Siinqii Aakhiraa.
Open in Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
769
Subscribers
+824 hours
+567 days
+12730 days
Posts Archive
Barnoota hadiisaa asirratti kennamaa jiru....
[@download_it_bot mp3] hadiis 11.mp39.87 MB
Kutaa Kudha tokkoffaa(11)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.51 MB
📚 Kutaa Kudha Tokkoffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/E7B_IqTDMLA?si=aZTvimsXb86L6XHA
Odeessan hadiisa kanaa eenyu 👇
«إِنَّ الدُّنْيَا حُلْوَةٌ خَضِرَةٌ، وَإِنَّ اللَّهَ مُسْتَخْلِفُكُمْ فِيهَا، فَيَنْظُرُ كَيْفَ تَعْمَلُونَ، فَاتَّقُوا الدُّنْيَا، وَاتَّقُوا النِّسَاءَ، فَإِنَّ أَوَّلَ فِتْنَةِ بَنِي إِسْرَائِيلَ كَانَتْ فِي النِّسَاءِ».
(رَوَاهُ مُسْلِمٌ)
👇Deebii Comment jala kaayaa.👇
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
➤ Barattoonni Qormaata Torbee 1ffaa Barnoota Hadiisaa sababa akkaataa qormaataa hubachuu dhabuu yookaan sababa adda addaatiin isin jalaa darbeef:
🔖 Qormaanni kun hanga boru Roobii 29/18 halkan sa'aatii 1:00 irra deebiin waan banameef, gara marsariitii (website) seenuun qormaata keessan akka xumurtan isin beeksifna.
Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=50============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun isin yaadachiifna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Hadiisaa kutaa 10ffaa hojjadhaa👇
https://quizzory.in/id/6a71a3b8d14149b211099561
📚 Kabajamtoota barattoota keenya,
Gaafii kana irratti hirmaadhaa. Deebii sirrii filachuun beekumsa keessan cimsaa; hiriyoota keessanis akka irratti hirmaatan affeeraa.
Gaafii:👇
Sa'id ibn Maalik ibn Sinaan Al-Ansaarii (RA) Nabiyyii (SAW) waliin duula kam irratti hirmaate?
A. Badrii qofa
B. Uhud qofa
C. Kandaqii fi waan isa boodaa
D. Duula hunda irratti
✍️ Deebii keessan keessaa tokko filadhaa Comment jala kaayaa.
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
[@download_it_bot mp3] Hadiisa Barnoota 10ffaa.mp38.80 MB
Kutaa Kudhanaffaa(10)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.65 MB
📚 Kutaa Kudhanaffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/mrQREm0H0WY?si=-OzBpUA5-0dqcOmF
Kabajamtoota Barattoota Keenya ammas gaafin itti fufa garee kana hiriyoota keessaniifis ergaa .
gaafin 2ffaa akkana jedha👇
Odeessaan hadiisa kanaa eenyu?
«إِنَّمَا مَثَلِي وَمَثَلُكُمْ كَمَثَلِ رَجُلٍ أَوْقَدَ نَارًا، فَجَعَلَ الْجَنَادِبُ وَالْفَرَاشُ يَقَعْنَ فِيهَا، وَهُوَ يَذُبُّهُنَّ عَنْهَا، وَأَنَا آخِذٌ بِحُجَزِكُمْ عَنِ النَّارِ، وَأَنْتُمْ تَفَلَّتُونَ مِنْ يَدِي».
(أَخْرَجَهُ مُسْلِمٌ)
Ergamaan Rabbii (SAW)
akkana jedhan: "Fakkeenyi kiyyaa fi keessan akka namicha ibidda
qabsiiseeti, kan awaannisaa fi billaachi ibidda kana keessa bu'uuf deeman, inni ammoo iraa isaan dhoorga, anis muldhii keessan qabee ibidda irraa isin dhoorga, isin ammoo na harkaa baafattanii gara isaa deemtu!" Muslimtu gabaase.
Odeessaan Hadiisa kanaa eenyu?
Deebii keessan comment jala kaayaa 👇
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌹 Jazaakumullaahu Khayran!
Galatoomaa barattoota keenya kabajamoo, hirmaannaa gaaffii irratti taasiftaniif. Hirmaannaan keessan fedhii barachuu fi kutannoo keessan ni agarsiisa. Rabbiin beekumsa isiniif haa dabaluu, hojii keessanis isin irraa haa qeebalu.
Barnoota keessan cimaa hordofaa , Rabbiin milkaa’ina isiniif haa kennu.
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
Gaafii kana irratti hirmaadhaa👇
Jaabir ibn Abdullaah (RA) Rasuula (SAW) wajjiin duula meeqa duule?👇
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Hadiisaa kutaa 9ffaa hojjadhaa👇
https://quizzory.in/id/6a6fabbc30d2112699449602
[@download_it_bot mp3] Hadiisa Barnoota 9ffaa.mp38.89 MB
Kutaa Saglaffaa(9)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.49 MB
📚 Kutaa Saglaffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/nxGt3Giw0z4?si=k_sew3Ayr_VTBufK
🌹 Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuh.
Kabajamtoota miseensota Siinqii Aakhiraa, akkam bultan?
Rabbiin bultii keessan nagayaa, rahmataa fi barakaa isiniif haa godhu. Guyyaa har'aa kana hojii gaarii, zikrii fi beekumsa bu'a qabeessa keessatti isin haa tursiisu. Aamiin.
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
*Beekumsi shari'aa irra Guddaa Wanta iimaana namaaf argamsiisuu fi Dabaluuti. Rabbi ﷻ fii Rasuula isaa ﷺ beekuun,Diin Allaahaa fii Sunnaa Rasuula isaa ﷺ hubachuun irraa guddaa Sababoota iimana qalbii keessatti Mirkaneessanii fii dabalaniidha. Namni tokko hanguma ilmii baay'ee qabu; iimaana qabaachuu fii Mirkaneeffachuttillee irra guddaadha.
https://t.me/SiinqiiAakhiraa
