Personal Development
Open in Telegram
Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala
Show more6 927
Subscribers
No data24 hours
-187 days
-8030 days
Posts Archive
6 927
• Barachuu qofa miti, shaakali!
• Dubbisuu qofa hin godhin, hubadhu!
• Jijjiiramaa qofa ta'in, jijjiiri!
• Walitti dhufeenya qofa hin godhin, leellisi!
• Waadaa qofa hin seenin, mirkaneessi!
• Qeequu qofa miti, jajjabeessi!
• Yaaduu qofa miti, xiinxali!
• Fudhachuu qofa miti, kenni!
• Arguu qofa miti, yaadatti qabadhu!
•
Abjuu qofa hin abjootin, hojjedhu!
• Dhaga'uu qofa miti, dhaggeeffadhu!
• Dubbachuu qofa miti, gochaan argisiisi!
• Himuu qofa miti, argisiisi!
• Argamuu qofa hin miti, jiraadhu
6 927
Another Golden Opportunity in Europe! NO IELTS! No Application Fee!
Full Funded Europe EMMIR Erasmus Mundus Scholarships 2025 is announced for Study in Germany, Norway, & two other countries on Same Degree with Scholarship for world students!
No Agent - Direct Apply
👉Apply Link: https://scholarships365.info/europe-emmir-erasmus-mundus-scholarship
Degree: Multiple Degree Programs
Benefits: Study without IELTS / Fully Funded Scholarship
1) Scholarship covers full tuition fee of student
2) A monthly stipend of 1400 Euros per Month.
3) University registration & student service fees
4) Health insurance will also be given
5) Chance to study in multiple countries.
6) Gives access to top universities and experts from Europe and Africa.
Deadline: Different Deadlines
6 927
Ugum! Namoota tronkeeper hojjechaa hinjirreef,dhaamsan qaba.Guyyoota muraasatu hafeem 💵
✔️Gadiqabdee hold gochuudhaan 0.25$ siif laata.
✔️Namoota affeeruun nama 10n TRON 1siif laata.1Tron=10$
✅Tron fi USDT kallattiidhaan jijjirrachuu dandeenya.
Tron Shan baafachuu dandeenya.Dollar withdrawal heeyyamamuuf guyyaa muraasatu hafe.
✔️Maarree carraa caalaa carraaqqiitti amanuun link 🔗 gadii tuquun jalqabi.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
6 927
Gareen haaraa kunoo👇
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa carraa keessan yaalaa #Guyyoota42tuhafe jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
✅Ammuma murteessi!
➡️Waa'ee kaleessaa yaaduu dhiisi! Amma murteessi! Murtoon tokko jireenya kee bara baraan jijjiiruu dandaʼa! Saatii kana irraa eegaluun waanan danda'u hunda nan raawwadha(godha) jedhii murteessi!
➡️Nama kutannoo hin qabne namni barbaadu hin jiru! Kutannoo hin qabdu taanaan ofiifis warra jaallattuufis humaa gochuu hin dandeessu. Namni duubatti deebi'u ni qisaasama! Wantoonni ati barbaaddu hundi sodaa kee duuba ta'uu isaa beekuun murannoo qabaachuu qabda!
➡️Duubatti deebitee homaa jijjiiruu hin dandeessu; Amma yoo jalqabde garuu xumura kee miidhagsuu dandeessa; Nama fooyya'aa ta'uu qabda! Ammuma murteeffadhu Waanuma murteeffatte keessa jiraatta waan ta'eef!
➡️Yeroo kee qaalii kana bakka hintaanee fi namoota hin taane wajjin hin qisaasessin. Hiriyaa filadhu bakka ooltus adda baafadhu. Guyyaa gaarii qabaadhaa!
6 927
+1
Balaa ibiddaa Magaalaa Finfinnee kutaa Araadaatti mudate to'achuuf yaaliin taasifamaa jira Via AMN
6 927
+3
#Beeksisa_Hojii
የስራ ማስታወቂያ
⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳
የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ👇👇
https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
✅For application and more information, please follow this link:✅👇✅
https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
6 927
+1
#Beeksisa_Hojii
የስራ ማስታወቂያ
⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳⨳
የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ👇👇
https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
✅For application and more information, please follow this link:✅👇✅
https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
6 927
External Vacancy Announcement
Awash Bank invites competent and qualified candidates for the following positions.
1.Position: Principal - Conventional Banking Product Development Officer
2.Position: Business Intelligence and Analytics Officer
For more about qualification and experience, visit Awash Bank Official Telegram channel here below
👇✅✅👇👇
https://t.me/adeemsacima
6 927
#Guyyaa 36 qofaatu hafe list ta'uuf
✅Galmaa'uu qofaan $10 Nama #Invite gochuun #Bonus $50 Argattu
#Dolaara meeqa hojjettan?
