cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

HADIISA๐Ÿ“š

Show more
Finland1 551The language is not specifiedReligion & Spirituality25 022
Advertising posts
3 650
Subscribers
No data24 hours
+387 days
+28030 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
Media files
1430Loading...
02
โ˜…. Sunnaaleen kurna zul-hijjaa sunnaalee kurna boodaa ramadaanaa irra caaltuudha. Akkasuma Fardiileen kurna Zul-hijjaa dachadachaa godhamuu Fardiilee yeroo biraatirra daddachaa hedduu godhamti. "๐Ÿ’œ๐Ÿ€ Haafiz Ibn Rajab Rahimahullaah๐Ÿ’›
1980Loading...
03
โ˜…. Rabbiif ๏ทป yeroolee urgaan qilleensa kheeyrii kheeysa bubbistuutu jira. toltuulee irraa baay'ifadhaa,xurii Ma'siyaa fii dogongorootaa irraa qulqullaa'aa,umrii keessan kun hin deebitu,Waqtiin keessa jirru kuniis akkanatti itti hin fuftu " ูˆูŽุชูŽุฒูŽูˆูŽู‘ุฏููˆุง ููŽุฅูู†ูŽู‘ ุฎูŽูŠู’ุฑูŽ ุงู„ุฒูŽู‘ุงุฏู ุงู„ุชูŽู‘ู‚ู’ูˆูŽู‰ุŒ ูˆูŽุงุชูŽู‘ู‚ููˆู†ู ูŠูŽุง ุฃููˆู„ููŠ ุงู„ู’ุฃูŽู„ู’ุจูŽุงุจู ).ย  Yaa rabbi Dalagaa gaggaarii dalaguu nuuf kennii nurraa Qeebali. Nuufii Haadhaa fii Abbaa kheenyaafii Muslimtoota hundaafuu araarami. ๐Ÿ’œ๐Ÿ€
2100Loading...
04
โ˜…. Lubbuu keetiin " hayyee waggaa kana booda jiraachuu dhabuu keetu Malaa kanuma keessa jirtu kana booji'adhu" jedhiin. Guyyooleen hojiin kheeyrii isii kheeysa hojjetamtu kan yeroolee biraa caalaa Rabbi biratti jaalatamtu kanneen sekondii isii tokkollee kheeyrii kheeysatti dalagdu malee of bira hin Dabarsin. ๐ŸŒธ๐Ÿ’œ
2391Loading...
05
Sa'atiin asrii booda kan Maghriiba Duraa guyyaa jumuaa keessa bakka duaaiin itti qeebalamuun akkaan khajeelamuudha. Hanga Maghriibni Gahutti Harka kheeyssn olfuudhaa Duaaiitti Jajjabaadhaa baarakallaahu fiikum!๐Ÿ’œ
3970Loading...
06
โ˜…. Kurna Zulhijjaa Kabajamaa Qaalii kana keessa Osoo Qooda Zikrii kan kee kan Guyyaa hin Raawwannee guyyaan tokkollen Si darbuurraa akkaan akka Malee Eeggdadhu. Addatti Zikriilee Nabawiyyaa Guyyaa guyyaan Godhamtu. โ˜…. San keessaa Zikriilee Guyyaa keessaa kanneen yeroo 100 jedhamaniidha. 1. Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lahuu lahulmulku walahulhamdu wahuwa alaa kulli shey'in qadiir (yeroo 100) 2. Subhaanallaahi wabihamdihii (yeroo 100) 3. Subhanallaah (yeroo 100) 4. Alhamdulillaah (yeroo 100) 5. Allaahu Akbar ( yeroo 100) 6. Rabbighfirlii Watub alayya innaka antattawwaab Arrahiim ( yeroo 100) Ykn 7. (astoghfirullaah Wa atuubu ileeyhi (yeroo 100) Namni 100 oldabale Suni Nuurun Alaa nuuri. Toltuu fii Sawaabaas Dabalachuudha. " Guyyatti subhaanallaah 12000 jedha" jechuun Abuu hureeyraarraa Dhufeeti jira. Rasuulli ๏ทบ " Ani Subhaanallaah Walhamdulillaah walaa ilaaha illallaah wallaahu akbar jechuutu Waan aduun irratti baatu caalaa gara kiyyatti jaalatamaadha" Sahih Muslim. Akkana jechuun Rasuulaa ๏ทบ Yeroo tokko Subhaanallaah Walhamdulillaah walaa ilaaha illallaah wallaahu akbar jechuutu Kuusaa kanziilee Duniyaatirra caalaa fii fayyadaadha jechuudha. Mee yoo Dhibbootaan taate hoo akkami? Sheikh Abdulaziz Al-Shaayiุน
45713Loading...
