ch
Feedback
Ergaa Barreeffamaa

Ergaa Barreeffamaa

前往频道在 Telegram

显示更多

📈 Telegram 频道 Ergaa Barreeffamaa 的分析概览

频道 Ergaa Barreeffamaa (@ergaa_barreeffamaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 24 307 名订阅者,在 教育 类别中位列第 8 145,并在 芬兰 地区排名第 518

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 24 307 名订阅者。

根据 07 五月, 2025 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -233,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0%。内容发布后 24 小时内通常能获得 N/A% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 0 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0

📝 描述与内容策略

尚未提供频道描述。

凭借高频更新(最新数据采集于 08 五月, 2025),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

24 307
订阅者
无数据24 小时
-417 天
-23330 天

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
五月 '25
五月 '25
+2
在1个频道中
四月 '25
+16
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+24
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+42
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+40
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+16
在2个频道中
Get PRO
十一月 '24
+104
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+170
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+569
在2个频道中
Get PRO
八月 '24
+744
在1个频道中
Get PRO
七月 '24
+2 535
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+1 058
在2个频道中
Get PRO
五月 '24
+1 096
在1个频道中
Get PRO
四月 '24
+1 264
在2个频道中
Get PRO
三月 '24
+2 080
在1个频道中
Get PRO
二月 '24
+1 525
在1个频道中
Get PRO
一月 '24
+1 722
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+1 446
在4个频道中
Get PRO
十一月 '23
+1 641
在19个频道中
Get PRO
十月 '23
+1 838
在3个频道中
Get PRO
九月 '23
+1 793
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+387
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+397
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+542
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+428
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+80
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+76
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+74
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+550
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+227
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+898
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+649
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+897
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+716
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+1 423
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+1 029
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
06 五月0
05 五月0
04 五月0
03 五月+1
02 五月+1
01 五月0
频道帖子
Repost from Hope Promo ®
📌 Channel keessan beeksifachuuf 5k 10k 15k 20k 25k 30k 35k 40k 45k 50k 60k 100k Add channel wave •➤ ✍️ @Khaveen 🥇🥈🥉
👁‍🗨 @HOPE_PROMO ✔️

2
⁃ Ati garaa dhiifamaa qabdaa? ⁃ Nama si miidheef garaa kee guutuu dhiifama gootee? ⁃ Garaa dhiifamaa qabaachuun balbala nagaa, balbala eebbaa banachuu akkasumas boqonnaa fi gammachuu sammuu ofiitiif argachuu, dhukkuba irraa fayyuus akka ta'e beektaa??? Mee ergaalee jahan kanaa gadii dubbisii hiriyaa kee jaalattu 5f #share godhi! Itti eebbifami! Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuu dhɑɑn! ❍ Gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuun gufɑnnɑɑ bɑɑy'ee irrɑɑ nɑmɑ hɑmbisɑ. ❍ Siif dhiise jechuunis eenyummɑɑ nɑmɑɑtti kɑbɑjɑ olɑɑnɑɑ horɑ. ❍ Dhiifɑmɑ gochuun hubɑtɑɑ nɑmɑ tɑɑsisɑ. ❍ Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ Qɑbɑɑchuun wɑntɑ hundumɑɑ obsɑɑn birɑ dɑrbuu gɑɑfɑtɑ. Dɑndeettiin hubɑnnoo nɑmɑɑtiis obsɑ qɑbɑɑchuu isɑɑtiin ibsɑmɑ. ❍ Nɑmni dhiifɑmɑ godhu gɑrɑɑ qulqulluu qɑbɑɑchuu isɑɑtiif rɑgɑɑ bɑ'ɑ. Dhiifama Waliif Haa Goonu!!! GARAA DHIIFAMAA NAMNI QABU: 1. Bara isaa keessatti nagaa guutuu qaba. 2. Nama hundumaa waliin gabiitti jiraata. 3. Rakkina isa mudachuu danda'u keessaa salphumatti ba'uu danda'a! 4. Abbaa furmaataa ta'a. 5. Tokkummaa uumuu fi Qabaacuutti cimaadha! 6. Fakkeenya Gaarii ta'a. » Gorsuudhaan » Barsiisudhaan » Hojjechuudhaan » Ija godhachuudhaan » Galma gahuudhaan Fakkeenya Gaarii ta'a! Garaa Dhiifamaa Qabaadhu! @Ergaa_Barreeffamaa
