Kuusaa Kitaaboota Afaan Oromoo
Open in Telegram
Kitaaboota Afaan oromootiin barreeffaman PDF'n argachuudhaaf mana kana qunnamaa! Gaafii fii Yaada qabdan 👉 https://t.me/gactu irratti nuuf ergaa!
Show more3 610
Subscribers
+824 hours
-67 days
+9830 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
December '24
December '24
+103
in 0 channels
November '24
+69
in 0 channels
Get PRO
October '24
+59
in 0 channels
Get PRO
September '24
+78
in 0 channels
Get PRO
August '24
+177
in 0 channels
Get PRO
July '24
+415
in 0 channels
Get PRO
June '24
+899
in 0 channels
Get PRO
May '24
+334
in 0 channels
Get PRO
April '24
+217
in 0 channels
Get PRO
March '24
+169
in 0 channels
Get PRO
February '24
+238
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '230
in 0 channels
Get PRO
November '230
in 0 channels
Get PRO
October '23
+54
in 0 channels
Get PRO
September '23
+88
in 0 channels
Get PRO
August '23
+97
in 0 channels
Get PRO
July '23
+85
in 0 channels
Get PRO
June '23
+72
in 0 channels
Get PRO
May '23
+76
in 0 channels
Get PRO
April '23
+56
in 0 channels
Get PRO
March '23
+68
in 0 channels
Get PRO
February '23
+42
in 0 channels
Get PRO
January '23
+132
in 0 channels
Get PRO
December '22
+87
in 0 channels
Get PRO
November '22
+94
in 0 channels
Get PRO
October '22
+147
in 0 channels
Get PRO
September '22
+102
in 0 channels
Get PRO
August '22
+43
in 0 channels
Get PRO
July '220
in 0 channels
Get PRO
June '22
+30
in 0 channels
Get PRO
May '22
+86
in 0 channels
Get PRO
April '22
+100
in 0 channels
Get PRO
March '22
+88
in 0 channels
Get PRO
February '22
+50
in 0 channels
Get PRO
January '22
+78
in 0 channels
Get PRO
December '21
+60
in 0 channels
Get PRO
November '21
+70
in 0 channels
Get PRO
October '21
+81
in 0 channels
Get PRO
September '21
+70
in 0 channels
Get PRO
August '21
+57
in 0 channels
Get PRO
July '21
+114
in 0 channels
Get PRO
June '21
+133
in 0 channels
Get PRO
May '21
+85
in 0 channels
Get PRO
April '21
+101
in 0 channels
Get PRO
March '21
+75
in 0 channels
Get PRO
February '21
+86
in 0 channels
Get PRO
January '21
+114
in 0 channels
Get PRO
December '20
+3 167
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 12 December | +8 | |||
| 11 December | +6 | |||
| 10 December | +2 | |||
| 09 December | +7 | |||
| 08 December | +5 | |||
| 07 December | +9 | |||
| 06 December | +14 | |||
| 05 December | +9 | |||
| 04 December | +2 | |||
| 03 December | +6 | |||
| 02 December | +5 |
Channel Posts
Repost from N/a
📖 Book Title: Drunk with Blood: God's Killings in the Bible
📝 Author: Steve Wells
📚 Publisher: GIORDANO PRESS
🔔Join Telegram Channel For additional books: https://t.me/CRBooksCollection
| 2 | 📖 Book Title: Is God a TRINITY?
📝 Author: George L. Johnson
📚 Publisher: An Ambassador College Publication
🔔Join Telegram Channel For additional books: https://t.me/CRBooksCollection | 581 |
| 3 | https://youtu.be/2p35yOKRGiY | 561 |
| 4 | የሃይማኖት ንጽጽር ኮርስ
በወሒድ ዐቀብተ እሥልምና ማኅበር"Wahid islamic apologetics society" 6ኛ ዙር የሙቃረናህ ደርሥ!
