Personal Development
Open in Telegram
Wanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala
Show more6 927
Subscribers
No data24 hours
-187 days
-8030 days
Posts Archive
6 927
DV-2026
Dv Bara 2024 Boru ni ifooma!
Results for the 2026 DV Lottery will be available from May 3, 2025!
Carraan DV-2026 boru jechuun May 3, 2025 ilaalamuu ni jalqaba namootni akka isiniif ilaallu feetan Kan ittin guuttan Suura isaa bakka maqaaf Confirmation Number qofaa nuuf erguun notification immoo firii isaa Screenshot goone Ergaa baga Gammaddanis yo tahe Carraa Kessan isiniif ergina kaffalttiin isaa Qarshii 100 qofaadha liinkii kanaan nu quunnamaa
👇👇👇👇
@Ilmalixabiiftu
6 927
+1
Waan Isin gargaatus dubbisaa Dhukkuboota Walqunnamtii Saalaan Dadarbaan
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://bilile.com/dhukkuboota-walqunnamtii-saalaan-dadarbaan-std/
https://bilile.com/dhukkuboota-walqunnamtii-saalaan-dadarbaan-std/
6 927
Jechoota 'Mark Twain' Muraasa:
➊. Sammuu ofii qaroomsuun hammam baay’isnee waa’ee keenya akka yaadnuu fi dhimma nama biroo immoo baay’ee akka dhimma itti hin qabne mul’isuuni.
➋. Wantootni xixiqqoo hedduun kan isaan guddatan beeksisni sirriin hojjetamuufiniini.
➌. Addunyaa keenya irratti gootummaan cimina qaamaan baay’inaan jira. Gootummaan sammuu garuu yartuudha.
➍. Battalumaan gaaffii deebisi jedhanii yeroo ana gaafatan natti tola. Hin beeku waanan jedhuuf.
➎. Yeroo hundaa waan sirrii hojjedhu! Akkas gochuun kee namoota yartuu akka isaan si galatoomfatan gochuun warri hafan immoo akka isaan si dinqisiifatan godha.
➏. Iccitiin dura bu’aa ta’uu 'eegaluudha'.
➐. Kabaja qabaachuun sagalee duudaan dhaga'uu fi jaamaan arguu danda’uudha.
➑. Yeroo yaadni kee kan argamuun ol fagaatee deemuu ija kee amanuun ni ulfaata.
➒. Odeessitee waa'ee kee shakkii namoonni qaban dhabamsiisuu irra afaan kee cufachuun namoonni gowwaadha jechuun akka si yaadan gochuutu caala
6 927
Wanta yaadaa jirtu itti yaadi!
Akka nama Abdii qabuu ta'i!
BAKKA YAADDE NI GEESSA!
=========================
■ Eeyyen bakka yaadde sana ni geessa.
⁃ Gaarii yaadi!
⁃ Gaarii hojjedhu!
⁃ Hirriiba hin jaalatin! Eeyyee hojjedhuu milkaa'i! Baay'een namootaa wanta gaarii argachuu barbaada malee gatii baasuu baqata!
⁃ Barreessi!
⁃ Dubbisi!
⁃ Of qaroomsi!
⁃ Waanuma dandeessu godhi!
⁃ Waanuma gatii qabus hojjedhu!
⁃ Waanuma qajeelaa ta'e yaaduun milkaa'ina namaaf gumaacha.
⁃ Wanta faayida qabeessummaa isaa hin beekne duukaa hin luucca'in!
⁃ Isa gaarii jabeessii qabadhu! Yoos wanti gaariinis si barbaacha gara kee dhufa.
■ Yeroo baay'ee namoonni ofitti amanamummaa hin qabne "Milkaa'uu yoon baadhes nan yaala" jedhu. Yaadni akkasii shakkii waan of keessaa qabuuf kufaatii fida.
■ Ofitti amanamummaadhaan "Eeyyee nan danda'a" jedhanii yaaduun, humna guutuudhaan hojjetanii akka milkaa'an nama taasisa.
Egaa Ofitti Amanamummaan:
๛️ Tooftaa fi sagantaalee barbaachisoo ta'an baasudhaan fuulduratti tarkaanfachuudha.