1 895
3
3. Namoota Dandeettii Sammuu Xiqqaa fi Bilchina Miiraa Guddaa Qaban: ➡️Namoonni akkanaa warra ani lakkoofsa lammaffaa irratti ibse caalaa milkaa'inatti dhi'oodha. Dandeettii sammuu guddaa qabaachuu baatanis, bilchina miiraa qabanitti fayyadamuun mul'ata isaanii dhugoomfachuu danda'u. Namoonni akkanaa ogummaadhaan beekumsa namoota birootti fayyadamu. Bilchina miiraa qabaniin immoo hariiroo namoota naannoo isaanii kunuunfatu. Ni tikfatus. Icciitii guddaan qabxji kana keessa jiru maal akka ta'e beektaa? ➡️Beekumsa kamuu maallaqaan bituu dandeessa, bilchina miira kee garuu eenyu irraa iyyuu hin bitattu! Jala muri. Beekumsa malee miirri hin bitamu. Henerii Foordi motora konkolaataa V8 jedhamu akka kalaqaniif injiineroota qacaree hojjechiisaa ture. Maaliif qacare? Ofii isaa nama barate hin turre waan ta'eef. ➡️Jireenya kee guyyuu keessatti murtoo kamuu gaafa murteessitu miirri kee ga'ee bakka hin bu'amne taphata. Tokkoo tokkoo murtoowwan laasistuu keessatti miirri kee hirmaannaa qaba. Tokkoo tokkoo murtoowwan Rakkoon jiru egaa, miira hin bilchaanneen murtoon ati murteessitu kamuu gatii si baasisuu isaati. 4. Namoota Dandeettii Sammuu Guddaa fi Bilchina Miiraa Guddaa Qaban: ➡️ Namoonni akkanaa namoota addunyaa kana jijjiiranidha. Mudannoon dhugaa kana nuuf ibsuu danda'u tokko kunooti. Toomaas Ediisen ampoolii elektirikii kalaquuf baay'ee akka itti dadhabe beekamaadha. Yaaliiwwan 10,000 taasisee akka turetu himama. Yaalii ijibbaachisaa booda ampoolii hojjete sana hojjetoota isaa keessaa isa tokko @Ergaa_Barreeffamaa
2 647
4
✅Dandeettii sammuu (Intelligence Quoteint) fi bilchina miiraa (Emotional Intelligence) qaban irratti hundaa'uun namoota bakka afuritti qooduu dandeenya. Isaanis akka armaan gadiitti ilaalla: 1⃣. Namoota Dandeettii Sammuu Xiqqaa fi Bilchina Miiraa Xiqqaa Qaban: ⏩Namoonni akkanaa namoota rakkisoodha. Dandeettii yaaduu xiqqaa qaban irratti bilchinni miiraa isaanii yoo xıqqaate akka malee ulfaata. Naannoo keessa jiraatanitti rakkina uumuun beekamu. Qaama rakkinaa malee qaama furmaataa ta'uu hin danda'an. ➡️Qabxiin xiyyeeffannoo isaanii dhimma namoota dhuunfaan waan wal qabatuuf, yeroo mara waa'ee namoota dhuunfaa haasa'u. Namoota hamachuu fi walitti buusuun beekamu. Namoota gidduutti diinummaa babal'isu. Baratanii of jijjiiruuf fedhii dhabuu isaaniitti dabalee haalota isaan mudataniif deebiin isaan kennan deebii isaanis ta'e uummata isaanii hin gargaarredha. Itti yaadanii dubbii ogummaa hin dubbatan; akka feeteen dubbatanii namoota miidhu. Deebii namoota biraa argataniinis akka malee miidhamu. ➡️Yeroo hundumaa namoota komachuun beekamu. Nama jajan hin qaban. Namoota akkanaa waliin mana tokko jiraachuun, waajjira tokko waliin hojjechuun, gaa'elaan itti hidhamuun, hariiroo kamuu waliin qabaachuun gatii guddaa nama baasisa. Of eeggannoo guddaas nama gaafata. ➡️Walumaa galatti, namoota namummaa (personality) negetiivii qabaniidha. Baay'ee wanti nama gaddisiisu immoo namoonri hedduun sadarkaa kana irra jiraachuu isaaniiti. 