Gabatee Qoosaa😁🤣
Open in Telegram
*Kottu nutti dhiyaadhu. Kolfitee dadhabdee xiqquma ofitti boolaata😀
Show more984
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-2030 days
Posts Archive
Namni minilik jedhamu gara jabina Isaarra kan ka'e hayyoonni yeroo sana Hitler Afrika jedhanii waamaa turan.
Madaa qabna nuti ummanni oromoo nuttin faarfamu Dinni keenya
@cuunfaaseenaa.
Hiriyaa baayina hamma rifeensa mataa keeti baay'atu nan qaba jettee yaaddus gafaa rakkoo malaaxaa ta'u kee of argita.
@cuunfaaseenaa.
Seenaa Oromoo Kaaba Ityoophiyaa fi Akkoo Manooyyee/ Guddittii Gadi'aa Falasaa giiftii Oromoo
----------------------------------------------------
Seenaan Guddittti dheeradha. Akkoo manoyyee kan jedhamtu ishiidha. Oromoon abbaa irree jedheet ishii waama. Habashaan Yoodiit Gudiiti abbaa iree wareertuu jedheet hamma yoonaa ishii abaara. Seenaan Adunyaa leenca Giiftii Afrikaa jedheet waama.
•
Gosinni ishii Azaboo dha. Azaboon Asaboo ykn Ashaboo irraa dhufe. Jaarraa 9 keessa uummataa ijaartee waraana qopheesitee mootummaa Aksuma waraatee barbadeesitee angoo qabatteet waggaa 40 kaaba Itophiyaa Habashaafii Oromoo bulchite. Eega ishiin duutee motummaan hiddaZ-aguwee angoo ishii dhaaleet waggaa 333 kaaba Itophiyaa Oromoofi Habashaa bulchaa ture. Maqaan Zaguwee Z-Agaw yknZ-Hagahu irraa dhufe. Hagahu jechuun "haagahu" jechudha. Hagahu gosa Oromooti. Hortee kushi jedhameet waamama.
•
Mootummaan Za-agwee waggaa 333 keessa nugusoota 11 qaba. Maggalli isaanii Rohaa jedhama. Roohaan "Eddeessaa"tti jijjirame. Habashaan "Adeefaa" jedha. Booda "laalibalaa" tti jijjiirame. Laalibalaa jechuun "balaa ilaali" jechudha. Zaguween Taabota baayee ijaareet amantaa orthodoxii babaldhisaa ture. Taabota Laalibalaa dhagaa tokko irraa soqisee kan ijaare nugusa Oromoo Laaliibaladha.
•
Abbaa amanttii orthodoxii Oromoo dha. Oromoon Nubiyaa ykn Tigraayiif Eertraa keesa jiraatatan kiristinna kan fudhatan waggaa 40-78 AD keessa bara Giifttiin Oromoo Gandakee Gorsamee Guddichaa biyya bulchaa turtedha . Taabota hangafa Itophiyaa Tesyoon Maariyaam kan ijaare Gorsameedha. Habashaan Oromoo booda bara Ezanaa waggaa 493 amanttii kiristaana fudhate. 300 keesa fudhatan inni jedhamu soba. Ragaa በእትዮጵያ የተደበቀ አፓርታይድ ደራሲ ቡልቶ ሁበቺሣ ገጽ 573- 77
•
Akka seenaan ragaan bahutti amanttiin kiristaana handhuuraa (heritage) Oromooti. Amaara kan jedhamu durii calqabee 80% Oromoo afaan geizi fii amaariffa dubbatudha. Afaan Amaraa Geizi keessaa bahe. Amaariffi jaarraa 9 keessa afaan Agawu jehameet waamama. Ragaa
•
"Early Amharic, known as Agaw, emerged arroumd the ninth century as language of the agaw people." Source: Encyclopedia of Africa History and culture page 14.