07
โ˜…. Nasiihaa! Guyyaa 10 qofa. Hanga liphsuu ijaa tokkotti sirra darbuu teeysi. Kheeyrii kheeysatti Dalaguun Maletti hin balleessina. Kurni kun carraa guddaa boodatti haftoonni ittiin of dhaqqabaniidha. Marsaa biraa deebitanii Wal arguu dhabuutu Mala. Booji'adhu. Rabbiin๏ทป Anaa fii Sillee Nuhaa Gargaaru. ๐Ÿ’œ๐ŸŒผ
3775Loading...
08
โ˜…. Salawaatni ati kurna kana kheeysa Rasuularratti ๏ทบ buustu Salawaata Yeroo biratirra Caaltuudha. Maal eegda Ree? ๐Ÿ’œ ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ู‘ ูˆุณู„ู… ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู‘ู†ุง ู…ุญู…ุฏ
3701Loading...
09
โ˜…. Zikriileen Ganamaa fii Galgalaa ati Kurna Khana Kheeysa Gootu Zikriilee Ganamaa fii Galgalaa yeroo biraatirra Siif Caaltuudha. Yeroo bu'aa wayyaa qabdu kana of bira hin Dabarsin.๐Ÿ’œ
3692Loading...
10
โ˜…. Jumu'aan har'aa jumu'aa jalqabaa kurna Zulhijjaati. Caalmaya kurni Zulhijjaa qabuu fii Caalmaya Guyyaan Jumu'aa qabuutu kheeysatti walitti qabame. Lubbuu teeysanirraa kheeyrii Rabbi ๏ทป argisiisaa. Kunimmoo Dhoorkaalee isaatirraa fagaachuu,Ajajoota isaa irratti eeggachuu fii ibaadaalee Dabalataa fii kheeyrii Rabbitti ๏ทป Nama Dhiheeysitu heddumeeysuudhaani. Yaa Rabbi Zikrii tee,Siif galata galchuu fii ibaadaa tee tolchinee Raawwachuu irratti nu gargaari. Yaa Rahmanu Yaa Rahiimu Nurraallee Qeebali. ๐Ÿ’œ
3850Loading...
11
โ˜…. Dorgommiin saalihtootaa jalqabde, wal-morkiin warra Rabbi zakkaranii eegalate,dorgommiin warra jechaa fii dalagaan isaanii dhugaa eegaltee jirti; boodatti hin hafin ๐Ÿ’œ
3660Loading...
12
โ˜…. Tasahharuu Fa'inna Fissuhuuri barakah. Suhuura nyaadhaa Gaaddisa Ramadaanaa Sun Deebisaa๐Ÿ’œ๐Ÿ€
3730Loading...
13
โ˜…. Yaa warra badii gurguddoo! Guyyoota khabajamtuu kana booji'adhaa saammadhaa!. Dhugumatti guyyooni kurni kun waan ittiin Madaalamtuu fii bakka buutu hin qabdu. ๐Ÿ’œ โ€ย  ุงู„ุญุงูุธ ุงุจู† ุฑุฌุจ ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ๐Ÿ“š ู„ุทุงุฆู ุงู„ู…ุนุงุฑู (ูกูฃูง)
4822Loading...
14
โ˜…. Namni Kurna Jalqabaa ji'a Zulhijjaa Soomanuu fedhu suhuura edanaa haadha Manaa isaa haa yaadachiifatuu. Inni kophaa jiruus Feestaala isaatiin Waan ittiin hiraabu Hidhatee Guduunfatee haa Khaa'atuu... ๐Ÿ’œ
4131Loading...
