cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Muslima_Qaroome/sb3

Am muslim 1st & last @adminBot👉 http://t.me/Sufianb3Bot

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
134
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

👉 የዱንያ ህይወት ስንወለድ ይጀምራል ስንሞት ያበቃል!! 💀 የአኼራ ህይወት ስንሞት ይጀምራል ለዘላለም ይኖራል። 🌴 ለዘላለም ሐገር እንዘጋጅ ! @sfnb3
Show all...
ODUU AMMA NUGAHE AMMA NU GAHEPost update Itoophiyaan hanga ammaatti namoota 36,624 qorattee 250 Covid-19n qabamuu mirkaneessite Itoophiyaatti sa'aatii 24 darbe keessa qorannoo namoota 1,764 irratti taasifame keessaa namoota 11 irratti koronaavaayirasiin argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Biyyattiin walumaa galatti namoota 36,624 ta'an qorattee keessaa 250 kan ta'an irratti dhibeen kun argameera. Kan har'a koronaavaayirasiin irratti argame keessaa shan seenaa imala biyyaa alaa kan qaban yoo ta'u, ja'a ammoo namoota kanaan dura dhibee kanaan qabaman waliin walitti dhufeenyan kan qabanidha. Yeroo ammaa namoonni 138 adda baafamanii wallaansi kennamaafii kan jiru yoo ta'u, kan har'aa 6 dabalatee walumaa galatti namoonni 105 dhibee kanarraa dandamataniiru yeroo hunda fedha Rabbiitin oduu Haala yerootii fi Hadiisowwaan dinqisiisoo tahan Isinii dhihessurratti argamna. ammas yaadaa fi komii qabanaan liinkii as gadii khana cuqqisa @faham_ahamed @@muslima_Qaroome
Show all...
IFINSA FUULA RASUULA.... #Aishaan ni jattee.. "Guyyaa tokko ,hafsaa binti rawaaharrahin liilmee liqeeyfadhe ,osumaan uuffata rasuula ittiin hodhu jiru liilmen narraa buute,manninis dukkana ture barbaadetin dhabe,tana rasulli (saw) narratti ol seene Oggaa inni seene Ifiinsa fuula saarra liilmee bakka jirtuun arke,manni ifee eegana kofleetin jaeen yaa ergamaa rabbii maalumaatu fuula kee akkanatti si ibseen Jaen... #eegana rasulli isiin jaee halaakni haa jiraatu yaa Aishaa Nama fuula kiyya kana hin garreef guyyaa qiyaama... #Aishaan ni jatteen... " eenyutu sin garree yaa ergama rabbii guyyaa qiyaama???? Rasullinis ni jaeen nama maqaan kiyya biratti dubbatame eegana salawaata narratti hin buusinii jaee.... SALLALLAAHU ALEYHI WA SALLAM..... صلي الله عليه وسلم.... @Hamzanaik1 @Sb3 @https://t.me/muslima_Qaroome
Show all...
Ergaa ramadana 12ffaa Dhageefadha share waliif godhaa jzkl. 👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/MIpp8YC8GU4
Show all...
Wantoota Sommana Balleeysan kutaa 12ffaa Hamza Hassen