•
Oromoon Jaarraa 9 keessa siidaa akkoo manoyyee gubbaatti Amaariffan "አሸመ አዛቦ"jedheet barreesseera. Amariffaa fii Geizi kan Oromoo ta'uu baraa. Uummanni Amaara jedhamu 80% Oromooha. Jaraa 12 duraa kaasee Agawu Amaara dabalatee Oromoo kibba Goojjamiif kibba Shawaa amantii Kiristaana barsiisaa ture. Ragaa
•
"The Zagwe dynasty power came from its large army. Which helped it spread CHRISTIANITY in the Southern region of Gojjam and Shoa populations that included of Amhara received Christianity instructions. "
•
Source: Encyclopedia of Africa History and culture page 248
•
Akkoo manoyyee ( Guddittiini) hidda Agawu gosa Azabooti.
Akkoon maqaa kabajaati. Maqaan ishii Guddittii Gaadiaa falasaa jedhama Abasiiniyaan maqaa Guddiittii dhokisiteet Gudiit yoodiit jette.
•
Gudditiin Tigraayi magala "Kubar" jedhamutti giiftii taate. Maqaan sa'a abbaakoo "Kubar" jedhamti. Bakkeen mooraan warana ishii "Gooba dheeraa" jedhama. Tigraayi keessatti argama.
•
Masaraan Oromoo naannoo Aksumitti argamu "Sado " jedhama .Giiftiin Oromoo Makiddaa Agabaas karaa baha Aksum kiiloo meetira 15 bakkee dunguruu Adee Qilxuutti awwalamte.
•
Source Ethiopia the unknown land, page 244,293, 289 by Stuart Munro-Hay Guddittin uummataa abboomteet dhagaa hammaa tulluu dhedheeratu baadhaa fidaa siidaa awwaalaa koo dhaabaa jette.
•
Uummanni dhagaa gugurdaa argitan kana gammoojjii irraa baatee fideet siidaa 7 dhaabe. Giddiittin siidaa kana gidduu magala Akksum irraa karaa dhiyaa awalamte.
•
Oromoon Guddittii abbaa irree akkoo manoyyee jedheet waama.Tigraayi biyya Oromoo ture.
Akkam jirtu hordoftoota keenya nageenyi badhaadhaa?
Seenaa goota habashaan inaaftee keenya jettuun akkanni oromoo ta'efi kan oromoo ta'e isiniif qooduu barbaade.
Balaay zallaqaa Qilxuu(abbaa koostir).
Balaay abbaa isaa zalla
aqa Qilxuu aayyoo galgaliifi haadha isaa xaayituu Aallanaa irra bara 1902 dhalate.haati isaa booranaa walloo ta'ani naannoo makaana salaamitti dhalatan.
Abbaan balaay namaan ajjeefame.balaayis yeroo dargaggeessa turetti haaloo baasuuf carraaqa ture.faashistoonni xaaliyaani biyya weeraruuf yeroo dhufanitti ariyachuuf balaayis kan dhuunfaa dhiisee kan biyyaatti duule.balaay meeshaa ammayyaa qawwee,boombii xaaliyaanii bandaaf xiyyaaran dhiyeessan lolee harkaa buufate.balaay hiriyootafi firoottan 50 ta'an walin meesha same fudhate bosona galan
Miliyoonaan dachaanee
Garaa gubna alagaa
Irreechi irree keenya
Bakka tokkummaa fi nagaa!
Keessaan huccuu jaalalaa
Irraan adii uffanna
Isaan inuma nu cabsu
Nuti inuma guddanna
Share godhii diina garaa gubi
Yoo Jawaarifi hoggantoonni Keenya Shororkeessaa Ta'an Ummatni Oromoo Miiliyoonaa 60 Olis shororkeessaadhuma
@Cuunfaaseenaa.
Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
Jennataa fi Azaaba
Rasuulii Rabbii (S.A.W) akkana jedhan: guyyaa qiyaamaa nama akkaan dunyaa kana irratti qanani'aa/bashannanaa fi sirritti qabeenya qabaachaa ture kan rakkina tokkollee argee hin beekne kan garuu jiruu duniyaa jala fiiguu malee aakiraa quba hin qabne kan sababa kana carraan isaa jahannam ta'e tokko malaay'ikonni fidanii sekondii tokkoof ibidda jahannam keessa ol seensisanii gadi baasanii yaa ilma Aadam guyyaa tokkoofille wanta qananii jedhamu argitee ni beektaa jedhanii yammuu gaafatan wallah ani jireenyuma koo keessatti takkaa qananii argee hin beeku rakkachaadhuman har'a gahe jedhee kakata sababni isaa rakkinaa fi hammeenyi laalaa jahannam sekondii tokkotti qananii inni addunyaa irratti qanani'aa ture san isa irraanffachisa jedhan Rasuulii Rabbii (S.A.W)
Yaa Rabbi najaa nu baasi! Ya Allah!
Itti aansuudhaan nama addunyaa kana irratti qananii argee hin beekne kan beelawaa, dheebotaa fi uffata dhabee daaree qullaa deemaa ture kan oso rakkatuu duniyaa irraa deeme kan garuu duniyaa irratti wanta aakiraaf isa barbaachu qopheeffatee ture kan sababa kanaa carraan isaa jannata ta'e tokko malaay'ikonni fidanii sekondii tokkoof jannata keessa ol seensisanii gadi baasanii
Yaa ilma Adam takkaa rakkina argitee beektaa jedhanii yammuu gaafatan wallah ani takkaa rakkadhee hin beeku qananii fi bal'ina keessan ture jedhe kakata sababni isaa qananii, bashannanaa fi wanta ijji hin argin kan gurri hin dhagayin kan wanti akkanaa ni jira jedhe hin eegin waan argeef sekondii tokkotti ni'maan jannataa rakkina duniyaa irratti rakkachaa ture san hunda isa irraanffachisa jedhen Rasuulii Rabbii (S.A.W)
Yaa Rabbi Nu Waffaqi Ya Allah!
@Gaaddisa_dhugaa
B_islaamummaa
@Bashashaa
Artisti keenya gamessa haacaalu hundessa irrati ajeecha warren raawwatan jedhamani kan shakkaman LAAMIROOT KAMAAL dhuga jiru akkana jechuun dubbatte...see more
Namoonni telegramii fayyadamtan chaaneelii bareedduu armaan gadii kana hin qabdanu jedhee hin yaadu ani chaneelii kanatti baayyee gammadeera isinis join godhachuun gammachuu koo na wojjin qooddadhaa
🔊BREAKING NEWS
ODEEFFANNOO AMMA NU DHAQQABEEN ......
..
Aktiivistootaa fi gaazexeessitoota dhiyeenya too'annaa jala oolan keessaa ..
Hatticha Waa Hatuuf Bahee ofumaafuu Hatamee Gale !!
HAtticha tokkootu halkan dukkanaa mana Imaam Maalik ibn Diinaar seene.. Imaam maalik isa arkaa jira.. garuu hattichi ofirraa hin arkine..
Mana imaam Maalik keessa nannaanawee, waan fudhatu dhabee.. hattichi ofirraa bahuuf gara gallaan.. Imaam Maalik itti lallabe, "waan addunyaa kan barbaaddu dhabdee.. kan aakhiraatoo ni feetaa??" ja'een.. Hattichiniis baay'ee ajaa'ibeetuma.. "ee, niin fedha" je'een..
Imaam Maalik "haaya koottu, wuduu'a kee tolfadhuu, raka'aata lama salaati.." ja'eeniituma of biratti salaachise..
HAttichi salaata sagadee hanga Salaatni Subhii gahuu imaam Maalik bira ture.. Yeroo Salaatni subhii gahe, Imaam Maalik of wajjiin fuudhee gara masjiidaa deemeen..
