en
Feedback
Personal Development

Personal Development

Open in Telegram

Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala

Show more
6 927
Subscribers
No data24 hours
-187 days
-8030 days
Posts Archive
#አስቸኳይ_ክፍት_የስራ_መደብ ማስታወቂያ 👇👇👇👇 የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ገቢዎች ቢሮ ©. የታክስ ውሳኔ ጥራት ማረጋገጫ ከፍተኛ ባለሙያ 3 ብዛት 25 ደሞዝ 21491፣ © የታክስ ውሳኔ
+2
#አስቸኳይ_ክፍት_የስራ_መደብ ማስታወቂያ 👇👇👇👇 የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ገቢዎች ቢሮ ©. የታክስ ውሳኔ ጥራት ማረጋገጫ ከፍተኛ ባለሙያ 3 ብዛት 25 ደሞዝ 21491፣ © የታክስ ውሳኔ ጥራት ማረጋገጫ ከፍተኛ ባለሙያ 2 ብዛት 25 ደሞዝ 19820፣ ©. የታክስ ውሳኔ ጥራት ማረጋገጫ ከፍተኛ ባለሙያ 1 ብዛት 14 ደሞዝ 17220 በድምሩ በ64 ክፍት የስራ መደቦች እንዲሁም © 1 የተሽከርካሪ ስምሪት ሰራተኛ ደሞዝ 7934 አመልካቾችን በክፍት የስራ መደቦቹ አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል። አመልካቾችን በክፍት የስራ መደቦቹ አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል። #ማሳሰቢያ !! #እነዚህ_ክፍት_የስራ_መደብ ላይ አመልካቾች ለመወዳደር በአካል ማመልከት የሚጀመረው ማስታወቂያው በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ከወጣ በኃላ ሲሆን ጋዜጣው በ4 ቀናት ውስጥ ይወጣል ተብሎ ይጠበቃል። #ልብ_ይበሉ፦ ማስታወቂያው በ ጋዜጣ ከመውጣቱ በፊት የአመልካቾች ምዝገባ አይካሄድም ፤ስለሆነም ጋዜጣው እስኪወጣ ድረስ ይጠብቁ።

Of eeggannoof ------ Appilikeeshiniin maqaansaa Pharma+/CBE Vacancy jedhamu bilbila android irratti hojjetu kan hannaaf oolu
Of eeggannoof ------ Appilikeeshiniin maqaansaa Pharma+/CBE Vacancy jedhamu bilbila android irratti hojjetu kan hannaaf oolu karaa telegram fi whatsappdhaan yoo isinitti ergame hin baninaa jechaa jira Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa. Appilikeeshinii sana yoo bilbila keessan irratti feetan ajaja keessan malee qarshii dabarsuu danda'a waan ta'eef of eeggannoo barbaachisu akka taasistan jedhee ergaa kana mul'isaa jira. Via darara

