en
Feedback
AMEX πŸ“– UEE 2018

AMEX πŸ“– UEE 2018

Open in Telegram

AMEX MANBAR 8️⃣

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
228
Subscribers
No data24 hours
-27 days
-130 days
Posts Archive
+1
EUEE_Math_3rd_Round_Answer_Key.pdf3.12 KB

+1
English_3_round EUEE by.pdf4.60 MB

Maths 2nd ROUND UEE 2018

2018 Biology Online EUEE Exam - @NextGen_12.pdf1.47 MB

+4
2018 SATOnline exam by @NextGen_12.pdf5.54 MB

Qesem Academy chemistry-2018 First round.pdf2.36 MB

+3
4_5917920370689581453.pdf4.49 KB

Qormaata English ENTRANCE 2018 kan Arra Qoroman ni feetanii❀️???

Akkam Jirtan!! Barattootni Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qormaa Biyyaalessaa (UNIVERSITYENTRANCEEXAM) fudhachuuf Deemtan Qophiin Akk
+1
Akkam Jirtan!! Barattootni Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qormaa Biyyaalessaa (UNIVERSITYENTRANCEEXAM) fudhachuuf Deemtan Qophiin Akkamii silaa? Akkuma Beekamuu Qormaanni kan Kennamuu Karaa Waraaqaatiin (paper) Akka Tahee hundi Keeysan Ni Beeytanii. Waa'ee Qormaata Kanaan Wal Qabatee Waan tokkon Dubbachuu Barbaada. Akkuma Manni Baruumsaa Beeksisetti Qormaata Kan fudhannu #UNIVERSITY #OdaaBultum ttii. Garuu Guuyyaa Asii Itti Yaanuu kanaan Wal Qabatee Barattootni Yoom Yaanaa? Jettanii Burjaaja'aa Jirtan #Tasgabbaahaa! Guyyaan Ganaadhaa hin Shaakalaminaa. Yeroo Hanga Hafee Kana Xiyyeeffannaan Keeysan Kitaaba fii Shiitii Qofa Tahuu Qabaa. Yeroon Akkas Jedhu Waan Biraatiin Hin Waswaasinaa Barnoota Qofa irratti Xiyyeeffadhaa jechuu Kootii. Ganaa Guyyaan Hafee Hanga Guyyaa #10nii Ni Gahaa. Kana Jechuun Guyyaan Nuti Yaanuu #Waxabajjii 27 ykn 28tii, Qormaata Kan eegalu immoo πŸ“… #Adooleessa 1tii. Kanaafuu Hangasitti Jabaadhaa Dubbisaa waan Dubbiftaniif GALATOOMAA!πŸ™ #SHARE ✍️✍️✍️ #AMEX_MANBAR @ahmadnuran

Akkam Jirtan!! Barattootni Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qormaa Biyyaalessaa (UNIVERSITYENTRANCEEXAM) fudhachuuf Deemtan Qophiin Akk
Akkam Jirtan!! Barattootni Kutaa 12ffaa Bara 2018 Qormaa Biyyaalessaa (UNIVERSITYENTRANCEEXAM) fudhachuuf Deemtan Qophiin Akkamii silaa ??? Akkuma Beekamuu Qormaanni kan Kennamuu Karaa Waraaqaatiin (paper) Akka Tahee hundi Kheeysan Ni Beeytanii. Waa'ee Qormaata Kanaan Wal Qabatee Waan tokkon Dubbachuu Barbaada. Akkuma Manni Baruumsaa Beeksisetti Qormaata Kan fudhannu #UNIVERSITY #OdaaBultum ttii. Garuu Guuyyaa Asii Itti Yaanuu kanaan Wal Qabatee Barattootni Yoom Yaanaa? Jettanii Burjaaja'aa Jirtan #Tasgabbaahaa!!! Guyyaan Ganaadhaa hin Shaakalaminaa. Yeroo Hanga Hafee Kana Xiyyeeffannaan Keeysan Kitaaba fii Shiitii Qofa Tahuu Qabaa. Yeroon Akkas Jedhu Waan Biraatiin Hin Waswaasinaa Barnoota Qofa irratti Xiyyeeffadhaa jechuu Kootii. Ganaa Guyyaan Hafee Hanga Guyyaa #10nii Ni Gahaa. Kana Jechuun Guyyaan Nuti Yaanuu #Waxabajjii 27 ykn 28tii Qormaata Kan eegalu immoo πŸ“… #Adooleessa 1tii. Kanaafuu Hangasitti Jabaadhaa Dubbisaa waan Dubbiftaniif Guddaa GALATOOMAA!πŸ™ ✍️✍️✍️ #Ahmed_Nuran

Dear Grade 12 Students, As you prepare for your national exam, remember that you've already done the hard work. Trust in your preparation, stay calm, and give each question your best effort. This exam is just one step in your journeyβ€”it never define your entire future, but your commitment throughout these years has already made you capable and ready. Wishing you confidence and success.

Dear Grade 12 Students, As you prepare for your national exam, remember that you've already done the hard work. Trust in your preparation, stay calm, and give each question your best effort. This exam is just one step in your journeyβ€”it never define your entire future, but your commitment throughout these years has already made you capable and ready. Wishing you confidence and success.

