cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Mattu University (MaU)

We are dedicated to serve the community! ♦️Website: https://meu.edu.et. ♦️FB: https://facebook.com/mattuniversity ♦️Youtube:https://www.youtube.com/channel/UCjDcyL1HV5A3VgkVdue0tpw?sub_confirmation=1

Show more
Ethiopia1 424The language is not specifiedEducation10 241
Advertising posts
15 927
Subscribers
+1324 hours
+2467 days
+42730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
UPCOMING ...... Only two days left! July 6/2024 Happy graduation to all graduating class of 2024!
Show all...
👍 25
Photo unavailableShow in Telegram
👍 17 8
👍 12 6
Naamuusni qormaataa dhimma murteessaa ta'uu, barataan kamuu ifaajii ofiitiin darbuu qaba malee qormaata hatee darbuun gonkumaa eeyyamamuu hin qabu jedhanii, Yuunivarsiitiin Mattuu qorumsa xumura kutaa 12ffaa bara 2016 kana rakkoo nageenyaa fi teeknikaa tokko malee qorsiisee xumuruuf qophii gahaa kan qabuu fi qaamolee dhimmamtoota waliin tokkummaadhaan akka hojjetamu ibsanii marichi xumurameera. We're dedicated to serve the community!
Show all...
👍 10 1
Qophii Qorumsa Biyyoolessaa Xumura Kutaa 12ffaaf Taasifamaa jiru Ilaalchisee Mareen Gaggeeffame. Q.U.I.A Waxabajjii 24/2016 ===============+================== Marichi geggeessummaa I/A pireezdaantii akkadamikii, Qorannoo,Cehumsa teeknooloojii fi Tajaajila Hawaasaa kan ta’an Dr. Beddiluu Takkaatiin yoo ta’uu qaamoleen abbaa dhimmaa Itti gaafatamaa Waajjira Barnoota G/I/A Booraa dabalatee Godina I/A/Boorii fi Magaalaa Mattuu irraa hoji geggeessitoonni barnootaa, geejibaa akkasumas qaamoleen nageenyaa, Poolisii Federaalaa, poolisii godinaa fi Magaalaa Mattuu itti hirmaataniiru. Qophii barana taasifamaa jiruu fi rakkoowwan baroota darban mudatan ilaalchisuun ibsa kan kennan Waaj.Barn. G/I/A/Booraatti I/gaafatamaa qormaataa kan ta’an Obbo Aandu'alem Asaffaa bara kana Godinaalee Wallagga Bahaa, Buunnoo Beddellee fi Iluu Abbaa Booraa irraa barattoonni saayinsii hawaasaa 5533 ta'an, saayinsii uumamaa irraa barattoonni 7783 ta'an walumaa galatti barattoonni 13,316 Adoolessa 30 hanga Hagayya 12/2016tti Yuunivarsiitii Mattuutti qormaata akka fudhataniif karoorfamuu himaniiru. Itti dabalaniis adeemsa kenniinsa qormaataa bara kanaa fooyya’aa taasisuudhaaf muuxxannoo bara darbee irraa rakkoowwan mudatan keessaa kanneen akka konkolaataawwan nageenyi isaanii hin mirkanoofne geejiba barattootaaf dhiyaachuu; barattoonni tokko tokko mooraa yuunivarsiitii keessatti naamusa dhabuu (meeshaalee hin eeyyamamne dhoksaadhaan qabatanii mooraa seenuu, iyyuu), aanoleen tokko tokko barattoonni erga qormaata xumuranii booda gara qe'eetti deebisuuf boodatti harkifachuu, barattoonni yeroo qormaata fixan hanga geejjibni seeraan isaaniif ramadame dhufutti obsaan eeguu dhabuudhaan gadi bahanii rakkoowwan tokko tokkoof saaxilamuu fi