ch
Feedback
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓

QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓

前往频道在 Telegram

✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

显示更多

📈 Telegram 频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 的分析概览

频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 (@qubeetutorial) 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 286 名订阅者,在 教育 类别中位列第 14 949,并在 芬兰 地区排名第 346

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 286 名订阅者。

根据 26 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 159,过去 24 小时变化为 -2,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 13.52%。内容发布后 24 小时内通常能获得 7.81% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 796 次浏览,首日通常累积 1 037 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 9

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

凭借高频更新(最新数据采集于 27 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

13 286
订阅者
-224 小时
+4367
+1 15930
帖子存档
XUMURAMEE JIRA. Injifattoota daqiiqaa muraasa booda kan isiniif beeksifnu ta'a. Galatoomaa 🙏

Xumuramuuf daqiiqaa muraasatu isin hafe. Hanga dandeessaniin yeroo keessanitti fayyedamaa.

💥 HAR'A GALGALA NI XUMURAMA.⏰ 🎓 Barattootni baay'een keessan waa'ee carraa barnoota bilisaatiin wal qabatee guyyaan xumuraa
💥 HAR'A GALGALA NI XUMURAMA.⏰ 🎓 Barattootni baay'een keessan waa'ee carraa barnoota bilisaatiin wal qabatee guyyaan xumuraa nutti dheerate jechuun yaada baay'ee nuuf dhiyeessaa turtaniirtu. 📝 Maarree nutis kana yaada keessa galchuun, dorgommii dura torbee lamaaf karoorfanne, guyyaa har'aa 🕒 galgala sa'aatii 3:00 irratti xumuruuf murteessinee jirra. 🔥 Maarree hirmaannaa keessan daran cimsuun injifadhaa! 💪🏆 🙏 Guddaa galatoomaa. #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶

📹 Video akkaataa galmee agarsiisu kana ilaalaa.

🎉 ODUU GAMMACHIISAA!!🎉 🎓 Qubee Tutorial barattoota 3f carraa barnoota bilisaa kennuuf challenge salphaa qopheessee jira. 📌 Challenge kun maaliidha? ✅ Jalqaba gara Bot Qubee Tutorial kan liinkiin isaa armaan gadi jiruutti seenaa. 🔗 Erga bot keessa seentanii booda iddoo /link jedhu tuqaa. 📩 Botichi liinkii keessan ergaa ykn message guutuu waliin isiniif kenna. 👥 Ergaa ykn message sana hiriyyoottan keessan waliin barattaniif forward godhaa ykn isaaniif ergaa. 🏆 Namootni liinkii keessaniin erga join godhaniin booda baay’inna isaanii irratti hundaa’uun sadarkaa 1ffaa – 3ffaa keessa yommuu seentan, carraa barnoota bilisaa ni argattu jechuudha. 📊 Bot keessatti yeroo kamiyyuu sadarkaa keessanii fi sadarkaa hirmaattota biroo ilaaluu ni dandeessu. ⏳ Challenge kun har’a irraa eegalee torbaan lama ni tura. Kanaaf ammuma irraa jalqabuun dursitoota keessaa tokko ta’aa! ⚠️ Hubachiisa Namni isin liinkii ergitaniif, liinkii sanaan gara channel keenyaa seenee channel keenya dirqama join gochuu qaba. Sana booda qofa lakkoofsi nama isin affeertanii bot irratti kan isiniif galmaa'uu danda'u. Dabalataanis barattootni gara private group keenyaa seentanii barachaa jirtan challenge kana irratti hirmaachuu akka dandeettan kabajaan isin beeksisuu barbaadna. 👉 Challenge kana irratti hirmaachuuf liinkii gara Bot Qubee Tutorial isin geessu kan armaan gadii kana tuquun challenge kanatti makamaa. 👉🏿@qtinvitationbot Waa'ee kanaan walqabatee gaaffii fi yaada yoo qabaattan lakkofsa bibilaa armaan gadiitiin nuuf bilbilaa. lakk bill:- 0718585253 🌟🌟🌟Amma irraa kaasee eegaluu ni dandeessu. 🌟🌟🌟 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

💥💥WELCOME 🤗 👉 Barattoota haaraa dhuftaniif. GALMEEN KEENYA KAN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA 📝 ✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot ✅ Akkaataa itti galmooftaniin viidiyoodhaan ilaaluuf 👉🏻 Viidiyoo 🤙 Wanti isiniif ifa hin taane yoo jiraate lakkofsa bilbila armaan gadi jiruun nuuf bilbilaa. 0966860278 0777203655 #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

