492
Subscribers
+324 hours
+37 days
+330 days
Posts Archive
Naannoo kibbaa silxeetti daa’imni kun duhee awwaalamee waggaa 4 booda Du’aa kahee dhufe jedhu maatiin. Maatiin biraa immoo lakki Mucaan kun kan keenya jedhanii fudhachuu dhufan jedha !
Mee waan kana iccitiin isaa gama fayyaan Maal fakkaata?
join my channel 👇👇
@Dr_Nafyad_Getu
@Dr_Nafyad_Getu
Gorsa Fayyaa dubartoota ulfaaf 🤰
👉Mana yaalaatti yeroo ulfaa yoo fayyaa tahanillee yoo xiqqaate si'a 4 hordoffii gochuu qabu
👉nyaatawwan madaalawaa tahan kanneen akka kuduraaf fuduraa, Atara/baaqelaa, foon, hanqaaquu/killee, Aannan fi yoo argama tahe qurxummii faa soorachuufadha
👉yeroo Ulfa gara jalqabaa sababa jeeqamuu hormooniirran kan Kahe nyaati isaan nyaatan waan isiniif hin sifoofneef(haqqisaa, ol nama xuquu fi fedhiin nyaataaf hir'achuu waan jiruuf nyaata jajjjaboo tahan xixiqqeessuun yeroo Yeroon soorachuu qabu.
👉boqonnaa fudhachuu, Akkasumas ba'aa ulfaataa tahe kaasuu dhiisuu.
👉Qoricha kamillee gorsa ogeessa fayyaa malee ykn ajaja ogeessa fayyaa malee fudhachuu hin qaban. Sababnisaas qorIchoonni tokko tokko daa'ima gadameessa keessaarratti miidhaa waan geessisuuf
👉alkoolii dhufuuf tamboo aarsuurraa of qusachuu qabdu
👉qoricha dhiigaa(ayiranii) yeroo ulfaa ogeessi fayyaa isiniif ajaju addaan kutuu hin qabdan/qaban
Join 👉 @Dr_Nafyad_Getu 👨⚕
@Dr_Nafyad_Getu
Fayyaa Hin Dhabiinaa
Qorannooleen hedduun akka mul'isannitti shaayii dhuguun fayyummaa qaama keenyaaf faayidaa ol'aanaa ta'e qaba. Shaayiin wontoota carraa dhukkuba onnee, kaansarii fi dhukkuba sukkaaraan qabamuu hirdhisan of keessaa qaba.
Shaayii dhuguun:
* Carraa dhukkuba onnee akka tasaa (Heart Attack) fi Istirookii (dhiigni sammuu keessatti jiguu/hiddi dhiigaa sammuu keessa jiru cufamuu) daran xiqqeessa.
* Lafeen keenya akka jabaatu godha.
* Koolestiroolii qaamaa keessa jiru hirdhisuu danda'a
* Dhiibbaa dhiigaa ol ka'aa ta'e gadi buusuu irratti faayida qaba
* Nyaata booda nyaanni nyaanne akka salphaan nuuf bullaayuuf ni gargaara
* Muraa garaa/ garaan yoo nama cinine namarraa laaffisu danda'a
* Fayyuuma fi jabinna ilkanii irrattis gahee guddaa qaba
* Foolii badaa afaaniis ni hirdhisa
* Sirni ittisa qaamaa akka jabaatu godha
* Qorannooleen tokko tokko akka agarsiisannitti carraa kaansarii sombaa, harmaa, fi piroosteetiitiin qabamuu ni hirdhisa
* Carraa dhukkuba Sukkaraa gosa lammeessoo (Type-II DM) tiin qabamu gadi buusa
* Dandeettii yaadachuu, qalbeeffachuu fi fulleffannaa ni dabala
Horaa, bulaa, deebanaa
©Dr. Nuredin L.Qorannooleen hedduun akka mul'isannitti shaayii dhuguun fayyummaa qaama keenyaaf faayidaa ol'aanaa ta'e qaba. Shaayiin wontoota carraa dhukkuba onnee, kaansarii fi dhukkuba sukkaaraan qabamuu hirdhisan of keessaa qaba.