kkkf kaasaniiru. Qophii qormaata baranaaf godhamaa jiru keessatti rakkoowwan bara darbe mudatanis ta’ee kan biraa akka hin mudanneef barattoonni mirgaaf dirqama isaanii beekanii: wantoota hin eeyyamamne kan akka meeshaalee elektirooniksii kamiinuu, sa’aatii harkaa dabalatee meeshaalee faayaa kamiinuu, qubeelaa gaa’ilaa, fuullee ijaa haakimaan ajajameen ala, nyaata hin eeyyamamne (akaayii fi biskuta gogaan ala), qoricha haakimaan ajajameen ala qabatanii dhufuu dhiisuudhaan naamusa akka kabajan manneen barnootaa irraa dhufanitti hubannoo kennuufin barbaachisaa ta’uun irratti mariyatameera. I/G/Waaj. Barn. G/I/A Booraa Obbo Malaakuu Amantee gama isaaniitiin barattoonni mirgaa fi dirqama isaanii beekanii akka dhufaniif qajeelfamni sirna qormaataa manneen barnootaa isaaniitti kennamaafii jiraachuu himanii; barattoonni bakka tokkoo gara bakka biraatti keesssattuu qormaataaf yeroo socho'an xiinsammuudhaan jeeqamuun waan jiruuf simannaan hunda galeessi akkasumas deeggarsi walirraa hin cinne godhamuufi akka qabu kaasaniiru. Gama nageenyaatiin Ajajaan Qajeelcha Poolisii Godina Iluu Abbaa Booraa Koomishinar Jeelaan yaada kennaniin, barattoonni godinaalee adda addaa irraa dhufan qoramanii hanga deebi’aniitti nageenyi isaanii karaa amansiisaa ta’een kan eegame akka ta’uuf walitti hidhamiinsi caasaa nageenyaa murteessaa ta’uu himanii kanaafis Poolisiin Godina I/A/B, Poolisiin Federaalaa Yuunivarsiitii Mattuu, Poolisiin Magaalaa fi caasaawwan nageenyaa aanolee barattoonni irraa dhufan hunda keessa jiran waliin hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru. Itti dabaluunis barataan waggaa 12 dhama'ee qoramuuf dhufu balleessaa amansiisaa malee utuu hin qoramin akka hin hafneef of eeggannoon gama qaamolee nageenyaatiin ni taasifama jedhaniiru. Gama geejibaatiin loojestiksii barattoota qorumsaaf socho'an kanaaf barbaachisu guututti argachuuf aanolee tokko tokko irratti hanqina jiru furuuf maddi rakkoo qoratamee furmaanni itti kennamee tajaajilli geejjibaa fooyya'uu akka qabu kallattiin kaa'ameera. Xumura irrattis Dr. Beddiluu Takkaan qormaanni kutaa kudha lammaffaa dhimma dhaloota bor biyya nu harkaa fuudhuu waan ta'eef milkaa'ina isaatiif ijibbaataan akka hojjetamu akeekaniiru.
Show all...
👍 17 2
Barattoonni qormaata bahiinsaa kan bara 2016 qoramtanii qabxii keessan hawwiidhaan eeggachaa jirtan baga gammaddan! Bu'aa gaariinis bara kana waan galmaa'eef qooda fudhattoota milkaa'ina kanaaf gumaachan mara galateeffataa irra deebiin baga gammaddan jechaa barattooni gara Waajjira Reejistiraara Guddichaa deemuun firii keessan ilaallachuu ni dandeessu. ዉድ የ2016 ዓ.ም የመዉጫ ፈተና ወሰዳችሁ ዉጤታችሁን በጉጉት እየተጠባበቃችሁ ያላችሁ የዩኒቨርሲቲያችን እጩ ምሩቃን እንኳን ደስ አላችሁ! ዘንድሮ ጥሩ ዉጤት አስመዝግባችኋልና ለዚህ ስኬት አስተዋፅኦ ያበረከቱ ባለድርሻ አካላትን በሙሉ እናመሰግናለን! ተማሪዎች ዉጤታችሁ ደርሷልና ወደ ዋና ሬጅስትራር ፅ/ቤት በመሄድ ዉጤታችሁን ማየት ትችላላችሁ።
Show all...