WELCOME Barattoota haarawa dhuftaniif. Galmee keenya kan kutaa 12 akkuma itti fufetti jira. ✅ Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot ✅ Akkaataa itti galmooftaniin viidiyoodhaan ilaaluuf 👉🏻 Viidiyoo 🤙 Wanti isiniif ifa hin taane yoo jiraate lakkofsa bilbila armaan gadi jiruun nuuf bilbilaa. 0966860278 0777203655 #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🎉 ODUU GAMMACHIISAA!!🎉 🎓 Qubee Tutorial barattoota 3f carraa barnoota bilisaa kennuuf challenge salphaa qopheessee jira. 📌 Challenge kun maaliidha? ✅ Jalqaba gara Bot Qubee Tutorial kan liinkiin isaa armaan gadi jiruutti seenaa. 🔗 Erga bot keessa seentanii booda iddoo /link jedhu tuqaa. 📩 Botichi liinkii keessan ergaa ykn message guutuu waliin isiniif kenna. 👥 Ergaa ykn message sana hiriyyoottan keessan waliin barattaniif forward godhaa ykn isaaniif ergaa. 🏆 Namootni liinkii keessaniin erga join godhaniin booda baay’inna isaanii irratti hundaa’uun sadarkaa 1ffaa – 3ffaa keessa yommuu seentan, carraa barnoota bilisaa ni argattu jechuudha. 📊 Bot keessatti yeroo kamiyyuu sadarkaa keessanii fi sadarkaa hirmaattota biroo ilaaluu ni dandeessu. ⏳ Challenge kun har’a irraa eegalee torbaan lama ni tura. Kanaaf ammuma irraa jalqabuun dursitoota keessaa tokko ta’aa! ⚠️ Hubachiisa Namni isin liinkii ergitaniif, liinkii sanaan gara channel keenyaa seenee channel keenya dirqama join gochuu qaba. Sana booda qofa lakkoofsi nama isin affeertanii bot irratti kan isiniif galmaa'uu danda'u. Dabalataanis barattootni gara private group keenyaa seentanii barachaa jirtan challenge kana irratti hirmaachuu akka dandeettan kabajaan isin beeksisuu barbaadna. 👉 Challenge kana irratti hirmaachuuf liinkii gara Bot Qubee Tutorial isin geessu kan armaan gadii kana tuquun challenge kanatti makamaa. 👉🏿@qtinvitationbot Waa'ee kanaan walqabatee gaaffii fi yaada yoo qabaattan lakkofsa bibilaa armaan gadiitiin nuuf bilbilaa. lakk bill:- 0718585253 🌟🌟🌟Amma irraa kaasee eegaluu ni dandeessu. 🌟🌟🌟 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🎉 ODUU GAMMACHIISAA!!🎉 🎓 Qubee Tutorial barattoota 3f carraa barnoota bilisaa kennuuf challenge salphaa qopheessee jira. 📌 Challenge kun maaliidha? ✅ Jalqaba gara Bot Qubee Tutorial kan liinkiin isaa armaan gadi jiruutti seenaa. 🔗 Erga bot keessa seentanii booda iddoo /link jedhu tuqaa. 📩 Botichi liinkii keessan ergaa ykn message guutuu waliin isiniif kenna. 👥 Ergaa ykn message sana hiriyyoottan keessan waliin barattaniif forward godhaa ykn isaaniif ergaa. 🏆 Namootni liinkii keessaniin erga join godhaniin booda baay’inna isaanii irratti hundaa’uun sadarkaa 1ffaa – 3ffaa keessa yommuu seentan, carraa barnoota bilisaa ni argattu jechuudha. 