en
Feedback
Nama Ta'i

Nama Ta'i

Open in Telegram

Nama ta'i,nama ta'uun waan hunda dursa waan ta'eef.

Show more
Finland4 207The category is not specified
1 250
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '24
February '24
+2
in 0 channels
January '24
+5
in 0 channels
Get PRO
December '23
+6
in 0 channels
Get PRO
November '23
+7
in 0 channels
Get PRO
October '23
+2
in 0 channels
Get PRO
September '23
+4
in 0 channels
Get PRO
August '23
+12
in 0 channels
Get PRO
July '23
+8
in 0 channels
Get PRO
June '23
+4
in 0 channels
Get PRO
May '23
+4
in 0 channels
Get PRO
April '23
+8
in 0 channels
Get PRO
March '23
+5
in 0 channels
Get PRO
February '23
+3
in 0 channels
Get PRO
January '23
+9
in 0 channels
Get PRO
December '22
+3
in 0 channels
Get PRO
November '22
+7
in 0 channels
Get PRO
October '22
+16
in 0 channels
Get PRO
September '22
+19
in 0 channels
Get PRO
August '22
+14
in 0 channels
Get PRO
July '22
+37
in 0 channels
Get PRO
June '22
+31
in 0 channels
Get PRO
May '22
+14
in 0 channels
Get PRO
April '22
+7
in 0 channels
Get PRO
March '22
+152
in 0 channels
Get PRO
February '22
+12
in 0 channels
Get PRO
January '22
+55
in 0 channels
Get PRO
December '21
+100
in 0 channels
Get PRO
November '21
+58
in 0 channels
Get PRO
October '21
+716
in 0 channels
Get PRO
September '21
+258
in 0 channels
Get PRO
August '21
+128
in 0 channels
Get PRO
July '21
+93
in 0 channels
Get PRO
June '21
+164
in 0 channels
Get PRO
May '21
+89
in 0 channels
Get PRO
April '21
+44
in 0 channels
Get PRO
March '21
+136
in 0 channels
Get PRO
February '21
+143
in 0 channels
Get PRO
January '21
+591
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
17 February0
16 February0
15 February0
14 February0
13 February0
12 February0
11 February0
10 February0
09 February0
08 February0
07 February+1
06 February0
05 February0
04 February0
03 February0
02 February+1
01 February0
Channel Posts
Kitaaba Ajaaibaa sagaleen dubbifame.karaa liinkii kanaa seenaa dhaggeeffadhaa.

