cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dr Zakir Naik Afaan Oromoo

Barnoota Dr Zaakir Naik Afaan Oromootiin akkasumatti Sheekkotii amantii wal bira qabanii barsiisan salpatti argachuuf Ikhwaanii join godhaa. @DrZakirNaikAfaanOromoo Namoonni yaada qabdan garee Teenya Join godhaa. Yaada keessan nuuf.. @Ne4Je2

Show more
Finland363The language is not specifiedReligion & Spirituality6 214
Advertising posts
13 973Subscribers
+1024 hours
+937 days
+58930 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViewsSharesViews dynamics
01
“Akka shari'aa islaamaatti Dubartiin muslimaa tokko nama muslima hin tahinitti heerumuun dhoorgaadha. Nikaan hin hidhamu. Wal qunnamtiin isaaniitis Zinaa jedhama!”
3100Loading...
02
Warri waaqeffattootaa ifaan ifatti amantii keenyaa fi Nabiyyii keenya jaalatamaa (saw) irratti jibbanna labsanii jiran. Dhimmi kun furmaanni maali jettan?
3560Loading...
03
Haqni dhufe, baaxilli dhabame
1 3020Loading...
04
Warri Amantii Waaqeffataa Mushrika. Waaqeffattoonni Silaa akka isaaniitii Muslimoota Oromoo lafarraa fixuu barbaadu. Garuu kun goonkuma isaaniif hin milkaayu. Nuti muslimoonni obboleewwani 💪
1 4746Loading...
05
Rabbiin tokko, sadii miti. Warri Rabbiin tokko jettan of eeggadhaa☝️
1 6822Loading...
06
😭 Eega Lolli Orma Ghazzatti Baname, Awroppaa keessatti Saffiisaan Amantaa Islaamaa Qeebalutti jira. Durirra Harka 400 Dhibbeentaan Dabale. #Allaahu_Akbar ● Ghazzaan Hangafee Miidhamaa Cufaaf Rabbiin Haa Dirmatu! @DrZakirNaikAfaanOromoo
3 3288Loading...
07
Paastaroonni harka kennatanii islaamummaan amantii dhugaa ta'uu amananii ragaa ba'an ~~~ Kunoo akkana. Paastaroonni waa'ee Islaamummaa dudduubatti dubbatan fuulaafi fuulaatti dhufanii muslimotaan falmuu qabu. Barreeffamni kanaa gadii kan Ustaaz Xaaliburidallah Hussen i. 👇 #Magaalaa_Goljootaa #Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Heeban Arsii #Magaalaa_Goljootaatti Sagantaan guddaan (#Guyyaa 21/04/2024 or 13/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan, namoonni amantii biroollee kan ta'an keessattuu #Paastaroonnii hirmaatuun gaafii fi deebii boodaa Yesuus Ergamaa Rabbii ta’uu amanuun, Yesuus Waaqaa jechuun dogongora akka ta'e hubatuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, nagahaan faaruun kan Rabbii keennaatii gallee jirraa. Alhamdulillaah. @DrZakirNaikAfaanOromoo
7880Loading...
08
Innaalillaahi wa’innaa ileeyhi Raaji’uun Shekni beekamaan Hayyuun Addnyaa Islaamaa keessatti bakka guddaa qabu biyya ofiirra jiraachuu sarbamanii baqattu ta’anii biyya Turkii jiraataa turan shekh Abdulmajiid Al Zandaaniin Har’a ganama gara fuula Rabbi deemaniiru Warri isaan ariyaa ture dachiin harra isaaniif bal’attus boru achima dhaquuf taa’u السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ببالغ الحزن والأسى وبقلوب راضية بقضاء الله وقدره، ننعي وفاة والدنا الشيخ العلامة/ عبدالمجيد بن عزيز الزنداني ، والذي توفاه الله عزوجل إليه يومنا هذا الإثنين بتاريخ ١٣ من شهر شوال ١٤٤٥ للهجرة، الموافق ٢٢ من شهر إبريل ٢٠٢٤م. لله ما أخذ وله ما أعطى وكل شيء عنده بأجل مسمى ولا نقول إلا ما يرضي ربنا ، إنا لله وإنا إليه راجعون.
2 9427Loading...
09
Daa'ii Islaamaa beekkamaa Dr Zakir Naik "osoo warri dhihaa sirratti duulanii akkamitti Da'awaa itti fufte?! Lubbuu teetiif hin sodaattuu?!" Jachuun gaafatame. Maal ja'ee deebise?! Hayyuun kun gaaffii tana jacha Ibnu Teeymiyaan (Rahimahullaahu) ja'e tokko fayyadamee deebise. "Warri najibban maal nagodhuu dandayan?! Yoo nahidhan mana hidhaa keessatti galeen Ibaadaa godha, Yoo biyyarraa nabaasan dachii keessa deemeen Rabbi gabbara. Yoo lubbuu tiyya baasan Shahiideen taha. Wamaa nagodhuu hin dandayan" ja'ee deebiseef! Mataa dhiiraa! Nama osoo Da'awaa godhuu rifeensi adiin/Aarriin itti baate. Hafizahullaah! @DrZakirNaikAfaanOromoo
2 7607Loading...
