ch
Feedback
Milki Education S.C

Milki Education S.C

前往频道在 Telegram

Manni Barumsaa Milkii Naannoo Oromiyaa,Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Sulultaa keessatti argama.

显示更多
未指定国家教育125 182
228
订阅者
无数据24 小时
-37 天
无数据30 天
吸引订阅者
三月 '25
三月 '25
+5
在0个频道中
二月 '25
+25
在0个频道中
Get PRO
一月 '250
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+11
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+8
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+11
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+182
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
20 三月0
19 三月0
18 三月0
17 三月0
16 三月0
15 三月0
14 三月0
13 三月+1
12 三月0
11 三月0
10 三月0
09 三月0
08 三月0
07 三月+1
06 三月+1
05 三月0
04 三月+1
03 三月0
02 三月+1
01 三月0
频道帖子
2
Walghiin maatii barattoota keenyaa guyyaa 23/6/2017 haala ho'aa ta'een gaggeefameera gabaasnii waligala mama barumsa dhihaatee mari bal'aan taasifameera.foyya'insa mama barumsaatiif man ta'u galteen irraa argameera maatii waamicha kabjidanii nu argamtanif galatoomaa jenna.maatiin kunis fuulduratti argamuuf yaalaa. Horas Bulaa!
1
3
+4
没有文字...
163
4
M/Barumsa Milki barattoota qorumsa sim 1ffa ttiin sad 1-3ffaa iddoo Korean boorddii fi maatiin isaanii argamanitti badhaasa b+9
M/Barumsa Milki barattoota qorumsa sim 1ffa ttiin sad 1-3ffaa iddoo Korean boorddii fi maatiin isaanii argamanitti badhaasa beekamttii kenneef
149
5
Guyyaa 23/6/17 maatii barattootaa keenya waliin haala baruu fi barsiisuu seemisteera 1ffaa fi kallattii baruu fi barsiisuu seemisteera 2ffaa irratti haala gaariin mari'annee jirra.marii kanaanis hanqinoonni muraasni mul'atan akka fooyya'an,Manni Barumsaa,Barsiisonni,Maatiin Barattootaa fi Barattoonni gahee irraa eegamu akka bahan mariiyachuun,ciminoonni jiran haala gaariin akka itti fufu walii galuun, barattoota sadarkaa 1-3 bahaniif beekamtii kennuun, goolabameera.Maatiin barattootaa waamicha manni barumsaa isiniif godhe kabajjanii argamtan hunduu galanni keessan guddaadha! Dhaloonni har'aa egeree keenyaaf abdiidha.egeree keenya bareechuuf duubatti hinjennu.Milkiin Milkaa'inaan itti fufa! Wallaalummaan dhaloota qubeen nikufa!
123
6
RAMADAN MUBARAK!! _ Hordoftoota amantaa Islaamaa maraaf🥰
129
7
RAMADAN MUBARAK!!
1
8
Beeksisa: Maatii Barattoota keenya hundaaf Walga'iin Maatii Barattootaa, haala baruu barsiisuu seemisteera 1ffaa fi haala baruu barsiisuu kallattii gara fuulduraa kan seemisteera 2ffaa irratti mariin waloo guyyaa 23/6/17 sa'aatii 2:30 irraa eegalee Mana Barumsaa Milkii lakk 1 tti waan gaggeeffamuuf Maatiin barattootaa keenya irratti akka argamtan kabajaan isin beeksifna.Nagaa Wajjin!
122
9
没有文字...
209
10