SUBSCRIBE godha jzkl.👇👇👇👇👇

https://www.youtube.com/channel/UCICoS9Fq6gaz3mInMKQm27Q

WAL DHABBII KIRISTAANOTAA FI MACAAFA ISAANI Maqaa Rabbii akkaan Mararfataa,akkaan Rahmata godhaa Ta'eetiin.Mata duree kana jalatti Waldhabbii Kiristaanotaa fi Macaafa isaani bifa gabaaba ta'en kan ilaallu ta'a.Sababaan mata duree kana qopheesseef : Namoonni Amantii Islaamaa hordofan yeroo Da'awaa/waamicha gara islaamummaa Obboleewwan keenya kiristaanaatiif godhan karaa gabaabaa ta'en macaafuma jaraa irraa ragaa kennuuf akka danda'aniif, Dabalataan Obboleewwan keenya Amantii kiristaanaa hordofan kan dhugaa barbaadan garuu Osoo dhugaa hin argatin sobamanii jiraataa jiranuuf Macaafuma isaanirraa dhugaa akka hubatan gochuuf jedheeti. 1,✝ Kiristaanot. 👉🏻 Waaqayyo tokkos,Sadii'is. 📖 Macaafa jaraa👉🏻 .Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaadha.[Marqos 12:29] 2,✝ Kiristaanota👉🏻Yesuus Waaqayyo biraa hin qabu inni ofiifuu waaqayyodha. 📖 Macaafa Isaanii👉🏻 yesuus Immoo Ana hin qabin gara waaqayyo kootiif waaqayyo keessaniitti ol nan ba'aa jedhe[Yohannis 20:17] 3,✝kiristaanota👉🏻 Yesuus nama miti. 📖Macaafa yesuus ani Nama ofiin jedhe[yohannis 8:40] 4,✝Kiristaanota👉🏻Waaqayyo nama fakkaatee mullate. 📖Macaafa Isaanii👉🏻Ani Waaqayyodha male nama miti [Hose'a 11:9] 5,✝Kiristaanota 👉🏻Yesuus cubbuu keenyaaf jecha du'eera. 📖Macaafa Isaanii👉🏻 Cubbuu namni tokko hojjateef namni biroo hin du'u,lubbuun cubbuu hojjate ofumaaf ni du'a.[Hesqi'el 18:20] 6,✝Kiristaanota👉🏻Yesuusiif Abbaan tokkuma wol hin caalanu. 📖Macaafa isaanii👉🏻 yesuus akkas jedhe Abbaan ana caala[ yohannis 14:28] 7,✝Kiristaanota👉🏻Yesuus Addunyaa hundaaf Ergame. 📖Macaafa isaanii 👉🏻Yesuus Israael duwwaaf malee hin Ergamne[Matiyos 15:24] 8,✝Kiristaanota👉🏻Yesuus humna isaatiin waan hunda ni hojjata. 📖Macaafa isaanii👉🏻Yesuus,Ani Humnakootiin homaa hojjachuu hin danda'u[Yohannis 5:30] 9,✝Kiristaanota👉🏻Yesuusitti kan amanu jireenya bara baraa qaba. 📖Macaafa Isaanii👉🏻Isa Ana Ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba.[Yohannis 5:24] 10,✝Kiristaanota👉🏻Yesuus ni farada. 📖Macaafa Isaanii👉🏻Ani Hin faradu[Yohannis 12:47] 11,✝Kiristaanota Yesuus du'ee du'aa kaheera. 📖Macaafa Isaanii 👉🏻Yesuus waaqayyoon isa du'a oolchuu danda'u kadhate,kadhatni isaas waan dhagaa'ameef du'a Ooleera.[Ibroota 5:7] 12,✝Kiristaanota 👉🏻Yesuus Ergamaa miti. 📖Macaafa isaanii Yesuus Ergamaadha[Ibroota 3:1] 13,✝Kiristaanota 👉🏻Seerri Moofaan Yesuusiin Diigameera 📖Macaafa Isaanii👉🏻Ani seera diiguuf hin dhufne Ittiin raawwachuufan dhufe male[Matiyos 5:17] 14,✝Kiristaanota👉🏻yesuus qofaaf jilbeenfadhaa sagadaa. 📖Macaafa Isaanii,👉🏻Yesuus akkas jedhe waaqayyoon qofaaf jilbeenfadhuu sagadi,isa qofaafis hojjadhu[Matiyos 4:10] 15,✝kiristaanota👉🏻yesuus hunduma beeka. 📖Macaafa Isaanii👉🏻Guyyicha sana Abbaakoo duwwaatu beeka[Marqos 13:32] 16,✝Kiristaanota 👉🏻Waaqayyo yeroo lafarra turetti Mullateera 📖Macaafa isaanii👉🏻Waaqayyoon Eenyumtuu ijaan hin argine.[ Yohannis 1:18] 17,✝ kiristaanota👉 Macaafni keenya waraana (lola )irraa nama dhowwa 📖Macaafa isaani 👉 "Dhiira, Dubartoota, ijoollee Harma hootu, manguddoo, Gaala, Qotiyyoo "ajjeesa fixa jedha( Macaafa Saamu'el isa dura 15:3) 18,✝Kistaanota yesus Nama Ajjesuutti hin ajaju 📖Macaafa isaani yesus " Warra isaan irratti moo'u ko hin barbaanne ija koo duratti fida gorra'aa" jedhe ( Luqaas 19:27) 19,✝Kiristaanota Amantiin keenya dubartii Tokkoo ol fuuchuu ni dhowwa 📖Macaafa isaani Kuma tokko(1000) fuuchuun akka jiru barsiisa (Macaafa moototaa isa dura 11:3) 20,✝Kiristaanota Dubartiin kiristaana Rifeensa ishee agooggachuun ishee hin barbaachisu 📖Macaafa isaani Dubartiin yoo mataa ishee agooggachuu baate Rifeensa ishee haa murattu jedha ( 1Qoronxoos 11:5_7) 21,✝Kiristaanota Dubartiin kiristaanaa Surree( kofoo) uffatuuf rakkoo hin qabu jedhu 📖macaafa isaani "Dubartiin uffata dhiiraa uffattu waaqayyo birratti ciiga'amtuu) jibbamtuu)dha jedha (Seera keessa deebii 22:5) 22,✝Kiristaanonni macaafni keenya jecha waaqaati Afuura qulqulluun barreefame jedhu 📖Macaafa isaani Phaawulos "Akka isa gooftaan dubbachuuf anaaf kennetti utuu hin ta'in akka nama gowwattin dubbadha jedha(2Qorontos 11:17) 23,✝Kiristaanota I
Show all...
tti fufna insha allaah.... https://t.me/muslima_Qaroome
Show all...
Muslima_Qaroome/sb3