Shaayii dhuguun:
* Carraa dhukkuba onnee akka tasaa (Heart Attack) fi Istirookii (dhiigni sammuu keessatti jiguu/hiddi dhiigaa sammuu keessa jiru cufamuu) daran xiqqeessa.
* Lafeen keenya akka jabaatu godha.
* Koolestiroolii qaamaa keessa jiru hirdhisuu danda'a
* Dhiibbaa dhiigaa ol ka'aa ta'e gadi buusuu irratti faayida qaba
* Nyaata booda nyaanni nyaanne akka salphaan nuuf bullaayuuf ni gargaara
* Muraa garaa/ garaan yoo nama cinine namarraa laaffisu danda'a
* Fayyuuma fi jabinna ilkanii irrattis gahee guddaa qaba
* Foolii badaa afaaniis ni hirdhisa
* Sirni ittisa qaamaa akka jabaatu godha
* Qorannooleen tokko tokko akka agarsiisannitti carraa kaansarii sombaa, harmaa, fi piroosteetiitiin qabamuu ni hirdhisa
* Carraa dhukkuba Sukkaraa gosa lammeessoo (Type-II DM) tiin qabamu gadi buusa
* Dandeettii yaadachuu, qalbeeffachuu fi fulleffannaa ni dabala
Horaa, bulaa, deebanaa
👉 OFITTI AMANAMUMMAA QABAACHUU 🧏♂
Nuti Kan dhalanneef akka of jibbinuuf akka of Tuffanuuf miti Namni Kamuu Gatii qaba Sii Bira Darbee Jiraachuu keetti Namoonni Gammadan Hedduu Dha.kun Ta'ee osoo Jiruu Namoonni Hedduun Iddoo Gadi Aaanaa Yeroo Ofiif Laatantu Mullata
-Ofittii Amanamummaa Kee Cimsuu Dhaaf Wantoota Gochuu qabdu :
✔️Ofii Keetiif Gaarii Ofiif Ta'i
✔️Akkuma Namoota Bkroof Iddoo Laattu Ofii keetiifis Iddoo Laadhu.
✔️Ofii Kee Jalladhu,Of Kunuunsi, Ofii Keef Yaadi.Nama biroo Jallachuu dhaaf Of jibbuun Dirqama Miti , Ofiis Jallatamaa Nama biroo Jallachuun Nii Danda'ama
✔️Ofii Kee Nama Biraa Waliin Hin Madaaliin Karooraa fi Galma kee iratti Xiyyeefadhu.
✔️Namni Kamiyyuu Guutuu Miti Yeroo Yeroo Dhaan Hanga Dandeesse of Foyyesuuf Yaali
✔️ Namni Kamuu Akka Dogogoru Yaadadhu
✔️Waan Hundumaa Gochuun Qaba Jettee Yeroo Fi Humna kee Hin Fixiin
✔️Ati Namoota Biroof Nama barbaachisaa Akka Taate Hin Dagatiin
✔️Namoota Abdii Si Kutachiisan Irraa Fagaadhu
Fayyaa Hin Dhabiinaa
Join 👉 @Dr_NafYad_Getu 👨⚕
Namoonni jibba namaa hin qabne, Waan isaan hin galchine keessa hin galleefi gammachuun jiraatan fayyaa guutuu qabu ; akkasumas umurii dheeraa jiraatu!
Kanaaf waan si hin galchine keessa hin seenin, jibba namaas hin qabaatin!
@Dr_Nafyad_Getu join
Cabuu Qaama saala dhiiraa/penile fracture!
Qaamni saalaa dhiiraa yeroo miira keessa jiru akkasumas yeroo wal qunnamtii saalaa hiddoonni maashaa Qaama saala dhiiraa keessa jiran dhiigaan guutamuun akka kahu ykn dhaabbatu godhu.