๛️ Hanqina ofii ilaaluu dhiisanii cimina lakkaawwachuu dha.
๛ Yeroo hundumaa galma galma gahiinsaaf itti yaadu dha.
๛ Hawwii utuu hin taane, hojjetanii bu'aa isaa qabatamaan fiduu dha.
■ ️Waan tokko gochuuf gaafa itti amantu battala sanatti malli raawwii isaas siif dhufa.
hiriyyoota kee #add gochuu hin dagatin!
✅🌍Website Keenya Seenuun Wantota isin gargaarus baradhaa
👇👇
BILILE.COM
6 927
A𝙗𝙟𝙪𝙪 𝙠𝙚𝙚 G𝙖𝙩𝙖𝙘𝙝𝙞𝙞𝙨𝙩𝙪𝙪 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖 𝙚𝙚𝙜𝙜𝙖𝙙𝙝𝙪!
Ani abjuun qaba jettee yoo dammaqxee kaatu, namni hundi harka siif hin rukutu.
Diinni kee inni jalqabaa sammuu keeti. Sammuun kee akka hin dandeenye haalan sitti hima.
Sammuu kee injifattee yemmuu gadi baatu immoo, qaamonni hedduun ati hamileedhan na simatu jettee eegdu waraana sitti banu. Sanuu nama sitti dhiyaatu irraa mormii guddaan si mudachuu mala. Maatii,hiriyaa,fira ta'uu danda'a.
Yeroo kanatti haalota abjuu keessanitti summii darbatan irraa of eegaa,fagaadhaa. Faallaa isaatiin immoo namoota mul'ata keessan deeggaru waliin oolaa.
Abjuu kee namoota si gatachiisan irraa hin tiksitu taanan,cabdee karaatti hafta. Qaama duubatti si harkisu kamuu irraa citii deemi.
Hamma abjuu fi mul'ata kee galmaan geessutti kutannoo jabaadhan itti fufi. Yoo injifatte hunduu harka siif rukuta,suuraa si waliin ka'a.
https://bilile.com/about-us/
https://bilile.com/about-us/
🌍Website Keenya Seenuun Wantota isin gargaarus baradhaa
👇👇
BILILE.COM
6 927
"Saalli dubartii gogaadha. Garuu,dhiirri yommuu tuqu ni jiidha. Kana jechuun dhiirri jireenya dubartii haaromsa jechuudha. Ni jiisa; ni misoomsa jechuudha. Gama biraan ammoo, qaamni saalaa dhiiraa lallaafaadha. Garuu, dubartiin yeroo tuqxu ni jabaata. Kana jechuun dubartiin jireenya dhiira jabeessiti jechuudha" jedhee itti haasa'a. Isheenimmoo, "Oh hin beekun ture. Really amazing! ገርሞኛል" jettee dinqisiifatti. Anis keessa kootti "በእውነት እኔም ገርሞኛል" jedheen......
Telegram vs WhatsApp waan beekuu qaban hunda.!!!
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://bilile.com/telegram-vs-whatsapp-waan-beekuu-qabdan-hunda/
6 927
Repost from N/a
Karaalee Salphaa Ulfaatina Qaamaa Hir'isuu Dandeenyu 10
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
https://bilile.com/ulfaatina-qaamaa-hirisuuf-tarkaanfiiwwan-fudhatamuu-qaban-10n/
6 927
Repost from N/a
+2
Graphics Design Maali? Akkamitti maallaqa irra argachuu dandenyaa??
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
https://bilile.com/graphics-design-maali-akkamitti-mallaqa-irra-argachuu-dandenyaa/
6 927
Karaalee Salphaa 10 Bara 2025 Keessa Toora Interneetii Irratti Maallaqa Argachuu Dandeenyu
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://bilile.com/karaalee-salphaa-10-bara-2025-keessa-toora-interneetii-irratti-maallaqa-argachuu-dandeenyu/
6 927
Garuu yoo xalayaa fi meetichii onkololeesa 27/1840 Muskaa gahu, Bilillen ( Maahibuubaan) arguu hin dandeenye. Hirriba dhuma hin qabnetu moo’ate
😢😭😭😭😭😭😭😭😭😢
Bilillee (Mahbuba) (1820-1840) : Seenaa Intala Gaanfa Africa. Liinkii Seenuun dubbisaa
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
https://bilile.com/bilillee-mahbuba-1820-1840-seenaa-intala-gaanfa-africa/
https://bilile.com/bilillee-mahbuba-1820-1840-seenaa-intala-gaanfa-africa/
6 927
Gaa’elli Maali ?.Kutaa 1ffaa.
