cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Shaashamannee press

Shaashamannee press madda odeeffannoo dhugaa. yaada ykn gaaffii yoo qabaattan liinkii kana tuqaa @QEERROOjirtuu121212. Gadaan gadaa xumura gabrummaa ti. Shashamane press. πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“™πŸ’ŠπŸ’Šβ€οΈβ€οΈβ€οΈ https://t.me/joinchat/RSUx95VOwyM_0pD0 @QEERROOjirtuu121212

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
183
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Namni ni dhufa; Ni deemaas Jireenyi garuu itti fufa! ⁣☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️ β˜οΈβ˜οΈπŸ’—πŸ’—β˜οΈπŸ’—πŸ’—β˜οΈβ˜οΈ β˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈ β˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈ β˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈ β˜οΈβ˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈβ˜οΈ β˜οΈβ˜οΈβ˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈβ˜οΈβ˜οΈ β˜οΈβ˜οΈβ˜οΈβ˜οΈπŸ’—β˜οΈβ˜οΈβ˜οΈβ˜οΈ ☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️ @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121
Show all...
Namni ni dhufa; Ni deemaas Jireenyi garuu itti fufa! ⁣☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️ β˜οΈβ˜οΈπŸ’—πŸ’—β˜οΈπŸ’—πŸ’—β˜οΈβ˜οΈ β˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈ β˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈ β˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈ β˜οΈβ˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈβ˜οΈ β˜οΈβ˜οΈβ˜οΈπŸ’—πŸ’—πŸ’—β˜οΈβ˜οΈβ˜οΈ β˜οΈβ˜οΈβ˜οΈβ˜οΈπŸ’—β˜οΈβ˜οΈβ˜οΈβ˜οΈ ☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️☁️ @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121212 @QEERROOjirtuu121
Show all...
#Eessa_deemta? Kaayyoon galma bakka gahuuf yaadaniiti. Kaayyoo qabaachuun eessa akka deemaniif akeektuudha. Kaayyoo malee galmi hiika hinqabu. Galma malee kaayyoonis hiika hinqabu. Kanaaf, namni eessa akka deemu beeku, nama kaayyoo qabudha. Namni eessa akka deemu beeku hundi nama kaayyoo qabu ta'us, namni kaayyoo qabu hundi garuu eessa akka deemu beekuu dhabu nimala. Kaayyoo qabaatee kaayyoo isaa daandii sirrii filatee irra hinadeemsisu taanaan kaayyoon isaa hiika dhaba. Kaayyoo hinqabdu taanaan lafa galma kee hinbeektu jechuudha. Addunyaa kanarra gaafa gabaabinaan ilaallu namoota sadiitu nutti argama. #1. Warra kaayyoo hinqabneefi warra eessa akka deemam hinbeekne. πŸ‘‰Warri akkanaa warra addunyaaf bu'aa homaa hinbuusnedha. Warri akkanaa warra addunyaa jeeqaniifi warra addunyaa nagaa dhowwatanidha. Warri kuni namaaf dhiisii ofiifuu warra tahuu hindandeenyedha. Dhalatanii warra akkasumaan darbanidha. #2. Warra kaayyoo qabaniifi eessa akka deeman garuu hinbeekne. πŸ‘‰Warri kun cimoodha. Dandeettii qabu. Garuu maalgodha eessa akka deeman hinbeekani. Garuma haalli isaan oofetti deemu. Warri kunis addunyaa kanaaf baay'ee barbaachisoo miti. 3. Warra kaayyoo qabaniifi eessa akka deemanis beekan. πŸ‘‰Warri kun warra addunyaa kanaaf barbaachisoofi warqii addunyaa kanaati. Addunyaan kun isaan malee hiika hinqabdu. Warra daandiin isaanii hordofamuu qabu. Warra dhalootni irraa baratudha. Garuu maalgodha, isaan kun immoo namoota muraasa. Ati garuu eessa deemta? @QEERROOjirtuu121212