Umanni salaata irratti imaam Maalik wajjin agarraan.. Eenyu Aaalimtichi guddaan keessummummaa imaam Maalik bira bulee, arra salaata isa wajjiin dhufe kun ja'anii gaafii itti taheeti.. gaafatan.. "Yaa Imaam.. eenyu kan si wajjiin jiru kuni??" ja'aniin..
Imaam Maalikiis " Kuni bar Eda nu hatuuf dhufeeti, isumaahuu Hannee!!" ja'een..
hamtuu namni dalageef oofaa namarra baastee daran amantiirraa nama hin arihin.. Gorsa kee xiqqaa tokkoon namni badii hojjatulleen gama kheeyrii deebi'uutu mala..!! hayyummaan nama yaami..
@Gaaddisa_dhugaa
@Bashashaa
@B_islaamummaa
T.me/gaaddisa_dhugaa
BAGA WAL ARGINE
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
Assalaamu Aleeykum
jenna hundumaanuu
Warahmatullaahi
nagaadhaa martinuu
Wabarakaatuhu
alaa fi manaanuu
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Lubbuu namaa qaalii
Meeqa of biraa dhabnee
Yeroo haddisiistuu
Kana dhandhamannee
Turtii xiqqoo booda
Baga wal arginee
Maatii #KENNAA wajjiin
Walitti deebinee!!!!!!!!!!!!!
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Wanti Rabbiin fide
Hunduu kheeyrumaafi
Yaa Rabbii hundaa ol
Ati garaa nuuf laafi
Gubaa keessa keenyaa
Si qofatu argaafii
Kheeyrii nuuf filadhu
Nuuf deebisi gaaffii!!!
🏸🏸🏸🏸🏸🏸🏸🏸🏸
Mudhiin jabeeffachuuf
Qabattoo hidhannee
Dubbiin faallaa taatee
Isumaan hiddamnee
Rabbii hunda beeku
Tana sitti himannee
Gaaf tokko dubbanna
Carraa yoo arganne!!!
🏸🏸🏸🏸🏸🏸🏸🌹🌹
✍Abdulaziz Ahmeddiin
@Kennaapost @Kennaapost
@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Shamarree kana yoo tuqxe maaliif uffatashee baasti sitti fakkata!
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
´´´████████´´´´
´´`´███▒▒▒▒███´´´´´
´´´███▒●▒▒●▒██´´´
´´´███▒▒▒▒▒▒██´´´´
´´´███▒ 👄▒▒██´
´´██████▒▒███´´´´´
´██████▒▒▒▒███´´
██████▒▒▒▒▒▒███´´´´
´´▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▓▒´´
´´▒▒▒▒▓▓▓▓▓▓▓▓▓▒´´´´´
´.▒▒▒´´▓▓▓▓▓▓▓▓▒´´´´´
´.▒▒´´´´▓▓▓▓▓▓▓▒
..▒▒.´´´´▓▓▓▓▓▓▓▒t
´▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒▒
´´´´´´´´´███████´´´´
´´´´´´´´████████´´´´´´
´´´´´´´█████████´´´´´
´´´´´´██████████´´´
´´´´´´██████████´´
´´´´´´´█████████´
´´´´´´´█████████´
´´´´´´´´████████´´´
▒▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
▒▒▒▒
███▒▒
███████
█ ███ █_███
🌷Gaaffiin keenya arraa
Kana fakkaata👇
➖➖➖➖➖➖
@ibnu_surur ✍️
✅ Sahaabiin yeroo Jalqabaatiif Islaamummaa keessatti dhalate eenyu?
1.Abdallah bin Umar
2.Abdallah bin Zubeyr
3.Abdallah bin Masuud
4.Abdallah bin Abbaas
🙋♂️Yaada Qabdanuuf 👇asiin
nuun gahaa👉 @ibnu_surur ✍️
Deebii deebisuuf toorawwan keenya gadii kanaan 👇hirmaachuu dandeessuu
🌷 Carraa gaarii 🏆🥇