Addis Ababa Revenues Bureau/የአዲስ አበባ ገቢዎች ቢሮ #የሥራ_ቅጥር ብዛት: 298 ልምድ: 0 እና ከዚያ በላይ ለልምድ ያላቸው እጩዎች: ➡️ለወንዶች: 2.5 እና ከዚያ በላይ (GPA) ➡️ለሴቶች: 2.2 እና ከዚያ በላይ (GPA) #ለልምድ_የሌላቸው_አዲስ_ምርጫ ➡️ በ2015 እና 2016 (የኢትዮጵያ ዓ.ም) ተመራቂዎች ብቻ ➡️ለወንዶች: 3.2 እና ከዚያ በላይ (GPA) ➡️ለሴቶች: 3.0 እና ከዚያ በላይ (GPA) ➡️ከመንግስት ተቋማት የተመረቁ ተመራቂዎችን ይመስላል። ከግል ትምህርት ተቋማት ተመራቂ ከሆነ ኮሌጅ ወይም ዩኒቨርሲቲው በትምህርት ሚኒስቴር የተፈቀደ (Authenticated ) መሆን አለበት። ➡️ከግል ድርጅት የሥራ ልምድ የሚቀረብ ከሆነ በግብር ቅድሚያ እንደተከፈለ ማረጋገጫ መኖር አለበት። የምዝገባ ጊዜ: ከ16/05/2017 ጀምሮ ለ6 (ስድስት) የመንግስት ሥራ ቀናት #የመዝገብ_ሂደት_Online_ላይ_ነዉ https://aarevenuesbureau.gov.et/vacancy/ በዚህ መስመር ገብተው መመዝገብ ይችላሉ። #Biiroo_Galiiwwan_Bulchiinsa_Magaalaa_Finfinnee Baay'ina: 298 Muuxannoo: 0 fii isaa ol Gita Hojii Garaagaraa irratti Barbaada Muuxannoo qabaniif ➡️Dhiira 2.5 fii isaa ol ➡️Dhalaaf 2.2 fii isaa ol Muuxannoo Zeeroo: Eebbifamtoota Bara 2015 fii 2016 qofa ➡️Dhiira 3.2 fii isaa ol ➡️Dhalaaf 3.00 fii isaa ol ➡️Warreen Dhaabbilee Mootummaa irraa eebbifaman kan ilaallatu ta'ee yoo kan Dhaabbilee Barnoota Dhuunfaa ta'ee, Eenyama Ministeera Barnootaan Yuunivarsiitichi ykn kolleejjiichi ragaa kan qabu (Authenticated ) ta'uu qaba. ➡️Muuxannoo Hojii dhaabbata Dhuunfaan kan dhiyaatu yoo ta'e, Gibira kan kanfalame Tau qaba. Galmeen: guyyaa 16/05/2017 irraa eegalee Guyyoota hojii Mootummaa waliitti aanaan ja'a(6) #Haalli_Galmeen_Online:- https://aarevenuesbureau.gov.et/vacancy/ 👆 keessa seenuun Galmaa'uu dandeessu.

* boohuu * gurra isaanii qaqqabuu fi harkisuu * hoo'i qaamaa dabaluu * Tasgabbii dhabuu ( irritability) * Malaan ykn dhiigni gurraan bahuu . Daa'imman yeroo kana osoo irra hin turin mana yaalaa geessun,qoricha ogeessi fayyaa ajaje seeraan yoo fudhatan akka salphaan nfayyaa. Yoo irra ture,garuu Xaxxawwan garagarattif waan isaan saaxiluuf tursisuu hin qabdan. 🩺YOOM MANA YAALAA DEEMNEE OGEESSAA FAYYAA DUBBISUU QABNA? *Dhukkubbii gurraa hamaa *Malaan ykn dhiigni gurra keessaa yoo bahee *Dhukkubbii gurra hamaa fi mirri gaarin guutu qaamatti kan isinitti hin dhagahamne fi hoo'i qaamaa yoo dabale *Dhukkubbii gurra sababa rukuttaa mataa ykn rukuttaa mormaan waliin qabatu *Dandeettiin dhagahuu yoo hir'ate ykn dhagahuun kan isin rakkisu yoo ta'e. *Wantoonni alaa gara gurra keenyaa yoo gale ykn yoo akkas shakkina ta'e. Yoo mallattoo miidhamuu gurra keenyaa kanneen ofirratti argine yeroon mana yaalaa deemun yaalamuu qabna. Dhibee gurraa kan akka kulkuluu keessoo gurraa (otitis media) yeroon yaalamuun xaxaawwan kanaan dhufu danda'an hambisuun ni danda'ama.

