaa "Welcome Welcome "🌹⭐️🌹🌹⭐️🌹🌎🌹🌹🌙🌹🌹☪️🌹🌹☪️🌹🌹☝️🥀 🙏 🌙🙏 🙏🌸 🙏🌼 🙏 🙏 🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕Š🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗📒📕📔📕📕📗📕📕📗📗📘📘📘📚📰📰📰📰👫🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️👭👬👯‍♀👯👯‍♂🚴‍♀🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🌲🌳🌲🌳🌳🌲🌲🌳🌳🌲🪷🌙🌾💐🌻🌹❤️❤️❤️🥐🧇🥞🧇🧇🧇🧇🧇🥞🌭🍔🧆🥙 🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾 🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾 🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾 🧇🥞🧇🥞🧇🥞🧇 مرحبا بكم في  آنا قادمةإخواني وأخواتي المسلمين، طلابنا الأعزاء، الأهم أن الله أعطانا هذا الدين بمشيئته وأعطانا أخوة الإسلام أو الوصول مرحبا بكم. "Well Come" #Sadaasa_Guyyaa :21/03/2017. Sanbata xiqqaa kenyaa duraa. Inshaallaha Rabbiin Nagayaan ittin nuu haa gahuu jennaa,  Sagantaa kana irratti seenaan Jama'aa fi walaloon garaagaraa kan irratti dhihaatuudha, yoom kanaa qofa. 1. Nashiidaa. 2. Walaloo. 3. Qophii Bashannansisa fi Buhaarsitu. 4. Gorsaa ulamoota gugur-doo gargaara. 5. Kenaa addaa addaa akkasumas barattoota illiili maadda Haraashii Walaloo fi Nashiida dhiheessuun isiin Buhaarsitu Akkasumas daa'iiwwan gurguddoon magaalaa keenyaa irratti argamuun gorsa kan itti keenna Keessummoonni Affeeramani Urjii biyya fi dhalootaa Maraabbaan Bikkaa yaa Urjii biyya. WooWoo WooWoo WooWoo. Ulamoota kenyaa Kana affeeraman . 1. Sheka Shekkotaa Sheka Jamal Abdulaahii Hasan. 1-Shek Mohammed Arrole Barsiisaa keessaafi Alaa. Abbaa Ustaazoota fi Hufazotaa. 2.shek Tajuu Ahmad. Abbaa Hiyyeessa fi Tokkummaa. 3. Shekh Usman Durii, Dura Bu’aa Koree Fattaawwaa 4. Skekh/ ABDUSELAM JIBRIL AHMED Duraa ta'aa M/N/U/H MANA MARII OL'AANAA DHIMMOOTA ISLAAMAA 5.Shek Mahammed Amiin  Duraa Ta'aa Majilisaa Aanaa Hakiim. 6. Shekh Tajuu. 7.Ustaaz Umar Usmahil Directory TV Gadisaa Islaamaa . 8. Ustaaz Riyaad Abdallaah Jeeyina Mimbera. 9. Ustaaz Rammaadan. 10. Munashiidaa Mashaallahaa yookiin Abbaa Gammachiis. 11. Munashiidaa Ahmed Musaa. 12. Munashiidaa Kedir Tofiq. 13. Bareesitu kitaabaa Xuuba Abdallaah. 14. ANashiide/ Naahil Ahmed Jamal. 15. Bayan Yusuf Walaloo 16.Garee Maadda Haraashii fi Walaloo, Nashiida gama shamarranii Akkasumas Ustaazonni Affeeramani jiruu. WooWoo WooWoo kan Dhufee Argee Asalamaa Achii Millaatu Ajaa'iba Duubiiin Basuumaa, Mashaallahaa Mashaallahaa. Qophii kaan waani Adda goodhuu , Qophii Ajaa'iaba, Argiisisaa. International Teknood. Salaaan In Teknood. Yaa babbaareedoo ilmaan hayyaa, fayyaa jiruu islaamiin Rabbiitu sii badheese Gammaadii. 🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾 Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin. Kottu waliin bareen kottu waliin baareen yaa obboleynaa muslimaa Nuttii isiin jalaan Rabbiif jecha wallif nuu haa dhisuu Rabbii guddaan Allaahmaduullaah Rabbiil Aalamiin qabaane karaa Islaamaana Hadiisa fi qur'aanaa, ♥️ woowoo Baga Nagayaan Dhuftan gaa Anna dhufuu Baga Nagayaan dhuftan gaa Welcome "Welcome "🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹☝️ 🌻🌼🌻🌼🌻⭐️🌟🌟 🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🚾🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🆕🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗🛗📒📕📔📕📕📗📕📕📗📗📘📘📘📚📰📰📰📰👫🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️🏃‍♂‍➡️👭👬👯‍♀👯👯‍♂