2. Namoota Dandeettii Sammuu Guddaa fi Bilchina Miiraa Xiqqaa qaban: ➡️Namoonni akkanaa keessumaa namoota barnoota idilee baratanidha. Idileenis ta'e karaa al-idilee barnoota baratanii sadarkaa wayii irra ga'aniiru. Yaadota gaggaarii fi faayidaa qaban maddisiisuu danda'u. Fuula hawaasaattis fudhatama qabaachuu malu. Rakkoon isaanii inni guddaan garuu miira isaanii mo'achuu hin danda'an. Yeroo dheeraa fudhatanii dandeettii yaaduu sammuu isaanii fayyadamuun waan ijaaran tokko miira isaanii to'achuu dadhabuu isaanii irraa kan ka'e yeroo gabaabduutti diigu. Akkuma beekamu, ijaaruutu ulfaata malee diiguun salphaadha. ➡️ Miira isaanii to'achuu namoonni hin dandeenye, dandeettii sammuu hammamuu yoo qabaatan fagoo ga'uu hin danda'an. Hariiroo namoota waliin qaban kunuunfatanii qabachuu waan hin dandeenyeef, jireenyi isaanii walitti bu'insa namootaan guutuudha. Ammas ammas hiriyyoota jijjiiruun beekamu. Waan qabatan tokko yeroo dheeraaf itti fufanii hojjechuu hin danda'an. ➡️ Maal hojjechuu akka qaban beeku; akkamitti hojjechuu akka qaban irratti immoo rakkoo qabu. Rakkoo miiraa qaban irraan kan ka'e hojjetoota isaanii hin kunuunsan. Qofaa isaanii immoo hojjetanii milkaa'uu hin danda'an. Kanaaf yeroo hundaa kufaatii lakkaa'achaa jiraatu. Hawaasa keessatti hadhaa'ummaan beekamu. Jireenyi isaanii yeroo hedduu namootatti bitaa gala. Dandeettii yaaduu guddaa qabaatanii otoo jiranii, maaliif akka isaan hin milkoofne namootaaf-isaan mataa isaaniif illee-hin galuuf. Deemee deemee carraa isaanii itti gaafatamaa taasisu. ➡️Furtuun milkaa'inaa inni murteessaan kan jiru dandeettii keenya keessa otoo hin taane, hariiroo namoota waliin qabnu keessa akka ta'e hin beekan. Namoonni akkanaa yeroo fudhatanii bilchina miira isaanii irratti hojjechuu qabu. Bilchinni miraa jijiirama halkan tokkotti dhufu miti; shaakala yeroo fudhatuudha. Yeroo hammamii akka fudhatu kan murteessu uumama namichaati. Namoonni tokko tokko bilchina miiraa gonfachuuf yeroo dheeraa itti hin fudhatu; kaan immoo waggoota hedduu itti fudhata. @Ergaa_Barreeffamaa
1 952
5
没有文字...
1 427
6
Cichanii hojjennaan, Mul'atni hin dhugoomne hin jiru! Maatii godaantotaa  harmee isaa xaaliyaaniifi Abbaa isaa biyya Giriikii irraa  Loos Anjelees, Ameerikaatti ALA bara 1944tti dhalate,  joon Pool Dejoriyaa. dhalatees umurii isaa waggaa lamatti haatiifi abbaan isaa wal hiikan. Haati isaa isaan guddisuuf hojii harkaa (Kooffiyyaa,baarmexaa) hojjettee galii argattuun isaan guddiste. Maatiin isaa mana kutaa tokko keessa, yoo argame nyaachaa yo dhibe ammoo rafuun waggoota baayyee akka dabarse joon pool nii yaadata. Joon Pool umuriin isaa yoo waggaa sagal guutu harmee isaa galiin deeggaruuf daandii loos Anjelesitti ba’uun barrulee gara garaa gurguraas ture. ta’us galii sanaan maatii isaa deeggaruu mitii, meeshaalee barnootaa isaaf malu illee bituufi hin dandeenye ture. Bu’aa ba’iin jireenyaa haga dargaggumaatti keessumeesse abdii kutachiisaas ture. guyyaa aduufi rooba osoo hin jedhiin galiii guyyaa argachuuf xaareera. Joon Pool waantoti abdii isa kutachiisaan hedduu keessumeesseera. Waardiyyaa buufata boba’aa konkolaataa, qulqulleessaa daandii fi gargaaraa konkolaataa ta’ees tajaajileera. Kana hunda keessatti abdii osoo hin kutatiin egeree isaa bareechuuf dhama’eera. ALAtti bara 1962tti leenjii gahaa erga fudhateen booda Humna galanaa Ameerikaatti makamuun tajaajileera. Achis akka yaade ta’uuf hin dandeenye. Achii deebi’ees kitaabota haarawaa ba’an manaa manatti raabsuun gurguruu eegale. kanaanis maqaa gaarii argachuu eegale. kana hordofees dhaabbileen gara garaa hojii daldalaa isaanii akka isaaniif hooganu affeeruu eegalan.  Ta’us dhaabbilee adda adaa keessaas sababoota garaa garaan hir’ifameera. Balballi jireenyaa joon poolitti cufamee turees banamuu eegale. Joon pool maallaqa salphaa harmee isaa irraa liqeeffachuun ,bara 1980tti mana daldalaa dibata miidhagina rifeensaa miiltoo isaa waliin ta’uun banan. joon pool daldala isaa itti fufsiisuuf waggoota dheeraa konkolaataa isaa keessa bulaa ture. guyyaattis wanti sooratu baayyee xiqqaa ture. yeroo booda joon pool, dhaabbilee boba’aa baasan gara garaatti makamuun hojii daldalaa kaappitaala guddaa gaafatu hojjechuun milkaa’uus danda’e. Joon pool hojii daldalaa isaan milkaa’ina argateenis Biiliyeenera Ameerikaa ta’uu danda’eera. @Ergaa_Barreeffamaa