Am muslim 1st & last @adminBot👉 http://t.me/Sufianb3Bot

Insha allaah
Show all...
Wantoota 8 Sooma balleessan ★★★★★★★★★★ ★★★ 1.walqunnamtii saalaa godhuu namni soomni dirqama(irratti wajjabe) irratti ta'e guyyaa Ramadaanaatin yoo wal-qunnamti godhe guyyaa kan deebisuutu nurra jira.guyyaa nu dabre san bakka buusuuf garu gabra tokko bilisa baasuutu nurra jira. Yoo kana gochuu hin dandeenne ji'a lama(2) wal-faana(osoo addaan hin baasin) soomutu nurra jira. Yoo kanalle gochuu hin dandeenne hiyyeeyyi(rakkataa) jahaatam(60) nyaachisuutu nurra jira. 2.beekaatuma dhangalaa'a(maniyyii) jigsuu 3.beekaatuma nyaachuu dhuguu 4.Lilmoo(marfee) nyaataa waraannachuun sooma ni balleessa.sababniis nyaachuu fi dhuguu dhaan waan wal-fakkaatuf. 5.Dhiiga laachu(kennuu): namni soomaa dhiigni qaama isaa kessaa jigee akka dandamatuf dhiigni yoo laatamef(kennamef) soomni isaas hin bada. 6.Xurii laguu(dhiiga beekkama ji'a) ykn dhiiga dahaa 7.Dhiigni hijaamaa(waagimti); dhiigni ofuumaan qaama kesaa yoo yaa'e sooma hin balleessu. fakkenyaaf yoo funuune, ilkaan buqqa'ee dhiigni eegnaa jigu(yaa'u) 8.Beekaatuma quba keenya gara kokkee(afaan) keenyaa galchuun akka diddignu godhuun sooma balleesa. Osoo itti hinyaadin tasa yoo diddignee garuu soomni hin badu. Madda:-[Nubaz fissiyaami Sheeyk Usayminiin] ★★★★★★★★★★★★★★★★★ Madda 2, #Ustaaz_Ahmeddiin_Jabal @DrZakirNaikAfaanOromoo @Wantoota 8 Sooma balleessan ★★★★★★★★★★ ★★★ 1.walqunnamtii saalaa godhuu namni soomni dirqama(irratti wajjabe) irratti ta'e guyyaa Ramadaanaatin yoo wal-qunnamti godhe guyyaa kan deebisuutu nurra jira.guyyaa nu dabre san bakka buusuuf garu gabra tokko bilisa baasuutu nurra jira. Yoo kana gochuu hin dandeenne ji'a lama(2) wal-faana(osoo addaan hin baasin) soomutu nurra jira. Yoo kanalle gochuu hin dandeenne hiyyeeyyi(rakkataa) jahaatam(60) nyaachisuutu nurra jira. 2.beekaatuma dhangalaa'a(maniyyii) jigsuu 3.beekaatuma nyaachuu dhuguu 4.Lilmoo(marfee) nyaataa waraannachuun sooma ni balleessa.sababniis nyaachuu fi dhuguu dhaan waan wal-fakkaatuf. 5.Dhiiga laachu(kennuu): namni soomaa dhiigni qaama isaa kessaa jigee akka dandamatuf dhiigni yoo laatamef(kennamef) soomni isaas hin bada. 6.Xurii laguu(dhiiga beekkama ji'a) ykn dhiiga dahaa 7.Dhiigni hijaamaa(waagimti); dhiigni ofuumaan qaama kesaa yoo yaa'e sooma hin balleessu. fakkenyaaf yoo funuune, ilkaan buqqa'ee dhiigni eegnaa jigu(yaa'u) 8.Beekaatuma quba keenya gara kokkee(afaan) keenyaa galchuun akka diddignu godhuun sooma balleesa. Osoo itti hinyaadin tasa yoo diddignee garuu soomni hin badu. Madda:-[Nubaz fissiyaami Sheeyk Usayminiin] ★★★★★★★★★★★★★★★★★ Madda 2, #Ustaaz_Ahmeddiin_Jabal @DrZakirNaikAfaanOromoo @Wantoota 8 Sooma balleessan ★★★★★★★★★★ ★★★ 1.walqunnamtii saalaa godhuu namni soomni dirqama(irratti wajjabe) irratti ta'e guyyaa Ramadaanaatin yoo wal-qunnamti godhe guyyaa kan deebisuutu nurra jira.guyyaa nu dabre san bakka buusuuf garu gabra tokko bilisa baasuutu nurra jira. Yoo kana gochuu hin dandeenne ji'a lama(2) wal-faana(osoo addaan hin baasin) soomutu nurra jira. Yoo kanalle gochuu hin dandeenne hiyyeeyyi(rakkataa) jahaatam(60) nyaachisuutu nurra jira. 2.beekaatuma dhangalaa'a(maniyyii) jigsuu 3.beekaatuma nyaachuu dhuguu 4.Lilmoo(marfee) nyaataa waraannachuun sooma ni balleessa.sababniis nyaachuu fi dhuguu dhaan waan wal-fakkaatuf. 5.Dhiiga laachu(kennuu): namni soomaa dhiigni qaama isaa kessaa jigee akka dandamatuf dhiigni yoo laatamef(kennamef) soomni isaas hin bada. 6.Xurii laguu(dhiiga beekkama ji'a) ykn dhiiga dahaa 7.Dhiigni hijaamaa(waagimti); dhiigni ofuumaan qaama kesaa yoo yaa'e sooma hin balleessu. fakkenyaaf yoo funuune, ilkaan buqqa'ee dhiigni eegnaa jigu(yaa'u) 8.Beekaatuma quba keenya gara kokkee(afaan) keenyaa galchuun akka diddignu godhuun sooma balleesa. Osoo itti hinyaadin tasa yoo diddignee garuu soomni hin badu. Madda:-[Nubaz fissiyaami Sheeyk Usayminiin] ★★★★★★★★★★★★★★★★★ Madda 2, #Ustaaz_Ahmeddiin_Jabal @DrZakirNaikAfaanOromoo https://t.me/muslima_Qaroome
Show all...
Muslima_Qaroome/sb3