10
GAAFII #KRISTAANOOTA FI DEEBII #ISLAAMAA ⬇➡#Kutaa_78ffaa⬅⬇ IiSAA FI IYESUS TOKKO MOO GARGARI ❓ Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin. ▶Deebiin gababan Eeyyeen tokkodha. ↪Qur'aana keessatti maqaa Iisaa jedhu dubbatame. Kitaaba Wangeela jedhamu keessatti immoo maqaa Yesus jedhun dubbatame. Asirratti Garagarummaan maqaa kitaaba laman keessatti jiru garagarummaa afaanoota argisisa malee Garagarummaa dhufa isa miti. ↪Qur'aana fi kitaaba Wangeela jedhamu keessatti akkuma wal fakkeenyi jiru Garagarummaan waa'ee Yesus/Iisaa ni jira.Adda adduman tokko tokko kan jiru immoo Macaafa isa kamtu dhugaa akka tahe baruudhaf nu gargara. ⏩Amma kallatiidhan gara deebii gaafii gaafatameti yoo deebine; ragaa qabatama dhufa Yesus/Iisaa tokko tahu adda baase argisiisu akka arman gaditti ilaala. ◀1▶ Wal qunnamti saalaa malee(abba malee ) Dubree Maryam(Maariyaam ) irra dhalachu.Kun yesus/Iisaan tokko tahu ragaa guddaadha. Qur'aana *[Maryamis] “yaa Gooftaa kiyya! Odoo namni tokkollee ana hin tuqne akkamitti ilmi naaf argama?” jette.[Rabbiinis] “Akka kanatti Rabbiin waan fedhe uuma. Inni yeroo waan tokko murteesse ‘ta’i!’ qofa isaan jedha; yeroma san ta’a” jedhe.{Suuratu Aali Imraan 3:47} Wangeela luqaas 1:34 *Maariyaam yommus, “Anoo amma illee durba, kun attamitti ta'uu danda'a?” jettee ergamicha gaafatte.* ◀2▶ Yesus/Iisaan Qur'aana fi kitaaba Wangeela jedhamu keessatti of isaatiif "Ani Waaqayyoodha na waaqeeffadha " jedhe dubbate ykn abboome hin beeku.Kunis wanti isa adda taasisu dha.Fallaa kan Inni Ergamaa tahu isa dubbate ykn dubbatame . Fkn.Qur'aana 4:171, 3:49, Wangeela yoh 17:3 ,12:44, 49-50 fi kkf. ◀3▶ Dinqii/Raajii isa adda taasisu hojjachu.Fkn.Waaqayyo tokkicha Allah kadhachun nama Alaazaar jedhamu du'a kaasu. Qur'aana 3:49 fi Wangeela Yohannis 11:41. ◀4▶ Yesus/Iisaan Qaama guutudhan gara samiitti/waaqatti ol fuudhamu.Qur'aana 3:55, 4:158 fi Wangeela Maarqos 16:19, luqaas 24:36-42. ◀5▶ Yesus bara dhuma immo gara biyyaa lafatti deebi'uf jirachu.Qur'aana 43:61.fi Wangeela Maatewos 24:30, Maarqos 13:26, luqaas 21:27 HUB.Qabxiilleen shan (5n) arman ol kun wal fakkeenya Iyesus fi Iisaa osoo hin tahin Qabxiillee Yesus Iisaa ykn Iisaan yesusin tahu addatti ragaa nuf bahudha. ♻♻♻ @DrZakirNaikAfaanOromoo
2 8629Loading...
11
Kan qeesonni isaanii akkanaa, barattoonni isaanii akkami jettee yaadda? @DrZakirNaikAfaanOromoo
3 5810Loading...
12
Qees Balaay maallaqa doollara dila san maal godhuufi garuu
3 5652Loading...
13
#Faaruq Dr. Zakir Naik Sanyiin leencaa leencuma...Farik Dr. Zakir Naik" jedhama. Dr. Zakir waa'ee ilma isaa Faaruk akkana jedha: Qur'aana kabajamaa ji'a sagal qofa keessatti sammutti qabateera, torbaanitti guyyaa shan, guyyaatti sa'aatii tokko haffazaa ture, ji'a 9 keessatti Qur'aana; lakkoofsa, suuraa fi keeyyata Wajjiin haffaze. Akkasumas yeroo umriin isaa waggaa saddeet ture, namoota 50,000 fuulduratti daqiiqaa 10 ykn 15f barumsa xixiqqoo kenneera. Akkasumas, Gaafa waggaa 14 gahu; muhaadaraa sa'aatii lamaaf walittu fufe keenneera. Hojii Da'awaa bifa ajab! nama jechisiisuun jalqabee hojjataa jira. Dr. Zakir fi ilma isaa fi fakkaattota isaanii Rabbi haa tiksu. @DrZakirNaikAfaanOromoo
4 1559Loading...