15
โ˜…. Allaahu Akbar Allaahu akbar Allaahu Akbar Laa ilaaha illallaah Allaahu akbar Allaahu Akbar Walillaahil hamdu. ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑุŒ ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑุŒ ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑุŒ ู„ุง ุฅู„ู‡ ุฅู„ุง ุงู„ู„ู‡ุŒุŒ ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑุŒ ุงู„ู„ู‡ ุฃูƒุจุฑุŒ ูˆู„ู„ู‡ ุงู„ุญู…ุฏ. โ˜…Sunnaa takbiirtaa jiraachisaa,Mana kheeysan Zikriileen ibsaa oowwisaa. Takbiirtaan Waan tokkoonillee wal hin qabanne Maghriiba Guyyaa har'aa irraa jalqabdee hanga Dhuma guyyaa 13ffaatti itti fufti. #ุงู„ุนุดุฑ_ุงู„ุฃูˆุงุฆู„_ู…ู†_ุฐูŠ_ุงู„ุญุฌุฉ #ูˆู„ูŠุงู„_ุนุดุฑ
4072Loading...
16
โ˜…. Kurni Zulhijjaa Sun Eegale.
3770Loading...
17
โ˜…. Duniyaan tun Dukkana heddumaatti, gurraachoominni Dukkana isii akkaan Jabaadha. Minaaraa TOWHIIDAA irra Yoo ol bahan Malee Gonkumaa ifaan isii Kheeysa hin Jiru. โ˜…. Rabbi! Warra Towhiidaa fii Sunnaa beekhanii tolchanii bareechani qabatanii ittiin jiraatanii irra duan nu taasisi.๐ŸŒธ
4862Loading...
18
Namni Muslimaa yeroo hunda foolii gaarii urgaawaan taa'uun jaalatamaadha. Foolii jibbamtuu qaama isaa,afaan isaa fii naannoo isaa wajjiin wal qabattu ofirraa oofuu qaba. Kunimmoo yeroo salaata jumu'aa fii jama'aa,yeroo salaata iidaa,yeroo hidhannaa hajjii fii bakka itti obboleewwan isaatii wajjiin itti walgahutti akkaan jajjabeeyfamaadha. Fuaaah jeaa qulqulleeyfadhaa. !! Shittoos Waliif kennaa Wal jaalattanii!!!!โค๐Ÿ’›
3710Loading...
19
โ˜…. Namni bu'a guddoo ulfaattuu fii Daldala tirfii qabu kan ajaa'ibaa kan ibsuufuu Namatti ulfaatu tirfaawe eenya akka ta'e beektuu??. Inni sun isa jecha " Subhaanallaahi Wabihamdihii " Osoo aduun hin baaneem dura yeroo 100 akkasuma odoo aduun hin dhiineen dura yeroo 100 jechuu qabateedha. Namni yeroon isaa isa dabarte guyyaa fii halkan kheeysa yeroo barbaadetti haa dhaqqabatuu. Namni kana raawwate kheeyrii Guddoo ajaa'ibaa kheeysa jira.
3593Loading...
20
โ˜…. Guyyoonni Kurnan Zul-Hijjaa Guyyoota Rabbiin Uume kan ajajoota Rabbii keessatti Raawwachuu fii isatti dhihachuun hojii kheeyrii kan akka takbiirtaa,tahliila,tahmiida,soomana,sadaqaa,qur'aana qara'uu,salaatoota fardii fi sunnaa irratti eeggachuun dabarsaniidha. Sheikh Al Islam ibn teymia Rahimahullah akkana jedha " Guyyoonni Kurnan Zulhijjaa Guyyoota Kurnan boodaa Ramadaanaa irra Caaloodha. "..
3872Loading...