GURRAA FI DHUKKUBA GURRAA Dr.Girma Hora Gurri keenya dhagahuuf qofa osoo hin taane, madaala qaama keenyaa eeguun rakkoo tokko malee akka deemnu kan nu gargaarudha. Gurri caasaalee akka dibbee gurraa akka salphaatti miidhamuu danda'an fa'a qaba. Kanaaf fayyummaa gurra keenyaa sirriitti eeggachuu qabna. Miidhaan gurra keenya irra gahu dhagahuu dadhabuu qofa osoo hin taane, jireenya keenya kan biroo irrattis dhiibbaa guddaa qabaata. KUTAALEE GURRAA Gurri kutaalee gurguddoo sadi qaba. Isaanis:- 1,Kutaa gurraa gara alaa (External Ear) 2,Kutaa gurraa gidduu (Middle Ear) 3, Kutaa gurraa keessoo ( Inner Ear) Kutaaleen gurraa kunneen sadeen caasaalee garagaraa fi dalagaa garagaraa kan qabanii fi dhagahuu fi madaala qaama keenyaa eeguuf kan gargaaraniidha. Gurri keenya dalagaa isaa sirnaan dalaguuf kutaa alaa kaasee hanga keessoo isaatti fayyaa ta'uu qaba. Guuriin gurraa(earwax) faayidaa guddaa qaba; innis wantoonni akka dhukkee, ilbiisaa fi kan biroos akka gara gurraa keenyaa hin seenne taasisa. Kanaf guurii gurraa balleessuf yaalun hin barbaachisu. Yoo guurin gurraa kan guddatu/baay'atu ta'e fi dandeettii dhageettii keenyaa kan hir'ise ta'e ogeessa fayyaa bira deemuu qabna. MAALTU GURRA KEENYA MIIDHUU DANDA'A? 1,Sagalee baayyee guddaa ta'e, kunis akka tasaa yoo ta'e fknf dhukaasa qawwee, Sagalee xurumbaa, konkolaataa fi kkf, akkasumas Iddoo sagalee guddaan jiru yeroo dheeraaf turuu; fknf konsartii ykn mana ragadaa, warshaa garagaraa keessa, ykn 'earphone' sagalee olkaasanii dhaggeeffachuu ykn boqonnaa malee walitti fufiinsan yeroo dheeraaf dhaggeeffachuu. 2,Infekshiinii kutaalee gurraa; keessattuu infekshiinii keessoo gurraa (otitis media) beekamaa fi yeroo dheeraaf yoo kan turu ta'e miidhaaf nu saxiluu danda'a. 3,Miidhaa gurraa yeroo balaa tasaa ykn rukkuttaa mataa ykn morma irra gahuun ,yeroo ispoortii, ykn Kufaan 4,Bishaan ykn dhangala'aa garagaraa gara ala gurraa seenun infeekshiinii gurraaf saxila. 5,Wantoota garagaraan keessattuu kan qara qabaniin gurra keessaa guurii baasuf yaalu ykn yeroo gurri nu hooksisu ittin hooqu. 6,Ilbisoonni ykn firii midhaanii garagaraa ykn wanti biroo yoo gurra keenya seenan ofiif baasuf yaalu . MALLATTOOLEE Mallattooleen miidhamuu gurra keenyaa agarsiisan; *Sagalee guddaan xiqqaatee nutti dhagahamuu * Sagalee adda baafachuu dadhabuu *Sagalee sirrii osoo hin taane sagalee waca makate nutti dhagahamuu * Sagalee tokkoyyuu dhagahuu dadhabuu *Madaala keenyaa eeggachuu dadhabuu *Lafti namaan maruu *Dhukkubbii gurraa *Hoo'i qaamaa dabaluu *Dhangala'aa (malaan) ykn dhiigni gurra keessan gadi bahuu *Dhukkubbii mataa AKKAMITTI FAYYUMMA GURRA KEENYAA EEGGANNA? 1,Namoonni hojiif yookin sababa biroof iddoo sagalee guddaan itti baay'atu fknf warshaa garagaraa, iddoo konsertiin muusiqaa fi kkf jiran; yeroo kana wantoota sagalee guddaa xiqqeessuu danda'an (earplug) fayyadamuu qabu. 2,Yommuu muuziqaa dhaggeeffannu; dhageesiftuu gurraa (earphone) ykn akkanumaatti yoo dhaggeeffannu sagalee olkaasnee ta'uu hin qabu. Akkasumas,yeroo dheeraaf fayyadamuu hin qabnu. 3,Yeroo bishaan daaknu fi qaama dhiqannu akka bishaan gurra keenya hin seenne, wanta bishaan akka gurra nu hin seenne godhan, kan 'ear band' jedhamu fayyadamuu 4,Guurii gurraa balleessuf yaaluu dhiisuu fi bishaanin qulqulleessuf yaaluu dhiisuu,Kutaa gurra gara alaa jiru uffata qulqulluun yoo bishaan qabaate gogsuu fi qulqulleessuu fi yoo guurin garmalee baayyata ta'e ogeessa fayyaa bira deemuu. 5,Wantoota qara qabaniin gurra keenya xuxxuquu dhiisuu 6,Gurra keenya qofa osoo hin taane fayyaa keenya hundumaafuu; tamboo aarsuu dhiisuuu , sosochii qaamaa gochuu fi kkf. 👀Kulkuluu keessoo gurraa (otitis media). Daa'imman hanga waggaa 7 gahanitti deddeebi'ee isaan muudachuu danda'a. Yeroo kana mallattoon agarsiisan