14
Kuni goota islaamaati. Waggaa 19 dura addunyarraa deeme. Waggaa 87 addunyaa tanarra jiraate. Dargaggoota 79 inni leenjise keessaa Dr Zaakir addunyaa tanarraa bookkisaa jira. Gurgurtaa sooqiddaa/ashaboo irraa ka’uun,hanga Qeysii guddicha ameerikaa falmuutti seenaa hojjate. Gatii miidiyaan dhaloota kanaaf qabu sirritti beeka. Wangeela -Kakuu moofaa fi Haarawa- qomatti qabatee falmii seenaan hin argin addunyaa argisiise. Afrikaa kibbaa magaalaa Darbanitti mana kitaabaa guddicha keessa waan jiru dubbisee fixe jedha seenaan. Inni Sheikh Ahmad Huseen Kaazim Diidaat ykn Ahmad Diidaat jedhama. Seenaa malee addunyarraa galuun fafa! RABBIIN jannata isaaf haa kennu. @DrZakirNaikAfaanOromoo
4 20112Loading...
15
Kitaaba dhiigni keessa lola'u kana qabatee waaqayyoon keenna Lubbuu Namaa baasaa hin jenne Islaamummaa Nama ajj**saa jetti Jedha daalachi Abbaa giraa @DrZakirNaikAfaanOromoo
3 5485Loading...
16
Iyyasuu iyyee Rabbii isaa kadhate, muslimtoonnilleen booyanii, iyyanii Rabbii isaanii kadhatan. Kanaafuu iyyasuus Muslima.
3 6383Loading...
17
"Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru hin amantuu ree? Abbaa isa ana keessa jiraatutu hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti dubbadhu hundumaa ofuma kootiin hin dubbadhu." (Yuhaannis 14: 10) "Yaa abbaa koo, qajeelaa! Biyyi lafaa kun si hin beeku, ani garuu si beeka, isaan kunis immoo ati akka na ergite beekaniiru." (Yuhaannis 17: 25) "Isa irratti Yesus utuu mana qulqullummaa keessatti barsiisuu sagalee isaa ol fudhatee, "Dhuguma ana beektu, nama eessaa akkan ta'es in beektu. Ofiin hin dhufne, inni ana erge jira; inni amanamaa dha, isin immoo isa hin beektan." (Yuhaannis 7: 28) "Ani ofii kootiif dhugaa nan ba'a, abbaan inni ana erges immoo anaaf dhugaa in ba'a" isaaniin jedhe." (Yuhaannis 8: 18) "Yesus deebisee, "Waaqayyo utuu abbaa keessan ta'ee, ana in jaallattu turtan; anoo Waaqayyo keessaa ba'ee, dhufeen as jira; isatu ana erge malee, ani ofiin hin dhufne." (Yuhaannis 8: 42) "Yesus sagalee isaa guddisee "Namni anatti amanu, isa ana erge sanatti amana malee, anatti amana miti;" (Yuhaannis 12: 44) "Dubbii ati anaaf kennite hundumaa ani immoo isaaniif kenneera. Isaanis fudhatanii, ani si biraa akkan dhufe dhuguma hubatan; akka ati na ergites amanan. {Yuhaannis 17:8} Ani dubbii kee isaaniif kenneera; akkuma ani kan biyya lafaa hin ta'in, isaanis kan biyya lafaa waan, hin ta'iniif, biyyi lafaa isaan jibbe"'. [Yuhaannis 17:14] "Mucaa akkasii tokko maqaa kootiin kan simu ana sima, kan na simu immoo isa na erge in sima malee, ana simuu isaa miti" jedhe." (Maarqoos 9: 37) Yesuus kiristoos barattoota isaatiin, Namni isin simate ana simateera jedhee barsiiseera. Waa'ee kanaa macaafni dubbatee jira. "Yesus! "Namni isin simu ana simuu isaa ti, namni ana simus isa ana erge simuu isaa ti.Namni, raajii tokko raajii ta`uu isaatiif sime, gatii raajii tokkoo in argata; namni nama qajeelaa tokko qajeelaa ta'uu 'isaatiif simes, gatii nama qajeelaa tokkoo in argata. {maatiwoos 10:40-41} "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, namni isa ani erge simatu ana simachuu isaa ti, namni ana simatus isa ana erge simachuu isaa ti" jedhee isaanitti dubbate." (Yuhaannis 13: 20) "Yesuus barattoota torbaatama akka isaan karaa Rabbii keessatti waamicha taasisaniif jecha gara filsxeen ergeera. "Bartoota isaatiin immoo, "Namni isin dhaga'u, ana dhaga'a; namni isin dhaga'uu didu, ana dhaga'uu dida, namni ana dhaga'uu didus, isa na erge dhaga'uu dida" jedhe."