ch
Feedback
Wajjira barnoota Go/H/Baha

Wajjira barnoota Go/H/Baha

前往频道在 Telegram

Lammin hundi barnootaf

显示更多
844
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
帖子存档
Jijjiirraa A-A Argatan A.Gursum, 2016.xlsx0.21 KB

Jijjiirraa A-A Argatan A.Gursum, 2016.xlsx0.21 KB

+3
ch1-3 General Physics Workheet.pdf2.36 KB

2015 Inroduction to economics Handout (1).pdf1.27 MB

Baga Bara Haaraan Isin Gahe! Barri haaraan kun bara kan yaaddan dhugoomsitan isiniif haa ta’u! 🌅☀️☀️🌄🌅🌅🌞 Ayyaana Gaarii! እንኳን አደረሰዎ! አዲሱ ዓመት ያለሙትን የሚያሳኩበት ዓመት ይሁንልዎ ! መልካም አዲስ ዓመት!

photo content
+4

General Physics CH-1.pdf7.05 KB

General Physics Phys 1011 Module.pdf4.55 MB

attachment (2).pptx10.22 KB

photo content
+3

#Barattoonni 273 carraan barumsa tolaa mijaa’eef jidduu kana gara Emereetota Araba Gamtoomaniitti gaggeeffamu – Ministeera Barnootaa *** Gaazexaa Bariisaa Barattoonni lammii Itoophiyaa 273 Emereetota Araba Gamtoomaniitti carraan barumsa tolaa mijaa’eef jidduu kana gara dhaabbata barnootaa qophaa’eefitti akka deeman ministeerri barnootaa beeksise. Leenjiin hubannoo uumuu ministeera barnootaafi ministeera dhimma alaatiin fayyadamtoota carraa barnootaa tolaa guyyoota sadiif qophaa’e Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teknolojii Finfinneetti jalqabameera. Barattoonni kunneen bara 2014 qabxii olaanaa Yuunivarsiitii ittiin seensan fidanii Emereetota Arabaa Gamtoomaniitti sagantaa digirii jalqabaa carraa barumsaa akka argatan ministira muummee Abiyyi Ahimadiin waadaan galameefiidha. Barattoonni kunneen yuunivarsiitiiwwan Emereetota Arabaa Gamtoomanii 10 keessatti ramadamuunsaanii ibsameera. Ministirri barnootaa Piroofeesar Biraanuu Naggaa wayita kana akka jedhanitti, barattoonni carraa barnootaa argatan guyyoota jaha booda gara dhaabbata ramadamaniitti nideemu. Muuxannoo dhaabbilee barnootaa olaanaa alaarratti qabanis barattootaaf qoodaniiru. Barattoonni turtiisaaniitiin garaagarummaafi faallaan afaanii, aadaafi eenyummaa akka isaan mudatu beekanii ammumaa kaasee xiinsammuun qophaa’uu akka qaban ibsaniiru. Pirezidaantiin Yuunivarsiitii Saayinsiifi teeknooloojii Finfinnee doktar Darajjee Ingidaa gamasaaniin, “Isin barattoonni ciccimoon barattanii Itiyoophiyaa kan tajaajiltaniidha” jedhan. Leenjiin hubannoo uumuu akka milkaa’u Yuunivarsiitichi deeggarsa barbaachisu akka taasisu eeraniiru.

,Dubbii warra sadii , akka saditti fixan. 1, Dubbii warra Gowwaa, Sossobaan fixan. 2, Dubbii warra Hayyuu, dhugaa itti himuun fixan. 3, Dubbii warra Luynaa, sodaachisuun fixan... ● WAA SADI SITTI HIN FAKKAATIN.. ~Dubbachuun beekkumsa, ~Obsuun wallaalummaa, ~Nama kabajuun sodaa .......Sitti hin fakkaatin. ● WAA SADII HIN SEEHIN ~Nama beeytu hunda fira kee, ~Nama siin lolu hunda diina kee, ~Nama badii irra si dhorku hunda ka si hamatu....hin seehin. ● WAA SADII HIN HAWWIN ~Bokokni quufaa mitii,hin hawwin ~Abaarsi eebbaa mitii,hin hawwin ~Summiin qorichaa mitii.. hin hawwin. ● WAA SADII Jarjarte HIN TILMAAMIN. ~Nama kolfu hunda gammadaa, ~Nama dureessa hunda arjaa, ~Nama dhabaa hunda doqna.. jettee hin~ tilmaamin. ● MANGUDDOON WAA SADII JAALATTII. ~Oduu:-haasawa gaggaarii ~Aduu:-caama ganamaa ~Adii:-dubbii dhugaa(Aanan) jaalatu. ● WAA SADII WAA SADIIF JAALADHU... ~Aadaan kee eenyummaa keetii jaaladhu. ~Afaan kee mallattoo keetii jaaladhu. ~Sabni kee dhiiga keetii jaaladhu. ● WAA SADII HUBATTU MALEEI TTI HIN SEENIIN ~Dubbii keessa hin beekne, ~Bishaan gad-fageenya isaa hin beekne, ~Imala daandii isaa hin beekne Hubattu malee hin seenin.

