Personal Development
Open in Telegram
Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala
Show more6 927
Subscribers
No data24 hours
-187 days
-8030 days
Posts Archive
6 927
dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
#BREAKING: Dubbiin Pirezidaantiin Ameerikaa Donald J. Trump “Gaazaa ni fudhanna" fi Falasxiinota achii buqqisnee bakka dhibii qubsiisnya jedhe mormii cimaa guutuu addunyaarraa itti kaaseera. 🇪🇺 Gamtaan Awurooppaa yaada kana kuffiseera. Miseensonni Kongiressi Ameerikaan Trump ‘impeach gochuu/ baallii irraa fuudhuu ykn kallacha irraa buqqisuuf proposal galchanii jiru.dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
+2
Daandiin Lafa Jalaa Eebbifame!
= = = = = = = = =
Finfinnee Miidhagduu, qulqulluu, hawwattuufi jiraattootaaf mijattuu taate taasisuuf misooma Koriidarii dabalatee hojiilee hedduun hojjetamaa jira.
Magaalaa Finfinneetti Daandiin lafa jalaafi bakki bashannanaa Pilaazaa Kiiloo 4 eebbifamuun tajaajilaa kennuu eegaleera.dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
baruu fi baasuun sirra eegama..
Iskoot Adaam
Take the risk or loss the chance.
Biyya lafaa irra waanti risk hin qabne harka maratanii taa’uu qofa,jijjiramuuf risk taker ta’uu feesisa Namoonni baay’een jijjiramuu ni barabaadu garuu jijjiramaaf aarsaa kanafalu hin barbaadanii
Namoonni baay’een Galii/Qarshii argachuu barabaadu garuu hojii/biizinaasii galii isiin argiisisuu hin hojjatan
Jireenyi filannoo lama siif laatti:
Jiraachuu yookaan jooruu! Filaadhu 🔗dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
ክፍት የሥራ መደብ ማስታወቂያ
ቁጥ፣002/25
አዋሽ ባንክ ከዚህ በታች በተገለፀው ክፍት የሥራ መደብ ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ ለመቅጠር ይፈልጋል፡፡
የሥራ መደብ :ሾፌር
የትምህርት ደረጃ 10ኛ ክፍል ያጠናቀቀ ሆኖ በቅርብ የታደሰ 3ኛ ደረጃ የመንጃ ፈቃድ ወይም ሕዝብ 1 ያለው, በአውቶመካኒክ ስልጠና የወሰደ ይመረጣል፡፡
የሥራ ልምድ :3 ዓመት አግባብነት ያለው የሥራ ልምድ
የሥራ ቦታ:አዲስ አበባ
ደመወዝ :በባንኩ እስኬል መሠረት
ማሳሰቢያ፣አመልካቾች በእጅ የተፃፈ ማመልከቻችሁን እና ከላይ ከተገለፁት ማስረጃዎች በተጨማሪ ስርዝ ድልዝ የሌለበት የ8ኛ ክፍል የሚኒስትሪ ሠርትፍኬት ኮፒ ማቅረብ ይኖርባቸዋል፡፡
በዚሁ መሠረት ከላይ የተገለፀውን መስፈርት የምታሟሉ አመልካቾች ይህ ማስታወቂያ ከወጣበት ቀን ጀምሮ ለሰባት ተከታታይ ቀናት የማስረጃችሁን የማይመለስ ፎቶ ኮፒ በሚከተለው አድራሻ በመላክ መወዳደር የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡
አዋሽ ባንክ
ቺፍ - ሂውማን ካፒታል ማኔጅመንት ኦፊሰር ኦፊስ
የፖ.ሳ.ቁ 12638
አዲስ አበባ
ማስታወቂያ የወጣበት ቀን:- ጥር 25 ቀን 2017 ዓ.ምdabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
Wantoota Gaa'elaa Miidhan keessa isaanii muraasa!.
#The Killer of mirage
dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
Bilisummaa Dhugaasaatiin
=========================
1. Miirri wal hin madaalle gaayila ajjeesa
2. Walshakkuun Gaayila ajjeesa.
3.Itti gaafatamummaa gaa'elaa ofii bahachuu dadhabuun mana irrattis Walamanuu dhabuun Gaayila ajjeesa.