(Luqaas 10: 16) Yesuus ergamaa Rabbii waan ta'eef yeroo hundaa; waan Rabbiin jaalatu hajjataa ture. "Inni ana erge anaa wajjin jira; ani yeroo hundumaa kan isa gammachiisu waan ani hojjedhuuf, inni kophaatti ana hin dhiifne" isaaniin jedhe."(Yuhaannis 8: 29) "Ani garuu isa dhugaa waanan isinitti dubbadhuuf ana hin amantan."(Yuhaannis 8: 45) Barsiifni yesuus kiristoos Rabbiin biraayi.ulfina Rabbii isa ergee malee kan mataa isaa hin barbaanne. "Yesus immoo isaaniif deebisee, "Barsiifni ani barsiisu kan koo miti, kan isa ana ergee ti malee. Namni fedha Waaqayyoo raawwachuu barbaade, barsiifni kun Waaqayyo biraa ta'uu isaa yookiis of keessaa fuudhee dubbachuu koo in hubata. Namni of keessaa fuudhee dubbatu, ulfina mataa isaa barbaada; inni ulfina isa isa ergee barbaadu garuu dhuga-qabeessa, jal'innis isa keessa hin jiru. {wangeela Yuhaannis 7:16-18} Qopheessan Xaahir Galatoo @DrZakirNaikAfaanOromoo
5 09635Loading...
18
Yesuus kiristoos Maaliif waaqqessita? Na waaqqeessaa jedheeraa??? ***** Kiristaanonni hedduun Yesuusiin Gooftaadha jedhanii amanu. Garuu yesus takkaa ani Waaqayyoo keessanii na waaqqessaa jedhee hin dubbanne. Kitaaba waadaa moofaa fi Haarawa keessattis bakka tokkottuu hin dubbatamne. Yesus Ilma maryamiiti. Maryamirraa akka dhalate ni amanu, ni amannas. Jechi dhalate jedhu kun jecha jalqabaa kana hin diiguu? Yesuus takkaa ani gooftaa keessanii na waaqqessaa jedhee hin barsiifne.Yesuus kiristoos kan gooftaa ta'e gooftaan tokko malee akka hin jirre maaliif barsiise ree? "Hubadhaa! Yesus immoo, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru."(Maarqoos 10: 18) "Yesus immoo deebiseefii, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru. "(Luqaas 18: 19) "Kunoo, namni tokko gara Yesus dhufee, "Yaa barsiisa! Jireenya bara baraa qabaachuuf hojii gaariin gochuun anaaf ta'u maal inni?" jedheen." Maaliif gaari naan jetta? Gaariin tokko malee hin jiru, innis isa waaqa irraati (Maatiwoos 19: 16) Ani isan abbaa koo biratti argeen dubbadha; isin immoo isa, abbaa keessan irraa dhageessan in hojjettu" isaaniin jedhe. Yihudoonni immoo, "Abbaan keenya Abrahaam" jedhanii deebisaniif. Yesus garuu deebisee, "Ijoollee Abrahaam utuu taatanii, hojii Abrahaam hojjete in hojjettu turtan. Ani dhugicha isan Waaqayyo irraa dhaga'e isinitti himeera; isin garuu ana nama akkasii ajjeesuu barbaaddu; Abrahaam akka kana hin hojjenne. {Wangeela yuhaannis 8:38-40} Iyyasuus waan Rabbirraa dhaga'e qofa isinitti hime jedhee dubbate malee ofirra fuudhee dubbadhe hin jenne.. Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti. Ani lafa irratti ulfina siif kenneera, hojii akka ani hojjedhuuf ati anaaf laattes raawwadheera. {Yuhaannis 17:3-4} Asirra wanti barannu! Rabbiin malee Rabbiin biraa akka hin jirree fi yesuus ergamaa Rabbii ta'uusaati.Yesuus kiristoos waa'ee tokkochummaa Rabbii dubbachaa ture malee; Waa'ee Rabbummaa mataa isaa lallabaa hin turre. Yuhaannis akkana jedhee barreesseera; "Yesus immoo, "Ana hin qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin baane; gara obboloota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhii isaanitti anaaf himi!" jedhee ishee abboome. (Yuhaannis 20: 17) Qur'aana kabajaa keessattis, yesuus akka Gabricha Gooftaa ta'e dubbatameera. "Allaahan Gooftaa kiyyaa fi keessani isuma qofa gabbaraa. karaan kuni karaa qajeelaadhaa. (Qur'aana 3:51) Yesuus