en
Feedback
☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙

☪BAREEDINA ISLAAMUMMAA🌙

Open in Telegram

Gorsa babbareedaa Seenaa babbareedaafi Barnoota adda addaa Inshaa Allaah gargaarsa Rabbiitiin isiniif dabarsina Yadaa yoo qabatan @YaadaYaadaaBot nun gahaa Isinis channel keenya join godhaa nama biraallee...

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
4 760
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Haafiz Ibnu Rajab Akkana jedhu📚 👇 👇 👇 👇 👇 "Yaa Gabroottan Rabbii Baatiin Ramadaanaa fe'atee nurraa godaanuudhaaf murate
Haafiz Ibnu Rajab Akkana jedhu📚 👇 👇 👇 👇 👇 "Yaa Gabroottan Rabbii Baatiin Ramadaanaa  fe'atee nurraa godaanuudhaaf murateera Waan xiqqoosii male wonni hafe hin jiru Namni tolchee haqasaa guutee haala gaariidhaan soomanaa jiru akkasumatti jabaatee hanga hafte haguuttatu Namni qiimaasaa wollaalee haqasaa balleessaa jirummoo ammarraa tolfatee haaxumuru Hojiin xumura toluutu laalama"

👉Aaragalfiin inni Dhugaa "ALHAMDULILLAAH" Jechuudha Waan hunda keessatti Waa'ii Duniyaa kanaatiif jedhanii danuu of cinquun
👉Aaragalfiin inni Dhugaa "ALHAMDULILLAAH" Jechuudha Waan hunda keessatti Waa'ii Duniyaa kanaatiif jedhanii danuu of cinquun hin barbaachisu Seeqadhu..😊 Waan Rabbiin siif Murteesse hundaan wol qunnamuuf teessa Rabbirraammoo Kayirii malee hamtuu hin qunnamtu👌

#Sheyxaana arrabsuun akka dhoorkaa ta'e beektuu? #Sheyxaana hin arrabsinaa, sharrii isaarraa Rabbitti maganfadhaa. #Sahaabich
#Sheyxaana arrabsuun akka dhoorkaa ta'e beektuu? #Sheyxaana hin arrabsinaa, sharrii isaarraa Rabbitti maganfadhaa. #Sahaabichi tokko [ r.a ]akka jedhe : Guyyaa tokko Rasuulli [s.a.w] yaabbii isaanii duubaan na yaabbisanii osoo deemanii horiin isaanii gufannaan, ani 'sheyxaanni haa badu'n jedhe achumaan Rasuulli [s.a.w] "bismillaahi jedhi malee akkas hin jedhin naan jedhan, ati yoo akkas jette guddatee hanga manaa ga'ee, humna kootiinan akkas godhe" jedha yoo bismillaah jettemmoo, xiqqaatee hanga titiisaa ta'a".