{2}. #BARSIISADHA! =============== Qalamaaf waraqaa Wal bira kaa'anii Raajii dachee tanaa Osoo katabanii. Eessatti xummuruu? Eessaa eegalanii? Kuusaa jechaa tirraa Jecha funaananii. Seerluga eegudhaan Osoo qubeessanii. Mata duree isaa Eenyu taasisanii? Warra gamoo guddaa Samiitti baasanii? Warra Niwukularii Biyyaaf oomishanii? Kanneen Misaayilan Addunyaa Raasanii? Warra Masiinqodhaan kan biraa faarsanii? Warra jaarsummaadhan Biyya Araarsanii? Warra miidiyaadhan Dubbii dabarsanii? Moo Warra xayyaara Samii Bararsanii? Warra dubbii uumaa Uumamaaf labsanii? Warra daangaa eegun Biyyaa baraarsanii? Seenaa goota tokkoo Osoo galmeessanii. Ija addunyaatiif Osoo dhiyeessanii. Eenyu Goonni dhugaa Ragaaf si waamanii !! = Warra qubee bocee Dhaloota Barsiisuu? warra dachee qotee Midhaan nu nyaachisuu? Warra dawaa guuree dhibee nu fayyisuu? Warra dachee keessaa Albuudaa buqqisuu? Eenyuu ?Goonni sirrii eenyu dura Aansuu? Kan addunyaa hundaaf Dungoosaa qabsisuu. Kan seenaa kaleessa nama yaadachiisuu. Kan eenyummaa ofii nama hubachiisuu. Mirgaafi dirqamas kan nu agarsiisuu. Eeyyen barsiisadha Kan qarooma duursu. = Eeyyee barsiisadha kan hundaanuu firaa Kan dhaloota qubee Nuuf qabsiise karaa. Amaanaa biyyattii kan baatu Adaraa. Waaroo wallaalummaa Kan baasu namarraa. Inni barsiisadha goonni sammuu qaraa. Ogummaa hundaafuu Furtuu bara baraa. Barsisan abbaadha abbaa nama maraa. Addunyaatti makuuf lafaa nama haraa. = Barsiisan harmeedha Biddeen namaaf laata. Dhibee wallaalummaaf isatu furmaataa. Irraa fuudhii nyaadhu laaqana kee baata. Kabaji Barsiisaa yoosan beeka taataa. Biddeen kee boruutiif si dura dhaabbataa. KANA FAKKAATA!!

🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Bag
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Baga gammaddan 🔸 Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Obsa. 🔽 https://t.me/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r09606930845 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Obsatin galmaa'aa. Telebirr - Afaan Oromoo

🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Bag
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Baga gammaddan 🔸 Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Obsa. 🔽 https://t.me/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r09606930845 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Obsatin galmaa'aa. Telebirr - Afaan Oromoo

+1
KALLATTII GEGGEESSUMMAA.pdf97.98 MB

Kabajamoo Obsa, Galmee jalqabaa xummuruu keessanif qarshii 1000 badhaafamtanirtu. 🔹 BAGA GAMMADDAN 🔸 💰 Membership award :
Kabajamoo Obsa, Galmee jalqabaa xummuruu keessanif qarshii 1000 badhaafamtanirtu. 🔹 BAGA GAMMADDAN 🔸 💰 Membership award : 1000 Birr Maallaqa baasuuf namoota 30 ol affeeraa ! Telebirr - Afaan Oromoo

Wan baaye irra barattani dubbisa Dubbisa gaari haa tanu

Wajjira barnoota Go/H/Baha - Telegram 频道 @obsaadam 的统计与分析