===========
Bilisummaa Dhugaasaatiin
1. Dhaabbata Waaqayyo Hundeessedha.
Dhaabbatni gaa’ela dura dhaabbate tokkollee hin jiru.
Uma. 2:18…Namichi kophaa isaa ta’uun gaarii miti kan akka isaatii kan isa gargaartu ani isaaf nan tolcha jedhe.
2. Dhiirri tokkoo fi dubarri tokko kakuun tokko ta’uudha.
Gaa’elli Waaqayyo dhaabe kan dhiira tokkoo fi dubara tokko gidduutti raawwatuudha.Gaa’ela saala wal fakkaataa gidduutti raaawatamu Waaqayyo ni ciigga’a.
Uma 1:27…Akka bifa waaqayyootti isa uume, dhiiraa fi dubartii isaan uume.
His. 16:8 kakuu waldaa kiristaanaa fi Kristoos gidduu jiru kan mulisuudha ykn dhirisaa misiroof misiriitti .
3. Hanga du’aatti kan waliin jiraataniidha.
Gaa’ela waaqayyo dhaabe du’a malee homtuu gargar hin baasu. Sababnisaas kan waaqayyo tokko godhe namni gargar hin baasiin
Guutummaa isaaf fb seenaa dubbisa
👇👇✅✅
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
External Vacancy Announcement
Awash Bank invites competent and qualified candidates for the following positions.
1. Position: Branch Manager - Class IV Branch
2. Position: Site Supervisor
3. Position: Administrative Assistant I
For more about qualification and experience,
visit our Official LinkedIn page here below https://www.linkedin.com/company/awash-bank-s-c/👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
Carraa Kana gargaaramaa Namootni hundumtuu Qooqa barbaaddaniin galma'uu dandeessu liinkii isaa Facebook keenya irraa argattu
Galmee hoji dhabdummaa galma’uuf👇🏾
https://fo.lmis.gov.et
6 927
+2
#Namtten Jaarssa wa gochuu barbbaddeti malee .... Xiqqoo itti yaada #Duur**yyen Magaalaa #Finffinnee akka harkkaa hin bunne nan shakkaf Artistichaa Gameessa kanaaf
በወርቅ ቀለበቶች የተጌጠ ከዘራ
#Ethiopia | ተወዳጁ ድምፃዊ ቴዲ አፍሮ ትናንት ምሽት በትዝታው ንጉሥ ማህሙድ አህመድ መኖሪያ ቤት ከባለቤቱና ከወዳጆቹ ጋር በመገኘት፣ በወርቅ የተጻፈ የማህሙድ የስሙ የመጀምሪያ ፌደል (M) ያለበትና መተጣጠፊያዎቹ ላይ በወርቅ ቀለበቶች የተጌጠ ከዘራ እንዳበረከተለት ምንጮች ገልጸዋል።
#zehabeshadabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
+1
#Dinqii Saaraa Itoophiyaa
Jiraattuu magaalaa Maqalee kan taate Aadde Madihin umrii isaanii waggaa 75ffaa isaaniitti ilmoo argatani.
Kana dura Lammii Hindii waggaa 73 ffaa isheetti ilmoo godhachuun rikardii qabamee ture cabsiteetti.
Hojiin Waaqayyo dinqiidha warra Abdii kutaniif Abdii ta'aa kan hin yaadamne jireenya namaatiif bara namaatiif hojjeta #share gochuun gurra nama hundaa biraan gahaadabalataaf
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
👇👇fb Keenya bakka #follow jedhu tuquun Odeeffannoo madda qabatamaa irraas hordofaa
👇👇
https://www.facebook.com/jechoota.beektotaa
6 927
Uummata Oromootiif dhimmi magaalaa Dirree Dhawaa akkuma magaalaa Finfinnee ijoodha.