21
โ˜…. Fooliin urgooytuu fii Qilleensi haphiin bareedaan irra caaltui guyyoota Duniyaa as garagaltee jirti. Guyyoonni kurna zulhijjaa guyyoota kurna boodaa ramadaana irra caaltuudha. Halkanoowwan kurnan zulhijjaa hakkanoowwan halkanoowwan kurna boodaa ramadaanaa malee kanneen biraa irra caaltuudha. Itti qophaa'aa,of qopheessaa, Guyyoota kanneen booji'achuu Marxifadhaa. ุซุจุช ุนู† ุงู„ุฅู…ุงู… ุงู„ุฃูˆุฒุงุนูŠ ู‚ูˆู„ู‡: "ุจู„ุบู†ูŠ ุฃู† ุงู„ุนู…ู„ูŽ ููŠ ุงู„ูŠูˆู… ู…ู† ุฃูŠุงู… ุงู„ุนุดุฑุŒ ูƒู‚ุฏุฑู ุบุฒูˆุฉู ููŠ ุณุจูŠู„ ุงู„ู„ู‡ุŒ ูŠูุตุงู… ู†ู‡ุงุฑูู‡ุงุŒ ูˆูŠูุญุฑุณ ู„ูŠู„ู‡ุงุŒ ุฅู„ุง ุฃู† ูŠุฎุชุต ุงู…ุฑุคูŒ ุจุดู‡ุงุฏุฉ". ุงู„ุจูŠู‡ู‚ูŠ โ€Ž#ุดุนุจ_ุงู„ุฅูŠู…ุงู† (ูฃูคูงูง)
4142Loading...
22
โ˜…. Guyyoonni Kurnan Zul-hijjaa Aduun guyyaa Khamisa har'aa seenuudhaan yoo baatiin Mul'atte Seena. Namni Ud-hiyaa Qaluu barbaade Osoo aduun guyyaa khamisaa hin Dhiineen duratti Rifeensaa fii Qeensa isaatirraa hanga barbaade haa Muratee sirreeyfatuu. Rasuulli ๏ทบ " Isinirraa Namni ud-hiyaa qaluu barbaade Yeroo Kurni Zulhijjaa seenee Rifeensaa fii Qeensa isaatirraa waan tokkollee akka hin tuqne" jedha . ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู…
5233Loading...
23
โ˜…. Eega ati duuteen booda eenyuutu Kurnan Zulhijjaa keessa Hojiilee kheeyrii siif Raawwata. Eenyuutu zikrii siif godhee siif salaatee siif soommanee siif sadaqatee ,halkan leeylii siif dhaabbata?.. Si Caalaa nama lubbuu keetiif yaaduutu jira jetteeti lubbuu tee akkanatti karaarratti, dikee Ma'siyaa fii halayyaa hawwii Sobaa keessatti gattee bira teeysaa?... โ˜…. Yaa Rabbi Lubbuu teenyaaf Rahmata,Jirkaa Rahmata kheetii San, Jirkaa Araarama keetii san itti Roobi... โ˜…. Kurni Zulhijjaa Mumkin boru galgala Seenuu khun Sin darbin... Guyyaan Arafaa bara khanaa sin darbin...ammaan itti qophaa'i.
6064Loading...
24
*|[ irraa caalaa fii irra guddaan karoora keeti Karaa Qajeelaarratti ta'uu keeti; Isa sunnaa hordofu kan Diin keessatti waan haaraa hin fidne. Kuni irra duree dirqamootaati. Eegasii Nama irraa gaafatamuuf teeysu Dhimma isaaniitiin dhaabbachuudha. ati sirraa'uun diin kee irratti istiqaamaa qabaachuun isaan tiksuu,isaan guddisuu fii isaaniis istiqaamaa qabaachuuf Murteessaadha. ]|*
4270Loading...
25
*|[ akkoo fii akhaakhoon Burusha ittiin ijoolleen Seera haadhaa fii abbaa Cabsaniidha. ]|*. ุจุนุถ ุงู„ุฃุญูŠุงู† โ˜…. Jarri keenya yeroo Nama tokko guddisaa badduu guddachuu isaa himan " ilma akkoon guddiste" jedhu. ุฑุญู…ู‡ุง ุงู„ู„ู‡ ูƒู†ุง ู†ู„ูˆุฐ ุจู‡ู…ุง ุนู†ุฏู…ุง ูŠุญู…ู‰ ุงู„ูˆุทูŠุณ ..ู‡ู‡ู‡ู‡
4550Loading...
26
*|[ Osoo yeroon hin Dabarreen Duratti Dhaqqabadhu. Maatiin kee.... Karooraa fii kaayyoolee biraa hundarra Si yaachisuu qabdi. Itti dhimmamuu qabda. ๐ŸŒธ
4161Loading...