2 004
7
"Namichi du'a daldalaa ture ni du'e" Alfireed Nobel✍️ 📍DOGOGGORA SIRRATE Obbo Alfireed Noobel yeroo jalqabaaf meeshaa waraanaa dimaamitii jedhamu kalaqee gabaaf dhi'eesse, Meeshaan waraanaa inni kalaqe dhumaatii namoota hedduuf sababa ta'eera.Gocha kanattis guutummaan addunyaa gaddeera.Hiriyyoonni isatti dhi'aatan hedduun akka inni meeshaa balaafamaa kana gabaa addunyaatti hin dhi'eessine gorsanis, galii irraa argatu yaadee gurraisaaniif kennuu irraa of dhorke. Gorsa namoonni isaaf kennan fudhachuu kan dide Alfireed Noobel kalaqa isaa kana irraa bu'aa argateen abbootii qabeenyaa gurguddoo keessaa tokko ta'uu danda'e. Bara dulluma isaa keessa-guyyoota keessaa gaaf tokko-balbala dura taa'ee gaazexaa guyyaa sana maxxanfame dubbisuu eegale. Otoo dubbisaa jiruu fuula namoonni du'an irratti maxxanfaman irratti wanta suukaneessaa ija isaa amanuu isa dadhabsiise tokko arge. "Alfireed Noobel daldalaan du'aa sun ni du'e!" barreeffama jedhu dubbise. Suurri isaas namoota du'an keessaa tokko ta'uun maxxanfamee ture. Waan arge kanaan baay'ee kan rifate Noobel,sodaa guddaa keessa ta'ee yaaduu eegale. "Edaa addunyaan kun yoon du'e akkanatti na yaadattii?Edaa daldalaa du'aan jedhamaa?" jedhee yaade.Achumaan gaaffii baay'ee barbaachisaa tokkoof gaafate. "Seenaa koo kana jijjiiruuf wanti ani gochuu danda'u maali?" Kun gaaffii seenaa jireenya isaa jijjiiruuf bu'uura isaaf ta'e ture. Dhumairratti, dhaabbata namoota addunyaa kana "Waan irraa hojii gurguddaa hojjetan dhaloonni badhaasu tokko hundeessuuf du'a kee booda murteesse. Meeshaa ittiin waraanaa oomishe sana si yaadatu hojjechuu kan eegaltu gabaaf dhi'eessuuf murtoo badaa akkuma murteesse, har'adha. "amma immoo namoota addunyaa kana irratti dhiibbaa gaarii uuman badhaasuuf murtoo baay'eegaarii murteesse. Dhaabbata badhaasa Noobelis hundeesse. Dhaabbanni kun hanga har'aattuu namoota gama adda addaan hojii gurguddaa hojjetan guutummaa addunyaa irraa barbaadee badhaasa.Seenaan Alfireed Noobelis amma kan yaadatamu meeshaa waraanaa waliin otoo hin taane, badhaasa beekamaa kanaan. Dulluma ofii keessa tarkaanfii seenaa ofii jijjiiru murteessuun akkana.Seenaa armaan olii kana irraa akkuma arginu, Alfireed Noobel meeshaa dhuminsa namoota hedduuf sababa ta'e addunyaa kanaaf gumaacheera.Badiisa lubbuu namoota hedduufis sababa ta'eera. Maallaqa argachuuf jecha gaaga'ama guddaa addunyaa kanatti fideera. Dhuma irratti garuu gocha seenaa isaa isa jalqabaa sana addunyaa irraanfachiisuu danda'u hojjeteera. Mee gara keettin deebi'a. Gaafa duute maaliin yaadatamuu barbaadda? Du'a kee booda dhaloonni maaliin akka maqaa si dha'an feeta? Sirnaawwaalcha kee irratti seenaan kee maal jedhamee akka dubbifamu barbaadda? Gaaffiileen kun baay'ee murteessoodha. Mee yeroo fudhadhuu deebii isaanii barreessi. Deebiin ati gaaffii kanaaf laattu baay'eesi fayyada. Waan dhaloonni du'a kee booda ittiin siyaadatu hojjechuu kan eegaltu har'adha.Kaleessa dogoggora kamuu raawwatteetta ta'a.Sun kaleessadha. Dogoggorri kaleessaa bifa kamiinuudeebi'ee hin sirreeffamu. Maaliif? Kaleessi darbeera;tasuma deebi'ee hin dhufu. Garuu irraa baratama.Eyyee, kaleessi kee barsiisaa gaariidha. Dogoggora biroo akka hin uumne dogoggora kee kaleessaairraa barachuudhaan, har'a irra dhaabattee waan sirreessuu qabdu sirreessuu dandeessa. Akkuma Obbo Alfireed Noobel, hojii gaarii dogoggorakeekaleessaa dhaloota irraanfachiisu har'a hojjechuu