4. Walkabajuu dhabuun Gaayila ajjeesa.
5. Dhiifama gochuu dhabuun, wal hammeessuun, Jibbuun, Hammeenyi, fi Aariin Gaayila ajjeesa.
6. Falmiin hin barbaachifne gaa'ela ajjeesa.
7. Iccitii Eeguu dhabuun gaa'ela ajjeesa.
8. Amanamummaa dhabuun (maallaqa, miiraa, xiinsammuu, meeshaa fi kkf) gaa’ela ajjeesa.
9. Walqunnamtiin/Hariiroo gaarii hin taane gaa'ela ajjeesa.
10. Sobni salphaatti gaa’ela ajjeesa; gama hundaan hiriyaa gaaʼelaa kee wajjin garaa qulqulluu taʼi.
11. Warra/Maatii Hiriyaa Gaa’elaa Keessan Irra Dursa Kennuun Gaa’ela Ni ajjeesa.
12. Walitti dhiyeenya dhabuun ykn hin gammachiifne gaa’ela ajjeesa.
13. Inaaffaan gaa'ela ajjeesa.
14. Dubbiin Garmalee Dubbachuu fi Dubbiin Of Eeggannoo Dhabuun gaa'ela ajjeesa.
15. Hiriyaa Gaa'elaa Kee Waliin Yeroo Xiqqoo Dabarsuun gaa'ela ajjeesa.
16. Ofitti qofa amanuun gaa'ela ajjeesa.
17. Jaalalli Paartii, Maallaqa, dhuunfatti waa bituu, fi Naamusa Maallaqaa dhabuun gaa'ela ajjeesa.
18. Ga’umsa/Hir'ina Hiriyaa Gaa’elaa Kee Warra ykn Obbolaa Keetiif Saaxiluun gaa'ela ajjeesa.
19. Shaakala Hafuuraa Tuffachuu fi Waliin Kadhachuu dhiisuun gaa’ela qofa osoo hin taane jireenya kee ajjeesa.
20. Sirreeffama fi Ceephoo kuffisuun gaa'ela ajjeesa.
21. Yeroo Hunda Fuula Gaddaa Uffachuun/fuula guuruun Ta'uun gaa'ela ajjeesa.
22. Dubartummaa jibbuun gaa'ela ajjeesa.
23. Olaantummaan dhiiraa qofti gaa'ela ajjeesa.
24. Aarii fi ofto'achuu dhabuun to'annaa ala ta'e gaa'ela ajjeesa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Yoo sinitti tole waliif qoodaa #Share isa jedhan sani
6 927
NAMA HIN HAMATIN!
“Dubbiin nama nama hamatuu akka buddeena miyaa’aa ti,innis gara mar’ummaaniitti gad in bu’a( Fak.18:8)”
Hamiin wantoota diigamuuf gargar ba’iinsa fidan keessaa isa hangafaa ti.Namni nama hamatu garaagarummaa babal’isa.Yeroo baay’ee namootni nama biraa nutti hamatan nuunis deemanii nama biraatti nu hamatu.
Abboommiin jireenyaa kan‘hin hamatin!’ jedhu kun arraba keenya eeggachuu nu barsiisa.Wanti arrabni keenya dubbatu godaannisa hin dagatamne jireenya nama biroorratti fiduu waan danda’uuf of eeggannaa guddaa gochuutu nurraa eegama.
Nama hamachuun ilaalcha namootni biroon nama sanarratti qaban hammeessuu fida.Hammina namaa odeessuu caalaa wanti jireenya namaa miidhu hin jiru.Akkuma kutaa oliitti kaafne,namni namoota biroorraa ilaalcha gaariif jaalalaaf hawwatamummaa hin qabne jireenya hawaasummaa keessatti baay’ee miidhamaa dha.
“hamiin gamoo jaalalaa kuffisa’’
Egaa nus yeroo nama hamannu nama sana arrabaan ajjeesaa akka jirru hubachuutu nurraa eegama.Namni nama ajjeesu immoo gatiisaa utuu hin argatin hin hafu.
Hamiin balleessuuf yoo ta’e malee waan tolchu hoomaa hin qabu.Nama amala gadhee/fokkisaa irratti argite tokko gorsii sirreessi malee dabartee gadhummaasaa nama birootti hin odeessin.Hamachuudhaan nama kamiyyuu sirreessuu hin dandeessu.Ati immoo nama miidhuuf miti kan uumamte;Nama gorsitee gara jireenya fooyya’aatti ceesisuu danda’uun sirraa barbaadama.
“…Qoraan hin jiru yoo ta’e abiddi in dhaama, hameen hin jiru yoo ta’e qoccolloon in hafa”(Fak.26:20)
Ati dubbii arraba keetii eeggachuu danda’uutu sirraa eegama.Ilkeen arrabaa utuu hin ciniinin madeessa.Namoonni rukuttaa ulee dandamachuu danda’u.Jechi ulfaataan ati namootaan jette garuu barootaaf turee isaan madeessuu danda’a.Yeroo tokko tokko jechootumti nuti gaarummaaf dubbannuyyuu kallattii biraan namoota biroo cinatti hiikamuu danda’u.