Show all...
Namoota Soomana Furuun Irratti Dirqama Tahuu Fi Kan Hayyamamuuf.. @Gaaddisa_Dhugaa irraa Soomana Furuun kan dirqama itti tahu..  πŸ‘‰ Dubartii Heydiin (Xuriin) itti dhufte fi tan dhaltee Nifaasni (dhiigni weyta ilmoo dhalan yaa'u) itti dhufees.. akkasuma nama akkaan dhukkubsatu, kan yoo soomane lubbuun isaa baduun akkaan sodaatamu.. isaan kuni soomana furuun dirqama irratti taha.. πŸ‘‰ Dubartii xuriin itti dhuftees tahee tan Nifaasni itti dhufte yoo somananillee soomni isaa hin qeebalamu.. inumaa ni dilaawanii huu. Yoo xurii ykn dhiigni Nifaasaa guyyaa Ramadaanaa kheeysa irraa qulqullaawee xaaharatan (fakkeenyaaf walakkaa guyyaa tti).. akka irra heddun ulamaa ja'anitti, guyyaa sun irraa hanga hafe waan nama fursiisu irraa if qabuun irraa barbaachisa.. guyyaa suniis qadaa kafaluun dirqama.. πŸ‘‰ Namoota Furuun Isaaniif Hayyamamu keessaa 1) Namni imaltaawaa tahe.. inniniis hanga imaltuu isaa irra jiru soomana furuun isaaf hayyamama..  Namni musaafiraa soomana furuu mo soomanuutu isaaf irra caala..?? Kuni haala namticha imaltaawaa suntu laalama.. furuun rukhsaa waan taateef abbaan laalee haala isaaf laaffatu filachuu ni dandaha.. Imaltuu makiinaan deemuus Airplane naan deemuus.. imaltuun imaltuma.. namni imaltuurratti furees hoggaa biyya isaatti gale qadaa kafaluu qaba.. 2) Nama dhukkubsate, dhukkuba soomanaan itti dabaluun ykn fayyaan booda aanuun sodaatamu.. kuniis furuun isaaf hayyamama.. hoggaa fayye qadaa kafaluun isarratti dirqama.. Hubachiisa: dhukkubni tokko tokko kan akka dufkaka lallaafaa, qufaa fi dhukkubbii mataa akka dhukkubaatti hin laalamu.. yoo akkaan namatti hammaate malee.. 3) Nama akkaan dulloome, dhiiras tahee dhalaa.. fi 4) Nama dhukkuba irraa fayyuun isaa hin kajeelamne dhukkubsate.. kuni lamaan, somana furanii guyyaarraa miskiina tokko ifirraa nyaachisan.. qadaa kafaluun isaanirratti dirqama hin tahu.. 5) Dubartiin ilmoo garaa qabduu fi tan luuysiftu (hoosiftu) Yoo Rakkina mataa isaanii irra dhufuu ykn ilmoo isaanii irra dhufuu sodaatan.. isaaniis ni furan.. sodaan isaa eega dabarteen booda qadaa kafaluun dirqama..  Yoo ilmoorratti sodaatanii kan furan taate furanii.. weyta qadaa kafalan miskiina tokko nyaachisaa soomanan.. Rabbiin dhukkubsataa keenya hunda nuuf haa fayyisu..  Rakkataa keenya rakkina haa furu.. Baatiin Ramadaanaa baatii du'aa'ii keessatti heeddumeeysu qabnu.. du'aa'itti haa jajjabaannu. Karaa Toora Telegram keenyaan Nuhordofuuf liinkii Armaan gadii Telegraama tiin https://t.me/joinchat/RSUx95VOwyM_0pD0
Show all...
Shaashamannee press

Shaashamannee press madda odeeffannoo dhugaa. yaada ykn gaaffii yoo qabaattan liinkii kana tuqaa @QEERROOjirtuu121212. Gadaan gadaa xumura gabrummaa ti. Shashamane press. πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“™πŸ’ŠπŸ’Šβ€οΈβ€οΈβ€οΈ

https://t.me/joinchat/RSUx95VOwyM_0pD0

@QEERROOjirtuu121212