#Odeeffannoo Hatattamaa: Kabajamtoota Qaadhimamtoota Eeybifamtoota Kollejjii Awaash Vaalii Hundaaf! 👉Odeeffannoo armaan gadii haa fayyadamnu. 1. Gaawuniin eeybaa Kaampaasii Muummee Harar irraa Sadaasa 04/2017 Guyyaa Roobii kaleeysaa irraa jalqabee Gaawuniin/uffanni eeybaa eeybifamtootaaf hiramaa jira. 2. Haa tahuu malee Qaadh/eeybifamtoonni hedduun ammallee osoo hin fudhatin jirtan ni jirtu. Keessattuu Eeybifamtoonni Sagantaa Degree Barnoota Fagoo hordofaa turtan hedduun hin dhufne. 3. Kanaafuu guyyaan Gawuniin itti hiramuuf isiniif hafe Sadaasa 05/2017 Jimmata boruu qofa tahuu hubattanii; Guyyaa boruu barii sa'aa 1:00 irraa hanga sa'aa 11:00 qofatti keeysummeeyfamtu waan taheef kana hubattanii akka itti fayyadamtan. 4. Qabdiin Maallaqaa Gaawunichaaf qabsiifamu Qr. 800 yoo tahu, Qr. 400 kiraa Gaawuniitiif oolee, Qr. 400 immoo barataaf deebi'a. 5. Gaawunii fudhattan of eeggannoo ol'aanaadhaan kunuunsitanii qabuun dirqama tahu hubadhaa! Fkf: Gaawunicha muruun, dhiphisuun, bal'isuun, kalooytaa isaa cabsuun, haada faachoo isaa muruun, Ribaanii waliin kenname gatuun, walumaagalatti Gaawunii fi jala deemtuu Gaawunichaa mara irratti jijjiirama fiduu fi gatuun Qr. 2000.00 kan nama adabsiisuu tahuu isaa akka hubattan cimsinee dhaamna. 6. Gaawuniin guyyaa wixataa jechuunis Sadaasa 09/2017 hanga sa'aa 11:00tti  deebi'uun dirqama yoo tahu, orraafannaan guyyatti Qr.200 nama adabsiisa. 7. Yeroo ibsamee kanaan alatti barataan hin keeysummeeyfamu. 8. Iddoon eeybaa Yunivarsitii Haroomaayaatti Mooraa Haadhoo Baatee, Galma Afran Qal'ootti tahuu beekuudhaan  guyyaa 07/03/2017 ganama sa'aa 1:00 irratti moora Yunivarsitichaa duratti hiriiraan galuu qabdu. 9. Eeybifamaan kamiyyuu baasii mataa isaatiin yeroon itti yaadee bakka eeyba isaa mooraa Yunivarsitichaatti argamuu qaba 10. Barattoonni sagantaa Barnoota Fagoo hordofaa turtan karaa Qindeeysitoota keeysaniitiin gargaaramuun dhimma keessan salphifadhaa! 11. Barataan tokko maatii tokkoo ol iddoo eeybaa seensisuu waan hin dandeenyeef ammumaan wal hubachiisaa! 12.  Xiyyeeffannoo kennuun daddafaa fixadhaa. 13. Odeeffannoo karaa telegram tiin jala buutanii yeroo kamiyyuu caalaa akka hordoftan cimsinee hubachiifna.     Horaa Bulaa!                  Congratulation!

#Odeeffannoo Hatattamaa: Kabajamtoota Qaadhimamtoota Eeybifamtoota Kollejjii Awaash Vaalii Hundaaf! 👉Odeeffannoo armaan gadii haa fayyadamnu. 1. Gaawuniin eeybaa Kaampaasii Muummee Harar irraa Sadaasa 04/2017 Guyyaa Roobii kaleeysaa irraa jalqabee Gaawuniin/uffanni eeybaa eeybifamtootaaf hiramaa jira. 2. Haa tahuu malee Qaadh/eeybifamtoonni hedduun ammallee osoo hin fudhatin jirtan ni jirtu. Keessattuu Eeybifamtoonni Sagantaa Degree Barnoota Fagoo hordofaa turtan hedduun hin dhufne. 3. Kanaafuu guyyaan Gawuniin itti hiramuuf isiniif hafe Sadaasa 05/2017 Jimmata boruu qofa tahuu hubattanii; Guyyaa boruu barii sa'aa 1:00 irraa hanga sa'aa 11:00 qofatti keeysummeeyfamtu waan taheef kana hubattanii akka itti fayyadamtan. 4. Qabdiin Maallaqaa Gaawunichaaf qabsiifamu Qr. 800 yoo tahu, Qr. 400 kiraa Gaawuniitiif oolee, Qr. 400 immoo barataaf deebi'a. 5. Gaawunii fudhattan of eeggannoo ol'aanaadhaan kunuunsitanii qabuun dirqama tahu hubadhaa! Fkf: Gaawunicha muruun, dhiphisuun, bal'isuun, kalooytaa isaa cabsuun, haada faachoo isaa muruun, Ribaanii waliin kenname gatuun, walumaagalatti Gaawunii fi jala deemtuu Gaawunichaa mara irratti jijjiirama fiduu fi gatuun Qr. 2000.00 kan nama adabsiisuu tahuu isaa akka hubattan cimsinee dhaamna. 