Tibba kana magaalaa Dirree Dhawaa waliin walqabatee dubbiin miidiyaa hawaasaa irratti adeemaa jira.
Sagantaa galateefannaa sababa Heera aadaa saba Somaalee Issee jedhamu kan gosa Somaalee UNESCO irratti galmaa’uu magaalaa Dirree Dhawaatti qophaa'e irratti maanguddoonni Somaalee magaalaan Dirree Dhawaa magaalaa Somaalee gosaa Issee fi Gurguraati jechuun akka Somaalee jalatti deebituuf gaafatan.
Kana hordofuunis qeeqi guddaan ka’eera.dabalataaf liinkii banuun dubbisaa
👇👇https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
Waggoota hedduuf Oromoon ka qabsa’aa ture mirga abbaa biyyummaa isaa kabachiisuuf yommuu ta’u bara baraan sabooti biraan qubsuma Oromoo garaa garaatti quna qabaa jiru.
Dhimma kanaan walqabachuun namoota siyaasaa dabalatee qaamoleen hawaasaa garaagaraa qabiyyeen lafa Oromoo marti kabajamuu qaba jechuun, mootummaan gaaffii gama kanaan uummanni Oromoo barootaaf kaasaa ture hanga ammaa otoo hin deebisin turuu qeeqaniiru.
Dhuma jaarraa 19ffaa kan bu'uureeffamte Oromiyaa Bahaa Ona Afran Qaalloo keessatti kan argamtu Magaalaan Dirree Dhawaa Magaalaa guddoo Oromiyaa, Finfinnee irraa 515KM fagaattee argamti.
Akka seenaan ragaa bahutti magaalaan Dirree Dhawaa, maanguddoo maqaan isaanii Dhawaa Muudee Elemoo jedhamu kan Ilmaan Afran Qalloo ta'e irraa moggaafamte.
Maanguddoon kun bakka ammaa Magaalaan Dirre Dhawaa irratti hundeefamte kana qubachuun jiraachaa turuu seenaan eera
Dirreen lafa bal'aa fi diriiraa yoo taatu, Dhawaan ammoo maqaa maanguddoo dirree kana irra qubateeti.
As irraa ka'uun maqaan Dirre Dhawaa jedhamu akka moggaafame seenaan dubbata.
Dirree Dhawaan Magaalaa teessuma lafaa fi qubsuma ummataatiinis Oromiyaa taatedha.
Ummanni Oromoo qabsoo taasisu keessatti Finfinnee fi Dirree Dhawaan bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa jalatti deebi'uu qabu jechuun gaafata.
Qubsuma Afran Qalloo qe'ee Oromtichaa, lafa warraaqsa hawwisoo Oromoo kan taate Dirree Dhawaan bara 1991 booda gaafiin abbaa biyyummaa irratti ka'ee jira jechuun mootummaan ADWUI bulchiinsa federaalaa jala galchuun waggoota 30 darbaniif Dirree Dhawaan akkuma Finfinnee federaalaan bulaa turte.
Gaaffiin Dirree Dhawaas ammallee akkuma itti fufetti jira?
Waltajjii Dirree Dhawaatti Heerri Aadaa gosa Issee Hambaa aadaa, Saayinsii fi barnootaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNESCO) irratti akka galmaa'uuf qaamota shora taphatanif beekkamtii magaalaa Direee Dhawaatti taasifame, kan aanga’ooti mootummaa olaanoon kantiibaa magaalichaa dabalatuun irratti argaman irratti, maanguddoonni Somaalee haasaa taasisaniin magaalaan Dirree Dhawaa Magaalaa Somaalee tan gosa Gurguraa akka taate ibsuun bulchinsa mootummaa naannoo Somaalee jala akka galtu gaafatan.
Qe'ee Oromitichaa Afran Qalloo keessattis Heera Aadaa gosa Issee kanaaf beekkamtii kennuuf Dhagaan bu'uuraa kaa'ameera.
Ummannis kana sababeeffachuun miidiyaa hawaasaa gubbaatti qeeqa guddaa kaaseera.
Dirreen kan eenyuutiree? Gaaffii bara baraa! Eenyu haa deebisu?
“Shiranii Shiranii”
Hacaaluu Hundeessaa!
