AVC - MUSLIM STUDENTS JEMA'A Official
Open in Telegram
AMANTII IFII BEEKHUN QAROOMINA بلغو عني ولو كان ءايه Nuti barattoonni jama'aa Barattoota Muslimaa KAV caayaa islaamummaa jalatti wal geenyee milkii guyyaa boruu Aakhiraa fi addunyaaf imalla. Inshallah!!
Show more999
Subscribers
No data24 hours
-77 days
-2630 days
Posts Archive
Dubbii Ajaa'ibaa!💚💚
Jaartiin Gosa afur (4) qabdi. Mee dubbisaa!
1. Jaartii hamtuu:
Jaartii ajaja jaarsa Isii hin goone, tan jaarsa Isii hin dhageenye. Jaartii azaaba Duniyaa jaarsa seensistu.
2. Jaartii hifattuu;
Jaartii waan Jaarsi itti ajaje hunda osoo jibbituu hojjattu, garuu ajaja jaarsaa hin diddu.
3. Jaartii nagayaa:
Qaalii jaarsaa hin diddu. Ajaja isaa nigooti. Waan inni ajaje hunda nihojjatti, garuu ajaja isaa malee ofii hin beeytu!
4. Jaartii Raaziyaa:
Jaartii osoo Jaarsi hin dubbatin, waan inni fadhuu fi waan inni jibbu fuula isaarraa qaraatu, tan osoo inni itti hin himne beeytu, tan ajaja jaarsaa malee isa gammachiistu.
Yaa Nama dhugumaan fuudha feetu Jaartii Raaziyaa tan akka lakkoofsa 4ffaa irra jirtuu tana Rabbi siif haa kennu!🤦🎁 Kkkk
As wr wb jaalatamtoota kiyya barsiisota keenya Akkasuma Koree jama'aatiifi miseensi isi hunddii barattoota keenya kan koollejji Awaash vaalii baga gammaddan baga gammanne isiin jechuun barbaada
🙏 waamicha Islaamumma baga owwaattan akka kana nurraa barbaaddi islaamummaan
AWASH VALLEY COLLEGE MUSLIM STUDENTS JAMA'A
BARAKADHA FAKKEENYA TAHA
🤲 COC FI EXAM EXITIIN isin hin yaachisin rabbiin
🖐️ Numaan gammadeefi
As wr wb akkami ngy qabdanii barattoonni keenya kan koollejji Awaash vaalii barattan hunddi keessanu waamicha islaamumma nuuf godhame kana irratti bifa koollejji keenya ibsuun akka argamnu abdiin qaba boru ganama sa'a 2 irra koollejji keenya Awaash vaaliitti walitti dhufne bakka takka dhiiraafi dhalaaniis Wal duraa duubaan wajiin deemna waan ta'eef hirriiba irra gizeen kaane walkaafne haa dhaqanu hadara hin hafin guyya kana
Nu qofaa miti college harar keessa jirtu hunddaatu afeerame jira dorgommiidhaan dhaquufi
Eeeeeeeee akkasi. !!!!
JUMU'AA MILKAA'INAA
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.
Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
• Qaama dhiqachuu
• Qeensa qorachuu
• Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu👉dhiira qofaaf
• Yeroon gara masjiidaa deemuu
• Suuraa Alkhahaf qara'uu
• Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
• Uffata babbareedaa uffachuu
• Du'aa'II heddumeessuu
• Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu
Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!
Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
♥️Nagaa♥️Peace ♥️Salam♥️
صلی الله علیه وسلم
😊 اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ ﷺ 😍
Oduu gammachiisaa Magaalaa Finfinnee irraa dhagayamaa jiru Dorgommii Hifzii Qur'aanii fi Azaanaa Itiyoophiyaatti Amajjii 25 gaggeeffamuuf keessumoonni biyya keenyaa seenuu eegalaniiru.
Itiyoophiyaan yeroo lammaffaadhaaf dorgommii Hifzii Qur'aanaa fi Azaanii Adduniyaalessaa gaggeessuuf qophii irra jirti.
Sagantaa kana irratti kan hirmaatan abbootiin seeraa seenuu jalqabaniiru. Keessumoota seenaa jiraniifis simannaan ho'aan taasifamaa jiraachuu Waldaan Qur'aanaa Zeyd Ibnu Saabit ibseera.
Dorgommii Hifzii Qur'aanaa fi Azaanaa kana biyyoonni 60 (Jaatamaa) ol akka hirmaatan ibsameera.
Mashaa Allah Ja'i me🙏

🙏 Mashaa Allah
ODUU GAMMACHIISA
"Waamicha Konfiraansii Guddicha "
Majilisaa Aanaa Hakiim irraa.
Jiraattota Hawaasa Muslimaa Magaalaa Harar Fi Naannawaa Isii Hundaaf. Majilisaa Aanaa Hakiim, " Tokkummaa Ummata Muslimaa " Dhamsaa Simmaana Rammaadanatif jechaa, Dhamsaa haala yeroo irratti akkasumas gorsa hayyootaan gorsaamu,
Walaloo, Nashiida, qoosaa fi Qophii Bashannansisa fi Buhaarsitu Adaa addaa qopheesu guyyaa dhufaati teessani qofa eega jira. Hawaasni keenyaas kana hubbatani dhuftanii akka qooda irraa fudhaatan guyyaan Dilbataa Xiqqaa/Saftii 24/5/2017 E.c Ykn 28/6/1446H Muhaadara Majilisaa keenya kana irraa akka hin hafne afeeramtani jirtu.
Keessumoonii adda addaa bakka irraa afeeramani gorsaa fi dhamsaa babbareedaa isinif guumachuuf wamamanii guyyaa qofa eega jiran. Hawaasni aanaa keenya fi Magaalaa keenyaa hundi sagaanta Konfiraansii Guddoo kana irraa akka hin hafne isinin jattii koreen qindeesituu Konfiraansii qaqacalee ijoollee teessani.
Iddoon: Masgidaa Imaamuu Ahmed, Afuur Teenyaa.
Yeroon guyyaa Saftii Ganama Sa’aa 2:00irraa
Isiin Hin Dabriin.
MANAA MARRII DHIMMOOTA ISLAAMAA ANAA HAKIIM IRRAA.
Mee rabbiin hamtuu sirra haa qabu du'a'i sheikh keeyya gudda sheikh Jamaal Aratenya tana aammiin qofa ja'a 🤲 Amiiiiiiiin Amiiiiiiiin Yaa rabbi
As wr wb Masha Allaah Baga gammaddan baga gammanne barattoonni keenya kan college Awash valley barattoonniifi misiissi Koree jama'a college Awash valley hunddi keessan jazakumullahu keyran wa ahasanal jazaa'a Hedduudha irra gammanne welcome/muhaadara Arra irra
اسلام عليكم ورحمة الله وبركات
Barattoonni keenya Duraanu isiniin boonna waan taheef hin orraafatina Wal hin dhiisina Wal hin bubuusina hadara keessan boru ganama akka nurra hin hafne hin orrraafanne isiniitti dhaammachuun barbaada
ISLAAMUMMA IRRATTI DHALANNE IRRATTI GUDDANNE HAARATTII ARRA HIN ARKANNEE BEEKI ✍️
GUYYAAN KUN GUYYAA KEETI KEENYA Baqqa hin hafin hin orraafatin🙅

Soomni hijraa irra waggaa meeqatti dirqama godhame me yaala qalbi gara soomana deebisa