dandeessa, Sun immoo carraa guddaadha. Gaaffii murteessaan of gaafachuu qabdu, "Hojiin du'a koo booda ittiin yaadatamu har'a maalan hojjechuu danda'a?" isa jedhudha. Deebiin gaaffii kanaa hiikaguddaa siif qaba. Addunyaa kana irraa namoonni hedduun dhalootaafotoo hin taane, ofii isaaniif qofa jiraatanii darbu.Sammuu dhalootaaf yaadu waan hin qabneef ,ofittummaadhaan ofiif qofa jiraatu. Kun kasaaraa guddaadha,Tokkoo tokkoon keenya addunyaa kana irra jiraachuuf carraan kan nuuf kenname, jireenya namoota isaan kaanii irratti dhiibbaa gaarii akka fidnudha. Jireenyi keenya jireenya namootaa tuquu,jijjiiruu fi gargaaruu danda'uu qabna. @Ergaa_Barreeffamaa
2 268
8
Qabxiilee 10 Kitaaba mata duree Barnoota Amaloota Namoota Bu'aa qabeesummaa milkaa'inaa olaanaa qabani 7 1. Dursanii socho'uu: Namoonni si'aawoo ta’an jireenyaa fi filannoo ofii isaaniitiif itti gaafatamummaa fudhatu. Rakkoo isaaniif nama biraa ykn haala hin komatan.Waanta toʼachuu fi dhiibbaa gochuu dandaʼan irratti xiyyeeffatu. 2. Xumura yaada keessa galchuun jalqabu: Namoonni bu’a qabeessummaa olaanaa qaban jireenya keessatti maal galmaan gahuu akka barbaadan mul’ata ifa ta’e qabu. Duudhaa fi galma isaanii ni beeku, waan uumuu barbaadan irratti hundaa’uun murtoo ni kennu. 3. Wantoota dursa kennamuun qabuuf dursa kennu: Namoonni bu’a qabeessummaa olaanaa qaban barbaachisummaa fi ariitii ijoo qabxiileef hoji-manee isaanii irratti hundaa’uun hojii fi sochii dursa barbaaduuf dursa kennu. Wantoota yaada isaanii hiran irraa fagaachuun  kanneen baayʼee isaaniif barbaachisan irratti xiyyeeffatu. 4. Injifannoo waloo yaadu: Namoonni bu’a qabeessummaa olaanaa qaban namni hundi haalota keessatti mo’achuu akka danda’an amanu. Furmaata waloo kan fedhii qaamolee dhimmi ilaallatuu hundaa guutu barbaadu. 5. Dura namoota hubatu, achiis namootaan hubatamuu barbaadu: Namoonni bu’a qabeessummaa olaanaa qaban dhaggeeffattoota gaariidha. Ilaalcha ofii osoo hin qoodin dura, yeroo fudhatanii ilaalcha namoota biroo hubatu. Kunis hariiroo cimaa akka ijaaranii fi bu’a qabeessa ta’an taasisaan. 6. Walitti hidhamiinsa waloo uumu: Wal-ta’iinsi seera bu’uuraa waloo waliigalatti kan qeenxee irra bu'a qabeessa. Namoonni bu’a qabeessa ta’an, wal-ta’iinsaa fi hojii gareetiif iddoo guddaa kennu. Ofii isaaniitiin kan danda’an caalaa namoota biroo waliin hojjechuun waan baay’ee galmaan ga'uu akka danda’an ni beeku. 7. Qottoo ni qaratu: Namoonni bu’a qabeessummaa olaanaa qaban guddinaa fi milkii dhuunfaa mataa isaanii irratti 'invastii' godhu. Yeroo fudhatanii waan haaraa baratu, dandeettii isaanii fooyyessuu fi fayyaa qaamaaf sammuu isaanii ni kunuunsu. 8. Qajeelfama irratti kan xiyyeeffate ta’u: Murtoo fi gochaan isaanii seera bu’uuraa yeroof haalaan hin jijjiiramne kan akka amanamummaa, amala namoomaa gaarii, haqummaa fi kabaja irratti hundaa’a. Kunis namoota biroo wajjin wal-amantaa fi amanamummaa akka qabaatan kan isaan gargaaru siʼa taʼu, murtoo sirrii taʼe murteessuufis buʼuura cimaa akka qabaatan godha. 9. Madaalawaa ta'uu: Barbaachisummaa madaallii-jireenya isaanii keessatti ni hubatu. Hojii isaanii, hariiroo isaaniif, fayyummaaf fi fedhii dhuunfaa isaaniif yeroo ni kennu. Kunis akka hin dadhabiif mudhuka humnaan oliif hin-saaxilmne fi jireenya gammachiisaa akka jiraatan isaan gargaara. 10. Barattoota walitti fufiinsa qaban ta'u. Namoonni bu’a qabeessummaa olaanaa qaban yeroo hunda barachaa guddachaa jira. Addunyaa naannoo isaanii jiru beekuuf fedhii guddaa waan qabaniif beekumsaa fi dandeettii isaanii babal’isuuf fedhii guddaa qabu. Kunis qaxxaamura dursanii akka jiraataniifi addunyaa saffisaan jijjiiramaa jiru keessatti akka milkaa’aniif isaan gargaara. @Ergaa_Barreeffamaa
2 411
9
没有文字...
