ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

ORO ISPOORTII

ORO ISPOORTII

关闭频道

༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Request jo

显示更多

📈 Telegram 频道 ORO ISPOORTII 的分析概览

频道 ORO ISPOORTII 是活跃参与者。目前社区聚集了 58 733 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 2 251,并在 印度 地区排名第 5 659 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 58 733 名订阅者。

根据 12 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -214,过去 24 小时变化为 31,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.45%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.26% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 266 次浏览,首日通常累积 155 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 2。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Reque...”

凭借高频更新(最新数据采集于 13 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

58 733
订阅者
+3124 小时
-1117 天
-21430 天
帖子存档
Ballon D’Or eenyutu moo'ata?
Anonymous voting

🚨🗣️ Kylian Mbappé: “Hundumti keenya waliin as dhufne. Tapha kalee booda galgala baay’ee bareedaa ta’e waliin dabarsineera!”
🚨🗣️ Kylian Mbappé: “Hundumti keenya waliin as dhufne. Tapha kalee booda galgala baay’ee bareedaa ta’e waliin dabarsineera!” “Har’a galgala gammaduu fi wanti akkamitti akka xumuramu ilaalu qofa barbaanna.” “Waan hafe ammoo, yeroo yeroon isaa ga’etti ni laalla!”

✅Dictator 🔥🔥
✅Dictator 🔥🔥

🔥
🔥

🚨 Fabrizio Romano: 🗣️ “Akka ani yaadutti, Harry Kane badhaasa kana ni injifata.”
🚨 Fabrizio Romano: 🗣️ “Akka ani yaadutti, Harry Kane badhaasa kana ni injifata.”

Isiniif Ballon d’Or filatamaan eenyu?

Dhiphina karaaf jedhameera

Sababii hin beekamneef daqiiqaan 30 dabalameera

🎙️ Fabrizio Romano: 🗣️ “Leenjisaa cimaa waggaa kanaa Luis de la Fuente dha.”
🎙️ Fabrizio Romano: 🗣️ “Leenjisaa cimaa waggaa kanaa Luis de la Fuente dha.”

🚨 Unai Emery eenyutu Ballon d’Or injifachuu qaba jedhamee gaafatame. 🗣️ Unai Emery: “Akka yaada kiyyaatti Harry Kane, Lamin
🚨 Unai Emery eenyutu Ballon d’Or injifachuu qaba jedhamee gaafatame. 🗣️ Unai Emery: “Akka yaada kiyyaatti Harry Kane, Lamine Yamal fi Kylian Mbappé hundi isaanii badhaasa Ballon d’Or injifachuun isaaniif ni mala. Garuu dhuma irratti, injifataan kan murtaa’u hojii gaarii waggaa kana hojjetan, dandeettii dhuunfaa isaanii fi milkaa’ina kilabii isaanii akkasumas garee biyyaalessaa isaanii waliin galmeessan irratti hundaa’a.”

🟢Dictator Kiliyaan Mibappeen baheera.
🟢Dictator Kiliyaan Mibappeen baheera.

🚨🇪🇸 Unai Emery sirna badhaasa Ballon d’Or irratti argameera! Emery badhaasa Leenjisaa Waggaa bara kanaa injifachuuf kan do
🚨🇪🇸 Unai Emery sirna badhaasa Ballon d’Or irratti argameera! Emery badhaasa Leenjisaa Waggaa bara kanaa injifachuuf kan dorgomaa jiran keessaa isa tokko

📸 Barceloonota 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII
📸 Barceloonota 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII

📸 Taphattoonni Arsenal Fi Mikel Artetan Iddoo Sagantaan Itti Gaggeeffamutti Argamanii Jiru 🔥🔥🔥
📸 Taphattoonni Arsenal Fi Mikel Artetan Iddoo Sagantaan Itti Gaggeeffamutti Argamanii Jiru 🔥🔥🔥

Badhaasa kan kennj Ronaaldoo Nazarii'oo dha

Ronaaldoo Nazarii'oo⬆️
Ronaaldoo Nazarii'oo⬆️

🟢Arsenaal gahaniiru
🟢Arsenaal gahaniiru

Channel kana jalatto admin ta'uun odeeffannoo ispoortii dabarsuu kan barbaaddan nama 2 Asiin 👉 https://t.me/m/kjhzjQpLNGNk
Channel kana jalatto admin ta'uun odeeffannoo ispoortii dabarsuu kan barbaaddan nama 2 Asiin 👉 https://t.me/m/kjhzjQpLNGNk

Aappii ittiin hirdoftan yoo barbaaddan reaction godhaa isiniif ergina

🗣️ Fabrizio Romano: “Akka ilaalcha kootiitti, taphattoonni sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaatti jiran Harry Kane, Lamine Yamal fi K
🗣️ Fabrizio Romano: “Akka ilaalcha kootiitti, taphattoonni sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaatti jiran Harry Kane, Lamine Yamal fi Kylian Mbappé dha. Messi immoo sadarkaa 4ffaa ykn 5ffaa irratti arguu dandeenya.”