kiristoos fedhinnaa Rabbii isa ergee barbaade malee fidhinnaa mataa Isaa hin barbaanne. "Yesus itti dabalee, "Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee. {Yuhaannis5:30} "Isa Yohannis cuuphaan dhugaa ba'e irra caalaa kan dhugaa anaaf ba'u qaba; hojiin abbaan koo akkan raawwadhuuf dabarsee anatti kenne baay'ee dha; hojiin ani hojjedhu kunis abbaan akka ana erge dhugaa anaaf in ba'a. {Yuhaannis 5:36} "Hojii isa ana ergee guyyaadhaan hojjechuun nuuf in ta'a, yeroo namni tokko illee itti hojjechuu hin dandeenye halkan indhufa'o." (Yuhaannis 9: 4) Yesuus waanuma ergamtoonni isan dura dabran jechaa turan jechaa ture. "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee isa ana ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu. "(Yuhaannis 5: 24) Yesuus kiristoos ergaa Rabbii geessuudhaaf ergame. Barsiisni inni barsiisaa ture kan isaa miti. Macaafni akkanas jedha: "Namni ana hin jaallanne immoo dubbii koo hundumaa hin raawwatu, dubbiin isin dhageessan kunis kan abbicha isa na ergee ti malee, kan koo miti" jedheen." (Yuhaannis 14: 24)
3 83127Loading...
19
''Namoonni Itiyoophiyaa sadarkaa adduunyaatti seenaa gurguddaa qaban kanneen akka Najaashiifi Bilaal biyyoota baay'eedhaa adda-babayii qabu. Biyya isaanii Itiyoophiyaa keessa garuu adda-babayiin maqaa isaaiiitiin nogga'e tokkoollee hin hin jiru. Yaadannoon isaanii homtuu hin jiru. Adda-babayiin hawaasaa gurguddoon biyyattiis ykn amantaa hunda irraayyuu bilisa ta'uu qabu ykn ammoo amantaalee hundayyuu bifa hammatuufi jiddugaleeffatuum ijaaramuu qabu.'' Ustaaz Ahmedin Jebel @DrZakirNaikAfaanOromoo
3 3288Loading...
20
Makka Ykn Madiinaa seetee ?! Khiyyaa tuni lafa Sulxaanetii shawaati. Ilmaan Bilaalii fi Najjaashiin akaakoo tahaniif,Ilmaan Ummu Eyman akkoo taatuuf… Finfinnee Lafa Sahaabotaa fi Taabi’oota simatte !! Namni Islaama Tahu Nama Filatamaa dha!
4 0974Loading...
21
Nama Islaamee Imaama Masjiida Ameerikaa ta'e. ❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️ Maqaan isaa erga islaamee as Suhaib Webb jedhama.Yeroo dargaggummaa isaatti osoo mana barnoota sadarkaa 2ffaa baratu Islaamummaa dhagahe.Ni qorate ni islaame.Maatiin isaa Kiristaana jabeessuu waan ta'aniif itti dheekkaman.Garuu ilma waan ta'eef filannoo isaa kabajaniifii waliin jiraachuu murteessan.Sodaan abbaa isaa bira ture inni guddaan mucaan kiyya islaama erga ta'ee shororkeessaa yoo najalaa ta'ehoo isa jedhuudha.Homaa wanti godhan waan hin jirreef dhoksamaan haala isaa hordofuu eegalan. Amalli suhaib kan duraanii irraa jijjiiramaa dhufe.Haadhaa abbaa waan dur caalaa daran kabajuu fi tola irratti ooluu jalqabe.Qabxii mana barumsaatiinis jijjiirama guddaa agarsiise.Abbaan isaa ajaa'ibsiifatee gurbaa amantima filattetu akkanatti sijijjiiree jedheen? eeyyen jedheen. Haadha haatii isaas jijjiirama isaa kana ajaa'ibsiifattee obboleessa isaa ishee wajji church deemuun walbira qabdee "yaa ilma kiyya obboleessi kee church na wajji deemuu akka keetitti nan kabaju nan kununnusu maaluma argatte?" jettee bifa raajeffannootiin isa gaafatte. Turtii yeroo muraasaa booda Suhaib barumsaaf Egypt University islaamaa Azaharitti qajeele. Islaamummaa sirritti baratee afaan Arabaas akka arabootaatitti danda'e.Booda ameerikatti deebi'ee imaama Masjiidaa ta'e qajeeluma namoota hedduutiif sababa ta'e. Allaahu akbar! Seenaan kun fuula Reverts Revert To Islam irraa fudhatame! Awol Kasim Alo @DrZakirNaikAfaanOromoo
4 0497Loading...