27
*|[ ajajoota Rabbii ๏ทป Raawwachuu heddumeeysuu fii Wantoota Shari'aan dhoorkamoo ta'an irraa fagaachuun Sababoota ittiin Jannata Seenan irraayi. ]|*. Sheikh Ibn Useymiin Rahimahullaah. ๐Ÿ“š[ุดุฑุญ ุฑูŠุงุถ ุงู„ุตุงู„ุญูŠู† (ู…ูขุŒ ุตูกู ู )].
3970Loading...
28
*|[ Nama hamtuu sirratti Raawwatee ergasii Dhiifama si gaafachuun uzrii sitti Dhiheeffate; of gad qabuu (tawaaduุนni) ati qabdu Dhiifamaa fii Uzrii isaa irraa qeebaluun keessa isaa Rabbirratti Dhiisuu si dirqamsiisa ]|* Sheikh Al-Islam Ibn Al Qayyim Rahimahullah. ๐Ÿ“šุชู‡ุฐูŠุจ ุงู„ู…ุฏุงุฑุฌ ูข/ูฆูจูง
3880Loading...
29
*|[ Haadhaa fii Abbaatti tola Ooluun Sababoota Cinqiin Namarraa Furamuu fii haajaaleen Namaaf laafuuti ]|*. Sheikh Ibn Baaz Rahimahullaah ๐Ÿ“š|[ ู†ูˆุฑ ุนู„ู‰ ุงู„ุฏุฑุจ (ูข/ูกูขูข)
3680Loading...
30
*|[ Namni Rabbiin ๏ทป Rabbii Isaa ta'uu,Islaamummaan Diina isaa ta'uu fii Muhammad ๏ทบ Ergamaa ta'uu jaalate; Mi'aa iimaanaa Dhandhame". ุฑูˆุงู‡ ุงู„ุฅู…ุงู…ุงู† ู…ุณู„ู… ูˆุฃุญู…ุฏ โ˜…. Kuni Dhimma Jala Muramaa Shakkii tokkollee hin qabneedha. โ˜…. Yoo Mi'aa iimaanaa of keessatti arguu dhabde Dhimmoota Sadeen kana keessatti Rakkoo qabaachuu kee ofitti beeki. Dafii of Dhaqqabi.๐ŸŒธ
4170Loading...
31
โ˜…. Ikhwaanii Obboleessaa Keessan tokko Rakkoo baay'een qabaa Du'aa'ii Naaf godhaa Isiniin jedha. Rabbiin Kadhaadhaafii. Rabbiin Rakkoo isatti jirtu hunda irraa furee Bal'oodhatti haa jijjiiruuf๐ŸŒธ
4681Loading...
32
โ˜… *|[ Guyyoota Kurna Zulhijjaa kana Caalaa Guyyoonni hojiin gaggaariin isii kheeysa hojjetamtu guyyaa hunda Caalaa gara rabbiitti irra Jaalatamtuu taatee tokkolleen hin jiru ]|* .
4501Loading...
33
Fuuldura keenya guyyoota gurguddoo addunyaatu Dhufaa jira. Guyyoota Kurnan Zulhijjaa fii Isa kheeysa immoo Guyyaa Arafaatu jira. Eeggadhaa. Isaaf qophaa'aa!
5434Loading...
34
โ˜…. Namni islaamummaa ittiin jiraachisuuf jecha ilmii shari'aa barbaaduun baratu inni Siddiiqoota irraayi. Sadarkaan isaa Sadarkaa Nabiyyootaatti aanti. Addunyaa tana irratti irra guddoo fii irra ol'aantuun toltuulee ilmii nama fayyadduu fii Dalagaa gaariidha. ]|* โ€Ž#ุงุจู†_ุงู„ู‚ูŠู… "ู…ูุชุงุญ ุฏุงุฑ ุงู„ุณุนุงุฏุฉ" ูก/ ูฃูฃูจ
5510Loading...