📊 Bot keessatti yeroo kamiyyuu sadarkaa keessanii fi sadarkaa hirmaattota biroo ilaaluu ni dandeessu. ⏳ Challenge kun har’a irraa eegalee torbaan lama ni tura. Kanaaf ammuma irraa jalqabuun dursitoota keessaa tokko ta’aa! ⚠️ Hubachiisa Namni isin liinkii ergitaniif, liinkii sanaan gara channel keenyaa seenee channel keenya dirqama join gochuu qaba. Sana booda qofa lakkoofsi nama isin affeertanii bot irratti kan isiniif galmaa'uu danda'u. Dabalataanis barattootni gara private group keenyaa seentanii barachaa jirtan challenge kana irratti hirmaachuu akka dandeettan kabajaan isin beeksisuu barbaadna. 👉 Challenge kana irratti hirmaachuuf liinkii gara Bot Qubee Tutorial isin geessu kan armaan gadii kana tuquun challenge kanatti makamaa. 👉🏿@qtinvitationbot Waa'ee kanaan walqabatee gaaffii fi yaada yoo qabaattan lakkofsa bibilaa armaan gadiitiin nuuf bilbilaa. lakk bill:- 0718585253 🌟🌟🌟Amma irraa kaasee eegaluu ni dandeessu. 🌟🌟🌟 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🎉 ODUU GAMMACHIISAA!!🎉 🎓 Qubee Tutorial barattoota 3f carraa barnoota bilisaa kennuuf challenge salphaa qopheessee jira. 📌 Challenge kun maaliidha? ✅ Jalqaba gara Bot Qubee Tutorial kan liinkiin isaa armaan gadi jiruutti seenaa. 🔗 Erga bot keessa seentanii booda iddoo /link jedhu tuqaa. 📩 Botichi liinkii keessan ergaa ykn message guutuu waliin isiniif kenna. 👥 Ergaa ykn message sana hiriyyoottan keessan waliin barattaniif forward godhaa ykn isaaniif ergaa. 🏆 Namootni liinkii keessaniin erga join godhaniin booda baay’inna isaanii irratti hundaa’uun sadarkaa 1ffaa – 3ffaa keessa yommuu seentan, carraa barnoota bilisaa ni argattu jechuudha. 📊 Bot keessatti yeroo kamiyyuu sadarkaa keessanii fi sadarkaa hirmaattota biroo ilaaluu ni dandeessu. ⏳ Challenge kun har’a irraa eegalee torbaan lama ni tura. Kanaaf ammuma irraa jalqabuun dursitoota keessaa tokko ta’aa! ⚠️ Hubachiisa Namni isin liinkii ergitaniif, liinkii sanaan gara channel keenyaa seenee channel keenya dirqama join gochuu qaba. Sana booda qofa lakkoofsi nama isin affeertanii bot irratti kan isiniif galmaa'uu danda'u. Dabalataanis barattootni gara private group keenyaa seentanii barachaa jirtan challenge kana irratti hirmaachuu akka dandeettan kabajaan isin beeksisuu barbaadna. 👉 Challenge kana irratti hirmaachuuf liinkii gara Bot Qubee Tutorial isin geessu kan armaan gadii kana tuquun challenge kanatti makamaa. 👉🏿@qtinvitationbot Waa'ee kanaan walqabatee gaaffii fi yaada yoo qabaattan lakkofsa bibilaa armaan gadiitiin nuuf bilbilaa. lakk bill:- 0718585253 🌟🌟🌟Amma irraa kaasee eegaluu ni dandeessu. 🌟🌟🌟 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🎉 ODUU GAMMACHIISAA!!🎉 🎓 Qubee Tutorial barattoota 3f carraa barnoota bilisaa kennuuf challenge salphaa qopheessee jira. 📌 Challenge kun maaliidha? ✅ Jalqaba gara Bot Qubee Tutorial kan liinkiin isaa armaan gadi jiruutti seenaa. 🔗 Erga bot keessa seentanii booda iddoo /link jedhu tuqaa. 📩 Botichi liinkii keessan ergaa ykn message guutuu waliin isiniif kenna. 👥 Ergaa ykn message sana hiriyyoottan keessan waliin barattaniif forward godhaa ykn isaaniif ergaa. 