22
@DrZakirNaikAfaanOromoo
3 1002Loading...
23
Eid Mubarak
3 3244Loading...
24
Mootummaan Keeniyaa Ruto 'n yeroo Muslimoota dinqisiifatuu fi Kiristaanonni akka fakkeenyummaa Muslimootarraa fudhatan yeroo gorsu dhaggeeffadhaa. Rabbiin hidaayaa akka kennuuf kadhanna. @DrZakirNaikAfaanOromoo
3 4136Loading...
25
Namoonni baay'een Naqamteetti gara amantaa isaanii dhalootaatti deevi'aa jiru @DrZakirNaikAfaanOromoo
3 4354Loading...
26
Galgala kana jiini/ baatiin/ waan hin mullatiniif soomana keenya guyyaa isniinaa soddoma guuttana iiddi guyyaa salaasaa / kibxata/ tahuun mirkanaawe iid mubaarak. Copied @DrZakirNaikAfaanOromoo
3 3782Loading...
27
إنا لله وإنا إليه راجعون إن لله ما أعطى وله ما أخذ وكل شيئ عنده بأجل مسمى. Innaa Lillaahi Wa'innaa Ilayhi Raaji'uun! ኢናሊላሂ ወኢና ኢለይሂ ራጂዑን 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 Abbaa Da'wa magaalaa Jimmaa, hoganaa Kore imaamoota magaalaa Jimmaa, Imaama masjida Rahmaa, meseensa majlisa Oromiya fi godina Jimmaa, Jaarsa biyyaa fi kan ujoolumaan karaa da'awa irraatti nuguddisan Abbaa keenya haji Shaafi Yaassin gara aakhira deemani. Rabbin rahmata isaatin janatul firdawsin habadhaasuni. Maati fi umata muslima magaala Jimmaatif sabri hakeennuufi. 🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴 በጅማ ከተማ የዳዕዋ አባት፣የኢማሞች ኮሚቴ ሰብሳቢ፣የኦሮሚያ መጅሊስ አባል፣ በድን መንገድ አባታችንና አስተማሪያችን የነበሩት፣የጅማ ራህማ መስጂድ ኢማምና የጅማ ዞን መጅሊስ አመራርና የሀገር ሽማግሌ የነበሩት ሐጂ ሻፊ ያሲን ወደ ማይ ቀረው አኪራ ተሻግረዋል።አላህ በምህረቱ ጀነተል ፊርደውስን ይወፍቃቸው።ለቤተሰባቸውና ለጅማ ከተማ ሙስሊሞች አላህ መጽናናቱን ይለግሳቸው። إنا لله وإنا إليه راجعون.
3 8619Loading...
28
Waaqni Ilma ni dhalaa? “Yeroo san Waanin an Waaqayyo Mooticha Fara'ooniin ja'u akkana jettee itti himta, Israa'el Ilma kiyya kan hangafaati” Seera Ba'uu 4:22 “Isa durii yaadatanii boo'aa as in deebi'u; ani garuu isaan jajjabeessee, qarqara burqituu bishaanii irra isaan nan geggeessa; isaan karaa qajeelaa irra in adeemu malee, hin gufatan; ani Israa'eliif abbaa dha, Efreem immoo akka ilma koo isa angafaa ti” Kitaaba Eermiyaas 31:9
3 4927Loading...
29
#Ajjeesuu, #Saamichaa fi #Daguuggaa_sanyii  "Macaafa Qulqulluu" keessatti. Akka  Macaafni  qulqulluu jedhamu gabaasutti Lubbuu Miliyoona 2.8 oltu galaafatame. Tilmaamaan garuu kana caala. Tilmaama jiruun  lubbuun Miliyoona 25 ' n galaafatameera. Yeroo baay'ee wanti Kiristaanonni Muslimootatti arka qabanuuf bukoo isaanii kana dhoksuufi. Inshallaah fuulduratti "Mat-duree Qur'aana moo Macaafatu lubbuu qulqulluu  ajjeesuutti ajaja"  jedhu kan ilaallu ta'a. Mata-dureen kun isin gammachiisaa ? Akka isiniif dhiyaatu ni barbaadduu ? Yaada keessan nuuf qoodaa! Yaada keessan irratti hundoofnee kan dhiheessinu ta'a. Harraaf keeyyata Macaafaa tokko qofa ilaalla. Seera Kessa deebii 20:13 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹³ Waaqayyo gooftaan kee mandaricha harka kee keessa yeroo buusutti, achi keessaa dhiira kan ta'e hundumaa billaadhaan rukuti! ¹⁴ Dubartoota, ijoollee, horii qe'ee, wanta mandara sana keessa jiru hundumaa, wanta booji'amu guutummaatti ofii keetiif qabadhu! Diina kee irraa wanta booji'ame isa Waaqayyo gooftaan kee siif kennes nyaadhu! ¹⁵ Mandaroota si irraa fagoo warra kan saba sitti dhi'oo jiran kanaa hin ta'in hundumaas akkasuma godhi! ¹⁶ Haa ta'u iyyuu malee, mandaroota saba warra kanaa warra Waaqayyo gooftaan kee dhaala siif kennu keessatti, wanta lubbuu qabu tokko illee fayyaatti hin hambisin! ¹⁷ Warra Heetotaa, Amoorotaa, Kana'aanotaa, Pheriizotaa, Hiiwotaa fi Yibusootaa immoo akkuma Waaqayyo gooftaan kee si abboometti raawwadhuu isaan balleessi! Barnoota dabalataaf chaanaalii armaan gadii👇👇 join godha! @Saahibuddiin28 @DrZakirNaikAfaanOromoo
2890Loading...