35
โ˜…. Qananii jiruu Duniyaa keessa tokko; Jaalachuu fii Jaalatamuudha. Maatii kee jaalatta isaaniis si jaalatan. ilmaan kee ,firoota kee,Ollaa fii hiriyyoota kee jaalatta isaaniis si jaalatu. Obboleewwan filatamoo jaalatta isaanilleen si jaalatu. akka kanatti jireenyi Daraaruun Qalbiin Das Nama jetti. ๐ŸŒธ. Yaa Rabbi Nama Jaalatu Kan Jaalatamu Nu taasisi. @dr_alqassem
5780Loading...
36
"Zikriin Sheyxaana ari'eeti Isa Daakee isa Caccabsa". ุงุจู† ุงู„ู‚ูŠู‘ู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡
4980Loading...
37
#KurnaZulhijjaa Namni muslimaa gaafa Towbaa qulqulluu fii Dalagaa gaarii walitti qabate; Kanaatu Mataa Milkiiti. (ููŽุฃูŽู…ูŽู‘ุง ู…ูŽู†ู’ ุชูŽุงุจูŽ ูˆูŽุขู…ูŽู†ูŽ ูˆูŽุนูŽู…ูู„ูŽ ุตูŽุงู„ูุญู‹ุง ููŽุนูŽุณูŽู‰ ุฃูŽู†ู’ ูŠูŽูƒููˆู†ูŽ ู…ูู†ู’ ุงู„ู…ูู„ูุญููŠู†)
5520Loading...
38
โ˜…. Nama simattu kamuu; Fuula isaatti seeqi,akka rabbiin kheeyrii fii gaarii isa waffaqu,isa qajeelchu,qajeelloo fii sabaata akka isaaf kennu fii waan jaalatturraa Duaaii isaaf godhuu heddumeeysi. Dhugumatti isiin tun bohaartii fii bantuu kheeyrii hedduuti. Qeebalamtee argamuuniis ni mala.
5511Loading...
39
ยซโ€Œโ€ŒQur'aanni Kun Ajaa'iba Wallaah!. Keessa keetii Cabee jiru yoo qaraate si wal'aana,Dibbirtii Namaa duraa isa biratti dheeysita; Isaa wajjiin Maqoo bahuun si bohaarsiti. Yoo Duniyaa cinqii isiitiin qalbii si facaaste; Qur'aana qara'uun Walitti siif qabamti. Yoo bareedina isii kanaan tasgabbii tee sirraa fuute; tolchee bareecheeti qur'aanni tasgabbii tee siif deebisa. ูู„ูŽุนู…ุฑู ุงู„ู„ู‡ุ› ู„ูŽู„ู‚ุฑุขู†ู ู…ุณุชุฑุงุญูŒ ู…ู† ูƒู„ ุนููŠุŒ ูˆู…ุณุชู‚ุฑูŒ ู…ู† ูƒู„ ุบูŽูŠ.ยป
6162Loading...
40
๐Ÿ€โžป. Arrabni kee Zikrii Rabbiitiin ๏ทป jiidhaa ta'uurraa hin Deemin.
6151Loading...
sticker.webp0.12 KB
Repost fromย N/a
โ˜…. Sunnaaleen kurna zul-hijjaa sunnaalee kurna boodaa ramadaanaa irra caaltuudha. Akkasuma Fardiileen kurna Zul-hijjaa dachadachaa godhamuu Fardiilee yeroo biraatirra daddachaa hedduu godhamti. "๐Ÿ’œ๐Ÿ€
Haafiz Ibn Rajab Rahimahullaah๐Ÿ’›
Show all...
โ˜…. Rabbiif ๏ทป yeroolee urgaan qilleensa kheeyrii kheeysa bubbistuutu jira. toltuulee irraa baay'ifadhaa,xurii Ma'siyaa fii dogongorootaa irraa qulqullaa'aa,umrii keessan kun hin deebitu,Waqtiin keessa jirru kuniis akkanatti itti hin fuftu "
ูˆูŽุชูŽุฒูŽูˆูŽู‘ุฏููˆุง ููŽุฅูู†ูŽู‘ ุฎูŽูŠู’ุฑูŽ ุงู„ุฒูŽู‘ุงุฏู ุงู„ุชูŽู‘ู‚ู’ูˆูŽู‰ุŒ ูˆูŽุงุชูŽู‘ู‚ููˆู†ู ูŠูŽุง ุฃููˆู„ููŠ ุงู„ู’ุฃูŽู„ู’ุจูŽุงุจู
).  Yaa rabbi Dalagaa gaggaarii dalaguu nuuf kennii nurraa Qeebali. Nuufii Haadhaa fii Abbaa kheenyaafii Muslimtoota hundaafuu araarami. ๐Ÿ’œ๐Ÿ€
Show all...