2 279
10
Akaakuuwwan Ilaalcha Namaa Ilaalcha isaan qaban irratti hundoofnee namoota bakka sadiitt qooduu dandeenya. Isaanis kan armaan gadiiti: Namoota Ilaalcha /Yaada Xiqqaa Qaban (Small Minded People) Namoonni akkasii yeroo baay'ee nama dhuunfaa irratti xiyyeef- fatu. Haasaan isaanii nama dhuunfaa waliin kan wal qabate dha. "Abalu akkas jedhe...", "Abalu akkas goote...", "Abbaan abaluu akkana akkana gochuuf jedha..." jedhu. Namoonni akka kanaa kun waa'ee nama dhuunfaa irratti waan xiyyeeffataniif hawaasa biratti hamattoota jedhamuun beekamu. Waa'ee waan biraa dhaga'uu irra waa'ee nama tokkoo dhaga'uun baay'ee isaan gammachiisa. Waan dhaga'an icciitiidhaan qabatanii turuun isaanitti ulfaata. Kanaaf dhoksaa /icciitii namaaf eeguu irratti rakkina qabu. Namoota Ilaalcha Giddu Galeessaa Qaban (Medium Minded People) Namoonni garee kana keessatti ramadamanimmoo warra jalqabaa irra amma tokko kan fooyya'anii dha. Yeroo baay'ee wanti isaan yaadan waa'ee dhaabbata (organization) tokkooti. Dhaga'uus wanti isaan fedhan kanuma. "Kilabiin kubbaa miillaa Arsenaal akkana godhe...", "Waldaan dargaggoota aanaa keenyaa kana kana raawwate...", "Masjiida achii keessatti kun kun ta'e..." fi kanneen kana fakkaatan jedhu. Namoonni akkanaammoo yeroo fi humna isaanii waan hin bar- baachifneef oolchuun beekamu. Waan isaan hin ilaallanne keessa seenuun of qisaasessu. Kunimmoo yeroo isaaniitti haalaan akka hin fayyadamne isaan taasisa. Ammallee wanti bira darbanii deemuun isaaniif ta'u ni jira. Kanneen akkanaa yoo si mudatan irraa hin baqatin. Kallattii sirrii itti argisiisi. Namoota yaada /ilaalcha guddaa qaban (Large minded people) Isaan kun namoota fageessanii yaaduu danda'anii dha. Waa'ee nama dhuunfaas ta'e waa'ee dhaabbata adda addaa utuu hin taane, yaada (idea) irratti mari'atu. Akkamitti hojii adda addaa hojjechuu akka qaban haasa'u. Yeroo baay'ee mul'ata (vision) qaban dubbachuu jaallatu. Namoonni akkasii ofii isaanii qaama rakkina garaa garaa ta'u utuu hin ta'in, rakkina uumame hundaaf furmaata barbaaduun beekamu. Nama kufe yoo argan kufaatii isaaf itti qoosuudhaan hamilee isaa cabsuu irraa qabanii kaasanii maal gochuu akka inni qabu itti himuun, kallattii itti agarsiisuun dirqama eenyummaa isaanii ba'atu. Ofii isaanii sadarkaa guddaa irra ga'uuf akkuma dhama'an hunda namoonni isaan kaanis akka guddatan barbaadu. Hinaaffaaf raaw. watanii iddoo hin kennan. Hir'ina isaanii irra ga'umsa isaanii ir. ratti xiyyeeffatu. "Ani nan deemaa, ati hafi" ilaalcha jedhu hin qaban. "Anis atis wajjin kufna" jedhaniis hin yaadan. Nama hundumaaf ilaalcha sirrii qaba. "Wajjin guddanna" jedhanii waan yaadaniif dadhabaa lammii isaanii gargaaruu irratti xiyyeeffatu. Gammachuu lammii isaanii gargaaruun isaaniif kennu qarshiin kamuu bakka isaaniif hin buusu. Kitaaba Eebbisaa Baayisaa barreesse irraa @Ergaa_Barreeffamaa
3 418
11
Project was one of the most important player on Mini-App market and only thing left - is listing 🕯Don’t miss this chance😎stay ahead of the game join SQUARD❗️  https://t.me/major/start?startapp=1116523567-946907482 ⚠️  November list⚠️
654
12