30
Will Smith maal jedha?
5 03910Loading...
31
"O people of the book.." @DrZakirNaikAfaanOromoo
5 0473Loading...
32
"Muslim : Who is God? Christian : Jesus Muslim : Is Jesus the son of Mary? Christian : Yes Muslim : Who created Mary? Christian : God. Muslim : Who is God? Christian: Jesus Muslim : Jesus is the begotten son? Christian : Yes Muslim : Who is his father? Christian : God. Muslim : Who is God? Christian : Jesus. Muslim : Jesus is a servant of God? Christian : Yes Muslim : Jesus died on the cross? Christian : Yes Muslim : Who resurrected him? Christian : God. Muslim : Is Jesus a messenger? Christian : Yes Muslim : Who sent him? Christian : God. Muslim : Who is God? Christian : Jesus. Muslim: Did Jesus worship while on earth? Christian: Yes Muslim: Whom did he worship? Christian: God. Muslim : Who is God? Christian : Jesus. Muslim : Did God have a beginning? Christian : No Muslim: Then who was born on 25 DEC? Christian : Jesus. Muslim : Is Jesus God? Christian : Yes Muslim : Where's God? Christian : In Heaven. Muslim : How many Gods are there in heaven? Christian : Only one God. Muslim : Where's Jesus? Christian : He is seated on the right hand of his father. Muslim : Then how many are they in heaven? Christian : Only one God. Muslim : Then how many seats? Christian : One Muslim : Where's Jesus? Christian: Seated next to God. Muslim : How are they seated on one chair? This proved that Jesus is a messenger of Allah not god. And Alhamdulillah we also believe in Jesus.We respect him as our prophet. @DrZakirNaikAfaanOromoo
5 34744Loading...
33
@DrZakirNaikAfaanOromoo
3 8240Loading...
34
Ergamaan Allaah saw akkana jechan: " Namni Nama soomu faxarsiise/Fursiise Fakkaataa Ajrii nama faxaree argata. Sun Ajrii nama fataree irraa hin hir'isu".Tirmize 807 . Kana jechuun yoo nama tokko faxasiifte Ajrii  sooma nama ati faxarsiifteef barreefamutu siifis barreefama jechuudha. Yeroo kanatti ajriin nama ati faxarsiifte irraa hir'ifama jechuu miti. Isaafis ajrii guutuu barreefamaaf. Ajriin soomaa maali? Ykn ammami? Ergamaan Allaah saw ni jedhan : "Hundi hojii Karii Ilmaan Aadam hojjate kudhanii kaasee amma dhibba torbaatti baay'ifama sooma malee".Muslim 1151. Kana jechuun Hojii karii hojjanne hunda keessatti 10 ykn 700 'n baayyifama jechuudha.   Fkn: Yoo Birrii tokko sadaqanne Rabbiin immoo Birrii kudhan akka sadaqanneetti mindaa  nuuf barreessa. Yoo niyyaa qulqulluun kennanne immoo birrii tokkittii nuti kennanne san akka birrii 700 kennanneetti mindaa nuuf barreessa.  Garuu kan soomaa kana irraa adda. Guyyaa tokko yoo soomanne guyyaa 10, guyyaa 700 ,   Guyyaa Miliyoona, Guyyaa Biliyoona, Guyyaa Tiriliyoona godhamee hin barreefamu. Kan Soomanaa lakkoofsaan ibsamuu hin danda'u. Lakkoofsa isaa baayachuu irraa kan ka'e Rabbiin qofatu beeka. Yaa Rabbi warra dhugaan soomee mindaa guddaa kana argatu nu godhi! #Sooma #Ramadaana @Saahibuddiin28 @DrZakirzNaikAfaanOromoo
4 5619Loading...
