Bu’aan Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii Birrii Biiliyoona 3.4 Irraa Gara Biiliyoona 43tti Guddate – Abiy Ahimad
🚆 Ministirri Muummee Abiy Ahimad haaromsa dhaabbatichaatiin bu’aan isaa dachaa 12 ol guddatee Birrii biiliyoona 43 ga’uu ibsaniiru.
📈 Dandeettiin imaltoota geejjibuu kuma 198 irraa gara kuma 588tti, fe’umsaa immoo toonii miiliyoona 1.3 irraa gara miiliyoona 4.3tti guddateera.
Daandiin baaburaa kun buna alatti ergamu keessaa %95 fi xaa’oo galfamu keessaa %25 geejjibaa jira. Aammaas, Itiyoophiyaan dandeettii biyya keessaa qofaan daandii baaburaa kiiloo meetira 100tti dhiyaatu ijaaraa jirti.
🔸 Sputnik Afrikaa | X | Nu Qunnamaa 🔸
28 Nov, 02:01