"ሙቃረናህ" مُقَارَنَة የሚለው ቃል "ቃረነ" قَارَنَ ማለትም "አነጻጸረ" ከሚል ሥርወ-ቃል የመጣ ሲሆን "ንጽጽር" ማለት ነው፥ ሙቃረናህ የሃይማኖት ንጽጽር"Comparative Religion" ሲሆን በእሥልምና እና በክርስትና መካከል ያለው የሥነ-መለኮት አንድነት እና ልዩነት እየተነጻጸረ የሚቀርብበት ጥናት ነው። ደርሡ (ትምህርቱ) የሚፈጀው 7 ወር ኢንሻሏህ ሲሆን ሁለት ተርም አለው።
፨ የመጀመሪያው ተርም ዐጽመ-አሳብ በፈጣሪ እሳቦት ላይ የሚያውጠነጥነው፦
በሥላሴ"trinity" እሳቤ፣
በነገረ-ክርስቶስ ጥናት"Christology"፣
በነገረ-ማርያም ጥናት"Mariology"፣
በነገረ-መላእክት ጥናት"angelology"፣
በነገረ-ምስል ጥናት"Iconlogy" ላይ ነው።
፨ የሁለተኛው ተርም ዐጽመ-አሳብ በቅዱሳን መጽሐፍት ላይ የሚያውጠነጥነው፦
በአህሉል ኪታብ"People of the Book"፣
በመጽሐፍት"scriptures"፣
በመጽሐፍ አጠባበቅ"preservation"፣
በመጽሐፍት ልኬት"Standardization"፣
በባይብል ግጭት"Contradiction"፣
በኦሪት"Torah"፣
በወንጌል"Gospel" ላይ ነው።
አባሪ ኮርሶች፦
1. ሥነ-አመክንዮ"logic"
2. ሥነ-ልቦና"psychology"
3. ሥነ-ቋንቋ"linguistics" ናቸው።
የሙቃረናህ ደርሥ ቦርድ አባላት አሥር ሲሆኑ ከእነርሱ መካከል፦
1. ወንድም ወሒድ የደርሡ አስተማሪ፣
2. እኅት ሐደል የደርሡ አቅራቢ፣
3. ወንድም መህዲይ የደርሡ ፈተና አርቃቂ፣
4. እኅት ሀቢባህ ፈታኝ እና ውጤት ክፍል ናቸው።
ለመመዝገብ ከታች የተዘረዘሩት የቦርዱ አካላት በውስጥ ያናግሩ!
እኅት ረምላን፦https://t.me/REMLANEG
እኅት ሰላምን፦ http://t.me/SeuweSe
አኅት ዘሃራን፦ https://t.me/Zhara_mustefa
እኅት ሐቢባን፦ https://t.me/Mahbubo
እኅት ነስርያን፦ https://t.me/Nesriyaaa
ቦታ ሳይያዝ ይመዝገቡ! መልካም የትምህርት ጊዜ ይሁንልዎ!
ወጀዛኩሙሏህ ኸይራ! | 763 |
| 5 | Atanaatewoos inni Iskindiriyaa: "Nuti Waaqayyo akka taanuuf inii foon ta'e."
📕[Athanasius, "Section 54", On the Incarnation, p.167]
basliyos ini Qisaariyaa Waaqa ta’uun Kaayyoo hunda caaludha.
📕[Basil of Caesarea On the Spirit 9.23 ]
Dhumni kiristaanotaa Waaqayyo ta'uudha. 😅
https://t.me/Alidawa000 | 845 |
| 6 | Watch "Eenyummaa Iyyesuus Kiristoos Qur'aanaa fi Macaafa Qulqulluu irraa. Marii Amantii TikTok irratti" on YouTube
https://youtu.be/657wCXpJ948 | 798 |
| 7 | https://youtu.be/PEOGzG-gcbU | 665 |
| 8 | Marii Amantii TikTok Irraa
Matadureen:
1. Waa'ee gaa'ela Ayishaa(r.a) fi Rassuulaa(S.A.W) irratti deebiin quubsaa tahe kennameera. Hordofaa:
https://youtu.be/0UnBRJ1kJN8 | 313 |
| 9 | Marii Waa'ee Amantii irraatti gaggeeffamaa jiru Kallattiidhaan Amma Daaw'adhaa
https://youtu.be/hzo0JGXURsw | 444 |
| 10 | https://youtu.be/QdBtbj35orc | 607 |
| 11 | Marii Ajaa'ibaa Amantii Muslimaa fii Kiristiyaana giddutti Tiktok irratti godhame daaw'adhaa waa baay'ee irraa barattu waan taheef
https://youtu.be/1JUHTFnErGU | 820 |
| 12 | Safaricom telegra bot join godhuun qarshii 2500 badhaafamaa! https://t.me/Safaricom_bonus_bot?start=r09089329021 | 1 306 |
| 13 | NAMOOTA ULFA GODHACHUU BARBAADANIIF!
Akkaataa marsaa Laguu irra dhaabbannee durbartiin takka Yeroo akkamii qunnamtii yoo Raaw’atte carraan ulfaa’uu ishee guddaa kan ta’u?