6. Gaawuniin guyyaa wixataa jechuunis Sadaasa 09/2017 hanga sa'aa 11:00tti  deebi'uun dirqama yoo tahu, orraafannaan guyyatti Qr.200 nama adabsiisa. 7. Yeroo ibsamee kanaan alatti barataan hin keeysummeeyfamu. 8. Iddoon eeybaa Yunivarsitii Haroomaayaatti Mooraa Haadhoo Baatee, Galma Afran Qal'ootti tahuu beekuudhaan  guyyaa 07/03/2017 ganama sa'aa 1:00 irratti moora Yunivarsitichaa duratti hiriiraan galuu qabdu. 9. Eeybifamaan kamiyyuu baasii mataa isaatiin yeroon itti yaadee bakka eeyba isaa mooraa Yunivarsitichaatti argamuu qaba 10. Barattoonni sagantaa Barnoota Fagoo hordofaa turtan karaa Qindeeysitoota keeysaniitiin gargaaramuun dhimma keessan salphifadhaa! 11. Barataan tokko maatii tokkoo ol iddoo eeybaa seensisuu waan hin dandeenyeef ammumaan wal hubachiisaa! 12.  Xiyyeeffannoo kennuun daddafaa fixadhaa. 13. Odeeffannoo karaa telegram tiin jala buutanii yeroo kamiyyuu caalaa akka hordoftan cimsinee hubachiifna.     Horaa Bulaa!                  Congratulation!

#Odeeffannoo Hatattamaa: Kabajamtoota Qaadhimamtoota Eeybifamtoota Kollejjii Awaash Vaalii Hundaaf! 👉Odeeffannoo armaan gadii haa fayyadamnu. 1. Gaawuniin eeybaa Kaampaasii Muummee Harar irraa Sadaasa 04/2017 Guyyaa Roobii kaleeysaa irraa jalqabee Gaawuniin/uffanni eeybaa eeybifamtootaaf hiramaa jira. 2. Haa tahuu malee Qaadh/eeybifamtoonni hedduun ammallee osoo hin fudhatin jirtan ni jirtu. Keessattuu Eeybifamtoonni Sagantaa Degree Barnoota Fagoo hordofaa turtan hedduun hin dhufne. 3. Kanaafuu guyyaan Gawuniin itti hiramuuf isiniif hafe Sadaasa 05/2017 Jimmata boruu qofa tahuu hubattanii; Guyyaa boruu barii sa'aa 1:00 irraa hanga sa'aa 11:00 qofatti keeysummeeyfamtu waan taheef kana hubattanii akka itti fayyadamtan. 4. Qabdiin Maallaqaa Gaawunichaaf qabsiifamu Qr. 800 yoo tahu, Qr. 400 kiraa Gaawuniitiif oolee, Qr. 400 immoo barataaf deebi'a. 5. Gaawunii fudhattan of eeggannoo ol'aanaadhaan kunuunsitanii qabuun dirqama tahu hubadhaa! Fkf: Gaawunicha muruun, dhiphisuun, bal'isuun, kalooytaa isaa cabsuun, haada faachoo isaa muruun, Ribaanii waliin kenname gatuun, walumaagalatti Gaawunii fi jala deemtuu Gaawunichaa mara irratti jijjiirama fiduu fi gatuun Qr. 2000.00 kan nama adabsiisuu tahuu isaa akka hubattan cimsinee dhaamna. 6. Gaawuniin guyyaa wixataa jechuunis Sadaasa 09/2017 hanga sa'aa 11:00tti deebi'uun dirqama yoo tahu, orraafannaan guyyatti Qr.200 nama adabsiisa. 7. Yeroo ibsamee kanaan alatti barataan hin keeysummeeyfamu. 8. Iddoon eeybaa Yunivarsitii Haroomaayaatti Mooraa Haadhoo Baatee, Galma Afran Qal'ootti tahuu beekuudhaan guyyaa 07/03/2017 ganama sa'aa 1:00 irratti moora Yunivarsitichaa duratti hiriiraan galuu qabdu. 9. Eeybifamaan kamiyyuu baasii mataa isaatiin yeroon itti yaadee bakka eeyba isaa mooraa Yunivarsitichaatti argamuu qaba 10. Barattoonni sagantaa Barnoota Fagoo hordofaa turtan karaa Qindeeysitoota keeysaniitiin gargaaramuun dhimma keessan salphifadhaa! 11. Xiyyeeffannoo kennuun daddafaa fixadhaa. 12. Odeeffannoo karaa telegram tiin jala buutanii yeroo kamiyyuu caalaa akka hordoftan cimsinee hubachiifna. Horaa Bulaa! Congratulation!