ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

ORO ISPOORTII

ORO ISPOORTII

关闭频道

༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Request jo

显示更多

📈 Telegram 频道 ORO ISPOORTII 的分析概览

频道 ORO ISPOORTII 是活跃参与者。目前社区聚集了 58 746 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 2 248,并在 印度 地区排名第 5 662 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 58 746 名订阅者。

根据 11 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -141,过去 24 小时变化为 -35,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.46%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.25% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 271 次浏览,首日通常累积 148 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 2。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Reque...”

凭借高频更新(最新数据采集于 12 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

58 746
订阅者
-3524 小时
-827 天
-14130 天
帖子存档
Bruno Fernandes leenjii har’aa dura Michael Carrick waliin fuulaa fuulatti mari’achuun, shakkii fi walitti bu’iinsa isaan gidduu ture hunda fureera. — Alex Crook

#OFFICIAL Real Madrid ummata Chaayinaa fi mootummaa Chaayinaaf ifatti dhiifama gaafate. 🇨🇳⚪
+1
#OFFICIAL Real Madrid ummata Chaayinaa fi mootummaa Chaayinaaf ifatti dhiifama gaafate. 🇨🇳⚪

Kate fi Henry, erga sagantaa Ballon d’Or dhiyeessanii booda, haala saganticha itti hoogganan irratti namoota hedduu irraa qee
Kate fi Henry, erga sagantaa Ballon d’Or dhiyeessanii booda, haala saganticha itti hoogganan irratti namoota hedduu irraa qeeqaa fi mormii simachaa jiru.

Kobbie Mainoo tapha Chelsea waliin qaban dura deebi’ee leenjii garee isaa irratti hirmaachuuf qophaa’uu danda’a. ⚽🔥
Kobbie Mainoo tapha Chelsea waliin qaban dura deebi’ee leenjii garee isaa irratti hirmaachuuf qophaa’uu danda’a. ⚽🔥

🟢 Injifataan badhaasa Baalaandoor B.O.A.T har'a ni beekama Kiristaanoo Roonaaldoo fi Liyooneel Meesii keessaa tokko injifach
🟢 Injifataan badhaasa Baalaandoor B.O.A.T har'a ni beekama Kiristaanoo Roonaaldoo fi Liyooneel Meesii keessaa tokko injifachuun akka hin oolle gabaafamaa jira. BOAT  jechuun Best of all Time.

🚨🚨 | Yaada Samir Nasrii fi Mehdi Benatia, waa’ee Messi Badhaasa Ballon d’Or irratti sadarkaa 5ffaa bahuu isaa ilaalchisee:
🚨🚨 | Yaada Samir Nasrii fi Mehdi Benatia, waa’ee Messi Badhaasa Ballon d’Or irratti sadarkaa 5ffaa bahuu isaa ilaalchisee: 🗣️ Nasri: “Messi tarree taphattoota koo 10n keessaa isa nan baasa. Messi yookaan Rodri, sadarkaa taphattoota 10n keessaa tokko ta’uun isaan hin malu.” “Waancaa Addunyaa mo’achuun anaaf dhimma miti.” 🗣️ Benatia: “Torban 3 qofa ga’umsa agarsiiseef sadarkaa 5ffaa irratti isa kaa’an! Miami keessatti ji’oota sagal dabarseera!”

🟢Taphoota geeba karaba'oo har'a taphataman. 04:30 🔰 Maan Siitii Biraayteen waliin 04:45 🔰 Boornmaawuz Astoonvilaa waliin 0
🟢Taphoota geeba karaba'oo har'a taphataman. 04:30 🔰 Maan Siitii Biraayteen waliin 04:45 🔰 Boornmaawuz Astoonvilaa waliin 04:45 🔰 Sandarlaand Bireentfoord waliin 04:45 🔰 Fulhaam Kirstaal Paalas waliin 05:00 🔰 Liveerpuul Cheelsii waliin

• Qabxii taphoota kaleessa taphatamanii! 🇪🇹 Priimiyer Liigii Itoophiyaa Itoophiyaa Mediin 1–3 Machaal 🏴 Kaaraabaoo Kaappii
• Qabxii taphoota kaleessa taphatamanii! 🇪🇹 Priimiyer Liigii Itoophiyaa Itoophiyaa Mediin 1–3 Machaal 🏴 Kaaraabaoo Kaappii Inglaand Bradford City 2–0 Peterborough Fleetwood Town 1–1 Arsenaal Pen. (5–3) 🇮🇹 Seeriyaa Itaalii Sassuolo 2–6 Lazio Roma 4–2 Cagliari Torino 1–3 Como 🇪🇸 Kopa Deel Reey Ispeen Cuarté 0–2 Girona Sestao River 4–3 Espanyol Pinar 1–3 Elche Castellonense 1–2 Almería 🇩🇪 DFB Pokal Jarmanii Hamburger 1–3 Eintracht Frankfurt Rot-Weiss 1–2 RB Leipzig Grobaspach 2–4 Augsburg Bochum 2–0 Mainz Köln 5–0 Union Berlin Borussia Mönchengladbach 2–0 Karlsruher Borussia Dortmund 3–2 Werder Bremen Elversberg 0–2 Darmstad Share @faana_sport Share @faana_sport ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Hincapié paasi dogoggoraa kenne! 😬⚽

Kubbaan Arsenal bira jira

Itti fayyadamuu hin dandeenye

Arsenaaliif koornaa

🏆 Tapha Carabao Cup! ⏰ Daqiiqaa 30' Fleetwood 1-0 Arsenal ⚽🔥
🏆 Tapha Carabao Cup! ⏰ Daqiiqaa 30' Fleetwood 1-0 Arsenal ⚽🔥

Yoookereeshshshshshshshsh! 😱⚽🥅 Duraan taphataa eegduu kubbaa qabateee! 😭🧤

Arsenal harka jira

Artetan taphattoota jajjabeessaa jira

Nu waliin jirtumoo?

Rukkuttaa dabbii arsenaliif

Dhugaa na dabbaraa jira reaction malee😭

Eree reaction godhaa family

ORO ISPOORTII - Telegram 频道 的统计与分析