Am muslim 1st & last @adminBot👉 http://t.me/Sufianb3Bot

#rasulli (saw) jaalala fi sodaa uummata saatif qabuu jecha boohe Rabin akka isaan hin qixaaxneef jecha.. Rabbin (sw) gama saatti jibriil erge deemi waan isa bochisu gaafadhu ja"en... Jibriil dhufe ja"en "Maaltu si boochisa yaa Muhammad" Jaen.rasullinis "Uummata kiyya yaa jibriil Jaen" Jibrilis akkana jae deebisef.. "Rabbin (sw) akkana siin ja" a Uummata kee kessatti hamtuu sin agarsiisu siin ja"a " #rasulli (saw) sahaboota saati wajjin walitti qabame jaen " takka afraffaa warra jannata tahu ni jaalattani jaen " Sahabonni allahu Akbar ja'an ... Amma rasulli takka sadaffaa warra jannata tahuu ni jaalattani jaen... Sahabonni allahu Akbar ja"an.. #rabbin (sw) gama rasuula kenyatti ergee akkana jaen.. "Ganaadha rabbin waan ati feetu hunda siif kenna irraa gammaduu jiraatta jaen..." Rasullinis (saw) akkana jae deebisef "hin gammadu haala uummanni kiyya ibidda seenaniin ja" e...." Rabbin (sw) akkana jaen... "Uummata keetirra cufti namni laa ilaaha illalaaha jae jannata seena ..salfiin (saffin) warra jannata 120 mi (warri jannata seenu salfii 120 tahanii seenan) Sanirraa salfiin 80. Uummata keetii yaa Muhammad jaen" اللهم لك الحمد يا أرحم الراحمين.. اللهم صل وسلم وبارك علي سيدنا محمد هل هناك أرحم من الله علينا نحن البشر هل هناك أهن علينا من رسولنا محمد صلي الله عليه وسلم............. اللهم صل وسلم علي سيدنا محمد.....عليه الصلاة والسلام... @Hamzanaik1 @https://t.me/muslima_Qaroome
Show all...