⊱Abu Ubeeydaa Binu jarrah⊱ Kutaa 2️⃣ffaa✍ Kutaa 1ffaa dubbisuu hubadhaa Sahaboota warra jannataan gammachiifaman keessaa Tokko Kan tahe Seenaa ⊱Abu Ubeeydaa Binu jarrah⊱ Gumaacha inni godhe keessa tokko; kan guyyaa lola Badrii godhe. Guyyaa kana Abu Ubeeydaan seeyfii isaa hidhatee hiriira kaafirtootaa dhoose. Addaan dhoosiinsa nama du’a hin sodaanne, irraa naannawee, babbaqaqsee lola kaafiraa keessaa seene. Gootni tokko gaaru kaafirtoota keessaa akka inni hin lolleef fuula isaa dura dhaabbate. Yoo inni kallattii mirgaatti goru namtichi kaafiraas kallattii mirgaatiin itti dhufa. Yoo Abu Ubeeydaan gara bitaatiin dhufus, akkasuma innis bitaan itti dhufa. Dhuma irratti obsa isa fixachiisee, Akkumaa obsi isaa dhumeenis gara laafiinsa takka malee, seeyfiin mataa isaa dhahee bakka lamatti dhoosee namtichas lubbuun isaa osomaa Abu Ubeeydaan argu baate. Yaa obboleessa koo kabajamoo fi qaalii kan kitaaba kan dubbistu hoo, namni kun enyuu jettee beekuuf hin yaalin akkuma dura seensaratti sii hime mokkortii Abu Ubeeydaa herreguu mitii tilmaamuu hin dandeettu. Inumaahu ni taha jettee yaaduun si dhibaa. Yaa obboleewwan koo! Namni Abu Ubeeydaan ajjjeese kunis, nama adunyaratti argamuu isaatiif sababa isaa tahe. Innis Abdallah binu Jarraah kan tahe Abbaa isaati. Obboleesa koo garuu asitti wanti ati hubachuu qabdu Abu Ubeeydaan ajaja Rabbiin ajaje san didee ykn jibbaa abbaa isatiif isa hin ajjeesne. Inni jibbaa shirkiitiif qofa shirkii ajjeese malee. Wanti raajii namatti tahus Rabbiin ajaja kiyya kan ani “abbaa keessan kabajaa!.” jedhe didde jedhee balaa itti hin buusne. Inumaahuu dalagaa isaa jaalatee deeggaruun aayaa qur’aanaa tan hanga guyyaa qiyaamaatti qara’amtu suuraa Mujaadalaa aayata 22 sababa isaa buuse, Kan aayata sanirratti dalagaa isaa gaarii tahu kan ragaa bahu. Gochii isaa kuni Abu Ubeeydaa ibsuuf, kun qofti gahaa miti. Guddinni imaana isaa, amantii islaamaati gaarii yaaduun isaa, amanamaa ummata Muhammad s.a.w tahuun isaa, kan lubbuun ilma namaa kajeeltu tahee argameera. Muhammad Binu Ja’afer akkana jechun odeesse “Ummatni Nasaaraa gama Rasuulaa s.a.w dhufuun, “Yaa Abal Qaasim hordoftoota kee keessaa nama dalagaa isaa irraa jaalattu, dinaagdee nuti irraatti wal dhabne keessaatti nuu murteessu nuduuka ergi. Isin warrootni muslimaa nu biratti jalatamoodha.” jennan Rasuulli s.a.w “waaree booda natti koottaa. Nama jabaa amanamaa isin wajjiin ergaa.” jedhaniin. Umar Ibnu Kaxxaabis ni hawwe. Nama kana tahuufis ganamaan gara salaataa deeme. Yeroo hawwii guyyaa sanii nuuf himu Umaris; “Guyyaa tokkollee mootummaa hin barbaanne, guyyaa kana maalee. Akka namticha Rasuula s.a.w ibse kana tahuf malee Rasuulis s.a.w akkuma nuun salaatee geeseen gamaa gamana mimildhachun waa soquu eegale. Anis na haa arguuf kajeelee morma kiyya ummata keessaa ol dhedheeresse. Innis osomaa akkas mimildhatuu Abu Ubeeydaa argee yaame. Abu Ubeeydaas Nasaarota waliin akka waan wal dhaban keessatti haqaan murteessuuf isa erge.” Kutaa 3ffaan itti fufa inshaallaah....

Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna. 🚸Barnoota Aqiidaa 🚸 🚸Barnoota Toohidaa 🚸 🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸 🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸 🚸Barnoota Toowbaa 🚸

 Abuu Muhammad, Abdullaah bin Amr bin Al-aas irraa odeeffamee r.a ni jedhe: Ergamaan Rabbii s.a.w ni jedhan: “tokkoon keessan hanga fedhiin isaa waan an ittiin dhufe kan hordofu ta’utti hin amanne.” Hadiisichi sahiiha. Kitaaba Hujjaa keessatti sanada sahiihaan isa odeessineerra.

Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna. 🚸Barnoota Aqiidaa 🚸 🚸Barnoota Toohidaa 🚸 🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸 🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸 🚸Barnoota Toowbaa 🚸

Mee kana ittti yaadi. 1: Jireenyi ati jiraattu = bilisa 2: Mana Amantaa seenuun= bilasa 3: Jaalalti Rabbii = bilisa 4: Hafuura baafachuun= bilisa 5: Hafuura galfachuun: bilisa A: sigaara xuuxuuf = ni kafalta B: Alkooli Dhuguuf = ni kafalta C: mana Dhichisaa(night club) seenuf= ni kafalta D: Humna Aduunya ittin bulchitu argachuuf = ni kafalta Mee Namoonni mana ibidda(jahanama) bitachuuf Maliif kafalti kaffalu? Irra debi'i itti yaadi.

Assalamualyeekum Worahamtullaahi wobarakaatuhu kabajamtootaa obboleewwan muslimaa hundi kan hundee ykn bu'uura amantaa ofii baruu barbaaddan kunoo nutis barnootawwan hundee islaamaa tahan karaa gabaabinaan qabannee isiniif dhihaanne jirra isinis carraa kanatti fayyadamuun mata-dureewwan gaditti isiniif tarreessine kanarra tuquun Kottaa gahee keessan bahadhaa isiniin jenna. 🚸Barnoota Aqiidaa 🚸 🚸Barnoota Toohidaa 🚸 🚸Barnoota seenaa/siiraa 🚸 🚸Barnoota waa'ee iimaana🚸 🚸Barnoota Toowbaa 🚸