Guyyaan Galmee Barattoota Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Fudhatanii  Beekame. --------------- BBO- 04/06/2017 Naannoo Oromiyaa keessatti bara 2017 barattootni qormaata sadarkaa naannootti fudhatan (kutaa 6ffaafi 8ffaa guyyaan galmee kan beekame yoo ta'u, galmeen taasifamus '#online' waan ta'eef Abbootiin Adeemsaa Bulchiinsa qormaataa waajjira barnootaa aanaafi magaalaa hundarraa dhufam namootni 450 ol ta'an 'software' irratti leenjiin kennamu har'a eegaleera. Leenjicha haasawaan kan banan Hog. I/A Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Galaanaa Waldamikaa'el yoo ta'an, haasaa isaanii keessatti bara teeknoloojiifi dijitaalawaa kana keessa qulqullinaafi gahumsaan itti fayyadamuun barbaachisaa waan ta'eef leenjii kennamu kana yaadaafi qalbiin akka hordofuu qaban ibsuun, ragaan barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa har'a galmeessisan guutuu jireenya isaanii waliin waan turuuf of eeggannoofi qulqullinaan galmeessuu qabdu jechuun dhaamsa kan dabarsan yoo ta'u, leenjitootaaf turtii gaarii hawwuun leenjichi ifaan ifatti banamuusaa himaniiru. Itti aansuun haasaa kan taasisan BBOtti, Daayirektara Daayirektoreetii Bulchiinsa Qormaataafi Madaallii obbo Huseen Qaasim yoo ta'an, bara 2017 barattootni qormaata fudhatan; #1_kutaa_6ffaa karoorri , dhi -408 134  du - 361 042 walitti -769 176 #2_kutaan_8ffaan immoo karoorri, dhi -276 302 du -260 110 wal- 536 607 waan ta'eef barattootni kunniin ragaanifi suuraan isaanii wal simee akka galmaa'an hoggantoofaafi abbootii adeemsaa qormaataafi madaallii barnootaatiif leenjiin kun har'a kennamuu jalqabneerra jedhaniiru. Galmeem barattootaa '#online' waan ta'eef leenjitootni har'a leenji'an hanga mana barnootaatti gadi bu'anii kan leenjisan ta'uus ibsaniiru. Dabalataanis obbo Huseen,  leenjii kana booda galmee kan jalqabamu ta'uu beeksisuun; #1_Kutaa_8ffaan #Guyyaa 15/06/2017 hanga 10/07/2017 yoo ta'u, #2_Kutaa_6ffaan #Guyyaa 15/07/2017 hanga 10/08/2017 tti kan turu ta'uu ibsaniiru. Kanaafuu barsiisotniifi ogeessotni galmee kanarratti hirmaatu hunduu ragaa qulqulluu akka guutan dhaamsa dabarsaniiru. Walumaa galatti akka naannoo keenyatti #barattootni_kutaa_6ffaafi_8ffaa_bara_2017 qormaata naannoo fudhachuuf #ni_galmaa'u_jedhamanii_eegaman_walitti miliyoona 1.3 ta'uu karoorri biiroo keenyaa agarsiiseera.
234
11
Yaa'iin Waliigalaa W.A.B.Milkii guyyaa 18/05/2017 Hoteela Araarsaatti gageeffamaa ture boordii haaraa miseensa 7 qabu filachu+1
Yaa'iin Waliigalaa W.A.B.Milkii guyyaa 18/05/2017 Hoteela Araarsaatti gageeffamaa ture boordii haaraa miseensa 7 qabu filachuun Milkaa'naan xumuramee jira.
257
12
Guyyaa 18/5/17. Waltajjiin ariifachiisaan Abbootii W.A.B.Milkii gaggeefame.Waltajjii kana irrattis : Raawwiin hojii bara 2016 gamaggamamuun Ciminootni jiran akkuma jiranitti akka itti fufan fi hanqinoonni mul'atan akka fooyya'an itti waliigalamee jira.akkasumas odiitara alaan gabaasni herregaa dhihaachuun Koree Boordii W.A.B.Milkii Marsaa 2ffaa filachuun xumurameera.
238
13
没有文字...
199
14
没有文字...
193
15
4_5875300413778958613.pdf
226
16
https://youtube.com/playlist?list=PLXH6YkEFM5hP9hrc7Kn8tQpbG-zRiS9ga&si=QtFT6eft5cyiWvJA
252
17
https://youtube.com/playlist?list=PLXH6YkEFM5hNZZvQs9Ip1briSwYKmbun1&si=ypexGLGynDOgRgj-
197
18
https://youtu.be/9GHvfeEoXuU?si=ptLrELqAFXketrnj
179
19
https://youtu.be/WlKr6DZkwpI?si=jRLWzj1ro6dYGXu-
166
20
https://youtu.be/QRQ3ZTlcGOw?si=6MRMtuj0FJzqsx3m
153