🏆 Namootni liinkii keessaniin erga join godhaniin booda baay’inna isaanii irratti hundaa’uun sadarkaa 1ffaa – 3ffaa keessa yommuu seentan, carraa barnoota bilisaa ni argattu jechuudha. 📊 Bot keessatti yeroo kamiyyuu sadarkaa keessanii fi sadarkaa hirmaattota biroo ilaaluu ni dandeessu. ⏳ Challenge kun har’a irraa eegalee torbaan lama ni tura. Kanaaf ammuma irraa jalqabuun dursitoota keessaa tokko ta’aa! ⚠️ Hubachiisa Namni isin liinkii ergitaniif, liinkii sanaan gara channel keenyaa seenee channel keenya dirqama join gochuu qaba. Sana booda qofa lakkoofsi nama isin affeertanii bot irratti kan isiniif galmaa'uu danda'u. Dabalataanis barattootni gara private group keenyaa seentanii barachaa jirtan challenge kana irratti hirmaachuu akka dandeettan kabajaan isin beeksisuu barbaadna. 👉 Challenge kana irratti hirmaachuuf liinkii gara Bot Qubee Tutorial isin geessu kan armaan gadii kana tuquun challenge kanatti makamaa. 👉🏿@qtinvitationbot Waa'ee kanaan walqabatee gaaffii fi yaada yoo qabaattan lakkofsa bibilaa armaan gadiitiin nuuf bilbilaa. lakk bill:- 0718585253 🌟🌟🌟Amma irraa kaasee eegaluu ni dandeessu. 🌟🌟🌟 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🎉 ODUU GAMMACHIISAA!!🎉 🎓 Qubee Tutorial barattoota 3f carraa barnoota bilisaa kennuuf challenge salphaa qopheessee jira. 📌 Challenge kun maaliidha? ✅ Jalqaba gara Bot Qubee Tutorial kan liinkiin isaa armaan gadi jiruutti seenaa. 🔗 Erga bot keessa seentanii booda iddoo /link jedhu tuqaa. 📩 Botichi liinkii keessan ergaa ykn message guutuu waliin isiniif kenna. 👥 Ergaa ykn message sana hiriyyoottan keessan waliin barattaniif forward godhaa ykn isaaniif ergaa. 🏆 Namootni liinkii keessaniin erga join godhaniin booda baay’inna isaanii irratti hundaa’uun sadarkaa 1ffaa – 3ffaa keessa yommuu seentan, carraa barnoota bilisaa ni argattu jechuudha. 📊 Bot keessatti yeroo kamiyyuu sadarkaa keessanii fi sadarkaa hirmaattota biroo ilaaluu ni dandeessu. ⏳ Challenge kun har’a irraa eegalee torbaan lama ni tura. Kanaaf ammuma irraa jalqabuun dursitoota keessaa tokko ta’aa! ⚠️ Hubachiisa Namni isin liinkii ergitaniif, liinkii sanaan gara channel keenyaa seenee channel keenya dirqama join gochuu qaba. Sana booda qofa lakkoofsi nama isin affeertanii bot irratti kan isiniif galmaa'uu danda'u. Dabalataanis barattootni gara private group keenyaa seentanii barachaa jirtan challenge kana irratti hirmaachuu akka dandeettan kabajaan isin beeksisuu barbaadna. 👉 Challenge kana irratti hirmaachuuf liinkii gara Bot Qubee Tutorial isin geessu kan armaan gadii kana tuquun challenge kanatti makamaa. 👉🏿@qtinvitationbot Waa'ee kanaan walqabatee gaaffii fi yaada yoo qabaattan lakkofsa bibilaa armaan gadiitiin nuuf bilbilaa. lakk bill:- 0718585253 🌟🌟🌟Amma irraa kaasee eegaluu ni dandeessu. 🌟🌟🌟 ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