☞D‌H‌U‌G‌A‌A‌ Q‌A‌B‌A‌C‌H‌U‌U‌N‌ I‌S‌I‌N‌I‌R‌R‌A‌ H‌A‌A‌ J‌I‌R‌A‌A‌T‌U‌ Rasuulli ﷺ akkana Jedhan: “Dhugaa qabachuun isinirra haa jiraatu, dhugaan gara waan gaariitti nama qajeelcha, wanti gaariin immoo gara Jannataatti nama qajeelcha, namni tokko eeggatee dhugaa dubbachuu hin dhiisu hanga Rabbi biratti (siddiiq) abbaa dhugaa jedhamee maqaan isaa barreeffamutti’’ ⦅Bukharii fi Muslimtu Gabaase⦆ ⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴⩴ ֍ՏᎻᎪᎡᎬ֍ՏᎻᎪᎡᎬ֍ ⊱⊳⊱⊳𝖩♡𝖨Ν⊲⊰⊲

الســـــــــــــــــــــــــــلام عليــــــــــــــــــــــــــــكم ورحمة الله وبــركاتـــــــــــــــــــــــــــــه ═══════════════ ⊱Abu Ubeeydaa Binu jarrah⊱ Kutaa 1️⃣ffaa✍ Sahaboota warra jannataan gammachiifaman keessaa Tokko Kan tahe Seenaa ⊱Abu Ubeeydaa Binu jarrah⊱ “Ummata hundaafuu/cufaafuu nama amanamaatu/amanamattu jira, amanamaan ummata kiyyaas Abu Ubeeyda binu Jarraahiiti.” jedhe nabi Muhammad s.a.w Bareedaa fi ifa fuulaa, kan laaluuf nama harkisu, kan qaama qal’aa, kan dhaabbannaa dheeraa, kan fuulli isaa gad qajeelaa fi qal’aa, kan ijji yoo isa laaltu gammaddu, kan lubbuun isa arguun qofa bohartu, kan onneen yoo isa argitu tasgabbii argattu, kan hedduu qaanfatuu fi gadi uf-qabu, nama amala salphaa kan fuula bashaashaa, kan yeroo haalli jajjaboon argame haala fi amala isaa hunda lafa kaawwatee akka leencaatti utaalu, kan fuulli isaa akka bakkalcha urjiitti ifu, irra caalaa amanamaa ummta Muhammad s.a.w, Innis Aamir binu Abdallah binu Jarraah al-fihiruyyu al-qureyshiyyu dha. Ta’ullee garuu Aamir Binu Abdallaah kun, maqaan isaa kan cooraa fi kan ittiin hedduuu hordoftoota amantii Islaamaaa biratti beekkamuun “Abu Ubeeydaa Binu Jarraah.” jedhameeti. Abdallah ilma Umaris baredinaafi amala Abu-ubeeydaan ummata Qureyishii biratti qabu akkana jechuun faarseen “Namni sadi Qureyishi keessaa irra bareedoo fuulaa, irraa gaarii amala fi irraa qaanfatoo namaati. Yoo siin hasawan kan sitti hin kijiibne, yoo itti haasofte kan si hin kijibsiifneedha. Isaanis Abbaa Bakri, Usmaan binu Affaan fi Abu Ubeeydaadha.” Akkaa Abdalla ilmi Umar nuuf odeessetti; tarree nama malaa’ikaan irraa qaanfattuu (Usmaan binu affaan) fi erga Anbiyootaati fi Rusultootaatti nama imaana qabaachuun, sadarkaa duraa qabate (Abbaabakri) wajjiin isa hiriirseen. Abu Ubeeydaan erga Abaa Bakarii islaamahee booda guyya lama turee islaamawun, warroota dura mi’aa islaamummaa dhandhamanii bu’uura islaamaa tahan keessaa tokkodha. Akkuma mi’aa islaamummaa ergamaa Rabbii s.a.w irraa dhandhamee, Qureyishotarahis hokkorsaa fi dararaa warroota duraa, kan akka Bilaal wajjin cinqii namni tokko erga gaafa islamummaan ife irraa, hanga guyyaa har’aattii hin dhandhamin dhandhamuun, dararaa guddinni isii Gaara uhuditti madaaltu itti obsuun, amantii islaamaa dhiiga isaanitin utubaa dhaaban. Dararaan inni islaamummaa keessatti dararame, wanta herreegdon herreegu hin dandenne, tan sammuun namaa ni taha jettee hin eegne, tan yeroo dubbatan arrabatti ulfaattu, tan onnee namaa laalessitu dhandhamuun, qaamaa fi lubbuu isaa aarsaa godhe. Kutaa 2ffaan itti fufa inshaallaah.....