Sămíŕ Múřáď Óffíçíáł
😍nudhihaadha ❤jaalalan nurra qabamtan 🤣heddu male kofaltan 🎧nashidan relax of gootan 👇👇yaada qabanan 👇👇 @samirsha2021
Show moreThe country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
294
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Sheikh Muhammad Arrooylee
Guyyaa arraa masjiida keenya guddaa masjiida malkaa milkii deemtanii khuxbaa godhuu keessanitti baayyee gammannee jirra
Yaroo teessan nuuf kennitanii nu kabajjanii maasjiida keenya keessatti argamuu keessaniif maqaa malkaa milkiitiin isin galatoomfachuu barbaanna
RABBIIN ammallee dabalee sadarkaa teessan ol haa kaasuu
GALATOOMAA.
Yeruma hundaahuu guuyyaan, torban, ji'aa fi barriniis jijjiiramuu hin dhiisu! Garuu nutii bakka takka taa'ee mugu nurratti jijjiiramuu osoon taane wajji jijjiiramuu qabna!
Jijjiiramni waliif lama;
1. Ciminarraa gara dadhabinaa yokiin fooyyeerraa gama gad aanaa jijjiiramuu,
2. Dadhabinarraa gama ciminaa yokiin masluufummaarraa gama kutannaa jijjiiramuudha!
3. Bakkuma dhaabbatanii jiranitti hawwii fi abjuu hojiin dhugoomsuurraa duwwaa taheen deemuuniis namoota hedduu biratti akka jijjiiramaatti fudhatamee baayyinaan ni mullata!
Qooda nuti keessatti argamnuutu hayyama Rabbiitiin galma keenyaaf murteessaadha!
👉 Bara haariya kanaa wajji qooda lammaffaa san qabatee imala haariya jalqabee warra imalu akka taanu Rabbirraahiin kajeela!
RABBIIN WAAN JAALATU HUNDARRATTUU NU HAA GARGAARU!!!
✍️ U TUJI MUSSA
@samirmurad
@samirmurad
Boru (Halkan amma keessa jirru) akka lakkoofsa hijraatti 1-1-1445 taha!
Bara milkii fi jijjiiramaa nuuf haa godhu!!!
Xalila xurii qabne
Riqicha amantii
Fooleen jannatatuu
Si jalaan argamtii.
Kan fakkatti qabne
Amala qabeessa
Yaa rasuula rabbii
Firran si jabeessa.
Karaa kee hordofuun
Matuma kiyyaafi
Ifa addunyaadha
Si tahe biyyaafi.
Jechaaf gochi kee
Jireenyaaf furtuudha
Seenaa kee moofa'u
Yoomiyyuu turtuudha.
Dandeettif dhageettin
Sin gahu tokkichi
Karuma kan keeti
Ni beeyna qorichi.
Yaa rasuula rabbii
Jaalatamaa keenya
Faana kee yoo dhooyne
Jannata ni teenya.
Sallallahu alhi wassallam❤
"Bara Ilmi Namaa Bineensa Tahe Keessatti Bineeyyiin Garaa Akkanatti Jaalalaan ❣ Si Simatanii Sitti Maraman.
Mee Osoo Isin taate Miira akkamtu Isinitti dhagahama 🙆🤦♂️
Hundaafuu Harar Malee Kan akkanatti Waraabeysi Si Waliin Jiraatu Hin Jiru
#Harar 🤍❤🤍
@samirmurad
@samirmurad
OF AMANSIISI!
┃Yoo Shɑkkite Ni Kuftɑ!
┃Yoo Amɑnte Milkooftɑ!
▬▬▬▬▬▬▬▬
⁃ Milkɑɑ’inɑ Gonfɑchuuf
Durɑ of ɑmɑnsiisi!
⁃ Wɑntɑ Guddɑɑ Yɑɑdi
Wɑɑn Gɑɑrii ɑrgɑmsiisi!
""
⁃ Hojii Irrɑ Oolchi
Hɑwwiif Yɑɑdɑ Kee
⁃ Imɑlɑ Eegɑli
Hin Gubin Yeroo kee
""
⁃ Bɑkkɑ Guddɑɑ Gɑ’uu
Atis Ni Dɑndeessɑ
Gɑruu…….
⁃ Dɑɑndiin Milkɑɑ’inɑɑ
Obsɑ Bɑrbɑɑchisɑ
""
⁃ Amɑnsiisi Sɑmmuu kee
Hin Shɑkkin Dɑndeettii kee
⁃ Wɑɑn Xiqqoo Hin Yɑɑdin
Guddisi Hɑwwii kee
""
Yoo Shɑkkite Ni Kuftɑ
Yoo Amɑnte Milkooftɑ.
@samirmurad
@samirmurad
Yoo Rabbiin si wajji jiraate, addunyaan guutuun faallaa kee deemuun sirraa irrisuu hin danda'u! Yoo Rabbiin sirraa gara gale ammoo addunyaan guutuun si deeggaruun humaa sin fayyadu!
👉 Warra Rabbiif ajajamee Rabbiin isaan wajji jiraatu nu haa godhu!!!
@samirmurad
@samirmurad
OF QABI!┃OF EEGI!┃OF KUNUUNSI!
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Of qaban malee wanta yaadan hin qaban. Of eegan malee egere hin gahan! Of kunuunsanii ofiif ta'an malee nama hin ta'an.
Waa qabachuuf of qabuun ni dursa!
➋. Wantoota hanga ammaatti jireenya kee keessatti ta'an ilaalchisee hin gaabbiin irraa baradhu malee!
➌. Amala gadhee hin kunuunsin!
➍. Yeroo hundumaa abdii kutannaa hin dubbatin!
➎. Akka waan sanyiin abbaa keetii maqaan isaa obbo kufaatii jedhamuutti yeroo hundumaa kufaatii hin tarreessin!
➏. ɪɴᴊɪꜰᴀɴɴᴏᴏɴ ᴀᴛɪ ʜᴀɴɢᴀ ʜᴀʀ'ᴀᴀᴛᴛɪ ᴀʀɢᴀᴛᴛᴇ sɪ ɢᴀ'ᴀᴀ? ɪᴅᴅᴏᴏɴ ᴀᴛɪ ɢᴇᴇssᴇ ɪsᴀ ᴅʜᴜᴍᴀᴀᴛɪɪ? ᴇᴇʏʏᴇᴇ ᴅᴇᴇʙɪɪ ᴊᴇᴅʜᴀᴍᴜ ǫᴀʙᴅᴀ ᴛᴀᴀɴᴀᴀɴ ʟᴀᴋᴋᴏᴏꜰsᴀɴ ᴡᴀʀʀᴀ ʟᴜʙʙᴜᴜɴ ᴊɪʀᴀɴ ᴋᴇᴇssᴀ ᴊɪʀᴛᴀ ᴍᴀʟᴇᴇ sᴀᴍᴍᴜᴜɴ ᴋᴇᴇ ᴡᴀʀʀᴀ ᴅᴜ'ᴀɴ ᴋᴇᴇssᴀᴛᴛɪ ʀᴀᴍᴀᴅᴀᴍᴀ!
@samirmurad
@samirmurad
Waan yeroo dheeraa hawwaa turte Arafaa tana duratti si badhaasee si haa gammachiisu!!!
👇👇👇join 👇👇
@samirmurad
@samirmurad