Marsaa laguu gidde-galeessa(average) marsaa laguu akkamitti beekuu dandeenya?
Marsaa laguu gidde-galeessa (average) beekuudhaaf yoo xiqqaate daataa ji’a sadii kan dheerina guyyaa marsaa laguu argisiisu nu barbaachisa. Kana jechuun:
Fakkeenyaaf Dheerinni guyyaa kan guyyaa jalqaba marsaan laguu Dhuftee fi guyyaa marsaan laguu itti aanu itti dhufu giddu jiru guyyaa beeqa kan jedhu. Kaafuu Fakkeenyaaf ji’a duraa guyyaa 28, ji’a itti aanu 28 akksumaas ji’a sadaffaa guyyaa 28 yoo tahe; giddu-gala(Average) kanaa argachuudhaaf sadeen walitti idaaneeti sadiif hirra. Yeroo sana 28 arganna.
Namoota giddu-galli marsaa laguu isaanii guyyaa 28 tahe kanneen biratti guyyaa hanqaaquun itti gad-lakkifamu(Ovulation) argachuudhaaf lakkoofsa giddu-galaa argame kana irraa 14 hir’isuudha. Bu’aan nuti argannu guyyaa 14ffaa dha. Guyyaa kana fuuldura guyyaa sadiif, guyyaa kana booda immoo guyyaa lamaaf walumaa galatti guyyaa shaniif (11-16) yeroo itti carraan ulfaa'uu olka'aa ta'e (most fertile days) dha. Sanyiin dhiiraa immoo guyyaa Muraasa lubbuun turee guyyaa itti hanqaaquun gadlakkifamu kana eeguu waan danda’uuf hanga guyyaa shanii illee fuuldura irraa lakkaawwachuu ni dandeenya.
Fakkeenya 1. Marsaan laguu gaafa Fulbaana 1 yoo dhufe, hanqaaquun kan gadi lakkifamu gaafa Fulbaana 14 ti jechuudha. Kanaaf fuulbaana 14 fuuldura guyyaa sadiif, guyyaa kana booda guyyaa lamaaf walumaa galatti guyyaa shaniif (Fuulbana 11-16) yeroo itti carraan ulfaa'uu olka'aa ta'e dha. Kuni Yeroo itti carraan ulfaa’uu olka’aa ta’e malee garuu guyyaa kanneen alatti illee carraan ulfaa’u jira.
Fakkeenya 2. marsaan laguu gaafa Caamsaa 22 yoo dhufe, hanqaaquun kan gadi lakkifamu gaafa waxabajji 6 yoo ta'u, guyyaa kana dura guyyaa sadi, guyyaa kana booda immoo guyyaa lama (waxabajji 4 haga waxabajji 8), walqunnaamtiin saalaa yoo raawwatame carraan ulfaa’uu jiru olka’aadha.
Kanaafuu Namni tokko dafee ulfaa’uu yoo barbaade Reenjii olitti tuqne kana giddutti walqunnamtii saalaa baay’isuu qaba jechuudha.
---
𝐏𝐡𝐚𝐫𝐦𝐚𝐜𝐢𝐬𝐭 𝐄𝐥𝐢𝐚𝐬
Fayyaa fi dhimmoota qorichaan walqabatan irratti Gaafii gaafachuudhaaf akkasumaas Barnoota gara garaa fi Odeeffannoowwan fayyaa argachuudhaaf @Pharmacist_Elias Iddoowwan armaan gadii kanneen irratti na hordofaa:
◆Telegram: https://t.me/Pharmacist_Elias
◆Facebook: www.fb.com/PharmacistElias
◆Youtube: www.youtube.com/PharmacistElias | 3 287 |
| 14 | SAGANTAA MARII KAN KALLATTII.
---
Share…Share…Share…!
