Personal Development
Open in Telegram
Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala
Show more6 927
Subscribers
No data24 hours
-187 days
-8030 days
Posts Archive
6 927
External Vacancy announcement from Ethiotelcom job title to National 🆔 Registration agent
#Gita hojii banaa: Nama National Id galmeessu.
#Baay'ina: Nama tokkoof (1)
#Muxannoo: Zeroo
Gosa Barnoota: Nama IT, Computer (🖥️) Science fi mummee itti dhiyaatuun digirii jalqabaa qabuu fi qabxii walii galaa (CGPA) 2. 8 qabuuf...
Bakka hojii: Wajjirra Ethiotelecom damee Tulluu Boolloo
Hub:- Shamarran ni jajjabeeffamu.
6 927
External Vacancy announcement from Ethiotelcom job title to National 🆔 Registration agent
#Gita hojii banaa: Nama National Id galmeessu.
#Baay'ina: Nama tokkoof (1)
#Muxannoo: Zeroo
Gosa Barnoota: Nama IT, Computer (🖥️) Science fi mummee itti dhiyaatuun digirii jalqabaa qabuu fi qabxii walii galaa (CGPA) 2. 8 qabuuf...
Bakka hojii: Wajjirra Ethiotelecom damee Tulluu Boolloo
Hub:- Shamarran ni jajjabeeffamu.
6 927
+1
Balaa Bidiruu mudateen Lubbuun Itiyoophiyaanoota 20 darbe
Finfinnee, Amajjii 14, 2017
👇Sanbata Duraa galgala Bidiruun Godaantoota Itiyoophiyaa 35 feetee Jibuutirraa gara Yemanitti imalaa turte dhidhimuun Lubbuun lammiilee Itiyoophiyaa 20 darbuu Yamanitti Dhaabbanni Godaantoota Idil Addunyaa beeksiseera.
Balichaan dubartoonni 9 fi Dhiironni 11 waliigala lubbuun godaantoota Itiyoophiyaa 20 darbuun ibsameera.
lammiileen Itiyoophiyaa 15 fi hojjettoonni balallii Yaman 2 lubbuun baraaramaniiru.
Godaantoota seeraan alaa ittisuuf tattaffiwwan taasifamaniis bara faranjoota 2024 qofa godaantoonni seeraa alaa kumni 60 ol Yeman galuun Dhaabbatichi ibseera.
👉ሌሎች የስራ ማስታዎቂያዎችን ለማየት ከስር ያሉትን ሊንኮች በመጫን በየቀኑ የሚወጡ ስራዎችን በስልክዎ ወይም በኮምፒተርዎ ይከታተሉ👇👇👇
✅Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
✅Fbc tugaabaase
6 927
+2
📷: Balaa ibiddaa Kutaa Kaalifoorniyaa bakka Bonsaal jedhamutti akka haaraatti ka'e, Amajjii 21, 2025.
Hooggantoonni Kibba Kaalifoorniyaa ibidda bosonaa haaraa ka’ee dhaamsuuf hojjattootaa fi meeshaawwan qindeessaa jiran. Kunis, raagdonni haala balaa ibiddaa qilleensi gogogaa fi bubbee cimaa of keessaa qabu balaa kana hameessuu akka danda'u erga akeekkachiisaniiin booda. #CaliforniaWildfires
6 927
ክፍት የስራ መደብ ማስታወቂያ
ቁጥር፡001/25
አዋሽ ባንክ ከዚህ በታች በተገለፀው ክፍት የሥራ መደብ ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል፡፡
የሥራ መደብ- የሴት ፈታሽ
የትምህርት ደረጃ- 8ኛ ክፍል ያጠናቀቀች
የሥራ ልምድ- በወታደርነት ወይም በፖሊስ ሙያ ስልጠና የወሰደች ሆኖ ቢያንስ ሁለት ዓመት አገልግሎት ያላት
እድሜ- ከ 20 – 35 ዓመት
የስራ ቦታ- አዲስ አበባ
ደመወዝ- በባንኩ እስኬል መሰረት
ማሳበቢያ፤ አመልካቾች በእጅ የተጻፈ ማመልከቻችሁን እና ከላይ ከተገለፁት ማስረጃዎች በተጨማሪ ስርዝ ድልዝ የሌለበት የ8ኛ የሚኒስትሪ ሰርተፍኬት ኮፒ ማቅረብ ይኖርባቸዋል፡፡
በዚሁ መሰረት ከላይ የተገለጸውን መስፈርት የምታሟሉ አመልካቾች ይህ ማስታወቂያ ከወጣበት ቀን ጀምሮ ለሰባት ተከታታይ ቀናት የማስረጃችሁን የማይመለስ ፎቶ ኮፒ በሚከተለው አድራሻ በመላክ መወዳደር የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
አዋሽ ባንክ
ቺፍ - ሂውማን ካፒታል ማኔጅመንት ኦፊሰር ኦፊስ
የፖ.ሳ.ቁ 12638
አዲስ አበባ
ማስታወቂያ የወጣበት ቀን፡- ጥር 11 ቀን 2017 ዓ.ም.👉ሌሎች የስራ ማስታዎቂያዎችን ለማየት ከስር ያሉትን ሊንኮች በመጫን በየቀኑ የሚወጡ ስራዎችን በስልክዎ ወይም በኮምፒተርዎ ይከታተሉ👇👇👇
✅Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
+6
Beeksisa Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa finfinnee Barsiisuumma .
