ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

ORO ISPOORTII

ORO ISPOORTII

关闭频道

༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Request jo

显示更多

📈 Telegram 频道 ORO ISPOORTII 的分析概览

频道 ORO ISPOORTII 是活跃参与者。目前社区聚集了 58 746 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 2 248,并在 印度 地区排名第 5 662 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 58 746 名订阅者。

根据 11 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -141,过去 24 小时变化为 -35,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0.46%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.25% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 271 次浏览,首日通常累积 148 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 2。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“༆Chanaala kana #Request join godhi. Chanaali kana irratti odeeffannoo ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. Reque...”

凭借高频更新(最新数据采集于 12 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

58 746
订阅者
-3524 小时
-827 天
-14130 天
帖子存档
From Premier League icons, to teammates past and present ✉️ All the love for Kane’s Ballon d’Or triumph 💜
From Premier League icons, to teammates past and present ✉️ All the love for Kane’s Ballon d’Or triumph 💜

🟢Ilmi Wayii Ruunii tapha har'a garee Maan Yuunaayid umrii 18 gadiif taasiseen goolii 4 lakkofsiisuu danda'eera.
🟢Ilmi Wayii Ruunii tapha har'a garee Maan Yuunaayid umrii 18 gadiif taasiseen goolii 4 lakkofsiisuu danda'eera.

Keeliyaan Mibaapeen yaada kennee ture iratti dhiifama gaafateera. Sababa yaada Mibaapeen kenne kanaaf TVin Chaayinaa CCTVn ta
Keeliyaan Mibaapeen yaada kennee ture iratti dhiifama gaafateera. Sababa yaada Mibaapeen kenne kanaaf TVin Chaayinaa CCTVn taphoota Laaliigaa akka hin tamsaane dhorkeera.

JUST IN Maayikeel Kaariik bakka bu'aan isaa erga mirkanaa'ee booda hojiirraa kan ari'amu yoo ta'u hojii irraa ni ari'ama. Jaa
JUST IN Maayikeel Kaariik bakka bu'aan isaa erga mirkanaa'ee booda hojiirraa kan ari'amu yoo ta'u hojii irraa ni ari'ama. Jaamie Jackson Share @faana_sport Share @faana_sport ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

🟢PSGn tapha liigichaa halkan edaa Liyoon waliin taasise goolii 2-0n injifachuun gara dursummaa liigichaatti ol dhufeera.
🟢PSGn tapha liigichaa halkan edaa Liyoon waliin taasise goolii 2-0n injifachuun gara dursummaa liigichaatti ol dhufeera.

Carrick ganama har’aa uffata shaakala Manchester United uffatee Carrington gaheera. [MEN]
Carrick ganama har’aa uffata shaakala Manchester United uffatee Carrington gaheera. [MEN]

Naapoli fuula TikTok isaanii irratti gooliiwwan lama Mbappé El Clásico keessatti galche maxxansaniiru 🥲⚽️

Bournemouth waggoota 3 darban keessatti yeroo Manchester United waliin taphatu, waggaa hunda goolii 3 fi isaa ol galmeesseera
Bournemouth waggoota 3 darban keessatti yeroo Manchester United waliin taphatu, waggaa hunda goolii 3 fi isaa ol galmeesseera. 2024: Manchester United 0-3 Bournemouth 2025: Manchester United 4-4 Bournemouth 2026: Manchester United 0-3 Bournemouth Bournemouth ittisaa Manchester United baay’ee jaallate fakkaata! 😂⚽️

🟢Kilaboota yeroo heedduu taphataan isaanii badhaasa Balondoorii injifate. 1. Riyaal Maadrii fi Baarseloonaa yeroo 12 2. Juuv
🟢Kilaboota yeroo heedduu taphataan isaanii badhaasa Balondoorii injifate. 1. Riyaal Maadrii fi Baarseloonaa yeroo 12 2. Juuveentus yeroo 8 3. AC Milaan yeroo 8 4. Baayeer Muuniik yeroo 6 5. Maan Yunaayitid yeroo 4 6. Daynamoo Keeyiv yeroo 2 7. Inteer Milaan yeroo 2 8. PSG yeroo 2 9. Hamburg yeroo 2

🟢Pirezidaantiin France Football akka ibsanitti Kiiliyaan Mbaappee badhaasa Baalloon Door injifachuuf qabxii muraasa qofatu i
🟢Pirezidaantiin France Football akka ibsanitti Kiiliyaan Mbaappee badhaasa Baalloon Door injifachuuf qabxii muraasa qofatu isa hanqate! 🤯 🟢 Garaagarummaan qabxii Mbaappee fi Haarii Keen gidduu ture kan bara 2024 dorgommii Roodrii fi Viiniisiyaas Juuniyoor gidduu ture irra illee xiqqaa ture! 😬