“Akka shari'aa islaamaatti Dubartiin muslimaa tokko nama muslima hin tahinitti heerumuun dhoorgaadha. Nikaan hin hidhamu. Wal qunnamtiin isaaniitis Zinaa jedhama!”
Show all...
8🥰 2
Warri waaqeffattootaa ifaan ifatti amantii keenyaa fi Nabiyyii keenya jaalatamaa (saw) irratti jibbanna labsanii jiran. Dhimmi kun furmaanni maali jettan?
Show all...
👍 6
Haqni dhufe, baaxilli dhabame
Show all...
36🥰 6
Warri Amantii Waaqeffataa Mushrika. Waaqeffattoonni Silaa akka isaaniitii Muslimoota Oromoo lafarraa fixuu barbaadu. Garuu kun goonkuma isaaniif hin milkaayu. Nuti muslimoonni obboleewwani 💪
Show all...
👍 16 5👏 1
Rabbiin tokko, sadii miti. Warri Rabbiin tokko jettan of eeggadhaa☝️
Show all...
👍 28 15😁 8
😭 Eega Lolli Orma Ghazzatti Baname, Awroppaa keessatti Saffiisaan Amantaa Islaamaa Qeebalutti jira. Durirra Harka 400 Dhibbeentaan Dabale. #Allaahu_Akbar ● Ghazzaan Hangafee Miidhamaa Cufaaf Rabbiin Haa Dirmatu! @DrZakirNaikAfaanOromoo
Show all...
👍 59 33👎 4🔥 2👏 1
Paastaroonni harka kennatanii islaamummaan amantii dhugaa ta'uu amananii ragaa ba'an ~~~ Kunoo akkana. Paastaroonni waa'ee Islaamummaa dudduubatti dubbatan fuulaafi fuulaatti dhufanii muslimotaan falmuu qabu. Barreeffamni kanaa gadii kan Ustaaz Xaaliburidallah Hussen i. 👇 #Magaalaa_Goljootaa #Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Heeban Arsii #Magaalaa_Goljootaatti Sagantaan guddaan (#Guyyaa 21/04/2024 or 13/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan, namoonni amantii biroollee kan ta'an keessattuu #Paastaroonnii hirmaatuun gaafii fi deebii boodaa Yesuus Ergamaa Rabbii ta’uu amanuun, Yesuus Waaqaa jechuun dogongora akka ta'e hubatuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, nagahaan faaruun kan Rabbii keennaatii gallee jirraa. Alhamdulillaah. @DrZakirNaikAfaanOromoo
Show all...
Innaalillaahi wa’innaa ileeyhi Raaji’uun Shekni beekamaan Hayyuun Addnyaa Islaamaa keessatti bakka guddaa qabu biyya ofiirra jiraachuu sarbamanii baqattu ta’anii biyya Turkii jiraataa turan shekh Abdulmajiid Al Zandaaniin Har’a ganama gara fuula Rabbi deemaniiru Warri isaan ariyaa ture dachiin harra isaaniif bal’attus boru achima dhaquuf taa’u السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ببالغ الحزن والأسى وبقلوب راضية بقضاء الله وقدره، ننعي وفاة والدنا الشيخ العلامة/ عبدالمجيد بن عزيز الزنداني ، والذي توفاه الله عزوجل إليه يومنا هذا الإثنين بتاريخ ١٣ من شهر شوال ١٤٤٥ للهجرة، الموافق ٢٢ من شهر إبريل ٢٠٢٤م. لله ما أخذ وله ما أعطى وكل شيء عنده بأجل مسمى ولا نقول إلا ما يرضي ربنا ، إنا لله وإنا إليه راجعون.
Show all...
27😭 9👍 8😢 6🥰 5
Daa'ii Islaamaa beekkamaa Dr Zakir Naik "osoo warri dhihaa sirratti duulanii akkamitti Da'awaa itti fufte?! Lubbuu teetiif hin sodaattuu?!" Jachuun gaafatame. Maal ja'ee deebise?! Hayyuun kun gaaffii tana jacha Ibnu Teeymiyaan (Rahimahullaahu) ja'e tokko fayyadamee deebise. "Warri najibban maal nagodhuu dandayan?! Yoo nahidhan mana hidhaa keessatti galeen Ibaadaa godha, Yoo biyyarraa nabaasan dachii keessa deemeen Rabbi gabbara. Yoo lubbuu tiyya baasan Shahiideen taha. Wamaa nagodhuu hin dandayan" ja'ee deebiseef! Mataa dhiiraa! Nama osoo Da'awaa godhuu rifeensi adiin/Aarriin itti baate. Hafizahullaah! @DrZakirNaikAfaanOromoo
Show all...
54👍 15🥰 4

👍 7👏 5🥰 4 3🙏 2