ch
Feedback
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓

QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓

前往频道在 Telegram

✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

显示更多

📈 Telegram 频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 的分析概览

频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 (@qubeetutorial) 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 280 名订阅者,在 教育 类别中位列第 14 958,并在 芬兰 地区排名第 348

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 280 名订阅者。

根据 27 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 153,过去 24 小时变化为 -6,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 13.71%。内容发布后 24 小时内通常能获得 8.76% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 821 次浏览,首日通常累积 1 163 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 10

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

凭借高频更新(最新数据采集于 28 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

13 280
订阅者
-624 小时
+4257
+1 15330
帖子存档
Cells which aid the function of neurons are called ____
Anonymous voting

2.which of the following is not part of the Central nervous system?
Anonymous voting

Which one of the following is true about the nervous system and the endocrine system respectively?
Anonymous voting

✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️✳️ 📱👩‍💻 Social media fi barataa❗️ 🛜Faaydaan inni barataaf qabu maali❓ 🛜Midhaan isaa hoo? 💬Yaada keessan barreessaamee ✍

Akkam  jirtu Barnoota torbee dabree akka karoorsetti isinbiraan gahuu hin dandeenne. barnootaan 'busy' waan ta'eef ture. Torbee kanaafis akkasuma natti fakkaata.hanga dandeenne kutaa 12 boqonnnaa 2 itti fufna Kan old curriculum immoo ergas booda laalla. Nagaan turaa

📝Schedule for the next week ❇️From new curriculum 1.Biology grade 12 unit 2 part 2 ▪️Fungi and ▪️Protozoa 2.Biology grade 12 unit 4 ▪️genetic drift ❇️ From old curriculum Biology grade 9 unit 2 ▪️cell biology Sanbata dhufu isin biraan gahuuf nan yaala.hanga sanii, 'goup' tti nama add gochuun.linkii chaanaala kanaas share gochuun na eegaa. join Qubee tutorial channel 👇👇👇 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/QUBEETUTORIAL

Ethio telecom tajaajila kuufamaa haarawa kan 'Laaqana gammachuu' jedhamu jalqabuu isaa ifoomse. Kuufamichi guyyaa sa'aatii 6
Ethio telecom tajaajila kuufamaa haarawa kan 'Laaqana gammachuu' jedhamu jalqabuu isaa ifoomse. Kuufamichi guyyaa sa'aatii 6 -7 qofa kan turu yoo ta'u,Kuufama interneetaa 1GB, kan sagalee daqiiqaa 10 fi ergaa gabaabaa 10 kan of keessatti qabateedha. Birrii shan qofaan 💠 https://t.me/QUBEETUTORIAL 💠 💠 https://t.me/QUBEETUTORIAL 💠

📝Schedule for the next week ❇️From new curriculum 1.Biology grade 12 unit 2 part 2 ▪️Fungi and ▪️Protozoa 2.Biology grade 12 unit 4 ▪️genetic drift ❇️ From old curriculum Biology grade 9 unit 2 ▪️cell biology Sanbata dhufu isin biraan gahuuf nan yaala.hanga sanii, 'goup' tti nama add gochuun.linkii chaanaala kanaas share gochuun na eegaa. join Qubee tutorial channel 👇👇👇 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/QUBEETUTORIAL

VPN yoo fayyadamnu waan adda addaa maa nutti fida? 🔸Viidiyoowwan irra deddeebiin dhufan sun 'Add'dha, beeksisa jechu. 🔸Gaafa beeksisoota san isin laaltan you tube' n malaqqa xiqqoos taatu chaanaala keenyaa ni kaffala 🔸 Waan hanga ammaatti jiruun viidiyoo tokkorraa hanga 💲0.03 lakaa'aa jira. Kuni kan ta'eef namni hedduun Vpn'n hin laalu viidiyoo buufateetuma bira dabra.kan vpn'n laalus yoo beeksisoonni sun dhufan ni dabarsa. ♻️Warri vpn fayyadamtanii laalaa jirtan hedduu galatoomaa. Beeksisoota dhufan hin dabarsinaa, secondii muraasa qofa waan ta'eef 🙏

👆❇️❇️❇️❇️❇️❇️❇️👆 Grade 12 unit 2 part 1 Gadi lakkifamee jira seenaa laalaa.(vpn fayyadamuu hin dagatinaa)

✅400 subscribers thank you😍 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/QUBEETUTORIAL
400 subscribers thank you😍 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/QUBEETUTORIAL

✅Sanbata dhufu biology kutaa 12 boqonnaa lama kutaa 1ffaan gadi ni lakkifama 📚portions covered 📌Introduction to microorganism 📌Bacteria 📌Archaea

📌for your information 📝Boqonnaan lama baay’ee baldhaadha, boqonnaa jaharras ulfaata.kanaaf boqonna 2 itti fufna.✍️ 🙋‍♂️war
📌for your information 📝Boqonnaan lama baay’ee baldhaadha, boqonnaa jaharras ulfaata.kanaaf boqonna 2 itti fufna.✍️ 🙋‍♂️warri haarawa taatan baga nagaan dhuftan.hiriyyoota keessan 'add' gochuu hin dagatinaa

💬yaada naa kennitaniif baay'ee galatoomaa 🥰 ☄️UNIT 5 xumurree jirra. itti aansinee Unit 2 ni eegalla 📈hirmaannaa kesssan laalee 'old curriculum' 9-11 kan jirus isiniif nan hojjadha kanaaf ✔️garee qubee tutorial itti nama add gochuu ✔️chaanaala telegraamaa fi youtube qubee tutorial hamma dandeettan share gochuu fi ✔️postiiwwan barreeffaman irratti 'react' gochuun gahee keessan bahadhaa ❗️yaadachiisa❗️ barattoonni kutaa 9-11 jirtan viidiyoo akka isinii hojadhuuf na gaafataa akka jirtan nan beeka .dursa warra kudha lamaatiif kennuu waan qabnuuf kan isaanii hojjataa jira. isiniifis boqonnaawwan gara xumuraa jiran isinii hojjachuuf nan yaala . Nagaan bulaa✌️

Akkan jirtu 🤚 nagaa keessanii! ✅akkuma beekkamu qormaata biyyoolessaatiif ji'a muraasatu hafe . yeroo hafe kana keessatti barnoota kutaa 9 kaasee hanga kudha 12 dubbiftanii xumruu qabdu jechuudha.kunimmoo baayoloojii kutaa 9-12 jiru kitaaba duraanii irraa ,kutaa 12 immoo kitaaba haarawa irraa dubbisuu barbaachisa. ✅Biology kutaa 12 unit 5 xumurree jirra(part 8 fi 9 waraabanii jiru edit gochuu qofatu hafe ) .itti aansinee unit 2 fi 1 kan itti fufnu ta'a Kunimmoo kan ta'u hirmaannaan keessan yoo jiraatedha . ✨ Viidiyoo kiyya YouTube irratti VPN dhaan yoo naa laaltan baay'ee na gargaaru danda'a.yoo xiqqaate nama Kuma tokko keessaa namni 100 tokko VPN faayyadamee yoo laale gahaadha. ✅kanaaf torbee dhufurraa kaasee unit 2 waan eegalluuf VPN fayyadamuun naaf laalaa🙏 Hirmaannaan keessan bareeda yoo ta'e kitaaba duraanii irraayis boqonnaawwan baay'innaan qormaanni keessaa bahan gaafilee intaraansii wajjiin walqabsiisaa kan hojjannu ta'a Warri 12 Maal jettu? Nagaan turaa!