______
…jechoonni nuti dubbannu koola qabu;kanaafuu kallattii barbaadanitti bararu”-(Joorj Aliyuuz)Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
1. Job Title: Principal Online Banking Administrator
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3685&company=cooperat05
2. Job Title: Principal Backoffice Applications Administrator
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3701&company=cooperat05
3. Job Title: Principal Core Banking Applications Administrator
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3686&company=cooperat05
4. Job Title: Principal Software Development and Integration
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3687&company=cooperat05
5. Job Title: Principal Data Scientist
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3691&company=cooperat05
6. Job Title: Senior Data Analyst
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3690&company=cooperat05
7. Job Title: Senior Database Administrator
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3689&company=cooperat05
8. Job Title: Database Administrator
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3688&company=cooperat05
9. Job Title: Data Analyst
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3682&company=cooperat05
10. Job Title: Senior System Engineer
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3664&company=cooperat05
11. Job Title: Principal IS Governance Officer
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3692&company=cooperat05
12. Job Title: Senior IS Governance Officer
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3693&company=cooperat05
13. Job Title: Manager Operation Management II
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3593&company=cooperat05
14. Job title: Senior Manager Operations and Customer Experience Management
Reg. Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3255&company=cooperat05
https://t.me/adeemsacima
Interested applicants should submit their education credential and relevant work experience through the below link. The document should be PDF format and each file size shall not exceed 1MB.
• Remuneration: As per the bank’s salary and benefits structure.
• Female candidates are strongly encouraged to apply.
• Language proficiency: Proven proficiency in listening, speaking and writing command of Afaan Oromoo, Amharic, English languages.
• Only shortlisted applicants will be contacted.
• Application deadline: February 05, 2025.
Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
Dhiigni durbummaa kakuu gaa’elli ittiin dhaabatuuf dhangala’udha. Baay’een garuu jireenya ittiin gudunfachuun otuu isaaniif maluu dhiiga isaanii lafa hin beeknetti aarsaa kafalu. Warri salphina isaanii akka ulfinaatti lakkaa’atanii qaroomina jechuuf yaalanis ni jiru. Ani har’a isa kana irraa akka of baraartuuf sin jajjabeessa. Ulfinnikee harkakee jira!
Egaa obbolootako! Qajeelummaan keenya kudhaama keenya. Kan uumamneef waan gaarii hojjennee mootummaa Waaqayyootti galuufi. Dubbiin gaa’elaa garuu jireenya keenya keessatti taatee yeroo muraasaa ta’ee otuu jiruu jireenya keenya du’a boodaa irratti illee dhiibbaa uumuu wanta danda’udha. “Yoo karaa beekneef galma ni geenya” Kanaaf meeshaan nuyi ittiin gaaffii gaa’ela keenyaa deebisnee darbinu qajeelummaa ta’uu hubannee fuulduratti akka tarkaanfannu Gooftaan nu haa gargàaru
6 927
Durbummaa fi Gatii coba Dhiigaa Durbummaa Wareegamtoota Wange
“Dhiigni durbummaa…” Caaffata kana keessaa kan fudhatame.
Dhalachuun namaa callisee otuu hin taane biyya lafaa kana irratti sababa tokkoofi. Sababa uumameef adda baafatee, isaafis jiraatee kan darbu muraasa ta’us akeekni isaa garuu kaayyoo uumame sana raawwatee haa darbuufi.
Gaa’elli kaayyoo isa dhumaa miti; haa ta’u malee kaayyoo keenyaaf riqicha nu baatu ykn riqicha nu nyaachisudha. Riqicha kana irra ce’uun dura waa’ee riqicha kanaa beekuun ogummaadha. Kanaaf dargaggoonni keenya yaada isaanii miira qofa irra kaa’uun gaa’ela gaarii barbaaduu osoo hin taane; wanta gaarii hojjechuun gaa’elaaf barbaadamuu filachuu qabu.
“Ergasii Waaqayyo gooftaan, ‘Namichi kophaa ta’uun gaarii miti; kan akka isaatii kan isa gargaartu, ani isaaf nan tolcha’ jedhe.” Uma. 2:18
Gaa’elli dhaabbata Waaqayyo dhaabedha! Dhaabbatni tokko yoo milkaa’e biyyaafuu bu’aadha; yoo ijaarsa bade garuu ofiifuu ni kisaara. Dhaabbata kana hundeessuuf; dursa maaltu akka hojjetamu, qo’annoof qorannoo, baajata barbaachisu, galma isaa fi kkf dursinee qophessina. Gaa’ellis qophii fi haal-duree barbaachisan ni qaba. Turtiin nuti gaa’elaaf of qopheessinu kun garuu qormaata guddaadha. Haa ta’u malee nama qormaata keessa darbetu eebbifama! Barreeffamni kunis yeroo qormaataa kana irratti xiyyeeffata.