photo content

Galmaa'uuf linkii kana fayyadamaa 👉🏻 @Toturegister_bot Akkaataa itti galmooftaniin laaluuf 👉🏻 Viidiyoo #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🚨📚 BARATAAN TOKKO IDDOO BARNOOTAATTI WAAN HUNDA NI BEEKA, GARUU GUYYAA QORUUMSA ENTRANCE, DALAGUUN MAAF ISA DHIBA?? 🤔🎯 Barattoota hedduu waliin waa'ee kana erga haasofnee booda, wanti walfakkaatu tokko ni jira: qabxiin barnoota waggaa guutuu gaarii ta'us, entrance irratti wanti isaan hin eegin isaan muudata. Innis 👉🆕 gaaffilee haaraa kana dura isaan itti hin qophoofne arguu. 👉📈 Ulfaachuu gaaffii. 👉📄 Gaaffii dheerachuu irraa kan ka’e hiika gaaffii beekuu dhabuu. 👉⏰ yeroon dhiphachuu fi 👉❌ Of-eeggannoo malee qophaa'uudha. 📌 Kanaafuu kun rakkoo dandeettii dhabuu miti, rakkoo qophii sirrii dhabuu ti. Kanaafuu kun nu biratti wanta salphatti fooyyessuun danda'amudha. 💡 Maarree Qubee Tutorial erga barattoota baay'ee gaaffii garagaraa gaafateen booda gadi buu'ee waan kana qorachuun furmaata addaa kaa'ee jira. Innis akkamitti barataan tokko rakkoo kanniin injifachuun qabxii barbaadu galmeessisuu danda'a kan jedhuudha. 🎯 Furmaanni maaliidha? ✅ Qubee Tutorial keessatti: 📖 Barattootni daran akka qophaa'aniif gaaffilee entrance irratti xiyyeeffachuudhaan barsiifna. 📝 Torbee torbeedhaan qormaata Quiz kennuun barataan tokko qormaataaf akka of qopheessu gochuudha. 🎥 Videon guutuun woraabbamee qophaa'ee jira. Kanaafuu yeroo barbaadanitti, iddoo barbaadanitti irra deddeebiin ilaalanii akka barataniif haalli kan mijateedha. 📚 Note fi wantoota qu'annaaf isaan barbaachisan guutuu qopheessinee jirra. 🏆 Waggaa lamaa oliif barattoota kutaa 9 hanga 12 kumaatamaan laakka'aman barsiisaa turuun keenya ni beekkama, innis daran amala barataa beekuu fi barataan tokko maal akka isa barbaachisu akka beeknuuf nu gargaaree jira. Kanaafuu nutis barataa tokko kanatu isa barbaachisa jechuun waan hunda qopheessineefii jirra. 🤝 Qubee Tutorial barataan tokko firii xaarii isaa akka argatuuf yeroo kamis isaan wajjiin dhaabbachuuf qophiidha. 🚀 Galmeen haaraan barattoota kutaa 12tiif eegalee jira waan ta'eef, liinkii armaan gadii tuquun gara channel keenyaatti seenuun ammuma galmaa'aa. 👉 https://t.me/Qubeetutorial 📞 Gaaffii fi yaada yoo qabaattan ☎️ Lakk bil:- 0966860278 0777203655 🌐 Toora website keenyaa daawwachuuf https://qubeetutorial.courses 📢 Wanti kun sin fayyedu yoo ta'e tarii maatii barataa ykn barataa kana dhagahuu barbaachisutu jiraata waan ta'eef, share godhi 🔄❤️ #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

Food security is considered achieved only when
Anonymous voting

🔥 WEAK 1 STUDY PLAN 🔥 #GRADE_12 Sagantaan qu'annaa torbee 1ffaa kana fakkaata Barattooni galmooftanii jirtan viidiyoon gadi
🔥 WEAK 1 STUDY PLAN 🔥 #GRADE_12 Sagantaan qu'annaa torbee 1ffaa kana fakkaata Barattooni galmooftanii jirtan viidiyoon gadi lakkifamee waan jiruuf seentanii qayyabatuu ni dandeettu. Xumura torbee irratti mata-dureewwan kana irraa qormaata(Quiz) ni fudhattu. #Qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL

1. Marsaan tokko hangamiif tura? ✅Barnoonni kan xumuramu ji'a 6 keessatti. ✔️Kaffaltiin yeroo lamatti kaffalama jechuun: Marsaan 1ffaan ji'a 3 fi marsaa 2ffaanis ji'a 3 itti aanu keessatti kan xumuramu ta'a jechuudha. 2. Barnoonni baranne(video fi nootiiwwan) hangamiif tura? ✔️Barnoonni hanga ji'a 6tti yoo isinii xumurame, barnoonni isin barattan(video, nootii fi qormaatawwan) hundi isaatuu hanga guyyaa isin Entrance fudhattanii kan isinii tura ta'a jechuudha. 3. Barnoonni barannu kutaa 12ffaa qofa moo kutaalee biroos ni dabalata? ☑️Barnoonni isin barattan qabiyyeewwan of jalatti qabatu: ✔️Kutaa 11 fi 12 (Biology, Chemistry, Maths, Physics) fi ✔️Kutaa 9 fi 10 (Biology) kan qabatu ta'a. 4. Kaffaltii namni namaa kaffaluu ni danda'aa? ☑️Eeyyaan ni danda'a. Garuu kan gochuu qabdan riisiitii karaa telegram keessaniin(ittiin barattaniin) erguu qabdu. #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ⟣           🎓@QUBEETUTORIAL🎓           ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL