ar
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

الذهاب إلى القناة على Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

إظهار المزيد
2 415
المشتركون
-424 ساعات
-247 أيام
-9430 أيام
أرشيف المشاركات
Dear students, be informed that your first semester mid-exam postponed for one week.

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
🅾𝐃𝐔𝐔  🅰𝐌𝐌𝐄𝐄 Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofatu Hafee #999 Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde Abbaa Caarraa Ta'aa

𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐉𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐌𝐚𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐈𝐦𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐓𝐚'𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐮𝐬𝐥𝐢𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐚𝐠𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐞 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮?

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።        5K+ Subscribers        Free Wave Promo       @Rafiqul_Islaam   

Kan kanarra hamaa dhufuun shakka Ammaas yoo xiqqo turre ~~~~~~~~ Bara Qarri Cabe Kan doomaan waa muru Haqa namaa nyaachuuf Hu
Kan kanarra hamaa dhufuun shakka Ammaas yoo xiqqo turre ~~~~~~~~ Bara Qarri Cabe Kan doomaan waa muru Haqa namaa nyaachuuf Hunduu jala maru Bara bariin barfattee Abbaan haqasaa dhabee Haqqii isaa ol baasuuf Hireef hirmaannaa agabe Gaafa humnaan bulaan Dachii Rabbii guutee Roorroon warra haqaatti Akka malee baay'atte Bara san keessa jirraa Kan keenyaa maal dubbannaa Akkuma walirra jirruun Kunoo hunduu wal miinaa!! Bara namni haasidummaan Maqaa walii balleeysu Hanga dandahe maraan Gad qabee wal xiqqeeysu Ajiib yaa raajii uumaa Baruma akkam agarree Kan kanarraa hamaa dhufuun shakka Ammas yoo xiqqo turre ✍️ Ararso Mohammed Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu, akkam jirtan isin?

11.كشف الشبهات(85-dhuma).mp315.02 MB

10.كشف الشبهات(75-84).mp317.68 MB

09.كشف الشبهات(65-75).mp319.23 MB

08.كشف الشبهات(56-65).mp315.14 MB

07.كشف الشبهات(44-55).mp318.64 MB

06.كشف الشبهات(36-44).mp318.52 MB

05.كشف الشبهات(29-35).mp316.69 MB

04.كشف الشبهات(23-29).mp318.01 MB

03.كشف الشبهات(15-23).mp319.17 MB

02.كشف الشبهات(6-15).mp317.86 MB

01.كشف الشبهات(1-6).mp317.27 MB