Tronkeeper Kana Salphaatti Waan Hojjattamudha Hadara irraa fayyadama
Taphi TronKeeper kun bifa haaraan garee haaraa jalatti gurmeessuu jalqabeera $TRONARX hiruu eegaleera.
Akka haaraatti seentanii taphachuudhaan USDT, TRX, TON, TRONARX argachuu dhaan yoo 5 ol argattan USDT irraa kan hafe gara Bytbit ykn Binance fa'atti USD dhaan dabarfachuu dandeessu..
✅Deemsi Tarkaanffii #Tokko irraa Eegala dhugaa jiru hojjetanii baru #Jabaadhaa hojjedhaa #Telegramii irraas galii argadhaa
Gareen haaraa kunoo👇
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa carraa keessan yaalaa #Guyyoota42tuhafe jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
External Vacancy Announcement
Awash Bank invites competent and qualified candidates for the following positions.
1.Position: Principal - Conventional Banking Product Development Officer
2.Position: Business Intelligence and Analytics Officer
For more about qualification and experience, visit Awash Bank Official LinkedIn page here below https://www.linkedin.com/company/awash-bank-s-c/
6 927
✅warri Bitget Varified ta'e qabdan badhaasa kana yaalaa
https://t.me/BitgetOfficialBot/Bitget?startapp=mWeAIuEdeetcKyNdd8YOVZjHU4nXTVjlLgO6uz72aP0n4y5s9ZN8hZpwDIj
I'm getting a reward of 100 USDT💰 from the Bitget Mini App. Click on it to assist me for a chance to win 100 USDT yourself.👇
https://t.me/BitgetOfficialBot/Bitget?startapp=mWeAIuEdeetcKyNdd8YOVZjHU4nXTVjlLgO6uz72aP0n4y5s9ZN8hZpwDIj
6 927
Aayifoon 16
Bilbilli moobaayilii maaliin qeeqama?
Yuunvarsiitii Kolombiyaatti Dippaartimentiin Saayikaatarii hariiroo fayyaan sammuu fi bilbilli qaban wayita ibsu, garmalee bilbiloota kanatti gargaaramuun hirriba akka nama dhorku, dhiphinaa akka namatti buusu barreesse.
Bilibiloonni ismaartii akkaataa namoota biroo waliin itti haasofnu, waan haaraa barruufi ittii bohaarru bifa gaariin geeddaruu ibse.
Dhaamsi bilbilarraa deddeebi'ame ilaalamu garuu muddama keessa akka nama galchu ibse.
Biliboonni ismaartii kunneen namoonni deddeebi'anii akka tuttuqan akka nama dirqisiisaniifi namoonni akka irratti hirkatan jajjabeessuu Dippaartimentiin Saayikaatarii Yuunvarsiitii Kolombiyaa barreesseera.
Bilbiloonni moobaayilaa daree mana barnootaa keessatti barattoota xiyyeeffannoo dhabsiisa jedhamuun qeeqama.
Biyyoonni kaan barattoonni mana barnootaa qabatanii hin dhaqne daangeessanillee jiru.
Moobaayiliin ismaartii xiyyeeffannoo barattoota dhorka, iccitii barattootaa balaaf saaxiluufi barattoota qoccollaa karaa saayibariif saaxila jedhe jaarmiyaan Barnootaa, Saayiinsii fi Aadaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii UNESCO'n yaada kana cimse.
Kana malees, araada nama qabsiisu jedhamanillee hanga komatamauutti gahaniiru.
Bilibiloonni ismaart miidyaalee hawaasaa akka Feesbukii,X fi Inistaagiraamitti salphaatti gargaaramuuf mijatoo ta’uun kanaaf haala mijeesseera jedhamellee komatama.
Bilbiloonni moobayilii biliyoona 16tti tilmaamaman addunyaa keenyarratti tajaajilaaf oolaa jiru. Namoonni biliyoonaan lakkaa'aman bilbila moobayilitti gargaaramaa jiru.
6 927
Bilbila Aayifoon 16
Moobayiliin harkaa qabnu dhaamsa daddabarsuurra darbanii akka hiriiyaa dhiyootti hanga ilaalamuutti qaqqabaniiru. Namoonni kaan araada nama qabsiisa jedhanii komatu.
Namoonni bilbilasaanii otoo hin tuttuqiin sa'aatii muraasaaf turuun itti jabaatu baayyeen jiru.
Ofii bilbilli borsaatti baannu jireenya keenyarratti gumaacha akkamii qabu?
Bilbilli borsaatti baannu ’’heloo’’ jedhanii dhaamsa dabarsuu bira taree fayidaa biroo hedduu ooluu danda'eera.