Repost fromย N/a
โ˜…. Lubbuu keetiin " hayyee waggaa kana booda jiraachuu dhabuu keetu Malaa kanuma keessa jirtu kana booji'adhu" jedhiin. Guyyooleen hojiin kheeyrii isii kheeysa hojjetamtu kan yeroolee biraa caalaa Rabbi biratti jaalatamtu kanneen sekondii isii tokkollee kheeyrii kheeysatti dalagdu malee of bira hin Dabarsin. ๐ŸŒธ๐Ÿ’œ
Show all...
Repost fromย N/a
Sa'atiin asrii booda kan Maghriiba Duraa guyyaa jumuaa keessa bakka duaaiin itti qeebalamuun akkaan khajeelamuudha. Hanga Maghriibni Gahutti Harka kheeyssn olfuudhaa Duaaiitti Jajjabaadhaa baarakallaahu fiikum!๐Ÿ’œ
Show all...
โ˜…. Kurna Zulhijjaa Kabajamaa Qaalii kana keessa Osoo Qooda Zikrii kan kee kan Guyyaa hin Raawwannee guyyaan tokkollen Si darbuurraa akkaan akka Malee Eeggdadhu. Addatti Zikriilee Nabawiyyaa Guyyaa guyyaan Godhamtu. โ˜…. San keessaa Zikriilee Guyyaa keessaa kanneen yeroo 100 jedhamaniidha. 1. Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lahuu lahulmulku walahulhamdu wahuwa alaa kulli shey'in qadiir (yeroo 100) 2. Subhaanallaahi wabihamdihii (yeroo 100) 3. Subhanallaah (yeroo 100) 4. Alhamdulillaah (yeroo 100) 5. Allaahu Akbar ( yeroo 100) 6. Rabbighfirlii Watub alayya innaka antattawwaab Arrahiim ( yeroo 100) Ykn 7. (astoghfirullaah Wa atuubu ileeyhi (yeroo 100) Namni 100 oldabale Suni Nuurun Alaa nuuri. Toltuu fii Sawaabaas Dabalachuudha. " Guyyatti subhaanallaah 12000 jedha" jechuun Abuu hureeyraarraa Dhufeeti jira. Rasuulli ๏ทบ " Ani Subhaanallaah Walhamdulillaah walaa ilaaha illallaah wallaahu akbar jechuutu Waan aduun irratti baatu caalaa gara kiyyatti jaalatamaadha" Sahih Muslim. Akkana jechuun Rasuulaa ๏ทบ Yeroo tokko Subhaanallaah Walhamdulillaah walaa ilaaha illallaah wallaahu akbar jechuutu Kuusaa kanziilee Duniyaatirra caalaa fii fayyadaadha jechuudha. Mee yoo Dhibbootaan taate hoo akkami? Sheikh Abdulaziz Al-Shaayiุน
Show all...
โ˜…. Nasiihaa! Guyyaa 10 qofa. Hanga liphsuu ijaa tokkotti sirra darbuu teeysi. Kheeyrii kheeysatti Dalaguun Maletti hin balleessina. Kurni kun carraa guddaa boodatti haftoonni ittiin of dhaqqabaniidha. Marsaa biraa deebitanii Wal arguu dhabuutu Mala. Booji'adhu. Rabbiin๏ทป Anaa fii Sillee Nuhaa Gargaaru. ๐Ÿ’œ๐ŸŒผ
Show all...
โ˜…. Salawaatni ati kurna kana kheeysa Rasuularratti ๏ทบ buustu Salawaata Yeroo biratirra Caaltuudha. Maal eegda Ree? ๐Ÿ’œ
ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ู‘ ูˆุณู„ู… ูˆุจุงุฑูƒ ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู‘ู†ุง ู…ุญู…ุฏ