photo content

External Vacancy Announcement The Cooperative Bank of Oromia (Coopbank) is a prominent financial institution in Ethiopia, established to provide banking services that cater specifically to the needs of its members and the broader community. Founded in 2004, Coopbank operates under the principles of cooperative banking, which emphasizes mutual assistance and community development. The bank has positioned itself as a key player in promoting economic growth and social welfare across the country. Coopbank’s mission is to empower communities through financial inclusion, sustainable development, and innovative banking solutions. The bank envisions a future where all members of society have access to financial resources that enable them to improve their livelihoods and contribute positively to their communities. This aligns with its purpose: “Empowering Community Transforming Lives!” To strengthen its work units, the bank is seeking qualified, motivated, and skilled applicants who fulfill the following requirements to fill its vacant positions. Use the below links to apply the vacancies. 1. Job title: Retail Customer Relationship Management-IFB     Job Location: Head Office      Registration link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3681&company=cooperat05 Interested applicants should submit their education credential and relevant work experience through the above link. The document should be PDF format and each file size shall not exceed 1MB. 2.  Job title: Driver I 2.1.  Job Location: Western Finfinnee District Office 2.2.  Qualification Requirements and Required Competencies •  3rd-level (Public 1) driving license. •  Grade 10 completion certificate •  A minimum of 3(Three) years of driving experience from well recognized organization.  2.3.  Place of Registration •  Western Finfinne District Office (Lideta, Alsam Real Estate,1st Floor.) 2.4.  Term of employment •  On a definite term contract basis Interested applicants should submit their 8th-grade certificate, Education credentials, work experience (Recent 6-month Experience is Mandatory), and driving License at specified locations. •  Remuneration: As per the bank’s salary and benefits structure. •  Applicants must attach work experience gained within the past six months •  Closing date: 5 working days from the date of the announcement. •  Female candidates are strongly encouraged to apply. •  Only shortlisted applicants will be contacted. •  Application deadline: January 30, 2025.

photo content

Beeksisa qacarrii haaraa baankii hojii gamtaa Oromiyaa irraa. Gita hojii: Retail Customer Relationship Management-IFB Bakka h
+1
Beeksisa qacarrii haaraa baankii hojii gamtaa Oromiyaa irraa. Gita hojii: Retail Customer Relationship Management-IFB Bakka hojii: Waajjira olaanaa (Head Office) 2ffaa:Konkolaachisaa (Driver I) Bakka hojii: West Finfinnee District Office Odeeffannoo dabalataaf👇

photo content

የስራ ማስታወቂያ ===== የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ገቢዎች ቢሮ ከዚህ በታች በተዘረዘሩ የስራ ዘርፎች አመልካቾችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል። ስለሆነም በስራ መደቦቹ ለመወዳደር ለምትፈልጉ ከ
+9
የስራ ማስታወቂያ ===== የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ገቢዎች ቢሮ ከዚህ በታች በተዘረዘሩ የስራ ዘርፎች አመልካቾችን አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል። ስለሆነም በስራ መደቦቹ ለመወዳደር ለምትፈልጉ ከዚህ በታች በተገለፀው ፔጅ ኦንላይን ማመልከት የምትችሉ መሆኑን ንገልፃለን። ማሳሰቢያ ፦ ምዝገባው ኦንላይን ነው። የሚቆየውም እስከፊታችን አርብ 23/5/2017ዓም ብቻ ነው። ለመለጠ መረጃ

#Wagguma Waggaan Jiraattotaaf jedhu #Maalkun Aadde Adaanech ijaarsa Manneen jireenyaa Ayaat Kaasaanchiis eegalchiisan Finfinn
+3
#Wagguma Waggaan Jiraattotaaf jedhu #Maalkun Aadde Adaanech ijaarsa Manneen jireenyaa Ayaat Kaasaanchiis eegalchiisan Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa Manneen jireenyaa Ayaat Kaasaanchiis eegalchiisaniiru. Sagantaa kanaan Manneen jireenyaa kumni 13 fi 752 bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi tumsa Ayaat Riil Isteetiin ni ijaaramu jedhame. Manneen jireenyaa kunneen bakka jireenyaaf mijatoo fi bu’uuraalee misoomaa hunda kan guuttatan ta'uu ibsameera. Bulchiinsi magaalaa Finfinnee fedhii mana jireenyaa jiraattoota magaalichaa guutuuf hojjechaa jiraachuu Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen saganticharratti ibsaniiru.