Bilibiloonni moobaayilaa ismaart qabiyyee sukkaara dhiiga keenya keessa jiru baruu, fayyummaa onnee keenyaa hordofuu fi kirkira lafaa akeekuu hanga danda’uutti gahaniiru.
Bilbiloonni baankiidha, GPS''n bilbila keenya karaa qajeelchituudha, kaameeraan bilbilaa suur- sagalee ittiin waraabuurra hanga kuusaa odeeffannoo keenyaa ijoo ta’aa jiru.
Bilbilli moobaayilii 'sinimaa xiqqaa borsaatti baatamu' maqaa jedhu argateera - Fiilmii irraa ilaalullee dandeenya.
Tajaajila meeshaalee akka raadiyoo, TV, koompiyuutaraa fi kaameera fa'aarraa adda addatti argamu bakka tokkotti bilbila keenyarraa argachuun danda'ameera.
Saffisaan odeeffannoo argachuufi namoota biroof dhaamsa karaa intarneetii qooduuf bilbiloonni keenya fayidaa gita hin qabne gumaachaa jiru.
Aappiiwwan haaraa kalaqaman tajaajila bilbilarraa argannu daneessaniiru.
Bilbila moobaayilii erga ittiin bilbiluun danda’amee waggoota 50 guute.
Kalaqa bilbila moobaayilii dursuun seenaa kan dalage Injinara lammii Ameerikaa Maartiin Kuuper jedhamu. Ergasii teeknoloojiin bilbilaa sududaan jijjiramatu adeemaa jira.
Amma bilbilli sirna kirkira lafaa akeeku danda’u isa addunyaarratti guddaa ta’e uumuuf gargaareera.
Mobaayilii akka hakiimaatti
Moobaayiliin dhaamsa dabarsuuf erga oole walakkaa jaarraa tokko ta’eera.
Amma haala fayyaa keenyaa hordofuuf meeshaa ijoo ta'utti deemaa jira.
Waggaa lamaa dura qorattoonni Yuunvarsiitii Waashingiten copha dhiigaa xiqqoo keessatti itituu dhigaa bilbila Aayifooniidhaan adda baasuu danda’aniiru.
Qorattoonni kaan ammoo kaameeraa bilbilaatiin gargaaramuun haala fayyaa onnee- keessattuu dhiibbaa dhiigaa hordofuun danda’amu hojjataa jiru.
Saayintistoonni Chaayinaa algorizimii suuraalee bilbiloota ismaartii ta’aniin gargaaramuun kaafaman dhibeewwan onnee namni tokko qabamuu adda baasan kalaqaniiru.
Ogeeyyiin itituu dhiigaa dhibee onnee tasaaf nama saaxilu qorachuuf samuda dhiigaa fudhanii qoratu. Amma namoonni ofuma isaaniifu yeroo qorannoo kana bilbilasaaniitiin manatti raawwatan dhiyaatera.
Gara fuulduraatti bilbilli moobaayilii keenya haala fayyaa keenyaa hordofuuf meeshaa baayyee murteessaa ta’a jedhamee abdatamaa jira.
Mallattooleen kana akeeekan ammas hojiirra oolaniiru.
Iddoowwan teeknolojiitti sirnaan gargaaramuun baratameetti, qonnaan bultoonni appilikeeshinii gargaaramuun aramaa fi dhibee midhaan addaa baasuu danda'aniiru.
Jireenyi guyyuu keenya bilbiloota ismaartii ta'an kanaan osoo hin tuqamne hafan muraasa ta'eera.
6 927
Bilbilli harkatti baannu akkamitti jireenya keenya geeddare?
Guutummaa isaa dubbisaa✅✅👇👇👇
6 927
HUBADHU!
▬▬▬▬▬▬▬
❏ AARIIN:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Fira nama dhabsiisa.
⁃ Sammuu jeeqa.
⁃ Qabeenya barbadeessa.
⁃ Badiif nama saaxila.
⁃ Du’aaf nama kenna.
❏ JIBBIINSI:
⁃ Walirraa nama fageessa.
⁃ Qofa galeessa nama taasisa.
⁃ Walitti dhufeenya booressa.
⁃ Dogongoraaf karaa bana.
⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.
❏ RAKKINNI:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Waan hin qabne si barsiisa.
⁃ Abdii si kutachiisa.
⁃ Obsa si fixachiisa.
⁃ Biyyarraa siin bada.
❏ OBSI:
⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.
⁃ Hamtuu irraa nama eega.
⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.
⁃ Amala qabeessa nama taasisa.
⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.
⁃ Sammuu namaa bal'isa.
⁃ Madaaluuf nama gargaara.
⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!
«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»
❏ JAALALLI:
⁃ Gammachuu namaaf laata.
⁃ Waan gaarii nama yaachisa.
⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.
⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.
⁃ Galma qaqqabsiisa.
⁃ Bilisummaa yaadaa laata.
«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.»
6 927
THOMAS AQUINAS SAYINGS
THOMAS AQUINAS SAYINGS
👉Fayyina namaatiif wantoota sadii barbaachisa:
1•Wanta amanuu qabu beekuu;
2•Waan hawwuu qabu beekuuf;
3•Maal gochuu akka qabu beekuu
✍✍✍✍✍✍✍✍✍✍
•Lolli tokko haqa akka ta’uuf wanti sadii barbaachisaadha.
1• Aangoo abbaa biyyummaa
2• kaayyoo haqaa
3•Ilaalcha sirrii
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
👇👇✅✅
https://www.facebook.com/100011115710032/posts/pfbid02WK6iLJtHh3DwwvFcXuWqy8h15qmg2rwpkMtRfbW2yMtmhWBYPqCitjAsZeFWRaRSl/?app=fbl
6 927
#Guyyaa 40qofaatu hafe #Dolaara meeqa hojjettan?
Tronkeeper Kana Salphaatti Waan Hojjattamudha Hadara irraa fayyadama
Taphi TronKeeper kun bifa haaraan garee haaraa jalatti gurmeessuu jalqabeera $TRONARX hiruu eegaleera.
Akka haaraatti seentanii taphachuudhaan USDT, TRX, TON, TRONARX argachuu dhaan yoo 5 ol argattan USDT irraa kan hafe gara Bytbit ykn Binance fa'atti USD dhaan dabarfachuu dandeessu..
Gareen haaraa kunoo👇
✅Telegramii irraas galii argadhaa
Link kanaan seenaa, Walaffeerraa carraa keessan yaalaa #Guyyoota42tuhafe jalqaba #Dolara10n argattu nama #Invite gochuu qofaan $100 Ol argachuu dandeessu
👇
Eegaluuf liinkiin kunooti
👇✅👇
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=5932461404
6 927
Falaasamoota. #Filssifinnaa Isa jettan
**
1.#SOOSHAALIZIMII:- Ati sa'a lama yoo qabaatte takka ollaaf kennuu qabda.
2.#KOMIYUNIZIMII:- Ati sa'a lama qabda, mootummaan lachuu sirraa fudhatee aannan siif kenna.
3.#FAASHIZIMII:- Ati sa'a lama qabda Mootummaan lachuu sirraa fudhatee aannan sitti gurgura.
4.#NAZI:- Mootummaan saawwan kee fudhatee si ajjeesa.
5.#KAAPPITAALIZIMII:- Ati sa'a lama qabdu keessaa tokko gurgurtee mirgoo(jibicha) bittee loon kee baay'isuudhaan gurgurachaa bu'aa jalaa argattuun jiraatta.
6.#KAAPITAALIZIMII_AMMAYYAA:- Sa'a lamaan keessaa tokko gurgurtee mirgoo bittee loon kee horsiifatta. Qarshii argattuun saawwan ollaa keetii irraa bitta. Ollaan kee hojjataa gootee mindeessita. Ollaawwan kee kun akkuma hiyyoomanitti du'u.
7.#HAWAASA_AMEERIKAA 🇺🇸:- Sa'a lamaan kee keessaa takka gurgurtee sa'a aannan oomisha olaanaa qabdu bitta. Saani kun humnaa ol aannan kennuu irraa kan ka'e sijalaa du'a. Duuti kun akka siif qoratamu gorsaa seeraa mindeessita.
8.#HAWAASA_FARANSAAY 🇫🇷:- Sa'a lama qabda sa'a sadaffaa yoo barbaadde mootummaa irratti hiriira baata.
9.#HAWAASA_JARMAN 🇩🇪:- Sa'a lamaan qabdu qorannoodhaan waggaa dhibba akka jiraatan, ji'atti al tokko qofa akka sooratan, Aannan saawwan kudhanii akka oomishan taasifta.
10.#HAWAASA_CHAAYNAA 🇨🇳:- Aannan sa'a lamaanirraa argatte lammii keetiif gurgurtee, Aannan plaastikarraa oomishtee biyyoota ollaatiif gurgurtee qabeenya kee ol kaafta.
11.#HAWAASA_GURRAACHA_AFRIKAA:- Sa'a lamaan qabdu gurgurtee ykn qaltee ji'a tokkotti nyaattee fixxa.
Achi booda dhaabbanni gargaarsaa sa'a baay'ee naaf kenna jettee eeggatta.
Sun ta'uu yoo baate gara mana amantaa deemtee kadhatta.
Saawwan akka samii irraa siif roobu, guyyaa 40 fi halkan 40 ni soomta.
Osoo akkana jettuu hiyyummaa gadadootiin addunyaa irraa du'aan dhabamta
#Wantoota isin barbaachisu hordofaa bakka #follow jettu tuquun maatii keenya ta'aa.