Marii dhimma Aqiidhaa fi Manhajaa irratti ustaaz Abu Suleymaanii fi Jamaal Haajii giddutti gaggeeffamee ture. Kutaa Lammaffaan Har’a Kallattiidhaan kan gaggeeffamu yoo tahu; Akka sa’aa biyya keenyaatti Sa’aatii 10:30 (Akka Saudiitti Sa’aatii 4:30 pm) irraa eegalee toora social media Armaan gadii kanneen irratti nu hordofuu dandeessu
◆ Peejii Fb Biiftuu Sunnaa ☞ https://www.facebook.com/BiiftuuSunnaa
◆Youtube Biiftuu Sunnaa ☞https://www.youtube.com/channel/UCzaL1TOlLN7hPvlvSdJdlvA/videos
◆Youtube Gaachana Media ☞ https://youtube.com/GaachanaMedia1 | 649 |
| 15 | "Gaachana Media''
-*-*-*-*-*-*-*-*-*-*-*-
'Gaachana Media' Gaachana diin-islaami, shira keessaa fi alaa kan amantii islaamaa irratti gaggeeffamu saaxiluufi qolachuuf hundaa'e. Kanaafuu Namni amantii islaamaatiif quuqamtu hundi waan dandeessuun miidiyaa kana gargaari. Kana gochuudhaaf akkaawuntii baankiitti maallaqa nuuf galchaa jechaa hin jirru. Nuti Rabbiif jecha hojjenna wanti isinirraa eeggamu garuu ergaan keenya nama hunda bira gayuuf #Share #Like #Subscribe gochuudhaan nu jajjabeessaa. Uuda (platform) miidiyaalee hawaasummaa (social media) armaan gadii sadeen kanneen irratti nu hordofaa. Namoota biraatiufis #Share godhaa. Deeggarsa keessaniif gamanumaa isin galatoomfachuu barbaadna.
---
Telegram: https://t.me/GaachanaMedia
Facebook: www.fb.com/GaachanaMedia
Youtube: https://youtube.com/GaachanaMedia1
❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊ | 1 374 |
| 16 | Kiristaanootaatu dhugaa dubbate moo Iyyesuusi?
-
KKIRISTAANOOTA:-
"Iyesus ilmaan nama baasufi dhiiga ofii dhangalaase male Amanta ofii ballifachuufi jecha dhiiga nama hinjisine"
-
🔪Macaafa Qulqulluu keessatti Iyyesuus Akkana Jedha🗡:-
……………………………………………………
🔪«Yesuus Immoo, "Biyya Lafaa Irratti nagaa fiduudhaaf Waanan dhufe isinitti hin fakkaatin; ani #billaa fiduufan dhufe malee, nagaa fiduudhaaf hin dhufne. Ani nama tokko abbaa isaa wajjiin, intala haadha ishee wajjin, haadha manaa ilma amaatii ishee wajjiin walitti naquuf dhufeera.»jedha (matewos 10:34-45)🗡
…………………………………………………
🔪«Yesus, "Ani ibidda lafa irra buusuudhaafan dhufe; ibiddichi utuu kanaan dura bobeeffameera ta'ee attamnan hawwan ture.»(Luqaasi 12:49)🗡
…………………………………………………
🔪«Amma garuu diinota koo warra isaan irratti mo'uu koo hin barbaanne kana, as fidaa ija koo duratti isaan #gorra'aa!' jedhee abboome." jedhe.»(Luqaasi 19:27)🗡
…………………………………………………
🔪«Inni immoo deebisee, "Amma garuu, horii, qalqalloos kan qabu haa fudhatu; namni waa hin qabne immoo wayyaa isaa gurguree #billaa haa bitatu!»(Luqaas 22:36)🗡
…………………………………………………
🔪Isiniifi Iyyesuus kamtu dhugaa dubbate laata🗡❓
Dabalataaf Gaachana Media irratti nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/GaachanaMedia
Facebook: www.fb.com/GaachanaMedia
Youtube: https://youtube.com/GaachanaMedia1
Website: https://gaachana.wordpress.com/
❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊ | 1 240 |
| 17 | ERGAA GABAABDUU!-{kutaa-2ffaa}
.
{Qajeelfamoota saglan…!}
.
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa ta’eetiin.
Yeroo baay’ee ilmi namaa gochaanis ta’ee jechaan, wanti daangaa walitti dabruuf qajeelfamoota Rabbiin(s.w) qur’aana isaa kabajamaa keessatti lafa nuuf kaa’ee hubachuu fii itti hojjechuu dhabuu irraa kan ka’ee dha. Rabbiin(s.w) suuratul hujuraat keessatti mu’mintootaaf qajeelfama 9(sagal) lafa kaa’ee jira. Namni kamiyyuu nama kamiiniyyuu irratti waa dubbachuun dura qajeelfamoota saglan kanneen yaadachuun dirqama. Qajeelfamoonni kunniin maal fa’aa dha:-
.