Odeeffannoo dabalataaf 👇👇https://t.me/adeemsacima https://t.me/adeemsacima 👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa 👇👇 https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa

Puutin Waraana Yuukreen hin dhaabu taanaan qoqqoobbii cimaatu eeggata - Doonaald Tiraamp Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) -
Puutin Waraana Yuukreen hin dhaabu taanaan qoqqoobbii cimaatu eeggata - Doonaald Tiraamp Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmir Puutin waraana Yuukreen hin dhaabu taanaan qoqqoobbii cimaan akka isa eeggatu Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp akeekkachiisan. Taarifa guddaa, qoqqobbiifi gibira olaanatu eeggata jechuun akeekkachiisaniiru. Tiraamp uummata Raashiyaaf jaalala akka qabuufi Puutin waliin walitti dhufeenya gaarii qabaachuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru. Waraana gatii hin qabne kana dhaabi jedhan Pireezidaanti Puutiniin. Wanta Raashiyaan, Ameerikaa fi biyyoota biraatti gurgurtu hundarra qaraxa, taarifafi qoqqobbii olaanaa ta'e kaa'uu malee filannoo biraa hin qabnu jedhan. Lubbuun namaa kana caala baduu hin qabdu jechuun Raashiyaa akeekkachiisuu BBCn gabaaseera.

AMALA DUBARTOOTAA ★★★★★★★★ ➲ Dubartiin jiddu galeessan si'a sadi yoo sobdu dhiirti si'a ja'aa ol sobuu danda'a. Dhiirri kana fayyadamuun salphumatti kan dubartii gowwomsuu danda'uuf.

AMALA DUBARTOOTAA ★★★★★★★★ ➲ Dubartiin jiddu galeessan si'a sadi yoo sobdu dhiirti si'a ja'aa ol sobuu danda'a. Dhiirri kana fayyadamuun salphumatti kan dubartii gowwomsuu danda'uuf. . ➲ Dubartiin guyyaatti jechoota dhiirri fayyadamu,dachaa dhiirri fayyadamuu ol fayyadamti;Kanaaf gocharra oduu jaallatti. . ➲ Dubartiin dhiira jaalattu tokko osoo hin ciisin dura waa'ee isa ni yaaddi,Guyyaa dhiira baay'ee waliin ooltus isa osoo hin yaanne hin raftuu. . ➲ Jiddu galeessan dubartiin bara jireenya ishii keessatti lipiistikii kiiloo lamaa hanga sadi ta'u gara qaama ishii keessatti nyaata waliin ni sooratti.Hidhii ishiirraa jechuudha.Kuni jidduu galeessani malee tokko tokkotti kiilon lama xiqqoodha. . ➲ Dubartiin dhiira caala umuriidhan turti. Sababiin isaas sirni imuniitii (immunity system)dubartootaa suuta tirachuu isaati. Naannoo hanga waggaa kudhanii caaluu dandeessi. . ➲ Dubartoonni yeroo abjootan,dhiira caala sirritti miira keessa seenanii abjootu. Akkasumas dubartiin dhiira caalatti haalluu garaa garaa gargar baaftee arguu dandeessi. . ➲ Qaamni dubaraa amma qaama dhiiraa alkoolii hin dandamatu. Kanaaf dafanii machaa'u.Kunis wal caalmaa hormoniirraa dhufe.Kanaaf dhiira caala dhukkuba tiruutif ni saaxilamti. ' Darbee darbee dubartoonni Parsantii lama (2%) gadi ta'an harma sadi qaban ni uumamu. . ➲ Ammuma guddachaa deemtu hawwatamummaan dubaraa dabalaa deema. Dubartiin gaafa dhalte yookin qoricha da'umsa ittisu hin fudhanne dhiira ni hawwatu. . ➲ Dubartiin ijoollee baay'ee dhalte warra xiqquma da'an caala umuriin turuu danda'u; Kana malees carraan isaan jireenya isaanii keessatti dhukkubaaf saaxilamuu gadi aanadha. . ➲ Dubartiin baay'een balaa dhufuuf itti gafatamummaa hin fudhatan.Sababiin isaas sammuun dubartii carraan murtii murteessuu cimaa waan ta'ee fi dubartiin waan hunda qusannaa fi of eeggannoon waan raawwataniifi. ➲ Waan dubartoonni dhiira caala dafqan fakkaachuu danda'a; Dhugaa jiru garuu dhiironni dubartoota caala dachaa lamaa oliin akka dafqaniidha.