Dhugaa fudhadhu: Harry Kane erga Bayern Munich makamee as, Bundesliga keessatti goolii 102 yoo lakkoofsise, Manchester United
Dhugaa fudhadhu: Harry Kane erga Bayern Munich makamee as, Bundesliga keessatti goolii 102 yoo lakkoofsise, Manchester United immoo yeroo walfakkaataa keessatti akka gareetti liigii keessatti goolii 180 qofa lakkoofsise. Kana irratti hin dinqisiifattu ree? 😳⚽

Harry Edward Kane, Beckenbauer, Gerd Müller fi Karl-Heinz Rummenigge booda, taphataa Bayern Munich Ballon d’Or injifate ta’ee
Harry Edward Kane, Beckenbauer, Gerd Müller fi Karl-Heinz Rummenigge booda, taphataa Bayern Munich Ballon d’Or injifate ta’eera. Akkasumas, milkaa’ina kana galmeessuun taphataa lammii Jarmanii hin taane isa jalqabaa ta’eera. Deeggartoonni Bayern Munich, “Badhaasa Lewandowski irraa nu jalaa fudhatame Kane’n deebifanneerra” jechuun miidiyaa hawaasaa irratti gammachuu isaanii ibsachaa turan.

Ballon d’Or jechuun madaallii dandeettii, hojii gaarii fi milkaa’ina taphataan waggaa guutuu galmeesseeti malee, badhaasa tap
Ballon d’Or jechuun madaallii dandeettii, hojii gaarii fi milkaa’ina taphataan waggaa guutuu galmeesseeti malee, badhaasa taphawwan torba injifateef kennamu ta’uu hin qabu. Dorgommii kubbaa miilaa addunyaa irratti isa guddaan Waancaa Addunyaa osoo hin taane Chaampiyoons Liigii dha. France Football fi namoonni filannoo gaggeessan, ulfina badhaasa kanaa kan xiqqeessan, adeemsa filannoo Daavid Raayaa irratti agarsiisan maatii ispoortii dammaqee jiruuf akeekkachiisa biraa ta’ee darbeera. Garuu Daavid Raayaaf, hojii isaa irratti ragaa kan ba’an gaazexeessitoota 100 qofa osoo hin taane, biliyoonota namootaati.

🟢Sagantaa taphoota geeba Karaba'oo. 🗓Kiibxata 04:45 🔰 Biraadfoord Piterboorow waliin 05:00 🔰 Fliitwuud Taawun Arsenaal wa
🟢Sagantaa taphoota geeba Karaba'oo. 🗓Kiibxata 04:45 🔰 Biraadfoord Piterboorow waliin 05:00 🔰 Fliitwuud Taawun Arsenaal waliin 🗓Roobii 04:30 🔰 Maan Siitii Biraayteen waliin 04:45 🔰 Boornmaawuz Astoonvilaa waliin 04:45 🔰 Sandarlaand Bireentfoord waliin 04:45 🔰 Fulhaam Kirstaal Paalas waliin 05:00 🔰 Liveerpuul Cheelsii waliin 🗓Kamisa 04:45 🔰 Eveerteen Niwkaastil waliin

Taphataan urjii Arsenal Bukayo Saka, kaleessa badhaasa Socrates erga fudhatee booda, jaallattoota kubbaa miilaa hunda biratti
Taphataan urjii Arsenal Bukayo Saka, kaleessa badhaasa Socrates erga fudhatee booda, jaallattoota kubbaa miilaa hunda biratti baay’ee jajamaa jira. Wantoota Saka hojjete keessaa muraasni: ➡️ Naayijeeriyaa keessatti daa’imman dargaggoota ta’an 120 ol kanneen baqaqsanii yaaluun isaan barbaachisuuf deeggarsa maallaqaa taasiseera. ➡️ Bara 2023, yeroo balaa kirkira lafaa Turkii keessatti mudate, maatiiwwan 26 miidhaman mana jireenyaa fi meeshaalee barbaachisan akka argatan gargaareera. ➡️ Magaalaa Landan, naannoo Ealing keessatti, manneen barnootaa afur keessatti barattootaaf — mana barumsaa inni ofii isaatii barate dabalatee — maatiiwwan isaanii gargaaruuf uffata yunifoormii 1,000 ol arjoomeera. ➡️ Pirojektoota “Big Shoe” jedhaman jalatti, keessumaa Siiraa Liiyoon, Rwaandaa, Keeniyaa fi Taanzaaniyaa keessatti, daa’imman dhukkuba onnee, ijaa fi rakkoolee biroo irraa kan ka’e baqaqsanii yaaluun isaan barbaachisuuf gargaarsa taasiseera. Kanaanis jireenyaa fi dandeettii arguu daa’imman hedduu baraareera. Isaan kun hojiiwwan inni hojjete keessaa muraasa qofa. Haa ta’u malee, inni miidiyaa hawaasaa irratti arrabsoo fi jibbiinsi irra ga’u taphattoota kubbaa miilaa keessaa isa duraa ta’uu isaa nama gaddisiisa. 💔 Sababa malee jibbiinsa keessa jira! 😏