👍 75 23🔥 1
👍 17 7
🙏 4👍 1 1
ዶ/ር አለሙ ዲሳሳ የመቱ ዩኒቨርሲቲ ተጠባባቂ ፕሬዝደንት ሆነው ተሾሙ ። ሰኔ 21/2016 ዓ.ም (ህ.ዓ.ግ.አ) አዲሱ የመቱ ዩኒቨርሲቲ ተጠባባቂ ፕሬዚዳንት ዶ/ር አለሙ ዲሳሳ የትምህርት ሚኒስቴር ተወካዮች በተገኙበት ከዩኒቨርሲቲው ማናጅመንትና ሴኔት አባላት ጋር የስራ ርክክብና ትውውቅ አድርገዋል፡፡ የትዉዉቅ መርሃ-ግብሩን ለማስፈፀም ከትምህርት ሚኒስቴር የመጡት አቶ አብዶ ናስርና አቶ ከበደ ግዛዉ እንዳሉት መቱ ዩኒቨርሲቲ በለዉጥ ጎዳና ላይ መሆኗን አዉስተዉ ለዚህ ለዉጥ መሰረት የጣሉትን የቀድሞ አመራሮች አመስግነዋል። በትዉዉቅና የስራ ርክክብ መርሃ ግብሩ ላይ ንግግር ያደረጉት የዩኒቨርሲቲዉ የቀድሞ ፕሬዝደንት ዶ/ር እንደገና አበበ በበኩላቸዉ ዩኒቨርሲቲዉ በእሳቸዉ የአመራርነት ዘመን ያስመዘገባቸዉን ስኬቶች÷ የነበሩ ጠንካራና ደካማ ጎኖችን በዝርዝር አንስተዉ ቀጣዩ አመራር ትኩረት ሊሰጣቸዉ የሚገቡ ነጥቦችን በማንሳት እሳቸዉም ሁሌም ከአዲሱ አመራር ጎን እንደሚቆሙ ቃል ገብተዋል። የዩኒቨርሲቲዉ የአካደሚክ÷ ምርምር÷ ቴክኖሎጂ ሽግግርና ማህበረሰብ አገልግሎት ም/ፕ እንዲሁም ላለፋት ወራት ዩኒቨርሲቲዉን በተወካይነት የመሩት ዶ/ር በድሉ ተካ እንዲሁም የዩኒቨርሲቲዉ የአስተዳደርና ልማት ም/ፕ ረ/ፕ ጆን ተስፋዬ በንግግራቸዉ ዶ/ር አለሙ ዲሳሳን እንኳን ደህና መጣህ ካሉ በኋላ መላዉ የዩኒቨርሲቲዉ ማህበረሰብ ቅን÷ ታታሪና ታዛዥ በመሆኑ በጋራ ዩኒቨርሲቲዉን እናሻግራለን ብለዋል። ዶ/ር አለሙ ዲሳሳ በትዉዉቅና ስራ ርክክብ መርሃ ግብሩ ላይ ለዩኒቨርሲቲው ማኔጅመንት እና ሴኔት አባላት እንደ ተናገሩት እዚህ በመምጣታቸዉ ደስተኛ መሆናቸዉን ገልፀው በቀጣይ በየደረጃዉ ካለዉ አመራርና ሰራተኛ ጋር እንደሚወያዩ÷ ያለዉን እቅድ እንደሚከልሱ÷ የመንግስት የሪፎርም አጀንዳዎችን እንደሚያስፈፅሙ÷ በዉኒቨርሲቲዉ ውስጥ ያሉ ጥንካሬዎችንና ድክመቶችን በመለየት እንደሚሰሩ÷ የአከባቢዉን ፀጋ ያማከለ ስራ ከዞንና ከከተማ መስተዳድሩ ጋር በቅርበት እንደሚሰሩ ወዘተ ገልፀዋል። ዶ/ር አለሙ አክለዉም በቆይታቸዉ በዩኒቨርሲቲዉ ዉስጥ መልካም የስራ ባህልን በመፍጠርና የዩኒቨርሲቲዉን ራዕይ በማሳካት ወደ ራስገዝ ዩኒቨርሲቲነት የሚደረገዉን ጉዞ ከመላዉ የዩኒቨርሲቲዉ ማህበረሰብ ጋር በመሆን እንደሚያፋጥኑ ገልፀዋል። በመጨረሻም ከትምህርት ሚኒስቴር የስራ ርክክብና የትውውቅ መርሃ ግብሩን ለማስፈጸም የመጣው ቡድን አባል የሆኑት አቶ አብዶ ናስር በበኩላቸው ለአዲሱ ፕሬዚደንት የእንኳን ደስ አለህ መልዕክት በማስተላለፍ የዩኒቨርሲቲው አመራርና ሰራተኞች አስፈላጊውን ሁሉ የስራ ትብብር እንዲያደርጉላቸው የትምህርት ሚኒስቴርን መልዕክት አስተላልዋል፡፡ We're dedicated to serve the community!
Show all...
👍 13🙏 1
Ministeerri Barnootaa Dr. Alamuu Disaasaa Pirezidantii Yuunivarsiitii gochuun muudeeraa. Dr. Alamuunis guyyaa har'aa hoggansa Yuunivarsiitii sadarkaan jiran waliin Wal baraniiru. Bara hojii gaarii Akka ta'uuf hawwina. የትምህርት ሚኒስቴር ዶ/ር ዓለሙ ዲሳሳን የመቱ ዩኒቨርሲቲ ተጠባባቂ ፕሬዚዳንት አድርጎ ሾመ። ዶ/ር ዓለሙም በዛሬው ዕለት በየደረጃው ካሉት ዩኒቨርሲቲ ጋር ትውውቅ አደርገዋል። መልካም የሥራ ዘመን እንዲሆንላቸው እንመኛለን።
Show all...
10👍 6
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.