Qormaati Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Waxabajjii 23 Irraa Eegalee Ni Kennama! 🚨 Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa kan baranaa Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 16, bara 2018 (A.L.I)tti akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera. πŸ“Œ Sagantaan Qormaatichaa Akka Armaan Gadiiti: - Saayinsii Uumamaa (Natural Science): Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 3tti ni kennama. (Barattoonni 306,708 ni qoramu) - Saayinsii Hawaasaa (Social Science): Adoolessa 6 hanga Adoolessa 16tti ni kennama. (Barattoonni 257,150 ni qoramu) πŸ“Œ Haala Kenniinsa Qormaatichaa: Magaalaa Finfinnee, Dirree Dawaa fi Harar keessatti qormaatichi guutummaatti karaa toora interneetiin (Online) kan kennamu ta'uun ibsameera. Qormaata waliigalaa kanaaf wiirtuuleen qormaataa 600 ol qophii isaanii xumuruu Tajaajilichi ibsuun barattoonni qophii barbaachisaa hunda akka taasisan dhaameera. @ahmadnuran @ahmadnuran

🚨 Dhaamsa Gabaaba Barattoota Kutaa 12 tiif *** 🚨Guyyaa 14 qofatu Hafe!🚨 Road to Success!! Ee guyyaa 14 Qofa!! Ati Maal Gochaa jirta? ** >>>Waan Beekuu Qabdu* <<< Sa'aatiin ammaa kuni sa'aatii sodaatanii fi dhiphatan osoo hin taane, sa'aatii itti xiyyeeffannoo guutuun gara milkaa'inaatti tarkaanfataniidha. Guyyoota 14 hafan kana keessatti akkamitti of qopheessuu qabda? Maloota asii gadii lanneen hojii tti Hiiki: ### 1. Qormaatawwan Darban (Past exam Papers) Irratti Xiyyeeffadhu... * Kun hunda caalaa furtuudha! Qormaatawwan kanaan dura bahan hedduu isaanii hojjadhu. * Gaafilee baay'ee deddeebi'anii bahan (Repeated Questions) adda baafachuun toftaa isaanii bari.. ### 2. Ulaagaalee Gurguddoo (High-Yield Topics) Dabalataan Keessa Deebi'i. * Fkn, Fiiziksii keessatti Mechanics, Thermodynamics, fi Electrostatics irratti gaafileen baay'atanii dhufu.. ***Biology keessattimmoo Enzyme,Genetics,Ecology,Cell Biology faa...... * Qo'annoo kee gadi fageenyaan osoo hin taane, Yaad-rimee gurguddoo (Core Concepts) fi Foormulaawwan memorise gochuu irratti xiyyeeffadhu.... ### 3. Foormulaawwanii fi Yaadannoo Gaggabaaboo (Summary Notes).... * Kitaaba detail dhan dubbisuuf yeroon hin qabduu beeki. Keessattuummoo saayinsii uumamaaf (Natural Science), foormulaawwan irratti 'Cheat Sheet' ykn yaadannoo gaggabaaboo guyyaa guyyaadhaan irra deebitee ilaaltu qopheeffadhu.. 4. Yeroo Too'achuu Shaakali.. (Time Management) * Gaafilee darban yeroo qo'attutti sa'aatii qabachudhaan shaakali. * mock exam qoramaa jirturratti of ilaali. * Qormaata irratti gaafii tokko irratti yeroo dheeraa gubuu dhiisuuf, amma irraa jalqabee itti shaakaluun dirqamadha. ### 5. Sammuu fi Qaama Kee Eeggadhu.. Eee of eegi.. * Hirriba gahaa : Hirriba dhabuun wanta dubbiste akka dagattu si taasisa. Halkan guutuu hirriba dhabuun dhiphina fida. * Ofitti amanamummaa: Hamma yoonaatti wanta dandeessu mara gooteetta ta'a, kanaan boodas ni dandeessa! Sodaaf bakka hin kennin. --- πŸ’ͺ Ergaa Xumuraa: #Milkaa'inni bu'aa carraaqqii obsaa fi dandeettii keetiiti. #Guyyoonni 14'n kuni jireenya kee jijjiiruu keessatti gahee guddaa qabu. So, Ofitti amani, tattaafadhu, injifannoon kan kee Ta'aatii! πŸ”₯ Eeyyee Ni Injifatta ! πŸ”₯ "Namni kaayyoo qabu ni tattaafata malee hin sodaatu!" Rakkoon har'a si qunnamu hundi gara injifannootti akka si geessu abdii qabna. By ✍️ ✍️ ✍️ ✍️ #amex@ahmadnuran #ahmed@ahmadnuran

1000 BIOLOGY QUESTIONS 2025 last.docx1.04 KB

+5
BIO ROUND TWO MODEL(Final) (1).pdf6.83 KB

Bio shortnote G12 all unit.pdf8.38 MB

Chemistry 200 questions.pdf7.08 KB

Repost from N/a
Guyyaa Arraa Kantiibaan Magaalaa Galamso Haala Kanaan Ijoollee library Afeere jira.
+4
Guyyaa Arraa Kantiibaan Magaalaa Galamso Haala Kanaan Ijoollee library Afeere jira.

+1
Answer for model Exam 2018