Bara keenya kana akki filannoo gaa’ela keenyaa xiqqoo waan dogoggore fakkaata; sababni isaa xiyyeeffannoon keenya isa bakkeetti mul’atu irratti waan fuulleffateefi. Inni bifa jedha, isheen qabeenya jetti,… gaa’elli dhugaan immoo jaalala irrattan hundaa’a jedha. Yoo argameef inni bakkeetti mul’atu hin barbaachisu jechuu miti, garuu ulaagaa ijoo yeroo ta’u gaafa inni ijoo jedhame sun darbu gaa’elichi rakkina keessa bu’a.
Wanti xiinxaluu qabnu “kamtu dursa, kamtus booda dhufuu danda’a?” isa jedhudha. Yoo jaalalli jiraate waliin hojjechuudhaan duuromuun ni danda’ama; jaalalli yoo dhibe garuu qabeenyi bu’uura godhachuun walitti dhufnu nu jalaa bittimmaa’uu danda’a. Yoo keessaaf amala ilaallee jaallanne,namni uumamaan tokko ta’uu isaan kan ka’e burqaa jaalala hundumaa argachuu dandeenya. Bifa qofa yoo ilaalle garuu, inni akka fixeensa ganamaati.
Gaa’ela wajjin ijaaruuf nama gaarii attamitti argachuu dandeenya?
Yeroo waa’ee gaa’elaa yaadnu keessi keenya:- ‘namni sun kana kana… guutuu qaba/qabdi’ jechuun waan hedduu tarreessina. Yaadni akkasii ofittummaa natti fakkaata. Nama yaada gaarii qabu feena yoo ta’e ofii keenyaa nama gaarii taanee argamuu qabna. Bor “Qulqullummaa kee eeggattee jirtaa?” jennee gaafachuuf, har’a ofii keenya qulqullummaa keenya eeggachuun barbaachisaadha. Waan nama sana irraa feenu hundumaa ofii keenyaaf taanee argamuu dandeenya yoo ta’eef dursa of ilaaluun gaarii ta’a.
Wanti fokkataan sammuu dargaggoo haqaaqe tokkos jira. Innis “Erga wal kaadhimannee, waliif amanamnaan miira keenya walitti dhibaafachuuf maaltu guyyaa fuudhaaf heerumaa nu eegsise?” isa jedhudha. Haxxummaan kun xiin-sammuu dargaggootaa miidhee, kaayyoo isaanii fashalsee, ofitti amanamummaa dhowwatee, jilba buusuu irra darbee gaa’elli maatii baay’ee wal amantee malee irra-keessa akka waliin jiraatan,diiggitiis fideera.
“Of qabuu hin daanda’an yoo ta’e garuu haa fuudhan, haa heerumanis; kajeellaa fooniitiin gubachuu irra fuudhuu, heerumuus in wayya.” 1Qor. 7:9. Hundeen gaa’elaa tokkicha, innis jaalala!
Obboleessako! Otuu gaa’ela hin dhaabin hamma dhaqxee orma waliin ejjitu, otuu waa hin qabaatin fuutee mana duwwaatti galfachuutu siif salphata. Kanas miira ofii to’achuu dadhabuun hammam akka ulfaatu akka tilmaamtuufan jedhe.
Obboleettiiko! Kan dhiiraallee Waaqayyumatu argee isa adaba; sababa adabameefis isuma qofatu hubata; of to’achuu dadhabuu keetiin jal’ina ati hojjettu garuu hundumatu argee muka kolfaa si godhata. Durbummaankee bara jireenya keetti kabajaaf ykn salphinaaf wanta si qopheessudha! ‘Warri dhiiraa nama gowwomsu’ jetta yoo ta’e kun mala ittiin cubbuu shaakaluuf sammuu amansiisanidha, Waaqayyo sammuu waan isaaf ta’u yaadee murteessuu danda’u namaaf kenne.
6 927
+1
Donald J. Trump dhiyeessii qoricha HIV/AIDS akka adda kutamu ajaja dabarsan. Akkasumas dhiyeessii qoricha buusaafi farra daa'immaaniis dhaabuuf murteessaniiru. Murtoon bulchiinsa Traamp dabarse kun, Itoophiyaa dabalatee biyyoota hedduu yaaddoo keessa buuseera.