Hojii Hojjettuuf #Jaalala addaa qabaadhu! #kabaji! #ogummaa keetiif iddoo guddaa kenni! ❍ Namoota 3tu turan isaanis shaklaa yookiin meeshaa suphee irraa hojjetaman qopheessanii gurguru turan. Namni tokko dhufeetu isa jalqabaa sanaan "Maal hojjettaa jirta?" jedhee gaafate, Innis "wanta ani hojjetaa jiru hin argituuree kunoo jireenya koo moo'achuufan suphee kana qabadhee dhaabadha" ittiin jedhe. Isa 2ffaa biras deemee gaafannaan akkas ittiin jedhe "Suphee kana gurguruufan as dhaabadhee jira" ittiin jedhee deebiseef, Isa 3ffaa Gaafannaan akkas ittiin jedhe " Ogummaa fi Dandeettii Koon Supheewwan Bifa Mimmiidhagoo akkasii kanneen Qopheessee maammiltoota koof Gabaa irra oolchaan jira"  Ittiin jedhe. #Hubadhu ~ ❍ Obboloota koo jarri 3'n kun ogummaan isaan qabatanii jiran meeshaa wal fakkaatadha. Garuu akkaatan hojii isaanii itti ibsatan garaagarummaa qaba. Kana irrattis ilaalchi isaan hojii isaaniif qaban hubachuun nama hin rakkisu. Isa 1ffaa irratti kan hubannu, jireenya koo moo'achuufan shaklaa kana qopheessaa jira gaafa jedhu, hojii isaa kana jireenyaan dirqamamee malee ogummaa isaa jaallatee hojjetaa akka hin jirre hubanna. Kana jechuun namni kun utuu maallaqa argatee hojicha kana akka hin hojjenne ibsa jechuudha. Isa 2ffaa irratti immoo "Shaklaa kana gurguruufan as dhaabadhee jira" gaafa jedhu miirri homaa kan itti hin dhaga'amne, yoon jedhu hojii isaa jaallatees jibbes sanuma itti hin qorrus ittis hin ho'u jechuudha. Inni 3ffaan garuu "Ogummaa fi dandeettii koon shaklaawwan mimmiidhagoo akkasii qopheesseen gabaaf dhiyeessa" inni kun hojii isaas, haala jaallatamaa fi filatamaa ta'een ibseetu jira. Ogummaan isaa kun hagam akka ta'ee fi eessan akka isa ga'uu danda'u xumuree beeka jechuudha. Obboloota koo har'a anii fi isin hojii keenyaf ilaalcha akkamii qabnaa? Jaallannee moo miira tuffiitin hojjetaa jirra? Kana ofii keessan gaafadhaa! ❍ Jireenya keenya keessatti wanta Hojjetaa jirru tokko irratti ilaalcha gaarii qabaachuun nu irra jiraata. Sababni isaayyuu sababa garaa garaa irraa kan ka'e harka namootaa fi karaa irratti kan kufan hedduutu jira. ❍ Kanaaf jireenya keenya keessatti iddoo jirruu fi Wanta of harkaa qabnutti akka waan guddaa of harkaa qabnuutti of ilaallee hojii keenyan boonutu nu irra jiraata. Maal irraa barannaa.............? @Ergaa_Barreeffamaa
5 079
13
Telegram Subscribers guddifachuuf Inbox 🥷🏽 @Khaveen __ Channel keessan nu waliin tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa. 1k ---10
Telegram Subscribers guddifachuuf Inbox 🥷🏽 @Khaveen __ Channel keessan nu waliin tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa. 1k ---10k 20k ---40k 50k ---100k @Khaveen
2 043
14
👉Fast https://t.me/lucky_gems_official_bot/app?startapp=2E5h2CyRDV44Q5vvJF16FAgJdYSqpYh8LWZpDEfnpPoBq2B 🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣🟣 https://t.me/major/start?startapp=946907482
33
15
⚠️ 𝐃𝐞𝐥𝐞𝐭𝐢𝐧𝐠 𝐢𝐧 𝐚 𝐟𝐞𝐰 𝐦𝐢𝐧𝐮𝐭𝐞𝐬 ⛔️ New channel link armaan gadii tuquun «JOIN» tuquun nutti dabalamuu qofa! 📌          👇💐 JOIN CHANNEL       🟣 JOIN 🟣       🟣 JOIN 🟣       🟣 JOIN 🟣       🟣 JOIN 🟣 Telegram channel 💥group ⇣ ━━━━━━━━━━━━ ❗️  JOIN NOW  ❗️ ❗️  JOIN NOW  ❗️  ❗️  JOIN NOW  ❗️  ❗️  JOIN NOW  ❗️  ━━━━━━━━━━━━ https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0 https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0 List is coming https://t.me/major/start?startapp=946907482 Telegram star Telegram star https://t.me/major/start?startapp=946907482
71
16
Jalqaba ofiif kenni yeroon jedhu ofittoo ta'i jechuu koo akka hin taane na hubatta jedheen yaada. Namoonni kan si jaalatanii fi si kabajan yeroo ati bakka ofiif kennituu fi cimtuudha. Ofgataa Rabbiyyuu ni gata jedhama mitiiree! Kanaaf of hin gatiin of kunuunsi of dinqisiifadhu. Nama du'e wajjin nama awwaalame beektaa? Nama gammachiisuu yaaluu dhaabi dura ofii gammadi. Muka lafa jiru eenyuyyuu garagalee hin ilaalu gaafa guddate garuu namni hunduu gaaddisaaf barbaada. Atis akkasumadha gaafa kufte Firri keeyyuu eessa akka ati jirtu quba hin qabu. Namoonni nama dadhabaa fi hiyyeessa hin barbaadan waan ta'eef nama cimaa ta'uu yaali. Lakki jechuu shaakali waan namni sitti fe'u hunda hin baatin. Abjuu kee irratti xiyyeeffadhu; isaafis jiraadhu. Namootaan dorgomuu dhaabi ati ofuma taatee akka jiraattuuf uumamte malee nama biraa akka taatuuf miti. Dureessi addunyaa kanaa Biilgeet akkas jedha "Oftuffachuu kan ati jalqabde gaafa namootaan dorgomuu jalqabdeedha" jedhe. ⤵️⤵️⤵️ @Ergaa_Barreeffamaa
