ch
Feedback
QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓

QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓

前往频道在 Telegram

✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

显示更多

📈 Telegram 频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 的分析概览

频道 QUBEE TUTORIAL CHANNEL 🎓 (@qubeetutorial) 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 286 名订阅者,在 教育 类别中位列第 14 949,并在 芬兰 地区排名第 346

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 286 名订阅者。

根据 26 八月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 159,过去 24 小时变化为 -2,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 13.52%。内容发布后 24 小时内通常能获得 7.81% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 796 次浏览,首日通常累积 1 037 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 9

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial

凭借高频更新(最新数据采集于 27 八月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

13 286
订阅者
-224 小时
+4367
+1 15930
帖子存档
🏮CHALLENGIIN XUMURAMUUF SA'AATII MURAASATU HAFE..🔥 🔗Liinkii bot armaan gadi jiru tuquun gara bot seenuun eegalaa.🤖 👉 @qt
🏮CHALLENGIIN XUMURAMUUF SA'AATII MURAASATU HAFE..🔥 🔗Liinkii bot armaan gadi jiru tuquun gara bot seenuun eegalaa.🤖 👉 @qtinvitationbot 📲Amma irraa kaasaatiin eegalaa. Yeroo muraasatu hafe waan ta'eef, yeroo keessanitti fayyadamaa. #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🔥EEGALEE JIRA🚨 📯WEEK -3  QUIZ* ✅Haaluma sagantaa keenyatiin har'a qormaata xumura torbee kanaa ni fudhattu. 📅 Maarree haaluma sagantaa keennaatiin torbee torbeedhaan quiz ni kennina. ❗️Qurumsi kuni Gaafilee gosa barnootaa (Bio,Chem,Phy & Math) irraa kan baheedha. 😊 Barataan hunduu seenee quiz kana fudhachuu ni danda'a. ▫️ Qormaata  kana fudhatuuf gara bot armaan gadii seenaa.                          👇 👉 @QubeetutorialquizBot 👈                      👆 👬👭 Hiriyyoottan keessaniif share ykn forward gochuun ammuma  waliin qoramaa !!!!! #qubeetutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖                                               ⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢ ⟣   🎓@QUBEETUTORIAL🎓   ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶

Akkuma fotoo irratti ibsame badhaasni kan laatamuuf dursitoota 1 hanga 4 jiran qofa.

🚨 ERGAA FI YAADA YOO QABAATTAN Karaa DIRECT MESSAGE jelaan nuuf kaayuu ni dandeessu.
🚨 ERGAA FI YAADA YOO QABAATTAN Karaa DIRECT MESSAGE jelaan nuuf kaayuu ni dandeessu.

💥HAALLI TARTIIBA BADHAASAA KANA FAKKAATA.💥
💥HAALLI TARTIIBA BADHAASAA KANA FAKKAATA.💥

🏮CHALLENGE EEGALUUF.🔥 🔗Liinkii bot armaan gadi jiru tuquun gara bot seenuun eegalaa.🤖 👉 @qtinvitationbot 📲Amma irraa kaasee, eegaluu ni dandeessu #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🚨IBSA Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018
🚨IBSA Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadi ni dhiifamu. Simannaan barattoota haaraa ilaalchisee jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitin Saayinsii fi Teeknoloojii Adaamaa (AASTU FI ASTU) ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis waamicha barattootaa akka taasisan ibsaniiru. Kunis kan ta'eef sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 akkaataa kana dura ifa ta'een Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf akka karoorfame ibsanii jiru. #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

Akka wolii galaatti baratootni 12.8% yommuu darban Isaan keessas. Natural science = 16.5% Social science = 8.33% dha. Guyyaan qabxiin ifa itti ta'u immoo guyyaa Wiixata ykn Kibxata keessa kan ta'uudha. #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

100 pass rate schools = guutuu biyyaatti mana barnootaa 88 yoo ta'u, oromiyaa keessaa mana barnootaa 37 guutumatti barattoota dabarsanii jiru. #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

Qabxiin ol aanaan ammas naturan science keessaa 591 yommuu ta'u, saalli dhiira mana baruumsa bultii addaa adaamaa irraayyi. Ammas natural irraa sadarkaa 2ffaan dubra yoo taatu, naannoo amaaraa irraa, mana baruumsa Aagaw midr irraayyi. Ammas social science irraa ol aanaan 576.25 saala dhiiraa yoo ta'u mana baruumsa Dodolaa ifa boruu irraayyi. Sadarkaa lammaffaa irratti ammoo 569.1 yoo ta'u saalli dubraa yoo taatu, magaalaa finfinnee irraayyi. #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

Bara kana akka guutuu biyyaatti barattoota 550210 qormaata fudhatanii jiru, isaan keessaa barattootni 70,544 darbanii jiru. Maarree nannoo Oromiyaa keessaa barattootni 20,807 darbanii jiru. #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜ Itti fufa..........

Professor Birhaanuu Naggaa waa'ee Entrance examtiin walqabatee ibsa kennaa waan jiraniif. Yeroo dhihotti ibsa guutuu kan isin
Professor Birhaanuu Naggaa waa'ee Entrance examtiin walqabatee ibsa kennaa waan jiraniif. Yeroo dhihotti ibsa guutuu kan isiniif post goonu ni ta'a. #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

⚠️HUBACHIISA 🚨 👥 Barattootni galmee irratti rakkokn isin muudate, osoo riisiitiin keessan expire hin ta'iin ammuma nu qunnamaa. Galmee irratti rakkoon yoo kan isin muudate kan ta'uu maaloo osoo yeroo hin darbiin ammuma nu qunnamaa. 📞Lakk bil:- 0777203655 | 0966860278 👉 @Qubeeceo 👉 @qubeetutorial2025 #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🏮CHALLENGE EEGALUUF.🔥 🔗Liinkii bot armaan gadi jiru tuquun gara bot seenuun eegalaa.🤖 👉 @qtinvitationbot 📲Amma irraa kaasee, eegaluu ni dandeessu #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

🏮CHALLENGE EEGALUUF.🔥 🔗Liinkii bot armaan gadi jiruu tuquun gara bot seenuun eegalaa.🤖 👉 @qtinvitationbot #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓  ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

📢 ODUU GAMMACHIISAA! 🚨🔥 🎁 Kaardii abbaa 500 badhaafamaa ta’aa! 🎉💳 🚀 Qubee Tutorial Invitation Challenge yeroo muraasaaf addaan dhaabee ture bifa haaraatiin deebi’ee jira. ⏰ Challengiin kun Dilbata kan xumuramuudha. 🏆 Marsaa kana irratti, injifattoonni kaardii abbaa 500 ni badhaafamu. 🎁💳 Challenge kana irratti hirmaachuuf tartiiba armaan gadii hordofuun dorgommicha keessatti hirmaachuu ni dandeessu. 👇 📌 Hubachiisa: Barattoonni challenge kanaan dura irratti hirmaattan hundi, bifa haaraan deebi’anii dorgomuu ni dandeessu. Kana gochuuf, bot keenya keessa seenuun iddoo /link jedhu cuqaasuun linkii haaraa argadhaa. 🔗 🏆 Akkamitti Challenge kana irratti hirmaattu? 1️⃣ Gara bot keenyaatti seenaa, achiis Start godhaa. 🤖 2️⃣ Erga Start gootanii booda iddoo /link jedhu cuqaasaa. 🔗 3️⃣ Botichi ergaa ykn message link of keessaa qabu kan isin hiriyoota keessan waliin barattaniif ergitan isiniif qopheessa. 📩 4️⃣ Ergaa ykn message sana hiriyyoottan keessan kan waliin barattaniif forward ykn share gochuun akka Qubee Tutorial join godhan taasisuudha. 📲👥 5️⃣ Baay’ina namoota isin affeertanii irratti hundaa’uun sadarkaan keessan boticha irratti olkaawwama isinis bot keessan sadarkaa keessan ilaaluu ni dandeessu. 📈🏆 ⚠️ Hub: Namni isin affeertan booddee channel keessaa yoo ba’e (leave godhe), botichi nama sana lakkaa’uu dhiisee sadarkaa keessan irraa hir’isa. 🚨 Kanaaf, hiriyoota keessan kanneen akka keessanii barataa ta’an affeeruun, challenge kana irratti dorgomaa, injifadhaa. 🔥🏆 📩 Gaaffii qabduu? Waa’ee challenge kanaa irratti gaaffii yoo qabaattan, Direct Message channel kanaa jala jiru fayyadamuun nu gaafachuu dandeessu. 💬 Ykn 👉 @Qubee_Tutorial nu haasofsiisaa. 💬 🚨 Ammuma challange eegaluuf gara bot armaan gadii seenaa. 👇 👉 @qtinvitationbot 👈 👆 #QubeeTutorial ╓⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╖ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ⟣ 🎓@QUBEETUTORIAL🎓 ⟢ ╙⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶⩶╜

📌 GALMEEN KUTAA 12 AKKUMA ITTI FUFETTI JIRA ✅ Barattoota Kutaa 12 baratuu barbaaddaniif 💳 Baankii daldala Etoophiyaa(CBE): 1000783507588   🪪 Baankii hojii gamtaa oromiyaa(COOP): 1058500088313   🔖 E-Birr:0942480778   Name: Nuredin Husein   Amount to Pay: 600 Birr Galmaa'uuf Liinkii armaan gadii tuquun gara bot keenyaa seenaa. 👉@Toturegister_bot 📸 @QUBEETUTORIAL  📹QUBEETUTORIAL