Kana Dura Qacarriif baasun ni yaadatama .
Waliif Dabarsaa
Addis Ababa Education Bureau
Call for Recruitment
6 927
Beeksisa Qacarrii Bulchiinsa Magaalaa finfinnee tti Biiroo Dhimma Dubartoota fi Daa'imman .
6 927
Wontoota Araada Namatti Ta’uun Rakkoo Sammuu Fiduu Danda’an:
***
➢ Dhugaatii alkoolii. Dhugaatiilee nama macheessan (etaanoolii qaban).
➢ Tamboo (nikootiinii).
➢ Hashiishii. Ashiishiin maqaalee adda addaa kan akka (ganja, marijuana, cannabis, weed, pot, dope, hash) fa’aan waamama.
➢ Qorichoota hirribaaf, dhiphinna hirdhisuu fi yaaddoo cimaa salphisuuf kennaman (hypnotics, sedatives, anxiolytics)
➢ Qorichoota gartuu opoyidii (opioids) ta’an kan dhukkubbii garmalee cimaa ta’an woyyeessuuf fayyadan, kan biqiltuu abaaboo opium poppy jedhamu irraa argaman (oomishaman): tramadol, morphine, heroin, pethidine, codeine, methadone, oxycodone, hydrocodone, fi fentanyl fa’a.
➢ Qorichoota miira argaa, dhageettii, fi foolii naannoo san hin jirre tokko namatti uuman (hallucinogens) kan akka LSD, PCP, peyote, psilocybin jedhaman fa’a.
➢ Kookeenii (cocaine) kan baala kowkah (coca) jedhamu irraa tolfaman ykn argaman.
➢ Bunaa fi wontoota kaafiinii (caffeine) qaban kan biroo.
➢ Wantoota hafuuraan olharganaman (inhalants - inhalers), kanneen akka foolii halluu dibaata manaa (toluene), foolii bobo’aa (beenzilaa, gasoline) ulachuu, halluu qeensaa fi kkf fuunfachuu.
➢ Qorichoota gartuu amphetamine fi biqiltoota uumamaa kan amala amphetamine fakkaatu qaban kan akka jimaa (caatii) fa’adha.
✅Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
Bu’uura Fayyaa
6 927
+2
BEEKSISA HOJII
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Mana Hojii: Ministeera Galiiwwanii
Share gochuun waliif qoodaa
Beeksisoota dabalataa telegiraamii irraa ilaalaa.
6 927
External Vacancy Announcement
Awash Bank invites competent and qualified candidates for the following positions.
1. Position: Principal - Conventional Banking Product Development Officer
(Re-advertised) (V. No HO/01691/25)
2. Position: Senior - IFB Product Development Officer (V. No HO/01692/25 )
3. Position: Conventional Banking Products Development Officer (V. No HO/01693/25)
4. Position: IFB Product Development Officer (V. No HO/01694/25)
For more about qualification and experience, visit our Official LinkedIn page here below https://www.linkedin.com/company/awash-bank-s-c/
6 927
ክብርት ከንቲባ አዳነች አቤቤ ለ340 የፖሊስ እና ሌሎች የጸጥታ አካላት የመኖሪያ ቤት አስተላለፉ
***
የአዲስ አበባ ከተማ ክብርት ከንቲባ አዳነች አቤቤ ለ340 የፖሊስ እና ሌሎች የጸጥታ አካላት የመኖሪያ ቤት ማስተላለፋቸውን በማህበራዊ ትስስር ገፃቸው አስታውቀዋል፡፡
2ኛውን ዙር የኮሪደር ልማት ለመተግበር የፖሊሶችን ካምፕ ስንጎበኝ የሰራዊቱ አባላት ካምፕ ውስጥ ከቤተሰቦቻቸው እና ከልጆቻቸው ጋር እጅግ በማይመች ሁኔታ ውስጥ እየኖሩ መሆኑን በመረዳት ለነዋሪዎች እንዳደረግነዉ ሁሉ ለ340 ቤተሰብ ላላቸው የጸጥታ አካላት የመኖሪያ ቤቶችን አስተላልፈናልም ብለዋል ።
ፖሊስ ቅድሚያ ለህዝብ በማለት ለሀገር ደህንነት ዋጋ እየከፈለ የሚያገለግል እንደመሆኑ መጠን በቀጣይም ለሰራዊቱ ምቹ የኑሮ ሁኔታ እንዲኖረዉ ከተቋሞቻቸዉ እና ከባለድርሻ አካላት ጋር የምንሰራ ይሆናል ብለዋል ከንቲባዋ በመልእክታቸው::
አዲስ አበባን ውብ እና ጽዱ እንዲሁም ለኑሮ ምቹ ለማድረግ እየተሰራ ባለው ስራ ቅድሚያ የነዋሪውን ህይወት ለማሻሻል ትኩረት ተሰጥቶ መሠራቱን የተናገሩት ከንቲባ አዳነች በተለያዩ አካባቢዎች በሚገኙ ካምፖች ሲኖሩ የነበሩ የፌደራል እና የአዲስ አበባ ፖሊስ አባላት የተሻለ ኑሮ መኖር እንዲችሉ ቤቶች እንዲሰጣቸው መደረጉን ተናግረዋል።
የመኖሪያ ቤቶቹን ለጸጥታ አካላት ባስተላለፉበት ወቅት የኢትዮጵያ ፌደራል ፖሊስ የወንጀል መከላከል ጠቅላይ መምሪያ አዛዥ ም/ኮሚሽነር ጄነራል መላኩ ፋንታ፣ የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ሠላምና ጸጥታ ቢሮ ኃላፊ ወ/ሮ ሊዲያ ግርማ እንዲሁም የአዲስ አበባ ፖሊስ ጠቅላይ መምሪያ አዛዥ ኮሚሽነር ጌቱ አርጋው ተገኝተዋል።
ከርክክቡ በኋላም የአዲስ አበባ ፖሊስ ጠቅላይ መምሪያ አዛዥ ኮሚሽነር ጌቱ አርጋው ባደረጉት ንግግር የከተማ አስተዳደሩ በየጊዜው ለጸጥታ አካሉ እያደረገ የሚገኘው ድጋፍ ከፍተኛ መሆኑን አስታውቀው መሠል ድጋፎች በተለይም ለጸጥታ አካሉ የተልዕኮ ስኬት አጋዥ እንደሚሆን ጠቁመዋል።
አያይዘውም በዛሬው ዕለት የከተማ አስተዳደሩ ባደረገው ድጋፍ የተሠማቸውን ደስታ በመግለጽ ክብርት ከንቲባንና ካቢኔያቸውን በአዲስ አበባ ፖሊስ እና በራሳቸው ስም ምስጋና አቅርበዋል።
ምቹ ካልሆኑ ካምፖች እንዲነሱ የተደረጉት ከእነዚህ የፖሊስ አባላት ውስጥ ቤተሰብ የመሠረቱት ቅድሚያ ተሰጥቷቸው የቤት ተጠቃሚ መደረጋቸውም ተገልጿል።👉ሌሎች የስራ ማስታዎቂያዎችን ለማየት ከስር ያሉትን ሊንኮች በመጫን በየቀኑ የሚወጡ ስራዎችን በስልክዎ ወይም በኮምፒተርዎ ይከታተሉ👇👇👇
✅Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
Turkish scholarships
Are open
https://www.turkiyeburslari.gov.tr/
We have supported many students since 2023 through this scholarship, and we have successful candidates from both 2023 and 2024. I hope that all of you have the best, and if we are able to, we will also support you this year.
Share with your friends
Good luck
6 927
Online Jobs In Ethiopia How To Make A Lot Of Money
https://freehdsite.com/2025/01/10/online-jobs-in-ethiopia-how-to-make-a-lot-of-money/
6 927
Vacancy
====
Commercial Bank of Ethiopia would like to invite qualified and interested job seekers to apply for the position of
Senior Internal Control and Compliance Officer.
Interested and qualified job seekers should apply through CBE career website (https://vacancy.cbe.com.et) from January 13, 2025 – January 19, 2025.
For requirements and other detail information, please use the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/Djibouti_Subsidiary_Bank_Vacancy_9b62d5f1a7.pdf
6 927
+2
Haala nageenyaa to’achuuf dirooniiwwan akka bobbaafaman eerame
✅Finfinnee, Amajjii 2, 2017
👇 Humni Waloo Nageenyaa, haala nageenyaa Magaalaa Finfinnee fi Naannawaa ishee gamaaggamuun kallattii fuulduree kaa’uun ibsameera.
Waltajjicharratti Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabremikaa’eel, hojiileen ittisa yakkaa sadarkaa olaanaan hojjetamaa jiraachuu himan.
Yaa’iinsa tiraafikaa fi haala nageenya waliigalaa akkasumaas sagantaalee guguddaa to’achuuf dirooniiwwan kan bobbaafaman ta’uu dubbataniiru.
Nageenyaa fi tasgabbii Magaalaa Finfinnee waaraa taasisuuf humni waloo qindoominaan hojjechuun bu’aalee olaanoon galmaa’uu eeraniiru.
Yeroo ammaas magaalattiitti haalli nageenyaa mijataan kan mul’atu ta’uu kaasanii fuulduratti Ayyaana Cuuphaa fi Yaa’iin Dureewwan Gamtaa Afrikaa nagaan akka xumuramuuf qophiin barbaachisaan taasifamuu dubbataniiru.
#Oromia #Ethiopia
6 927
👇Buufanni Chaarjii konkolaattota elektirikii walirraa fageenya kiiloo meetira 50n akka hundaa’u murtaa’e
✅Finfinnee, Amajjii 2, 2017
Sadarkaa biyyaalessaatti Buufanni Chaarjii konkolaattota elektirikii garaagarummaa fageenya kiiloo meetira 50 fi 120 irratti akka hundaa’u murtaa’eera.
Hoji Raawwachiisaan Damee To’annoo Inarjii Abbaa Taayitaa Boba’aa fi Inarjii Baahiruu Oljirraa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif akka ibsanitti, qajeelfamni to’annoo sirna chaarjessa konkolaattota elektirikii tibbana Ministeera Haqaan ragga’eera.
Qajeelfamichi kenniinsa eeyyamaa, taarifa tajaajila chaarjii, sadarka dhiyeessii humnaa fi nageenyummaa kan hammate ta’uu ibsaniiru.
Yeroo ammaa bakkeewwan chaarjessaa akaakuu sadii akka jiran eeranii, kunneenis manatti chaarjessuu, dhaabbilee fi waajjiraaleetti ammoo daldalaaf kan hinoollee konkoalaattota chaarjessuuf kan oolu ta’uu kaasan.
Dabalataan ummataaf yookaan kaayyoo daldalaaf bu’uuraalee chaarjii ijaaruun kaffaltii tajaajilaa kan walitti qaban ta’uu dubbatan.
Kanneen kaayyoo daldalaaf hundeeffaman bakka chaarjessaa, dandiilee ariitii irratti garaagarummaa kiiloo meetiraa 50 irratti kallattii lameeniin(Bitaa fi Mirgaan) akka hundeeffaman himaniiru.
Gama biraatiin konkolaattota guguddaa fi Awutoobisootaaf dandiilee ijoo fi daandiilee ariitii irratti garaagarummaa kiiloo meetira 120 irraatti akka hundeeffaman murtaa’uu eeraniiru.
Hanga ammaatti buufataalee chaarjiif eeyyamni bakkaa kan hinkennamne ta’uu ibsanii, ta’us kanaan dura qaamoleen bakka chaarjii hundeessan guyyaa qajeelfamichi ragga’ee kaasee baatiiwwan ja’a keessatti eeyyama argachuu akka danda’an hubachiisaniiru.
👉ሌሎች የስራ ማስታዎቂያዎችን ለማየት ከስር ያሉትን ሊንኮች በመጫን በየቀኑ የሚወጡ ስራዎችን በስልክዎ ወይም በኮምፒተርዎ ይከታተሉ👇👇👇
✅Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
https://www.facebook.com/j
#Oromiyaa #Ethiopia
#follow
#share
#FacebookPage
Masaafinti iyyaayyuutu gabaase.