Qaamni saalaa dhiiraa kan cabu yeroo qaamni saalaa isaa kahee ykn dhaabbattee jiru kan tahu, wantootni kanaaf nama saaxilan:
1. Yeroo wal qunnamtii saalaa dubartiin irra aanuun ariitiin/humnaan yoo wal qunnamtii saalaa goote
2. Yeroo qaamni saalaa dhiiraa kahutti Sireerratti osoo beekanii ykn hin beekin hirriba keessa irra ciisuun yoo gangalatan ykn kufan
3. Yeroo qaamni saalaa dhaabbatee/kahee jirutti balaan tasaa yoo quunname
4. Dhiironni humnaan yeroo of gammachiisuuf yaalan(masturbation)
Mallattoon isaa maali?
1. Sagalee akka shamboqqoo cabee yoo dhageessise
2. Dhukkubbii cimaa qaama saalaa
3. Qaamni saalaa dhaabbatee/kahee ture hatattamaan kufuu/ciisuu
4. Dhiita’uu, diimachuu ykn gurraacha'uu naannoo qaama saala dhiiraa
5. Boci qaama saalaa dhiiraa jijjiiramuu/deformity
Qaamni saalaa dhiiraa yoo cabe Yaaliin baqaqsanii yaaluu waan Jiruuf hatattamaan mana yaalaa deemuun baayyee barbaachisaadha!
Fayyaa hin dhabinaa!
@Dr_Nafyad_Getu join
🍵 Faayidaa Bishaan Xiqqoo Ho'isanii ( 54 - 71 C ) Dhuguun Fayyaa Keenyaaf Qabu :-
- Sammuu Keenya Si'eessa
-Sababi Utaalloo ykn Sayinesii Irraan Kan Ka'e Mallattoowwan Akka Funyaan Cufuufi Mataa Dhukkubbii Nii Fooyyeessa, Kunis Kan Hojjetu Bishaan Sana Ofitti Qabuun Aara isa keessaa Bau erga Of keessatti Fudhatanii Bishaan sana dhuguu
- Gogiiinsa Garaa Nii Ittisa
- Dhiipina Nii Hirrisa, Sammuu Si'eessuun
- Fayyaa Kaleef Gaarii dha
- Sirna Dhiigaa Keenyaaf Gaarii dha
Kanaaf Bishaan Xiqqoo Ho'isanii Akka Isin Hin Gubnetti Dhuguun Fayyaa Keenyaaf Gaarii dha.
Fayyaa Hin Dhabinaa.
Join 👉 @Dr_NafYad_Getu 👨⚕
Harmi dubartootaa dhuguma qaqqabaa/sukkuummaa dhiiraan jigaa?
maaltuu jiguu harmaa fida?
1. Umurii: Laamsha'uu qaamaa fi hir'inni hormoonii garaagaraa umurii waliin dhufu harmi akka kufu taasisa.
2. Harkisa lafaa: Waggaa dheeraa booda harmi akka jiguuf sababa biraati.
3. Yeroo baay'ee aduu fi ho'aaf saaxiluu: qaamoleen tishuu harmaa deeggaran akka dadhaban godha.
4. Tamboo xuuxuu
5. Furdina garmalee, akkasumas hatattamaan furdina qaamaa hir'isuu
6. Daa'ima baay'ee da'uu/dhaluu
7. Qabduu harmaa kan harmaan wal hin madaalle godhachuu
N.B: Dubartoonni yeroo baay'ee harma harkaan xuxxuquun yookan xuxxuqsiisuun akka harma jigsutti yaadu; kun waan qorannoon mirkanaa'e miti.
Fayyaa hin dhabinaa
Join 👉 @Dr_NafYad_Getu 👨⚕
Qorichaa qaama saalaa kaasuu hedduminaan fayyadamuun yaaddeessaa tahaa dhufeera!