photo content

Ameerikaan baqattoonni kamuu gara biyya ishee akka hin seenne yeroof dhorkite Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Baqattoonni
Ameerikaan baqattoonni kamuu gara biyya ishee akka hin seenne yeroof dhorkite Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Baqattoonni kamuu gara Ameerikaa akka hin imalle Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii yeroof dhorkuu beeksise. Adeemsi dhimma baqattootaa ilaaluu hundi akka dhaabbatu ajajni darbuu BBCn CBS wabeeffachuun gabaaseera. Tarkaanfin bulchiinsi Tiraamp fudhate kun kanneen Viizaa Immigireeshinii Addaa qabaniifi humnoota waraanaa Ameerikaa gargaaraan hin ilaallatu jedhame. Doonald Tiraamp Wiixata darbe akkuma sirna kakuu raawwataniin ajaja Pireezidantummaa dabarsan keessaa tokko dhimma baqattoota seeran alaa biyyaa baasuu ture. Kanumarraa ka'uun baqattoonni gara US akka seenne dhorkaan kaa'ameera. Tiraamp godaantonni seeran ala Ameerikaa seenuun nageenya biyyattii yaaddeessaa akka jiruufi baqattoonni karaa seera qabeessa ta'e qofaan akka biyyattii seenan irra deddeebin qeeqaa turan.

photo content

Oromiyaa keessatti lola gaggeeffamaa jiruun WBO'n loltoota hedduu booji'uu himus mootummaan deebii hin laanne. Wayiita waayee loltoota karaa nagaa galanii mootummaan xiyyeeffannaan baatii tokkoo oliif lallabaa jirutti WBO'n loltuu mootummaa hedduu booji'uu hime. Lola amma gaggeeffamaa jiru naannaawaa magaalaa Finfinneetti ta'uun isaammoo WBO'f xiyyeeffannaa addunyaa akka argatuuf ulaa saaqaa jira Lola waggaa 6 ol Oromiyaa keessatti adeemsifamaa jiruun miseensonni waraana mootummaa Itoophiyaa kumootaan lakka'aman ajjeefamuu WBO'n gama miidiyaa hawwaasaa Tiwitera isaa ibsaa ture. Lola WBO fi Loltoota mootummaa Itoophiyaa PP gidduutti adeemu kun ammallee itti fufee jiraachuu isaa kaleessa Tiwitera gubbaa maxxansa katabeen ABO-WBO'n hubachiiseera. Lola adeemaa jiru kanaanis injifannoo argataa jiraachuu eere. Waraanni mootummaa hedduun harka kennataa jirus jedhee jira. Loltootni harka kennataa jiran kunneen loltoota Raayyaa Ittisa Biyyaa, Foolisii Oromiyaa fi Milishaa ta'uus caqase. Haalli kun Oromiyaa kutaalee hedduu keessaa adeemaa akka jirus ABO-WBO'n himeera. Bakkeewwan waraanni mootummaa harka WBO tti kennataa jiraachuun eerame keessaa Gujii, Shewa Kaabaa, Wollegaa Bahaa, fi Shewa Lixaa maqaa eeramaniiru. Lola WBO'n adeemsisaa jiru of irraa qolachuun itti ulfaachuun, dhibbaan Waraana Bilisummaa Oromoo n adeemsifamaa jiru cimaa ta'uurraan harka kennachuuf akka dirqamanis maxxansa kanaan himameera Gama biraatiin Ajajni WBO Giddugaleessaa dheengadda Sululta Bachoo Habilaa keessatti duula waraanaa gaggeessee jira jechuunis maxxamsa kanaan ABO-WBO'n eereera. Magaalaa guddoo biyyattii cinatti tarkaanfiin WBO'n fudhate kun sirnicha naasisuus hime. Haleellaa jedhame kana ilaalchisee gama mootummaa Itoophiyaa yaadni laatame hin jiru. Mootummaa dhimma waa'ee loltoota karaa nagaa galan jedhuu irra deddeebiin miidiyaa qabuun cinaacha gaggalagalchee gabaasa. Waayee haleellaa naannaa magaalaa Finfinnee Sulultaatti irra deddeebiin WBO'n raawwatamaa jiruu irrattis yaada kennuurraa of qoqqobeera.