1. Dubbii adda baafadhaa(فَتَبَيَّنُوٓاْ):-
●Yeroo Oduun takka nama irraa siif dhufte oduu sun tamsaaftee erga miidhaan lubbuu keetirra yookiin nama biraa irra ga’e gaabbuurra jalqaba oduu san mirkaneeffachuutu sirra jira. Rabbiin(s.w) akkana jedha:-
.
«Yaa warra amantan! Yoo fincilaan tokko oduun isinitti dhufe, akka wallaalumaan namoota miitanii, ergasii waan hojjattan irratti hin gaabbineef dubbii adda baafadhaa.»(Al-hujuraat 49:6)
.
2. Wal qixxeessaa(وَأَقۡسِطُوٓاْۖ):-
.
«...wal qixxeessaa Dhugumatti, Rabbiin warra wal qixxeessan jaallata.»(Al-hujuraat 49:9)
.
3. Tolchaa(فَأَصۡلِحُواْ):-
.
«Mu’uminoonni obboleeyyani; kanaafuu gidduu obboleeyyan keessanii tolchaa Akka mararfatamtanuuf jecha Rabbiin sodaadhaa.»(Al-hujuraat 49:10)
.
4.Hin tuffatin(لَا يَسۡخَرۡ):-
.
«Yaa warra amantan! Dhiironni dhiirota biraa hin tuffatin Isaan irra caaluun isaanii (tuffatamtootaa) ni mala. Dubartoonnis dubartoota biraa (hin tuffatin)Isaan irra caaluun isaanii (tuffatamtootaa) ni mala.»(Al-hujuraat 49:11)
.
5. Maqaa wal hin xureessinaa(وَلَا تَلۡمِزُوٓاْ):-
.
«Tokkoon keessan isa biraa maqaa hin xureessin,»(Al-hujuraat 49:11)
.
6. Maqaa qoosaatiin wal hin arrabsinaa(وَلَا تَنَابَزُواْ):-
.
«…Maqaa qoosaatiin wal hin arrabsinaa Erga amanuutii maqaan faasiquummaa (amantiin alaa) akkam fokkataa dha! Namni hin tawbatin, isaanumatu miidhaa raawwattoota.»(Al-hujuraat 49:11)
.
7. Seehaa (mamii) irraa Hedduu fagaadhaa(ٱجۡتَنِبُواْ كَثِيرٗا مِّنَ ٱلظَّنِّ):-
.
«Yaa warra amantan! Hedduu seehaa (mamii) irraa fagaadhaa; gariin seehaa diliidha.»(49:12)
.
8. Wal hin basaasinaa(وَلَا تَجَسَّسُواْ):-
.
«…Walis hin basaasinaa…»(Al-hujuraat 49:12)
.
9. Gariin keessanis garii hin hamatin(وَلَا يَغۡتَب بَّعۡضُكُم بَعۡضًاۚ):-
.
●Wal hamachuun akka nama foon du’aa walii nyaachuuti. Namni kamiyyuu foon obboleessa isaa du’aa kutatee nyaachuu akka hin barbaadne dhugaa ifa galtuu dha. eega akkas ta’e foon obboleessa isaa jiraa nyaachuu hoo maalif hin jibbine. Rabbiin(s.w) akkana nuun jedha:-
.
«Gariin keessanis garii hin hamatin Tokkoon keessan foon obboleessa isaa odoo du’ee jiruu nyaachuu ni fedhaa? (Yeroo) san ni jibbitanii (isa jiraa hoo maalif nyaachuu feetan?)»(Al-hujuraat 49:12)
.
•►Goolabbii…!
●Mu’mintoonni yeroo hunda aayaata Rabbii yaadachuufii wal yaadachiisuun dirqama. Rabbiin(s.w) qur’aana isaa kabajamaa keessatti akkana jedha:-
.
وَذَكِّرۡ فَإِنَّ ٱلذِّكۡرَىٰ تَنفَعُ ٱلۡمُؤۡمِنِينَ
.
«Yaadachiisi; yaadachiifni mu’uminoota ni fayyaddii.»(Suuratul Zaariyaat 51:55)
.