Yeroo amma kana qorichoota baayinaan biyya keenya keessaati gurguramaa jiru keessaa tokko qorichaa qaama saalaa dhiiraa laafe kaasu Vaayigiraa jedhamudha. Qorichi kun haala nama yaaddeessuun irra caalaatti dargaggoonni keenya hedduminaan fayyadamaa jiru.
Mee waa’ee qorichaa kanaa waliin haa ilaallu:-
Qorichii Vaayigiraa ykn Siildenaafil jedhamu kun ogeessa fayyaan namoota rakkoo fayyaa kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa qabaniif akkasumas namoota dhiibbaa dhiigaa somba keessaa (Pulmonary hypertension ) qabaniif kennama.
Qorichii kun namoota qaamni saalaa isaanii kahuu dide ykn kahuuf dadhabaa taheef kennama. Kunis namoota sababa umurii fi dhibee fayyaa buleeyyii akka Dhibee sukkaaraafi kkf qabaniif ogeessa fayyaan kennama.
Ogeessi fayyaa tokkos qorichaa kana yoo ajaju namni sun Rakkoo fayyaa kan biro kanneen akka dhibee Onnee , Dhiibbaa dhiigaa, dhibee kaleefi tiruu akkasumas qorichaa inni dhibee biraaf fudhatu ilaalee kenna. Garuu haala yeroo ammaa argaa jirruun qorichi kun bakka garaagaraatti ajaja ogeessa fayyaa ykn hakiimaa malee yeroo gurguramaa jiru argaa jirra. Keessumaa dargaggoonni umuriin isaanii waggaa 20 gadi tahellee qoricha kana yeroo isaan fayyadaman nii argama.
Qorichii kun maashaa ujummoo dhiigaa qaama saalaa keessatti argamu diriirsuun dhiigni gara ujummoo dhiigaa qaamaa saalaa keessa jiru akka guutu gochuun qaamni saalaa akka kahu godha.Kanaaf sababa rakkoo fayyaa garaagaraan namoota qaamni saalaa isaanii kahuu dideef ykn jabaachuu dideef(Erectyle dysfuntion) ajaja ogeessa fayyaan kennama
Qorichi kun namoota rakkoo fayyaa garaagaraa kanneen akka dhibee onnee qabna, dhiibbaa dhiigaa,dhibee kaleefi tiruu hamaa, namoota qorichaa dhibee onneef kennaman tokko tokko fudhataniifi kkf waliin yoo fudhatan rakkoo biraa irraan geessisuu dandaha.Kanaaf ogeessi fayyaa rakkoo kanaaf kana fakkaatan ilaalee erga adda baasee booda kennuu qaba kan jennu.
Namoota qorichii kun ajaja ogeessa fayyaan kennameef waan isaan beekuu qabna keessaa muraasni
1. Qorichaa kana wal-qunnamtii saalaa dura daqiiqaa 30 – sahaa 1 dursanii fudhachuu qabu
2. Guyyaatti yeroo 1 qofa fayyadamuu qabu
3. Doozii ykn hamma ogeessi fayyaa ajajee kennerra dabarsuu hin qaban
4. Qorichii kana fudhatanii sahaa 4f walitti aansee qaamni saalaa isaanii kahee dhaabatee yoo ciisuu dide dabalataanis kahee hedduu dhukkuba yoo tahe hatattamaan mana yaalaa deemuu qaba
5. Mallatoowwan akka dhukkubbii laphee hamaa, rakkoo arguu ijaa, hafuurri namatti ciccituu, harma miilaaf qaamni biraa dhiitahuu,hurka ykn dafaqa garmalee argitanii hin beekneefi kkf yoo isin quunname hatattamaan mana yaalaa deemuu qabdu.
