en
Feedback
Siifol Tech

Siifol Tech

Open in Telegram

Stay updated with the latest technology news, AI, gadgets, apps, software tips, digital skills, and tech tutorials. Learn, innovate, and grow with us every day. 🌐📱 Contact: @Gech_Online

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
2 906
Subscribers
-424 hours
+347 days
+19630 days
Posts Archive
Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄📊⬇️ ┃📩Now Speak English ┃─ ┃😀Daily Info ┃─ ┃😁Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓Kana Beektuu ┃─ ┃👤@Gaggeessummaa ┃─ ┃📚@Books_Club12 ┃─ ┃😄Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍Seenaa Oromoo ┃─ ┃✉️ Join 10K+ Special Channel ┃─ ┃ © Books and Psychology ┃─ Ariifadhaa Join Godhadhaa!👇👇 Free promotion ✍️Contact: @Getu_Abera

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

27 Hagayya 2026 Gargaarsa hubannoon namtolcheen(AI)'n baqaqsanii yaaluun sammuu jalqabaa taasifame Nama wal'aansi baqaqsanii
27 Hagayya 2026 Gargaarsa hubannoon namtolcheen(AI)'n baqaqsanii yaaluun sammuu jalqabaa taasifame Nama wal'aansi baqaqsanii yaaluu taasifameefMadda suuraa,UCH Dhukkubsataan addunyaa jalqabaa deeggarsa AI'dhaan wal'aansa baqaqsanii yaaluu sammuu taasifate. Riyaas Hibeert abbaa ijoollee lamaa lammii UK otoo wal'aansa kana hin taasifanne taheetii qaroosaa dhaba ture jedhe hakiimni Hospitaala Yunivarsiiti Kooleejii Landan. Meeshaan AI viidiyoo isaaf kenname xiinxaluun hakiimonni baqaqsanii yaaluu kanarratti hirmaatan akka isaan ujummoo dhiigaa dhokataa sammuu keessa jiru akka itti hin buune itti agarsiisaa gorsaa ture. Dhiitoo sammuu keessa ture hidda dhiigaa biraatti otoo hin bu'in akka baasan gargaareera. ''Gama dhukkubsataaf gargaarsa kennuun baayyee bu'aa qabeessa. Sababiin ammoo sammuu keessa mallattoon karaa sitti agarsiisu hin jiru,'' jedhe Hiibeert. Sammuun nama kanaa qoratamuun booda dhiitoo kaansarii hin qabne keessatti argameera. Akkuma ChatGPT meeshaan AI kuni viidiyoon sammuu nama dhukkubsataa itti kenname jennaan tokko, tokkoon adda baasee iddoo rakkoon jiru mallattoo kaa'uun hakiimota gargaare.

👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵‍💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © ┃_ ┃@HamboofAroon1 🚩 ┃_ ┃Motivational Tips ✔️ ┃_ ┃@Bilchina_Sammuu 💌 ┃_ ┃Inspired Life 💜 ┃_ ┃@Kana_Beektuu24 ┃_ Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃@Amharic_Proverb ✔️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵‍💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © ┃_ ┃@HamboofAroon1 🚩 ┃_ ┃Motivational Tips ✔️ ┃_ ┃@Bilchina_Sammuu 💌 ┃_ ┃Inspired Life 💜 ┃_ ┃@Kana_Beektuu24 ┃_ Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃@Amharic_Proverb ✔️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍

Repost from Hope Promotion
Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera

☎️ Koodiiwwan Barbaachisoo Bilbiloota Android (Ethiopia keessatti) 1️⃣ Lakkoofsa IMEI ilaaluuf 👉 *#06# IMEI (International M
☎️ Koodiiwwan Barbaachisoo Bilbiloota Android (Ethiopia keessatti) 1️⃣ Lakkoofsa IMEI ilaaluuf 👉 *#06# IMEI (International Mobile Equipment Identity) bilbila keenyaa beekuuf nu fayyada. 2️⃣ Call Forwarding (Bilbila gara biraatti darbuu) ilaaluuf 👉 *#21# bilbilli keenya bilbila biroo irratti hidhamuu fi dhiisuu isaa baruuf nu fayyada. 3️⃣ Call Waiting (Bilbilli keenya qabamee jiraachuu beeksisu) 👉 *43# Yoo bilbila keenya itti haasawa jiranne namni biraan yoo nuuf bilbile akka nu beeksisu gochuuf. 4️⃣ Lakkoofsa keenya yeroo namaaf bilblillu akka hin mul’anne gochuuf 👉 *31# Lakkoofsi keenya nama biraatti akka hin mul'anne gochuuf– private number jechuun mul’ata.