Eyyeen! Yeroo waa dubbanna yookiin hojjennu hunda yoo xiqqaate Qajeelfamoota salgan(9) kanneen yaadachuu qabna. Hamtuu irraa gorree kheeyrii addunyattis aakhirattis nu fayyaddu hojjechuu qabna. Qajeelfamoota kanneenis ta’ee, Qajeelfamoota biro kan Rabbiin(s.w) qur’aana isaa keessatti, Rassuulli(ﷺ) immoo hadiisa isaa keessatti nuuf lafa kaaye hunda itti hojjechuu nuuf haa laaffisu. Wassalaam aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh…
_______________
...✍ Gaachana Media
_______________
Dabalataaf Gaachana Media irratti nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/GaachanaMedia
Facebook: www.fb.com/GaachanaMedia
Youtube: https://youtube.com/GaachanaMedia1
Website: https://gaachana.wordpress.com/
❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊ | 591 |
| 18 | ERGAA GABAABDUU!-{kutaa-1ffaa}
.
{Kabajaa Dubartii Muslimaa Eeguu!}
.
Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa ta’eetiin.
Amantiin Islaamaa naamusaa fi kabaja ilma namaatiif amantii xiyyeeffannaa guddaa kannituu dha. keessaattuu kabajaa nama muslimaa. Keessaattuu kabajaa dubartii muslimaa. Namni tokko waan nama tokko jibbe qofaaf maq-balleessa baay’ee irratti raawwachuu ni danda’a. keessattuu jaarraa amma keessa jirru kana keessatti meeshaalee tekinooloojii kan barri fidetti fayyadamuudhaan wanta baay’ee hojjechuun ni danda’ama. Hanga tabaroo ilma namaatti jechuu kooti. Haa ta’uu malee garuu wanti tokko kan akka muslimaatti nuti dagachuu hin qabne osoo naamusa nama muslimaa tokko salphisuu fii kabajaa nama muslimaa tokko salphisuun dhoorkaa akka ta’ee dha. Yoo kijibaan Maqaa Namaa balleessitee kabajaa nama tokkoo yookiin dubartii qulqulluu taate takkaa salphifte kun immoo dilii gurguddoo irraayi.
Rabbiim(s.w) qur’aana isaa kabajamaa keessatti akkana jedha:-
.
إِنَّ ٱلَّذِينَ يَرۡمُونَ ٱلۡمُحۡصَنَٰتِ ٱلۡغَٰفِلَٰتِ ٱلۡمُؤۡمِنَٰتِ لُعِنُواْ فِي ٱلدُّنۡيَا وَٱلۡأٓخِرَةِ وَلَهُمۡ عَذَابٌ عَظِيمٞ
.
«Dhugumatti, isaan dubartoota tikfamoo, sagaagalummaa irraa dagatoofi mu’uminoota ta’an maqaa xureessan, addunyaafi Aakhiraattis abaaramaniiru Isaaniif adabbii guddaatu jira»(Suuratu An-Nuur 24:23)
.
●►Keewwata qur’aanaa kana keessatti Rabbiin(s.w) namoota “dubartoota tikfamoo, sagaagalummaa irraa dagatoofi mu’uminoota ta’an maqaa xureessan” ni akeekkachiise. Namoota dubartii muslimaa qulqulluu kan sagaggaalumma hin hojjetin maqaa balleessu Rabbiin(s.w) isaan addunyaafi Aakhiraattis isaan abaare. Aakhiratti adabbii guddaa isaaniif qpheesse. Namoonni akkasii san rahmata Rabbii irraayillee fageeffamoo dha.
.
●Rassuulli Rabbii(ﷺ) hadiisa isaanii keessatti akka dubbatanitti maqaa dubartoota tikfamoo, sagaagalummaa irraa dagatoofi mu’uminoota ta’anii xureessuun cubbuu gurguddoo Azaaba nama seensiftu irraa akka taatee dha. mee hadiisa kana waliin haa ilaallu:-
.
عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ، عَنِ النَّبِيِّ صَلَّى اللهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ قَالَ: «اجْتَنِبُوا السَّبْعَ المُوبِقَاتِ»، قَالُوا: يَا رَسُولَ اللَّهِ وَمَا هُنَّ؟ قَالَ: «الشِّرْكُ بِاللَّهِ، وَالسِّحْرُ، وَقَتْلُ النَّفْسِ الَّتِي حَرَّمَ اللَّهُ إِلَّا بِالحَقِّ، وَأَكْلُ الرِّبَا، وَأَكْلُ مَالِ اليَتِيمِ، وَالتَّوَلِّي يَوْمَ الزَّحْفِ، وَقَذْفُ المُحْصَنَاتِ المُؤْمِنَاتِ الغَافِلاَتِ»
.