Fayyaa Hin Dhabinaa
👇Join And Share👇
@Dr_Nafyad_Getu
🍵 Faayidaa Bishaan Xiqqoo Ho'isanii ( 54 - 71 C ) Dhuguun Fayyaa Keenyaaf Qabu :-
- Sammuu Keenya Si'eessa
-Sababi Utaalloo ykn Sayinesii Irraan Kan Ka'e Mallattoowwan Akka Funyaan Cufuufi Mataa Dhukkubbii Nii Fooyyeessa, Kunis Kan Hojjetu Bishaan Sana Ofitti Qabuun Aara isa keessaa Bau erga Of keessatti Fudhatanii Bishaan sana dhuguu
- Gogiiinsa Garaa Nii Ittisa
- Dhiipina Nii Hirrisa, Sammuu Si'eessuun
- Fayyaa Kaleef Gaarii dha
- Sirna Dhiigaa Keenyaaf Gaarii dha
Kanaaf Bishaan Xiqqoo Ho'isanii Akka Isin Hin Gubnetti Dhuguun Fayyaa Keenyaaf Gaarii dha.
Fayyaa Hin Dhabinaa.
Join 👉 @Dr_Nafyad_Getu 👨⚕
WALQUNNAMTII SAALAA
DUKKANA / IFAAN?✍️
➲ Nyaata nyaachuf ijaan ilaalun waanuma jiru. Yeroo baay'ee namni ibsaa dhaamsee raawwata. Kan ija keessa wal ilaalaa raawwachuu jaalatus jira. Garuu dukkanas ta'ee ifa keessatti raawwachuun sirna walqunnamtii saalaa irratti dhiibban inni qabu hin jiru. Kan ifaan raawwatu dukkana haa yaalu, kan dukkana raawwatu immoo ifaan raawwatee mee haa ilaalu.
◈ Ifaan raawwachuun
➊ Wal baruuf ni fayyada. Qaamni walii maal akka fakkaatu baruun gaaridha.
➋ Ofitti amanamummaa ni dabala. Ishiin/inni qaama isaanii walitti agarsiisun boruufiyyuu wal qaana'uu ni xiqqeessa.
➌ Fedhiin ni dabala. Ammuma ijaan wal rukutan fedhiin waxalamuun jiraata.
➍ Rakkoo yeroo walqunnamtii saalaa ni xiqqeessa. Koondomi godhachuuf, sirnaan qaama walitti seensisuuf ni gargaara.
➲ Dukkana raawwachuu : Qaamni kee maal akka fakkaaatu qaanofnaan dukkanni rakkoo kana ni dhoksa. Ofitti amanamummaa kee dabala.
@Dr_Nafyad_Getu Join and share like godha
Yeroo Walqunnamtii Saalaa Qaamni Saalaa Dubartii Maalif Iyya?
✍️✍️✍️✍️✍️✍️
➲ Yeroo tokko tokko qaamni saalaa dubartii yeroo raawwatamu sagalee dhageessisa. Humnaa ol iyyuu danda'a. Yeroo akka alee iyyummo dhiiratti hin tolu. Ishiitti kolfuiiuyyuu danda'a. Dubartiinis daabboon koo maal ta'eeti akkatti iyya jettee dhiphachuun ishii waan hin oolledha.
➲ Qaamni saalaa dubartii akka iyyu kan godhu keessaa tokko yeroo dubartiin sirritti miira keessa seentuu uumamni qaamni saalaa ishii ni jiijjiirrama. Keesi isaa sirritti bal'achuun (addaan deema), afaan isaa inni alaa immuunoo walitti deema. Yeroo kana qilleensi gara keessatti waan baay'aatuuf yeroo qaamni saalaa dhiiraa itti seenee ba'u sagaleen akka uumamuuf sababa ta'a. Qilleensi keessa jiru alatti ba'uuf deemu afaan isaa waan dhiphaa ta'eef sagaleen kun ni uumama. Akkasumas qaamni saalaa dhiiraa yeroo raawwatamu girgiddaa qaama saalaa dubartii rurukuchuun isaa waan hin oolleef walitti ida'amanii sagalee hin barbaachifne kana uumu.