➡️ Waa'ee Software Engineering. 📚 Software Engineering'n damee injinariingii yeroo ammaa barattoota hedduun biratti jaallatamaa jiruudha. sooftiweerota adda addaa (System or application softwares) uumuu fi hojjechuuf field'n yunivarsiitiiwwan keessatti dhiyaatu 'Software Engineering' jedhama.     📚 Sagantaa digirii jalqabaan software engineering'n waggaa meeqa fudhata? ⏳ Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa hedduun keessatti yeroo baayyee waggaa 5'f baratama. 📚 Barataa akkamiitu Software Engineering seenuu qaba? 🌟 Software Engineering seenuuf program irratti fedhii kan qaban seenuun filatamaadha. programming Software Engineering keessatti  kennaman irratti gaarii ta’uuf Mathematics (keessattuu discrete mathematics) irratti gaarii ta’uun barbaachisaadha. 📚 Barattoonni Software Engineering seenan wantoonni isaan beekuu qaban maali 🎯 Barataan Software Engineering baratu tokko barnoota Programming Language armaan gadii fudhachuu fi beekuun dirqama.  📚 Programming language keessaa isaan warreen ijoon muraasni 👨‍💻•  C++ 👨‍💻•  JAVA 👩‍💻•  PYHTON 👨‍💻•  C# 👩‍💻•  HTML 👨‍💻•  CSS 👩‍💻• JAVASCRPT 👨‍💻 PHP  📚 Barataan  Software Engineering eebbifame tokko hojii akkamii hojjechuu danda'a 📚1.  Applications Developer 📚2.  Cyber Security Analyst 📚3.  Game Developer 📚4.  Information Systems Manager 📚5.  IT Consultant 📚6.  Multimedia Programmer 📚7.  Web Developer 📚8.  Web Designer 📚9.  Software Engineer 📚 Carraan hojii Software Engineering maal fa'a 🎯 Digirii Software Engineering'n ergan eebbifamee booda hojii argachuu hin danda'uu🤔❓ Hin yaadda'inaa carraan hojii bal'aatu jira. Dhugaa dubbachuuf dameewwan Injinariingii biroo irraa wanti adda isa godhu tokko hojii mootummaa hojjechuun dirqama miti. Namni Software Engineering irraa eebbifame ofii isaatiin hojii adda addaa hojjechuu danda'a. 📚 Software Engineering cimaa moo salphaadha🤔❓ 🎯 Koorsootni Software Engineering jalatti kennaman irra caalaan isaanii programming language, data structure fi architecture of computer system yoo ta’u, isaan kana akka gaariitti hubachuu fi shaakaluu yoo dandeesse field baayyee nama gammachiisu fi baayyee salphaadha. 📚 Namni software engineering'n eebbifame tokko Galii hammamii argachuu danda'a 😋 ⌨️ Namni Software Engineering'n eebbifame tokko mindaa baayyee gaarii argata. Ji'atti mindaa ka'umsaa xiqqaan qarshii kuma 10 fi isaa ol argata, kanarra darbees hojii idileetiin ala hojii mataa keetii hojjechuu waan dandeessuuf galii baayyee gaarii argatta. Kun ibsa gabaabaa waa'ee software engineering ti.

Koomputerri Maali? (Hiikaa fi Bu'uura) ​Namoonni baay’een koomputara waan salphaa godhanii yaadu, garuu hojii isaanii adda ad
Koomputerri Maali? (Hiikaa fi Bu'uura) ​Namoonni baay’een koomputara waan salphaa godhanii yaadu, garuu hojii isaanii adda adda dha. Mee sirriitti haa ilaalluu. ​🌐 Koomputerri maalii? Koomputera jechuun meeshaa elektironiksii data (odeeffannoo) fudhate, sassaabe, hojjete, fi xumura irratti bu’aa isaa kennudha. ​💻 Jecha salphaan: =>> Koomputara = “Hojjetaa data saffisaa” ​📌 Hojii isaa: =>> Data (Galchituu) fudhata =>> Data sana hojjeta (Processing) =>> Bu'aa (Baastu) kenna =>> Odeeffannoo ol kaa’ata (Storage) ​🧠 Fakkeenya: ​Data (Inputs) → Koomputara → Odeeffannoo (Outputs) ​🛠️ Qaamota Bu'uuraa: Koomputerri qaamota gurguddoo lama qaba: ​1️⃣ Hardware (Qaama Mul'atu): =>> Koomputara fi meeshaalee qabataman (Monitor, Keyboard, Mouse, CPU box) ​2️⃣ Software (Tantitaa): =>> Qajeelcha koomputaraa hojjechiisu (Windows, Browser, Application-wwan) ​🔗 Akkamitti waliin hojjetu? Sirni isaanii akka kana gadii fakkaata: ​Fayyadamaa → Software → Hardware → Hojii Xumurxu 💡Siifol Tech📝

💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,...⏩See Mo
💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,...⏩See More 👉  See More          See More ❌ Dhiironni ariitiin jaalala simatan dhuma irratti,...➡️See More

❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa gurguddoo 4 ...⏩ As tuquun dubbisaa 👇👇 See More See More
❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa gurguddoo 4 ...⏩ As tuquun dubbisaa       👇👇      See More      See More

👋Hi! ╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗ ║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║ ║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║ ╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~ 🔵 Join the Best Channels below 👇 Reading Materials & Psychological Channels 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵‍💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ Educational Channels ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃Researchers Review ☁️ ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Insight news 😀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃Spiritual Channels 👇 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Faarfannaa Durii 🎙 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃@Walaloo_Faaruu🎙 ┃_ ┃Spiritual PDF © Sport Channels ┃_ ┃Dirree Sport 😱 ┃_ ┃Sport Center ✅ ┃_ Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ News Channels ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍 ┃_ ┃ ┃@hopepromotion 🎺 ┃buy and sell channels 🛒 Contact: @Getu_Abera ☑️

📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

🌹 Karaalee Jaalala ittiin ibsattu baay'ee si gargaaran 15 kanneen... ➡️ Asitti bu'uun dubbisi 👉 See More See More
🌹 Karaalee Jaalala ittiin ibsattu baay'ee si gargaaran 15 kanneen... ➡️ Asitti bu'uun dubbisi       👉  See More              See More