Abu hureeraa’n(رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ) Nabiyyii Rabbii(ﷺ) irraa akka odeessetti:-
“Dilii/cubbuu 7(torba) tan nama halaaktu(ibiddatti nama geessitu) irraa fagaadhaa.” ‘Yaa ergamaa Rabbi(ﷺ) isiin sun tami?’ Jedhanii gaafatan. “Rabbitti waa qindeessuu(shirkii), sihrii, Lubbuu Rabbiin (ajjeessuu) haraama godhe haqaan ala ajjeesuu, Qabeenya yatiimaa nyaachuu, Dhala(ribaa) nyaachuu, dirree lolaarraa dheeysuu fi dubartoota tikfamoo, mu’uminoota fi sagaagalummaa irraa dagatoo ta’an maqaa xureessuu dha.” jedhan.[Sahiih muslim 1/89 fi Sahiih Al-Bukhaarii 4/2766]
.
●Eegaa! Dhimmi nuti akka laaftutti ilaalaa jirru kun kan gara ibiddaatti nama geessu erga ta’e. yaa kabajamtootaa fii jaalatamtoo obboleewwan muslimaa gochaa fii jecha keenya keessattiis taphaafis ta’ee dhugaaf naamusaa fi kabajaa dubartii muslimaa salphisuu irra haa of eegnuu.
.
Ammallee namausaa fii kabajaa nama muslimaa kamiyyuu salphisuu irraa haa of qusannuu. Namni muslimaa wal guddisa malee wal hin salphisu; wal gorfata amlee wal hin jibbu waan ta’eef.
.
Inshaa Allaah yoon haqa qunname Rabbuma kiyyarraayi. Yoon dogoggore immoo sheeyxaanaa fii lubbuu tiyyarraayi. Wallaahu A’lam! Hanga kutaa itti aanuun walitti deebinutti Wassalaam Aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh.
___________________________
...✍ Gaachana Media
___________________________
Dabalataaf Gaachana Media irratti nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/GaachanaMedia
Facebook: www.fb.com/GaachanaMedia
Youtube: https://youtube.com/GaachanaMedia1
Website: https://gaachana.wordpress.com/
❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊ | 581 |
| 19 | KUNIIS NI JIRA...!
.............
.............
.............
Namticha jiraachuu rabbiitti hin amanne(atheist) tokkootu yeroo baay’ee namootni amantii garagaraa amantii tiyyatu dhugaadha lakki tiyyatu dhugaadha jedhanii yeroo wal morman waan dhagayuuf mee aamantoota kanniinirra muxannon argadhu yoo jiraate jechuudhaan amantiilee gurguddo addunyaa tanaa warren jedhaman:-Amantii Islaama,Kiristiyaana fi Yahuudaa irraa beektoota tokko tokko waamuudhaan gaafii faafachuu jalqabe.
Jalqaba Beekaa Amantii Yahuudaatiin ❝Mee Akka Amantii keessaniitti Eenyuutu Jannata seena?❞ jedhee gaafate.
Yahuudichiniis ❝Akka Amantii Teenyaatti Namni Tokko Yoo Nabi Muussatti Amanee Kitaaba isarratti bu’e(Towraat) Qeebale Jannata Ni Argata Kanan Ala Kan jiru hundi Warra Ibiddaati❞ Jechuudhaan Deebise.
Athiestichi ammalle itti aansuudhaan Gaafuma wal fakkaata kan ❝Akka amantii keessaniitti Eenyuutu jannata Argata?❞ jedhu Beekaa Amantii kiristiyaanaa kanaaf dhiheessef.
Kiristaanichiis ❝akka amantii keenyaatti namni tokko iyyesuusitti amanee kitaaba isarratti bu’e(injiil) yoo amane malee kan biraa hundi qabsiisaa/qoraan ibiddati!❞ jechuun deebise.
Namtichi(Athiest)’n itti fufuudhaan gaafuma isa armaan olii kana ❝mee jarri lamaan yaada isaanii ibsanii, Atihoo Akka Amantii Islaamatti Eenyuutu Kan Jannataati Eenyuutu Kan Ibiddati?❞ Jechuun Aalima amantii Islaamaa bakka bu’eef gaaffii dhiheessef.
Aalimtichiniis ❝jalqaba gara yaada amantii islaamaatti dhufuu kootiin dura qabxiilee jarri lamaaan kaasan irratti yaada(comment) kennun barbaada.❞ jechuun akka armaan gadii kanatti ibseef.