Dhiifama gaafachuu fi yeroo gabaabaa keessatti furmaata deeggartoota keenyaaf malu dhiyeessuuf hojjechaa jiraachuu keenya bee
Dhiifama gaafachuu fi yeroo gabaabaa keessatti furmaata deeggartoota keenyaaf malu dhiyeessuuf hojjechaa jiraachuu keenya beeksisuu barbaanna. Deeggartoonni marsaa 8ffaa fiigicha Itoophiyaa Buna irratti kaffaltii karaa interneetii raawwachuun maayii osoo hin argatin hafan, akkasumas fiigicha irratti hirmaachuuf yaadanii maayii hamma isaan barbaadan gadi ta’e fudhattan, rakkoo isin mudateef garaa guutuudhaan dhiifama isin gaafanna. Rakkoo kanaaf bakka fiigichaa irratti, akkasumas miidiyaalee adda addaa irratti dhiifama kan gaafanne ta’us, fuula miidiyaa hawaasaa kana irrattis irra deebi’uun dhiifama keenya dhiyeessuu barbaanna. Rakkoon kun akkamitti uumame? Yeroo galmeen fiigichaa jalqabame, fedhiin deeggartootaa xiqqaa waan tureef, yeroo xumuraatti fedhiin ni dabala jennee tilmaamuun maayii dabalataa gahaa hin ajajanne. Bara darbes maayiiwwan hedduun qophaa’anii osoo hin gurguramin waan hafaniif, dogoggora kana irra deebi’uun irraa of qusachuuf maayii dabalataa gahaa hin qopheessine. Gareen keenya karaa adda addaatiin maayiiwwan gurguraman lakkoofsaan meeqa akka ta’an sirriitti ibsu odeeffannoo yeroo isaa eeggate hin arganne. Akkasumas, erga gurgurtaan maayii fiigichaa karaa interneetii jalqabamee booda, yeroo sirrii ta’etti gurgurtaa dhaabuu waan hin dandeenyeef, yeroo gabaabaa keessatti lakkoofsi deeggartoota galmaa’anii tilmaama keenya caale. Rakkooleen kunneenii fi kanneen biroon adeemsa qophii fiigichaa keessatti uumaman, dhiyeessii fi raabsa maayii irratti hanqinaaf sababa ta’aniiru. Rakkoo kana furuuf qaamolee dhimmi ilaallatu waliin carraaqqii hundaa goonee turre. Haa ta’u malee, yeroo isaa keessatti furmaata kennuu hin dandeenye. Kanaafuu, kilabni ispoortii keenyaas ta’e waldaan deeggartootaa deeggartoota keenya hundaaf garaa guutuudhaan dhiifama gaafanna. Fiigichi xumurameera. Haa ta’u malee, deeggartoota rakkoo kanaan miidhamtan ilaalchisee maal gochuun akka nurraa eegamu irratti mari’annee, guyyoota lama keessatti yaada furmaataa qabannee ni dhiyaanna. Deeggartoota Itoophiyaa Buna jaallattan, Isin humna guddaa kilaba keenyaa fi bu’uura milkaa’ina keenyaa dha. Amanamummaa, jaalala fi deeggarsa nuuf qabdan ni kabajna. Rakkoo adeemsa dhiyeessii fi raabsa maayii keessatti uumame salphaatti hin ilaallu. Komii fi mufannaa isinitti dhaga’ames ni hubanna. Rakkoo uumameef irra deebi’uun garaa guutuudhaan dhiifama isin gaafanna. Akkasumas, isin beenyaa madaalawaa argachuu akka dandeessan gochuuf kutannoo qabnu ni ibsina. 🗣 Hoggansa Waldaa Deeggartoota Itoophiyaa Buna

Taphawwan hawwii guddaa qaban kan Hagerie TV Sanbata dhufu tamsaasu! Manchester City vs Brighton Bayern Munich vs Borussia Do
+1
Taphawwan hawwii guddaa qaban kan Hagerie TV Sanbata dhufu tamsaasu! Manchester City vs Brighton Bayern Munich vs Borussia Dortmund

🚨 Bruno, kan badhaasa taphataa waggaa Pirimeer Liigii injifate, sadarkaa 27ffaa Ballon d’Or irratti xumuruun isaa falmii kaa
🚨 Bruno, kan badhaasa taphataa waggaa Pirimeer Liigii injifate, sadarkaa 27ffaa Ballon d’Or irratti xumuruun isaa falmii kaaseera. Kana hordofee, deeggartoonni, “Sadarkaan Pirimeer Liigii gadi bu’eeraa?” jechuun gaafachaa jiru. 🗞️ The Touchline

✅gSadarkaa Ballon d’Or Guutuu isaa
✅gSadarkaa Ballon d’Or Guutuu isaa

A dream come true 🏆 Harry Kane 🤍 Share @faana_sport Share @faana_sport ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
A dream come true 🏆 Harry Kane 🤍 Share @faana_sport Share @faana_sport ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