2
https://youtu.be/U1R3EKERTqY?si=_0Yje7YnIl-YwEo1
252
3
Deemsa kee ati itti amani. Dhume.
309
4
Onnee kee gadi fageenyaan qoradhu.Burqaan jireenyaa keessoo saatii waraabamaatii.
249
5
No text...
256
6
Namni hamma beeku jiraata.
250
7
Jaalalli kan goototaati,warra sodaatoodhaaf misirroo isaanii haadhatu filataaf.
274
8
Jaalala❤ Jaalalli maali? Beektonni,falaasfonni jaalalaaf hiika garaagaraa akkaataa ilaalcha isaaniitiin haa kennaniiyyu malee,waa'ee jaalalaa ilaalchisee hundi jaraayyuu yaada itti walhin faallessine kan itti walii galan qabu.Innis jaalalli humna cimaa mo'ataa akka ta'edha.Yaadni kun yaada eenyuunuu waliigalchudha. Jaalalli sababa hin barbaadu.Jaalalli miira.Nama ta'ee miira kan hin qabne jiru.Kanaaf namni jaalalaaf harka kan laatuuf. Barreessaan beekamaan Fiyoorii Dostooviksii jedhamu yeroo mi'aa Jaalalaa dhandhamee argutti waa'ee jaalalarraa waan itti dhaga'ame akkas jechuun ibseera.''Jaallachuu dhabuun carra dhabummaadha''jechuun. Akkasuma namoonni jaalala faarsan yeroo jaalala ibsan akkas jedhu turani.''Namni jaalala hin dhandhamne mi'aa jireenyaa tasuma tasuma hin agarre ''jechuun. Akkasumas hayyoonni tokko tokko jaalala akkas jedhanii ibsaa turani.''Jaalalli sodaataa ni gootamsa,donqna ni kennisiisa,sammuu haaromsa,dandeetttii haasallee ni dabala,dadhabaa ni jabeessa,lubbuu keessatti gammachuu dabala''jechuun ibsaa turani.Gaafa tokko hayyuun tokko namni yoom ogeessa ta'a jechuun yeroo gaafatamnaan''Kitaaba yoo bareesse ykn jaalala ykn jaalallee ibsuu yoo danda'edha'' jechuun deebisani.
463
9
Jaalalli mi'eessituu jireenyaati.
274
10
Guyyaan arraa kun guyyaa ati gaaf tokko ykn guyyaa jette sanadha.Itti fayyadami.
571
11
Namni kan jiraatu,wantinni guyyaa guyyaatti yaadu,murteessu,waan qalbii(onnee)isaatti qabatedha.Jiruu keenya kan hoogganu waan nuti qalbiitti qabannedha.Wanti qalbiittti qabannu immoo waan hordofnu irratti hundaa'a.
1 014
12
Waan si hin fayyadne walitti hin qabin.Waan argachuu hin dandeenyes hin hawwin.Beekumsa addunyaa irra jiru barattee fixuu hin dandeessu.Qabeenya addunyaarra jirus walitti qabdee fixuu hin dandeessu.Kanaaf hamma sifayyadu,sibarbaachisu argachuu irratti xiyyeeffadhu.
1 460
13
Amala Murtee mariin murteessuu keessa waan gaariitu jira.Waan gochuu feetu tokko qobaakee qofa hin murteessin.Namoota si caalan beektota mariisisii ka'ii murteessi.Murtee kamuu caalaa immoo murteen beektotaa gaarii akka ta'e hubadhu. Join👉NamaTai👈
1 806
14
✍️Iddoo nan ga'a jettee abjoo'attee turte ga'uu dhabuu keetiif hin jeeqamiin.Darbeera.Hundi keenya iyyuu (ani akkasin ta'a jedhee yaadee hin beeku)yeroo itti ofiin jennu jira.Amma san yaaduu dhiisii.Haala amma keessa jirtu amanii fudhadhu.Eenyummaa kee amma bari.Amma keerraa ka'ii jiruu kee tolchi.Achi deebitee waan kaleessaa ilaalaa ofi hin dadhabsin.Amma ofsirreessi. Join👉NamaTai👈
2 339
15
✨✨✨Chaanaalii kana irratti yaadoliin nama si'eessan,barsiisanii fi fayyadan namarraa namaaf,namoomaaf dhiyaatu.yaadoliin kunis bifa kanaa gadiitiin dhiyeeffamu. 👇👇👇👇 👇 👇👇👇
901
16
✨✨✨Chaanaalii kana irratti yaadoliin nama si'eessan,barsiisanii fi fayyadan namarraa namaaf,namoomaaf dhiyaatu.yaadoliin kunis bifa kanaa gadiitiin dhiyeeffamu. 👇👇👇👇 👇 👇👇👇
1
17
Jireenyi guyyaa sadiidha.Kaleessa,har'aa fi boru.Kaleessa keerraa baradhu.Har'a kee jiraadhu.Boriif karoorsi malee itti hin dhipatin. ❤️Join✨NamaTai✨
326
18
Iccitii kee namatti hin himatin.Iccitiin hamma sirka jirutti situ aangoo itti qaba.Gaafa sirkaa ba'e garuu isatu sirratti aangoo qabaata.
421
19
Jireenyi qabsoodha.qabsoo hin dhaabin.
245
20
Waan beektu hunda haasa'uu dhiisuu dandeessa.waan haasoftu hunda garuu beekuu qabda.
435