❝Dhugumatti akka yahuudiin jedhutti Nabi Muusatti Amanuu fii Kitaaba Isarratti Bu’e(Towraat) qeebaluun jannata kan nama galchu yoo ta’e Nuti Muslimoonni Shakkii Tokko Malee isaanii wajjiin jannata ni seenna,sababni isaas Muusaan Ergamaa Rabbii Ta’uu Itti amanna,Towraatis Rabbirra akka kennameef ni amanna waan ta’eef.❞ jechuudhaan yaada yahuudichaa irratti erga yaada kennen bood itti fufuudhaan:
❝Osuma Ta’eelle Ammaas akka kiristaanni Jedhu Jannatni Kan argamu Iyyasuusitti Amanuu fi Kitaaba isarratti bu’etti amanuudhaan yoo ta’ees Nuti Muslimoonni Yeroo Lammaffaatiif kiristaanoota wajjiin Jannata kan gallu/ seennu ta’a ,sababni isaas Nuti Muslimoonni Iyyasuus Ergamaa Rabbii Ta’uu Ni amanna Akkasuma Kitaabni Injiil jedhamu akka kennameefis ni amanna waan ta’eef.❞ jedhee ibsa gabaabaa erga kenneefii booda itti aansuudhaan,
❝Haa ta’uu malee garuu karaan Jannataa kan dhugaa yeroo ammaan tanaa kan argamu Nabiyyii Mahmmed(s.a.w) tti amanuu fi Ergaa Rabbii kan Xumuraa Kan Ergamaa Xumuraa irratti Bu’e Qur’aana Qeebalanii Hojiirra Oolchuudhaan Qofa Waan Ta’eef Ulaagaa kanaaniis Jannata Kan argatu Muslimoota Qofa Yoo ta’u kan kanaa ala jiru hundi warra ibidda ta’uun waan shakkii hin qabneedha.❞ jechuudhaan shaakkii tokko malee jala sararee warra qalbii bilisa taate qabuuf ergaa gabaabduu kan Namni Keessatti Of ilaalu Lafa Kaa’eef.
===========ALHAMDULILLAH===========
{Amantiin Islaama Nabiyyi Tokkotti amanaa tokko dhiisaa hin jettu Kitaaba tokkotti amanaa Tokko dhiisaa hin jettu,akkasuma dhugaa dhooysaa hordoftoota horadhaa illee hin jettu}
_______
...✍ Gaachana Media
_______
Dabalataaf Gaachana Media irratti nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/GaachanaMedia
Facebook: www.fb.com/GaachanaMedia
Youtube: https://youtube.com/GaachanaMedia1
Website: https://gaachana.wordpress.com/
❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊ | 561 |
| 20 | GAAFA GAD AANTUMMAAN SI BOOJI'E!
*-----------------------------*------------------------------*
Namtichaatu akkuma biyya wayii dhaqetti saree gaabbbinaa konkolaataa teessee adeemtu arge. Yeroo kana maal jedhe sitti fakkaata? ❝Ah Osumaan sareedhuma tanallee tahee maal qaba.❞ jedhe. Yeroo kana hiriyyaan isaa kan isa cinaa jiru ❝Aboo ati osoo saree taatee illee saree gaabbinaa teessu rana osoo hin taane, saree tanuma gujufa namaa irraa balfaa fi bocola funaantu san taata.❞ jedheenii deebiseef jedhan.
-
Eyyeen! Gaafa miirri gad aantummaa si booji'e akkana. Kan ol jedhee mul'te hundi waanuma si caalu sitti fakkaateeti Waan sii gadii tahuuf hawwita. Beekkamaan hundi beekaa sitti fakkaateeti fakkeenya godhattee hallayyaa wajjiin seenta. Obboleessoo! Obboleettii... waan hunda dura miira gad aantummaa kan si keessa jiru ajjeesi. Injifadhu. Sammuun ilma namaa wal qixa akkataa itti fayyadamaatu wal dhaba malee. Kanaaf Namoota babbeekkamoodhaaf jilbiiffachuu jalaa of bilisoomsi. Beekkamaa tahuurra beekaa tahuun akka caalu beeki. Beekkamtummaa fi beekaa tahuunis gara gara tahuu beeki. Gonkumayyuu wantaa fi nama sii gadii tahuuf hin hawwin hadaraa!
___
...✍ Gaachana Media
___
Dabalataaf Gaachana Media irratti nu hordofaa:
Telegram: https://t.me/GaachanaMedia
Facebook: www.fb.com/GaachanaMedia
Youtube: https://youtube.com/GaachanaMedia1
Website: https://gaachana.wordpress.com/
❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊ | 577 |