◈ Sagaleen kana hir'isuuf/balleessuf
✔ Sex poosishiinii jijiiruu : Qaamni saalaa dubartii akka iyyu kan godhu keessaa tokko sex poosishiinii doggystyle jedhamuudha. Yeroo dubartiin gadi jettee harkaan lafa qabattee, inni immoo duubaran raawwatu sagaleen kun akka uumamuuf sababa ta'a. Kanaaf yeroo iyyi nu rakkiseera ta'e kallattii biraatin raawwatanii ilaalun gaaridha.
✔ Ariitii xiqqeessuu : Ammuma saffisaan raawwatamu sagaleen dhaga'amus dabalaa deema. Kanaaf suuta raawwachuun qilleensi keessa jiru akka ba'uuf gargaara.
✔ Qaama saalaa keessa tursiisuu : Qaamni saalaa dhiiraa keessa seensisanii yeroo muraasaf keessa tursiisanii keessa baasanii takka tursiisanii itti deebisuudha. Qaamni saalaa dhiiraa yeroo keessa ture qilleensa keessa jiru akka gara alaatti ba'u godha.
Join @Dr_Nafyad_Getu
Walqunnamtii saalaatiin dhiira maraachuuf dubartiin maal gochuu qabdi?
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Walqunnamtiin saalaa qaamni jara lamaanii walitti galuu qofaan kan ibsamu miti. Ilaa yaa obboleettii tiyya, jaalalleenkee gaafa jaalalaaf si gaafatu miidhaginakee ilaaleti. Si wajjin kan jiraatuuf ammoo beekumsa jireenyaa ati qabduun booji'amee akka ta'e beeki. Beekumsi jireenyaa kunimmoo walqunnamtii saalaatiin isa gammachiisuu dabalata. Yoo siree irratti gameettii taate carraan jaalalleekee waliin jiraachuu ajaayibatti guddata.
1) Boosettii hin ta'in. Dhiirri dubartii boosettii faana walqunnamtii saalaa gochuu baayyee jibba. Qulqullooftuu ta'i. Makeup godhachuu keerra, bishaan uummamaatin qaamaa fi uffatakee yeroo hunda yoo dhiqatte, jalqabumarraa si wajjin ciisun isa gammachiisa.
2) Dhibooftuu hin ta'in. Yeroo jaalalleekee bira jirtu yaadan hin badin. Naqqee ta'i yaadasaa hubadhuuf. Waan inni siin jedhee sababa malee hin didin. Fknf kallattii walqunnamtii saalaa inni gaafateen kenniif. Yoo duubaan barbaade oljedhii qophaa'iif, akka garaa isaatti yaa habbuuqu😅 malee hin rincicin inni guyyumaan si caqaccaquun isa nuffisiisa.
3) Abbaa warraakee ykn jaalalleekee siree irratti kunuunsi. Maal akka barbaadu gaafadhu. Waan hunda inni dhiira jettee isarratti hin laalin. Diilallooftee kokotteeffattee ciisuu osoo hin taane qophooftuu ta'i. Yeroo tokko tokko ati isa irra bahiti qaamasaa ho'isi. Yeroo walqunnamtii saalas humnaan deeggari malee isuma hin dadhabsiisin.
4) of hin dhoksin. Buqushaakee dabalatee qaama kee guutuu isa dhoksuun sirra hinjiru. Uffata ofirratti hin harksinbboo. Akka barbaadetti ilaaluu, dhungachuu, arraabbachuu qaba. Yeroo qaamasaa sitti seensisuuf jedhu, qoyi anatu siif galcha jechuukeerra, inni laallatee yoo galche gaaridha.
5) Sagalee dhageessisiif. Darbii darbii , akka waan si gaggabsee of godhi. Xixxibaari garuu, iddoo jirtu ilaalladhuutii. Akka hin dabbarretti, jechoota baalagees itti mammakii odeessi. 😅😅Ija adii olgaragaggalchi udduukee sosoosaa aadi.
"Ammayyummaa fi barnoonni mudoo hin qabu"
@Dr_Nafyad_Getu