4 229
17
✅Galatoomi Rakkoo 👉Kuni fira keeti Kuni diina keeti jettee na agarsiifteee 👉Firaaf diina kiyya addaan na barsiiftee 👉Silaa ati hin jiraannee hiriyaa dhugaaf dharaa 👉Yooman addaan baafadhee Firaaf diina koo baraa 👉Ani sin galateeffadha Galatoomi yaa rakkoo 👉silaa ati hin jiraannee Ani hin beeku waan tokkoo 👉Hunduu si cinaa jirra jedhee Abdii natti horee 👉Ati mana koo dhufnaan hundinuu narraa goree 👉Ani yoomiyyuu sin jibbu akka namoota kaanii 👉Rakkoo galatoomi onneerraa dhugaanii 👉Sababuma keetiinan Firaaf diina koo baree 👉Galatoomi yaa rakkoo maaliifan si jibbaree Share godhaa! Waanti kun mana hundumaa jirti waan ta'eef ⤵️⤵️⤵️ @Ergaa_Barreeffamaa
4 479
18
Become major 🎖️ Don't miss this chance Start 💠
1 033
19
Si'a baay'ee wanti si fayyadu wanta ati hojjechuu jaallattu miti. Haala miira kee (mood) ilaaltee waa hojjetta yoo ta'e, jireenya kee keessa wanta jalqabamu malee, wanti fiixaan ba'u hin jiru. Gara jalqabaa gaafa jalqabdu: kitaaba dubbisuun, dandeettii haaraa gabbifachuun, afaan barachuun,hojii ykn hojii biratti hojii biraa (side hustle) hojjechuun, hanqinoota dhuunfaa fooyyessuun... sitti hin tolan! Kanuma! So what? Suck it up!😐 "Jireenya gammachuu qabaachuuf waan hojjechuu jaallattu hojjedhu." yaada jedhu gar-tokkee isaatti malee hin amanu. Wanti si fayyadu harki caalu wanta ati adeemsa hojii isaatti hin bohaarreedha. Miira giddu-galeeffattee, gaafa 'mood'n kee hin jirre akka waan kalaanderiin kee diimaa ta'eetti karoora irraa maqxa yoo ta'e, gammachuu irraas maqxeetta. ''Hiikamanii jiraachuu'' yaada jedhu qabattee, miidiyaalee hawaasaa qofarras ooltee namummaa kee akka 'zombie' hin godhin. Akka sitti tolu yoo feete, waan sitti tolu hundatti kooluu hin galin. @Ergaa_Barreeffamaa
4 346
20
🌐 Waa'ee Airdrop Major maal beektu? Telegram maallaqa appii keessaa(in-app currency) Star ⭐️ jedhama ⚡️ Star kun product dhaabbata Telegram foundation qabu kamiifuu subscription kaffaluuf kan ooludha 🗓 Star kana fayyadamuun oomishaa fi tajaajila biroo kan Telegram keessa kaffaluu(bituu) ni dandeessu 💸 Telegram Star 1 🌟 yeroo ammaa Gatiin isaa $100 dha ➡️ Liinkii kanaan galmaa'aa, warri hojjechaa hin jirre https://t.me/major/start?startapp=946907482 ✔️ Wallet keesan connect godhadhaa) ✔️ Taskoota garagaraa hojjedhaa ✔️ Hiriyyoota keessan Affeeraa ✏️Faaydaan Urjii ⭐️ Major irraa argannu Maali? 1. Boodarra Star fayyadamuun Telegram premium account bitachuu dandeessu. 2. Namoota biroof kennaa kennuu dandeessu 3. Star gara Tooniitti jijjiirrachuu ni dandeessau ╔═══════════╗ ┃➲ Join taasisaa! √ ┃➲ Share godhaa! √ ┃➲ Galatoomaa!!! √ ╚═══════════╝ 🔥Yeroo ammaa urjii argachuun guutummaatti bilisa Major irratti Carraa star 🪙 kan walitti qabaachu kun akka sin jelaa dabaree! 𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥 Telegram star ⭐️ Telegram star ⭐️ Telegram star ⭐️ Telegram star ⭐️ Star kun garaa fuulduratti gatii guddaa qabaata jedhame kan yaadamuudha!😀 Claim More star 🌟 Start Now ✨️ Channel keessan nu waliin tolaan beeksifachuu karaa liinkii armaan gadii na qunnamuu dandeessu!🎉 📈1.2M members folder keep it up🎁 https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0 https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0 Ads ⇣ ┏━━━━━━━━━━━━━┓   @Hope_Promo ┗━━━━━━━━━━━━━┛ 💲 It’s time to become the best of the best!$ ⭐️STARS TELEGRAM STARS 🌟
65