6 927
Gara Jabeenya Hamtuu Seexanni Illee hin Beekne🥲🥲
#Simboon daa’ima waggaa 10 gudeedamuun aj*eechaan irratti raawwate kana cimsinee balaalefanna, qaamni dhimmi ilaallatu hunduu dhimma kana jala bu’ee warra yakka kana raawwate irratti itti gaafatamaa gochuu qabdu.
Waaqayyo maatii fi firoottan ishee haa jabeessu
Anaan kichuukoo
Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
Pireezidaantiin Donald J. Trump abbootii alangaa osoo inni aangootti hin deebi'iin yakkaan himatanii isa qorataa turan hojiirraa ari'e.
Durumaan yoon aangootti deebi'e ''sekendii lamattin hojiirraa si ari'a'' jedheenii ture.😄Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
Oduu Addaa!
= = = =
Ameerikaam baqattoota seeraan ala biyya ishee keessa jiraatan gara biyyaa isaanitti deebisuuf murteessite. Walii gala baqattoonni miil. 1.5 ol kan jiran yoo ta'u, kan Itoophiyaa 1,713 ta'uu ibsameera.
Biyya ormaa taa'anii biyya ofii diiguuf hojjechuufi dhama'uun bishaan dhugeera jechuudha. Nagaa galaa jenna!
6 927
+8
⚫ "1,713 ሰነድ አልባ ኢትዮጵያዊያንን ከሃገሬ አሜሪካ ላባርር ነው" - ፕሬዝዳንት ዶናልድ ትራምፕ
#Ethiopia | በዶናልድ ትራንፕ አስተዳደር ዉሳኔ ምክንያት ወደ ሀገራቸዉ ከሚመለሱ ሰነድ አልባ ዜጎች መካከል 1,713 ኢትዮጵያዊያን የተለዩ ሲሆን የአሜሪካ አስተዳደር በአሁኑ ዙር ለማባረር ካዘጋጃቸው 1.4 ሚሊዮን ዶክመንት የሌላቸው ስደተኞች ውስጥ 1,713 ኢትዮጵያውያን ይገኙበታል ተብሎአል።
እስካሁን ብዙ ሕገወጥ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው የላከው የአሜሪካ ፕሬዚዳንት ማን ነው?
ቢል ክሊንተን (1993-2001) በ8 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 870 ሺህ አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።
ጆርጅ ቡሽ (2001-2009) - በ8 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 2 ሚሊዮን አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።
ባራክ ኦባማ (2009-2017) - በ8 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 3.2 ሚሊዮን አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።ይህም "Deporter-in-chief" አሰኝቶታል።
ዶናልድ ትራንፕ (2017-2021) - በ4 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 1 ሚሊዮን አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።
ጆ ባይደን (2021-2024) - በ4 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 1.5 ሚሊዮን አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።
Odeeffannoo dabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
⚫ "1,713 ሰነድ አልባ ኢትዮጵያዊያንን ከሃገሬ አሜሪካ ላባርር ነው" - ፕሬዝዳንት ዶናልድ ትራምፕ
#Ethiopia | በዶናልድ ትራንፕ አስተዳደር ዉሳኔ ምክንያት ወደ ሀገራቸዉ ከሚመለሱ ሰነድ አልባ ዜጎች መካከል 1,713 ኢትዮጵያዊያን የተለዩ ሲሆን የአሜሪካ አስተዳደር በአሁኑ ዙር ለማባረር ካዘጋጃቸው 1.4 ሚሊዮን ዶክመንት የሌላቸው ስደተኞች ውስጥ 1,713 ኢትዮጵያውያን ይገኙበታል ተብሎአል።
እስካሁን ብዙ ሕገወጥ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው የላከው የአሜሪካ ፕሬዚዳንት ማን ነው?
ቢል ክሊንተን (1993-2001) በ8 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 870 ሺህ አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።
ጆርጅ ቡሽ (2001-2009) - በ8 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 2 ሚሊዮን አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።
ባራክ ኦባማ (2009-2017) - በ8 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 3.2 ሚሊዮን አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።ይህም "Deporter-in-chief" አሰኝቶታል።
ዶናልድ ትራንፕ (2017-2021) - በ4 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 1 ሚሊዮን አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።
ጆ ባይደን (2021-2024) - በ4 ዓመት ስልጣን ዘመኑ 1.5 ሚሊዮን አካባቢ ስደተኞችን ወደ ሃገራቸው ልኳል (ዲፖርት አድርጓል)።
